cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Salaam da'awa group

DHIHANA QALBII MUSLIMAATI YouTube Channel subscribe https://www.youtube.com/channel/UC-APBegIqTvapdEHxOfF2jA

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
253
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Repost from N/a
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Hamtuu hojjattee faarfamuurra ♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️ gaarii hojjattee arrabfamuutu wayya............ 💐💐💐💐💐💐💐 Dabalataaf linkii kana tuquun chaanaalii kana hordofaa https://t.me/hubadhuilaali
Показать все...
💜HUBANNOO💜

Gorsa seenaa jachoota hayootaa fi addunyaa har'aa.

Repost from N/a
🌾🌾🌾🌾☘️☘️☘️☘️🍀 Rakkoo irra daddeebiidhaan jireenya kee keessatti si qunnamu hin ajaa'ibin 🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈 maaliif yoo jatee siitu rakkoo takkitti jalqaba si qunnamte iraa gorsa hin fudhatini. 🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁 ➡️Dabalataaf link kana tuquun nu hordofaa ⬇️ https://t.me/hubadhuilaali
Показать все...
💜HUBANNOO💜

Gorsa seenaa jachoota hayootaa fi addunyaa har'aa.

Repost from N/a
💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐 Namni sufuun isaa itti mullatte safuu nama biroo ija laaluun hin qabu, namni boolla shiraa qotees booddee ofumaaf itti bu'a, nama qaanii nam saaxilu fedhus jalqaba isatu saaxilama, 🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱 namni yeroo hunda yaaduma isaa dinqisiifatuus booddee karaarraa maqa... 🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈 Rabbin hund keenya nu haa qajeelchu link asii gaditti aragamu kana tuquun nu hordofaa. https://t.me/hubadhuilaali
Показать все...
Bismillahi alhamdulillah wassalaatu wassalaam 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 alaa rasuulillah SAW AS WR WB obalyyan keenya yeroo dheeraaf toorarraa bannee kan turre kunoo deebinee jirra galata rabbii alhmd 🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Nabiyyi rahmataa irratti Salawaata buusuun SAW Guyaa keenya haa miidhagsinuu Waliin jachaa jummaa gaarii isiniif hawwina 🌺 🌷🌷🌷🌱🌱🌱🌱🌱🌱
Показать все...
👤“Haala gaarii gabrichi qabu kessaa dhiifama godhuudha.”✅Hasanul-basrii. @Mahiralioffers
Показать все...
✅HASANUL-BASRII✅
adunyan bakuma lamati gari fi hamtunis isuma kessati rakko fi balonis isuma kessati jirun adunya yoom gargar hafti akka shanshalatati umaan nama jini garruma keysati rabbiin hamtu nun hin fene numa if naqeti namni sila yoom dhaqaba malaqa hulayu naqa adunya kijibdu sahiba malaqa booru namu kafana tokkon qabri irra dhaqaa
Показать все...
✍ WALALO GABABA ✍
#Ani Nan jiraadha gammadee Rakkina tokkon qabuu Waanin nyaadhufi dhuguu Mana keessa hin dhabuu Fira kiyyan waammadhaa Gaafa rakkoof gidiraa Rakkina homaan qabuu Hunduu naaf guutee jiraa # Ati Rakkatteetu jiraattaa Ciifte daandii walakkaa Huccuu gaariifi kophee Uffatteen beektu takkaa Rakkoofi dhippinni kee Garaa koo na raaseeraa Kophee uffadhu kunoo Ittiin deem karaa dheeraa! @SDGROUP_CHANNEL
Показать все...
👍 4
MAALLAQNI ┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄ → Mana malee, maatii hin bitu! → Siree malee, irriiba hin bitu! → Kophee malee, miila hin bitu! → Amartii malee, jaalala hin bitu! → Fuullee ijaa malee, ija hin bitu! → Qoricha malee, fayyaa hin bitu! → Rasaasa malee, jireenya hin bitu! → Cubbuu malee, qulqullummaa hin bitu! 🙏🙏🌴 JOIN 🌴🙏🙏 @Babilevine @Babilevine
Показать все...
Asalaamu alaykhum warahmatullahi wabarakaatuhu 🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸 Channel armaan gadii kana Join gochuun daawaa fi oduu akkasumas seenaa rasuula rabbii (s,a,w) irratti bareeffamanii gad-dhiifamanu irraa haga tokko barnoota irraa argachuu waan dandeessaniif affeerraa keenya #JOIN gochuun nuuf afeeramaa. ⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️ @Mahiralioffers @Mahiralioffers @Mahiralioffers ⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️ T.me/Mahiralioffers
Показать все...
Mahir ibnu Ali official

