cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

ABDII SABAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬NU QUNNAMUUF💬 @AbdiiSabaaDm 🎯MARIIF @Abdiisabaa

Больше
Рекламные посты
342 432
Подписчики
+37724 часа
+2 3327 дней
+7 48030 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
#cybersecurity INSA’n Sagantaa Qormaata Dandeettii Saayibarii Biyyaalessaa eegaluu beeksise. Dargaggoonni Itiyoophiyaa kutaa biyyattii kamittuu dandeettii fi fedhii addaa nageenya saayibarii fi dameewwan kanaan walqabatan irratti qaban hundi qormaata kana irratti hirmaachuu akka danda’an ibsameera. Gosoota Dandeettii: - Cyber Security - Cyber Development - Embedded Systems - Aerospace Leenjichi ji'a tokkoof Yunivarsiitii Finfinnee Inistiitiyuutii Teeknooloojiitti kan kennamu ta'a. Iyyattoonni har’a irraa eegalee hanga Caamsaa 30, 2016tti marsariitii https://talent.Insa.gov.et irratti galmaa’uu akka danda’an ibsameera. Odeeffannoo dabalataaf +251910974317 ykn +251904311837 bilbiluu dandeessu. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
12 36723Loading...
02
#Oduu_Ammee Namnichi barattuu Daraartuu ajjeese hidhaa waggaa 18 itti murtaa'eera. Barattuu Yuunivarsitii Asoosaa kan ture Daraartuu Lammeesssa waraanuun yakka ajjeechaa namni raawwate hidhaa waggaa 18 itti murtaa'e. Caamsaa 9, 2016 naannoo sa’aatii 2:45 a.m.tti himatamaan Yohaannis Margaa Itichaa jaalallee isaa barattuu Daraartuu Lammeessaa gara jabinaan ajjeesuun hidhamee turuu isaa gabaasuun keenya ni yaadatama. Poolisiin qorataa fi abbaan alangaa mootummaa waliin ta’uun shakkamaa kana irratti ragaa namaa fi ragaa yaalaan erga sassaabbatee booda himannaa baneera. Galmeen dhimmichaa Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Asoosatti erga qaqqabee booda manni murtichaa galmee sana qoratee himatamaan yakka himatamee tureen yakkamaa ta’uun isaa mirkaneessuun hidhaan waggaa 18 itti murtaa’eera. Miidiyaan @Abdii_Sabaa irra deebiin maatiifi hiriyoottan Daraartuuf jajjabina hawwa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T
43 13243Loading...
03
Fuula Feesbuukii miidiyaa @abdii_sabaa ammuma hordofaa! Odeeffannoo hatattamaa argadhaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
54 57714Loading...
04
#Falasxiin Har’a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen Falasxiin akka biyya walaba taatetti beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru. "Har'a Falasxiin biratti guyyaa baayyee seena qabeessadha" jedhan. Muummichi ministeeraa Aayirlaand Siimoon Haaris, "Har'a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen walabummaa Falasxiin beekamtii kenneera. Murtee kana hojiirra oolchuuf tokkoon tokkoon keenya tarkaanfii biyyaalessaa kamiyyuu ni fudhanna" jedhan. Muummichi ministeeraa itti dabaluudhaan, "#torban_itti_aanu keessatti biyyoonni hedduun tarkaanfii barbaachisaa kana fudhachuuf nu waliin akka ta'an mirkanaa'adha" jedhan. Mootummaan Aayirlaand beekamtiin sabummaa kun furmaata mootummoota lamaa kan deeggaru ta’uu fi nagaa waaraa naannichaaf barbaachisaa ta’uu ibseera. Ministirri Muummee Ispeen Peedroo Saancheez fi Ministirri Dhimma Alaa Noorweey Espen Bart biyyi isaanii Caamsaa 28 irraa eegalee Mootummaa Falasxiin beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru. Muummichi ministeeraa Noorweey Jonas Gahr Storr akka jedhanitti, "(Falasxiin) beekamtii argattu malee, Baha sana keessatti nageenyi jiraachuu hin danda'u" jedhan. Itti dabaluunis ''falasxiin biyya walaba ta'uuf mirga bu'uuraa qabdi,'' jedhan. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
60 31433Loading...
05
Media files
54 32314Loading...
