NAFTECH NET
1 403
Подписчики
+224 часа
+47 дней
+630 дней
- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Прирост подписчиков
Загрузка данных...
Показать все...
NAFTECH NET
Updated Information For Students
Warroonni Gareelee Lamaan kanaaa ala jiran immoo Akkaawuntii akkaataa fedhii isaaniitin yoo barbaadan jijjiiruu yookaan immoo kanuma duraaniin itti fufuu kan dandayan yommuu tahu,garuu Daree haarawa(dareelee 63-100) jiran keessaa filatanii eegalanii xumuruun dirqama taha jechuudha.Warroonni akkawuntii kana dura gonkumaa hin qabnes akkaawuntii banatanii Garee kana jalatti ramaddii aragatu.
👍 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
Kunniin Warroota Akkaawuntiis Osoo hin jijjiirin Darees osoo hin jijjjiirin bakkuma dhaabanirraa itti fufan yommuu tahu isaan keessaa namni tokko xumuruu baannaan hunduu Incomplete tahuudha.kanaafuu itti yaadaa
👍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Warroota Akkaawuntii Duraanii jijjiruu qaban,Garuu Boonasii qabu.