cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Jaalala Dhugaa❤️

Channel keenya qophiilee jaalala irratti hundaa'an kanneen akka... 💐Asoosamaa 🎧Walaloo ❤Danbalii Jaalalaa 💌Xalayaa Jaalalaa fi kkf of keessa qaba. Namoonni xalayaan jaalalaa qilleensa irra akka siniif oolan yoo barbaaddan @sool_dave quunnamaa!

Больше
Рекламные посты
4 703
Подписчики
+10324 часа
+6587 дней
+82430 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Amantii kam irra jaallattaa Filadhu
Показать все...
☪️ 🕋 muslim ☪️ 🕌🕋
☦Orthodox ☦
✝Catholic ✝
🕉Hindustan 🕉
☸Buddhism ☸️
All are one
➕️ add your channel
Repost from Kaachuu Promotion
Gaaffii Ajaa'ibaa Sirritti itti yaaduun deebisaa. Lafa kana irra dhiira moo dubaratu caala umrii dheeraa jiraata? Hubachiisa Aveereejiin jechuu keenya gaaffichi.
Показать все...
Dhiira
Dubara
Deebii hin qabu
Harmee koo Si haa barbaadan dhufanii Gaafan dubbiif shakkame Gartokkee keeti ani Dhiiga keerraan argame! Hiika onnee namummaa Harmee kiyya yaa deessee Maqaa koo dha'iin namni Maqaa kee achi fageessee! Safara lapheefi ribuu Gaarummaa kee sanaafi Si cinaatti waamamuun Ulfinadha anaafi! - - Otuu dafqi kee cobuu Jirbii rakkinaa footee Ana bixxillee xiqqoo Guddistee nama goote Dhala koo - cuucee koo jettee Afaan nadhii dubbatta Furrii fi xurii koo wajjin Arraabdee na dhungatta! Sin jaalladha yoon jedhe Kan kee hin baasu gatii Naaf jiraadhu harmee koo Eenyummaa koodha ati! #Share @jaalala_dhuga
Показать все...
Repost from ABDII SABAA™
Arra galgala sa'aa 2 irraa eegallee jirra Gaaffii badhaasaa tu jira. Kanaaf iddoon gaaffii channel @ABDII_SABHAA Irra waan ta'eef Namni tokko hin hafinaa Linkii kana seenaa 👇👇👇👇👇👇 @ABDII_SABHAA @ABDII_SABHAA @ABDII_SABHAA
Показать все...
Repost from ABDII SABAA™
Фото недоступноПоказать в Telegram
PRETON Guyyaan hanga Caamsaa 27 dheratee jira haala ittiin hojjettan suura gubbaatti ilaala. Ton 0.5 yeroo geessan battalumatti baafachuu dandeessu. Gatii Ton 1 yeroo amma 756 ETB LINKIIN 👇👇👇👇👇 https://t.me/preton_drop_bot?start=b935c456-1da1-4434-9ac1-7b0c0918163d ✅️ Chaanalii keenya join fi share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa 🙏 MIIDIYAA @ABDII_SABHAA
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Ammuma baruu yoo barbaadde Seeni kaneen Armaan gadii 👇👇👇👇👇👇👇
Показать все...
✅Ammuma baruuf✅
😂😂Kolfaaf😂😂
😂Kee baruuf😂
🤔Kan namaa baruuf🤔
😂😂Ajaa'iba 😂😂
✍Walaloof✍
👍Join gochuuf👍
Channel keessan
Add your channel
Repost from N/a
🎁Badhaasa adda dhaabachuuf jedhu😳😳❗️ ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!               Milikita kaardii armaan gadiitti yoo buutan kaardii abbaa 100 argattu👇 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 👆👆👆👆👆👆👆 Nama tokkoon birrii dhibba sadii kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Amantii kam irra jaallattaa Filadhu
Показать все...
👍 1
☪️ 🕋 muslim ☪️ 🕌🕋
☦Orthodox ☦
✝Catholic ✝
🕉Hindustan 🕉
☸Buddhism ☸️
All are one
➕️ add your channel
Repost from ABDII SABAA™
Arra galgala sa'aa 3 irraa eegallee jirra Gaaffii badhaasaa tu jira. Kanaaf iddoon gaaffii channel @ABDII_SABHAA Irra waan ta'eef Namni tokko hin hafinaa Linkii kana seenaa 👇👇👇👇👇👇 @ABDII_SABHAA @ABDII_SABHAA @ABDII_SABHAA
Показать все...