06
#EXITEXAM Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa odeeffannoo barattoota isaanii qormaata Ba’iinsaa fudhatan hanga Caamsaa 16/2016tti akka dhiyeessan Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii dhaamaniiru. Dhaabbata ion I odeeffannoo barattoota isaanii unkaa Ministeerri Barnootaa qopheesse fayyadamuun erguu akka qaban abbaan taayitichaa akeekkachiiseera. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
68 829208Loading...
07
#Wallaggaa Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balallii gara Naqamtee eegaluufi Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Waxabajjii 10 bara 2016 eegalee torbetti guyyaa 4 balallii gara godina Wallagga Bahaa, magaalaa Naqamteetti akka taasisu beeksise.
63 62212Loading...
08
Sirni awwaalchaa Raa’isii bor gaggeeffamuu jalqaba. Miidiyaan mootummaa Iraan akka gabaasetti sirni awwaalchaa pirezidaantii Iraanii fi jila isa waliin balaa helikoopteraan du’anii Kibxata boruu gara Tehraanitti gaggeeffamuu jalqaba. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
73 57037Loading...
09
PIREZIDAANTOOTA BALAA Aviyeeshiniin DU'ANII: 🇵🇾 Pireezidaantii Paaraaguway (1940) 🛩️ 🇵🇭 Pireezidaantii Filippiins (1957) 🛩️ 🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1958) 🛩️ 🇮🇶 Pireezidaantii Iraaq (1966) 🛩️ 🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1967) 🛩️ 🇧🇴 Pirezidaantii Booliiviyaa (1969) 🚁 🇪🇨 Pireezidaantii Ekuwaadoor (1981) 🛩️ 🇲🇿 Pireezidaantii Moozaambiik (1986) 🛩️ 🇵🇰 Pirezidaantii Paakistaan ​​(1988) 🛩️ 🇷🇼 Pireezidaantii Ruwaandaa (1994) 🛩️ 🇧🇮 Pirezidaantii Burundii (1994) 🛩️ 🇲🇰 Pireezidaantii Kaaba Maqedooniyaa (2004) 🛩️ 🇵🇱 Pireezidaantii Poolaandi (2010) 🛩️ 🇨🇱 Pireezidaantii Chiilii duraanii (2024) 🚁 🇮🇷 Pirezidaantii Iraan (2024) 🚁 Maddi: istaatiksii Addunyaa
82 82168Loading...
10
Deeggaraan Arsenaal Keeniyaa erga gareen kun waancaa dhabee booda of ajjeese Miidiyaaleen Keeniyaa akka gabaasanitti, Maanchistar Siitiin waancaa Piriimiyerliigii Ingiliiz gareen kun waliin dorgomaa ture irraa injifachuu booda namni Keeniyaatti deeggaraa Arsenaal ta'e of ajjeese. Namichi kun tapha halkanii erga ilaalee booda uffata garee isaa uffatee funyoodhaan of fannise. Akka gabaasaaleen mul'isutti eenyummaan nama kanaa hanga ammaatti hin mirkanoofne. Waggaa 20 booda waancaa eegaa kan ture Arsenaal shaampiyoonaa liigichaa ta'uuf dorgomaa ture, kaleessa garuu Maanchistar Siitiin yeroo 4ffaaf walitti aansuun kabaja liigii kanaa galmaan gahuu danda'eera. Maanchistar Siitiin liigii kanaan qabxii 91 yoo galmeesse Arsenaal ammoo qabxii 89 walitti qabuun waggaa kana qabxii lama qofa gadi bu'uun sadarkaa 2ffaan xumureera. Taatee Keeniyaatti mudate hordofuun lammiileen biyyattii miidiyaa hawaasaa irratti gaddi kan itti dhaga’ame yoo ta’u, gariin akka ajaa’ibsiifaman barreessaniiru. Dhimmi kun dubbii biyyattii ijoo yeroo ammaa ta'eera. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
68 48662Loading...
11
Media files
66 56845Loading...