Chaanaalii kana irratti ◇Sagantaalee Da'awaa ◇Barnoota amantii ◇Seenaa ◇Boohaartii gara garaa kan nama bohaarsaniif ergaa dabarsan vidiyoo fi sagaleen argattuu Join godhaa @Babilevine Akkasuma Chaanaalii keenya @SDgroup_channel Garee chate @SDgroupdawa

11,Unchangeable Fashion (Faashina Hin Jijjiiramne) If We Look This World If We Are Imagine There Is Only One Thing Unchangeable Fashion Hammamis Yoo Ture Kan Hin Jijjiiramnee Yoomillee Qajeelaa Kan Hin Micciiramnee Kaleessas Yoo Ta'e Har'aa Fi Borullee Saayinsii Guddatus Badus Haa Tolullee Yoomis Islaamummaan Bakkaa Hin Jijjiiramuu Buris Itti Fufaa Dalga Hin Micciiramuu Adawwiin Jijjiiruf Shira Meeqa Footii Taabba Meeqa Baatee Wanta Meeqa Gootii Dharti Miila Hin Qabduu Maalin Taabba Baatii Waa Tokkollee Fidduu Ofumaaf Dhamaatii Kan Filee Nuuf Kenne Rabbii Aalamaatii Maalif Fagoo Yaaddaa..... Maalif Fagoo Yaaddaa Karaa Irra Ciiftee Faashina Hardoftaa Sunnaa Kee Gadhiiftee Kaayyoo Kee Wallaaltee Asiif Achi Joortaa Humnaaf Qabeenya Kee Maaf Alagaa Soorta Raajii Dubara Ammaa....... Hanga Jilbaa Murtee Huccuu Jalaa Olee Waa Saalfin Hin Jiruu Gad Baafte Mogolee Dubbii Bara Kanaa Wallaalle Waan Isaa Huccuu Jalaa Bahee Sarbaan Calaqqisaa Dhiirtis Kana Ilaalaa Qalbii Gad Lakkisaa Dubbiin Kun Akkami Maal Jettu Yaa Firaa Silas Yoom Nu Dhibe Kan Jara Kaafiraa Tokko Tokko Jiruu Kan Maqaan Musliimaa Qalamaan Fokkiftee Hidhiin Ishee Diimaa Wayaashee Ol Buttee Kinoo Hanga Jilbaa Gaafa Duubaan Ilaaltu Qaamni Alaa Sirbaa Kaafira Baafattee Hiriyaa Jaalalaa Mudhiitti Rarraatee Tasa Hin Baatu Jalaa Isa Ofii Dhiiftee Ormaaf Garaa Laattee Halaalli Osoo Jiruu Kan Haraama Nyaattee Dhiisi Yaa Obbolii Maalif Akkas Taataa Qabsoon Jallinaa Kun Eessa Gahuuf Laataa Fedhiidhan Moo'amtee Maalif Qalbii Cabdaa Faashina Himmoofne Islaamummaa Qabdaa Hundaa Itti Dhiisii Hundumaa Tuffadhuu Mallattoo Musliimaa Jilbaaba Uffadhu Gaaf Faashina Dhiifte Hundumaa Tuffattee Gaafa Bareechitee Qaama Keetti Uffattee Abdii Sirraa Qabnaa Abdii Sirra Keenyaa Silaaltee Gammaddii Gaafas Qalbiin Teenyaa Garuu.................. Uffachuun Kee Qofti Kophaatti Ga'aaree Jilbaaba Uffatteen Iimaana Ta'aaree Uffattee Miidhagdee Musliima Fakkaachuun Halkan Jijjiirrattee