12
Bakka helikooptarri Pirezidaantii Iraan Ibraahim Raayisii fe'ee ture kufetti mallattoon lubbuu namaa hin mul'anne. 👉 Namoonni siyaasaa Ameerikaa X irratti gammachuu isaanii ibsaa jiru Televizhiniin mootummaa Iraan akka gabaasetti, bakka balaan helikooptarri Pirezidaantii Ibraahim Raayisii fi Ministira Dhimma Alaa Iraan Huseen Amiir Abdolayan fe’ee mudatetti mallattoon lubbuu namaa hin mul’anne. Raayisiin naannoo daangaa Iraan fi Azarbaajaan irraa erga deebi'ee booda gara magaalaa Tabriiz deemaa ture. Balaan walfakkaataan kun kaaba dhiha Iraan keessatti kan mudateera., Hojiin barbaacha guddaan haala qilleensaa hamaadhaan kan gufate yoo ta’u, dirooniin Turkii barbaacha helikooptara Raisin irratti hirmaate marsariitiiwwan balalii hordofan irratti argamee jira. Namoonni siyaasaa Ameerikaa balaa helikooptara kanaa irratti gammaduu isaanii ibsaa jiru. Dura taa'aan koree tajaajila hidhannoo mana maree paartii Rippabilikaan Maayikeel Waaltz, helikooptarri kun dhabamuu isaa ''kasaaraa gaarii'' jedhan. Rippabilikaan Filooriidaa Riik Iskootiin X irratti akkas jedhe, "Raisiin yoo du’e addunyaa kana caalaa bakka nageenya qabuu fi fooyya'aa ta'a." Namoonni giddugala magaalaa Tehran keessatti addabaabayii Vali-Asur keessatti jilbeenfatanii kadhannaa taasisaa jiru, pirezidaantichi akka lubbuun jiraatan hawwaa jiru. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
68 40212Loading...
13
Media files
64 81910Loading...
14
Waggaa afur walitti aansuun Maanchistar Siitiin Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2023/24 injifachuun isaa mirkanaa'eera Man. Siitiin Garee yeroo jalqabaaf waancaa Piriimiyerliigii afur walitti aansuun injifate ta'eera. Deeggartoonni Maanchistar Siitii hundi baga gammaddan 🏆 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
75 39228Loading...
15
Badhaasa! Sagantaa sasalphaa karaa chaanaala barattootaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru irratti hirmaachuun badhaasa garaa garaa argachuu ni dandeessu. Badhaasni karaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru barattoota qofaaf yommuu ta’u haala yeroo barattootaa hin qisaasessinetti kan qophaa’edha. Karaa @abdiisabaa seenuun carraa keessan yaalaa. Carraa Gaarii! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
75 2927Loading...
16
#Kutaa_12ffaa Manneen barumsaa qormaata xumura kutaa 12ffaa  kan bara 2016 toora interneetiin qoran ifoomeera. Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bifa waraqaa fi toora interneetiin akka kennamu ni beekama. Bu’uura kanaan barattoonni qormaata kana karaa interneetii fudhatan magaalota filatamoo kanneeniin qofatti kan fudhatan ta'a. Haaluma kanaan, qoramtoonni qormaaticha fudhachuun dura  shaakala gahaa gochuun barbaachisaa waan ta'eef, guyyaa har'a Sanbata Caamsaa 10/2016 irraa eegalee naannoolee argamanitti waan ramadaniif shaakaluu ni danda'u jechuun ibsameera. Qoramtoonni Maqaa Fayyadamaa(username) fi 'Password' manneen barnootaa isaanii irra fudhachuu ni danda'u.
79 707105Loading...
17
Barattoonni gannaa Yuunivarsitii Aksuum keessatti barachaa turanii fi Yuunivarsiitii biroo keessatti barachuu hin jalqabne, barnoota isaanii akka itti fufaniif akka galmaa'an himame. Kanaaf hanga Caamsaa 16/2016tti toora interneetii irratti galmaa'uu akka qabdan yunivarsitichi beeksiseera. Galmaa’uuf: http://196.190.28.50/StudentRegistration.aspx Barattoonni #gannaa toora interneetii irratti hin galmoofne baajatni waan hin ramadamneef akka hin keessummeessine yunivarsiitichi ibseera. Barattoonni ganna yunivarsiitiiwwan biroo keessatti barnoota isaanii itti fufan galmaa’uu hin danda’an.
82 26332Loading...
18
Fuula Feesbuukii miidiyaa @abdii_sabaa ammuma hordofaa https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
80 0895Loading...