Orma Faana Kaachun Kaaffee Keessa Teessee Dhiira Faana Nyaachuun Akkamitti Laaltaa Wanti Kun Sirriidhaa Kan Si Dogongorse Qalbi Moo Birriidhaa Gaaf Ati Bareeddee Uffattee Gad Baatuu Qalbiin Koo Abdiidhan Yoo Si Faana Ilaaltuu Kabajamtuu Namaa Kan Hundumaa Caaltuu Osoon Akkas Jechaa............. Qalbii Koo Sossobee Abdiin Jiraachisuu Biddeena Jaalalaa Abjuudhan Nyaachisuu Gaaf Tokko Waa Argee Waan Nama Yaachisuu Osoon Karaa Deemuu Raajin Na Mudatee Keessa Kootti Aaree Garaan Na Gubatee Wanta Haaraa Argee Wanta Dur Hinturree Wal Bukkeetti Arginaan Jilbaaba Fi Surree Dhaabbadhee Yoon Laaluu Wallaalee Akkataa Innumtuu Kaafiraa Kunoo Muka Baataa Qalbiin Kee Si Sobdee Maalif Si Dhamaaftee Kabajaa Kee Warqii Alagaa Badhaaftee Ishee Akkasii San Anoo Maaf Ilaalaa Isheedhuma Xiqqoo Eeggachuun Naaf Caalaa Rabbiin Abbaan Qudraa Keessaa Fuudhe Quwwaa Gubbaan Nama Sobdii Egaa Keesson Duwwaa Maaf Dubara Qofaa Dhiirris Lafa Guutee Inni Qalbiin Isaa Tasa Jalaa Buutee Sunnaan Nabii Keenyaa Bar Akkana Hin Turree Lafaarra Harkisaa Gadi Buusee Surree Sunnaa Isaa Dhiisee Kan Ormaa Jabeessaa Rifeensa Ol Dhaabee Kaafirran Fakkeessaa Yoo Halaalaa Ilaalte Maraattuu Fakkaataa Mormaaf Harkarrattis Bar Sibiila Baataa Ana Ofiin Jedhaa Irra Caalan Namaa Zikriinsaa Muuziqaa Galgalaaf Ganamaa Gaafa Guyyaa Jum'aa....... Bariidhan Ol Ka'ee Yoo Shaaworii Galee Mu'minni Hin Jiru Gaafas Isa Malee Dafee Fiigee Ba'aa Yoo Salaatee Geessee Torbanitti Dhufaa Erga Gaafas Dheessee Dhamaatuu Akkasaa Hiriyaa Baafatee Gibbii Keessa Jooraa Harka Irra Kaawwatee Guyyaanis Wal Jalaa Waan Hin Buune Seetee Maalif Shawwadamta Waan Hin Duune Seetee Allahn Sittamist Ye Alamaat Geetaa Gaafatamuuf Jirtaa Asiin Hafta Seetaa Qabeenyaf Jabeenyas Waan Dalagde Cufaa Guyyaa Ofirraa Dhiiftee Biraa Deemtu Dhufaa Akkas Ofiin Jechaa Meeqa Qalbii Cabee Karaa Rabbiirratti Inni Sabrii Dhabee 12, Ijoolle Oromiyaa Assalaamualeykum Ijoollen Oromiyaa Osoo Adda Hin Qoodin Kan Bahaa Fi Dhiyaa Deemsa Koo Eegaluuf Baha Biiftuu Irraa Horree Babaldhannee Bakka Maraa Jirraa Bahaaf Lixa Jedhee Hin Qoodu Gargarii Akkam Nagaa Jirtuu Ijoollen Hararii Galamsoof Baddeessaa Kan Gaara
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.