19
Luba Balaay Makonniin Dabalatee Namoonni Dhuunfaan 5 Yakka Waliindhahuu Cimaan Himanni Irratti Baname Luba Balaay Makonniin dabalatee namoonni dhuunfaan 5 yakka malaammaltummaa waliindhahuu cimaan Dhaddacha Idileetiin himanni irratti banameera. Namoonni kunneen Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha dhimmoota yakka malaammatummaa ramaddii 3ffaa Lidataatti himatamuu eerameera. Namoonni dhuunfaan kunneen1ffaa Luba Balaay Makonniin, 2ffaan Hojii Invastimantii Qonnaarratti bobba’ee kan argamu Iyyaasuu Indaale Waldamasqal, 3ffaan, Hojii Komishiniirratti kan hojjetu Barakat Mulaat Jaafaar, 4ffaa Alemganaa Saamu’eel Diinsaa fi 5ffaan Hojii gaggeessaa Dhaabbata Daldalaa Dhuunfaa Nimoonaa Itti gaafatamummaan isaa Murtaa’e Abarraa Margaa Tasfaayee ta’uu ibsameera. Himatamtoota 4ffaa fi 5ffaan to’annaa jala kan hin oolle yoo ta’uu, kan hafan Dhaddachaaf dhiyaataniiru. Himatamaan 2ffaan Meeshaalee ijaarsaa Gamtaa Afrikaaf kan dhiyeessu fakkeessuun baatii Ebla bara 2016 Doolaarri miiliyoonni 1 Lakkoofsa Herreega Baankii Gamtaa Afrikaarraa gara Lakkoofsa Herreega Baankii Dhuunfaa isaatti akka jijjiiramu sanada sobaa kaffaltii maqaa isaan qopheessuu isaan himatameera. Himatamaan 3ffaan Barakat Mulaat Jaafaar Gamtaa Afrikaaf Boolla Bishaanii gadi fagoo qotuuf kan waliigale ta’uu isaan Lakkoofsa Herreega Baankii gamtichaarraa Doolaarri miiliyoonni 2fi kumni 525 ol gara lakkoofsa Herreega Baankii Dhuunfaa isaatti galii akka ta’u sanada sobaa maqaa isaaniin qopheessuu isaan himatameera. Himatamaan 4ffaan Alemganaa Saamu’eel Diinsaan Gamtaa Afrikaaf Boolla Bishaanii gadi fagoo qotuun hojjechuu isaaniin Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni 315 lakkoofsa Herreega gamtichaarraa gara lakkoofsa Herreega Dhuunfaa isaatti galii akka ta’u ajajuu kan mul’isa sanada kaffaltii sobaa maqaa isaan qopheessuu isaan, Himatamaa 5ffaan Meeshaalee ijaarsaa garaagaraa dhaabbata hogganuun Gamtaa Afrikaaf akka dhiyeessee fi gamtaan Afrikaa kaffaltii Doolaara miiliyoona1 fi 210 gara lakkoofsa Herreega Dhaabbatichaatti akka jijjiiruuf sanada sobaa maqaa isaan qopheesseuun himatameera. Maallaqa kanneen baasii taasiisuuf Sanadoota kanneen yeroo fi iddoo hin beekamnetti himatamaa 1ffaaf kennuu isaaniin himatamaniiru. Himatamtoonni tarree 1ffaa hanga 3ffaa jalatti argaman dhaddachaaf dhiyaachuun eenyummaa fi teessoon isaanii erga galmaa’ee booda ibsi himannaa isaan qaqqabuu eerameera. Himatamtoonni 4ffaa fi 5ffaan Poolisii dhimmi ilaallatuun barbaadamanii akka dhiyaatan yeroo itti aanu beelamni kan kennamu ta’uu ibsameera. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
86 81426Loading...
20
Miseensonni waraana Tigraay kuma 274 ol ta'an hidhannoo hiikuuf jedhameera. Itti aanaan komishinara Komishinii Riifoormii Biyyaalessaa Obbo Tasfalem Yihidigo miseensonni waraana Tigraay 274,000 ol hidhannoo hiikkachuuuf akka adeeman BBC'tti himaniiru.
78 43611Loading...
21
Barattoota maraaf! Sagantaa sasalphaa karaa chaanaala barattootaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru irratti hirmaachuun badhaasa garaa garaa argachuu ni dandeessu. Badhaasni karaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru barattoota qofaaf yommuu ta’u haala yeroo barattootaa hin qisaasessinetti kan qophaa’edha. Karaa @abdiisabaa seenuun carraa keessan yaalaa. Carraa Gaarii! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
94 46923Loading...
22
Barattuu of gargaaruuf osoo adeemtu ajjeefamte! Barattuu Daraartuu Lammeessaa mooraa Yuunivarsitii Asoosaa keessaa ba’uun hiriyoota ishee waliin hojiif osoo adeemtuu namni waraanee ajjeese. Daraartuun barattuu waggaa 4ffaa muummee Jiyoogiraafii yommuu taatu dhalattodhalattuu Godina Qellem Wallaggaa aanaa Gaawoo Qeebbee turte. Taateen kun kan mudate guyyaa gaafa 7/9/2016 ganama sa’a 2:30 tti hojii hojjettee of gargaaruuf osoo adeemaa jirtuu ta’uu miidiyaan@Abdii_Sabaa odeeffateera. Battaluma taateen kun mudateenis hospitaala Asoosaatti geeffamtus lubbuun hafuu hin dandeenye. Namni kun sababa maaliif yakka kana akka raawwate hamma yoonaatti wanti barame hin jiru. Battala yakka kana raawwateen miliquuf yaalus hawaasa naannoon qabamuun to’annaa seeraa jala oolfamee jira. Reeffi barattuu kanaas sa’a ammaa maatiif ergamee jira. Lubbuun darbuu barattuu kanaaf gadda guddaa nutti dhaga’ame ibsaa taatee mudate hordofuun ballinaan kan isiniif gabaasnu ta’a. Maatii hiriyoottaniifi fi firoottan ishee maraaf jajjabina hawwina! Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
92 03433Loading...
23
Media files
90 97513Loading...
24
Tootenhaam 0-2 Maanchister Siitii Erliingi Haalaandi galchii lama lakkoofsise. Maanchister Siitiin qabxii 88 Liigicha dursaa jira. Tapha dhumaa West Haam waliin qabu injifannaan walitti aansee yeroo arfaffaaf waancaa mo’achuu isaati. Arsenaal erga Aston Viilaadhaan mo’amee taphoota kaan mo’atus waggaa 20 booda waancaa Piriimer Liigii kaasuuf mo’amuu Maanchister Siitii eeggataa ture. Amma tapha tokkittii hafte irratti waan tahu hin fakkaatu. Kun deeggartoota Arsenaaliif gadda guddaadha. Gama biraan Tootenhaam waan mo’ameef bara dhufu Aston Viilaan Shaampiyoonsi Liigiif darbeera.
92 54423Loading...
25
MCI 2 TOT 0 @ABDII_SABAA
81 3915Loading...
26
Tapha murteessaa Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu. Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni qixxeessituun Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera. Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni Maanchiister Siitiin morkii waancaa caalmatti murteeffachuu fi Tootenhaam ammoo carraa dhiphaa hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argachuuf qabu bal’ifachuuf taasiisan hawwiin eegama.
99 24214Loading...
27
#ADS ✅Asoosama miira namaaf kennu ✅Qoosaa gaggabaaboo miira qabu ✅ Baacoo ergaa qabuu 🏓 Seenaa barnootaafi muxannoo namaaf Kennu argachuuf Dirreen Boohartii isin faana Jira. Join gochuun hordofaa 🙏🙏🙏🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/DirreeBoohartii https://t.me/DirreeBoohartii https://t.me/DirreeBoohartii
37 8805Loading...
28
#ADS ✅Asoosama miiraa namaaf kennu ✅Qoosaa gaggabaaboo miira qabu ✅ Baacoo ergaa qabufi 🏓 Seenaa barnootaafi muxannoo namaaf Kennu argachuuf Dirreen Boohartii isin faana Jira. Join gochuun hordofaa 🙏🙏🙏🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/DirreeBoohartii https://t.me/DirreeBoohartii https://t.me/DirreeBoohartii
10Loading...
29
Sagantaa badhaasaa irratti hirmaachuuf 👇👇👇👇 @abdiisabaa
89 7900Loading...
Фото недоступноПоказать в Telegram
#cybersecurity INSA’n Sagantaa Qormaata Dandeettii Saayibarii Biyyaalessaa eegaluu beeksise. Dargaggoonni Itiyoophiyaa kutaa biyyattii kamittuu dandeettii fi fedhii addaa nageenya saayibarii fi dameewwan kanaan walqabatan irratti qaban hundi qormaata kana irratti hirmaachuu akka danda’an ibsameera. Gosoota Dandeettii: - Cyber Security - Cyber Development - Embedded Systems - Aerospace Leenjichi ji'a tokkoof Yunivarsiitii Finfinnee Inistiitiyuutii Teeknooloojiitti kan kennamu ta'a. Iyyattoonni har’a irraa eegalee hanga Caamsaa 30, 2016tti marsariitii https://talent.Insa.gov.et irratti galmaa’uu akka danda’an ibsameera. Odeeffannoo dabalataaf +251910974317 ykn +251904311837 bilbiluu dandeessu. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Показать все...
👍 80 24🔥 4👏 4🕊 3
#Oduu_Ammee Namnichi barattuu Daraartuu ajjeese hidhaa waggaa 18 itti murtaa'eera. Barattuu Yuunivarsitii Asoosaa kan ture Daraartuu Lammeesssa waraanuun yakka ajjeechaa namni raawwate hidhaa waggaa 18 itti murtaa'e. Caamsaa 9, 2016 naannoo sa’aatii 2:45 a.m.tti himatamaan Yohaannis Margaa Itichaa jaalallee isaa barattuu Daraartuu Lammeessaa gara jabinaan ajjeesuun hidhamee turuu isaa gabaasuun keenya ni yaadatama. Poolisiin qorataa fi abbaan alangaa mootummaa waliin ta’uun shakkamaa kana irratti ragaa namaa fi ragaa yaalaan erga sassaabbatee booda himannaa baneera. Galmeen dhimmichaa Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Asoosatti erga qaqqabee booda manni murtichaa galmee sana qoratee himatamaan yakka himatamee tureen yakkamaa ta’uun isaa mirkaneessuun hidhaan waggaa 18 itti murtaa’eera. Miidiyaan @Abdii_Sabaa irra deebiin maatiifi hiriyoottan Daraartuuf jajjabina hawwa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T
Показать все...
👍 670😢 149 114😱 56🤗 29🥰 26💔 26👏 6🤩 5😘 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Fuula Feesbuukii miidiyaa @abdii_sabaa ammuma hordofaa! Odeeffannoo hatattamaa argadhaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Показать все...
👍 263 65😢 15😱 14🎉 11🙏 7
#Falasxiin Har’a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen Falasxiin akka biyya walaba taatetti beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru. "Har'a Falasxiin biratti guyyaa baayyee seena qabeessadha" jedhan. Muummichi ministeeraa Aayirlaand Siimoon Haaris, "Har'a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen walabummaa Falasxiin beekamtii kenneera. Murtee kana hojiirra oolchuuf tokkoon tokkoon keenya tarkaanfii biyyaalessaa kamiyyuu ni fudhanna" jedhan. Muummichi ministeeraa itti dabaluudhaan, "#torban_itti_aanu keessatti biyyoonni hedduun tarkaanfii barbaachisaa kana fudhachuuf nu waliin akka ta'an mirkanaa'adha" jedhan. Mootummaan Aayirlaand beekamtiin sabummaa kun furmaata mootummoota lamaa kan deeggaru ta’uu fi nagaa waaraa naannichaaf barbaachisaa ta’uu ibseera. Ministirri Muummee Ispeen Peedroo Saancheez fi Ministirri Dhimma Alaa Noorweey Espen Bart biyyi isaanii Caamsaa 28 irraa eegalee Mootummaa Falasxiin beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru. Muummichi ministeeraa Noorweey Jonas Gahr Storr akka jedhanitti, "(Falasxiin) beekamtii argattu malee, Baha sana keessatti nageenyi jiraachuu hin danda'u" jedhan. Itti dabaluunis ''falasxiin biyya walaba ta'uuf mirga bu'uuraa qabdi,'' jedhan. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Показать все...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

👍 432 125👏 36😢 19😱 13🤩 12🔥 6🕊 3🥰 1
01:44
Видео недоступноПоказать в Telegram
👍 36 9💔 5
Фото недоступноПоказать в Telegram
#EXITEXAM Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa odeeffannoo barattoota isaanii qormaata Ba’iinsaa fudhatan hanga Caamsaa 16/2016tti akka dhiyeessan Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii dhaamaniiru. Dhaabbata ion I odeeffannoo barattoota isaanii unkaa Ministeerri Barnootaa qopheesse fayyadamuun erguu akka qaban abbaan taayitichaa akeekkachiiseera. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Показать все...
👍 507 142😢 48👏 45🙏 42😱 18🔥 10🎉 8🤯 5🤩 4
Фото недоступноПоказать в Telegram
#Wallaggaa Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balallii gara Naqamtee eegaluufi Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Waxabajjii 10 bara 2016 eegalee torbetti guyyaa 4 balallii gara godina Wallagga Bahaa, magaalaa Naqamteetti akka taasisu beeksise.
Показать все...
👍 388 91🔥 26💯 26👏 20😱 11😢 8🥰 1🎉 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Sirni awwaalchaa Raa’isii bor gaggeeffamuu jalqaba. Miidiyaan mootummaa Iraan akka gabaasetti sirni awwaalchaa pirezidaantii Iraanii fi jila isa waliin balaa helikoopteraan du’anii Kibxata boruu gara Tehraanitti gaggeeffamuu jalqaba. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Показать все...
😢 330👍 241 98😱 45🤯 19🤩 17🫡 13🤝 6🥰 4🎉 2🆒 1
PIREZIDAANTOOTA BALAA Aviyeeshiniin DU'ANII: 🇵🇾 Pireezidaantii Paaraaguway (1940) 🛩️ 🇵🇭 Pireezidaantii Filippiins (1957) 🛩️ 🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1958) 🛩️ 🇮🇶 Pireezidaantii Iraaq (1966) 🛩️ 🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1967) 🛩️ 🇧🇴 Pirezidaantii Booliiviyaa (1969) 🚁 🇪🇨 Pireezidaantii Ekuwaadoor (1981) 🛩️ 🇲🇿 Pireezidaantii Moozaambiik (1986) 🛩️ 🇵🇰 Pirezidaantii Paakistaan ​​(1988) 🛩️ 🇷🇼 Pireezidaantii Ruwaandaa (1994) 🛩️ 🇧🇮 Pirezidaantii Burundii (1994) 🛩️ 🇲🇰 Pireezidaantii Kaaba Maqedooniyaa (2004) 🛩️ 🇵🇱 Pireezidaantii Poolaandi (2010) 🛩️ 🇨🇱 Pireezidaantii Chiilii duraanii (2024) 🚁 🇮🇷 Pirezidaantii Iraan (2024) 🚁 Maddi: istaatiksii Addunyaa
Показать все...
👍 368😢 91 62🫡 16😱 8🥰 5🤯 5🎉 3🔥 1
Deeggaraan Arsenaal Keeniyaa erga gareen kun waancaa dhabee booda of ajjeese Miidiyaaleen Keeniyaa akka gabaasanitti, Maanchistar Siitiin waancaa Piriimiyerliigii Ingiliiz gareen kun waliin dorgomaa ture irraa injifachuu booda namni Keeniyaatti deeggaraa Arsenaal ta'e of ajjeese. Namichi kun tapha halkanii erga ilaalee booda uffata garee isaa uffatee funyoodhaan of fannise. Akka gabaasaaleen mul'isutti eenyummaan nama kanaa hanga ammaatti hin mirkanoofne. Waggaa 20 booda waancaa eegaa kan ture Arsenaal shaampiyoonaa liigichaa ta'uuf dorgomaa ture, kaleessa garuu Maanchistar Siitiin yeroo 4ffaaf walitti aansuun kabaja liigii kanaa galmaan gahuu danda'eera. Maanchistar Siitiin liigii kanaan qabxii 91 yoo galmeesse Arsenaal ammoo qabxii 89 walitti qabuun waggaa kana qabxii lama qofa gadi bu'uun sadarkaa 2ffaan xumureera. Taatee Keeniyaatti mudate hordofuun lammiileen biyyattii miidiyaa hawaasaa irratti gaddi kan itti dhaga’ame yoo ta’u, gariin akka ajaa’ibsiifaman barreessaniiru. Dhimmi kun dubbii biyyattii ijoo yeroo ammaa ta'eera. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
Показать все...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

👍 213😢 95 50🤩 27🤯 16😱 11👏 7🆒 6🏆 1