cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

ORO E-Learning

Maxxansa Technology Afaan keenyan! JOIN @Oromosamsung Gaaffif Deebii? @UrjiiNet

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
4 443
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Dhaabbanni Google Afaan Oromoo dabalatee Afaanota 24 tajaajilarra oolchee jira. Yeroof maxxansa Afaan Oromoo kamuu gara Google Translate geessitanii Paste yoo gootan ykn saanduqa qophaaye keessatti Qubee Afaan Oromoon yoo barreessitan gara Afaan isin filattanitti isiniif jijjiira. Guyyoota muraasa as deemu ammoo "Oromo" kan jedhu tarree afaanota 133 tarreeffamee ni argattu. Afaan keessan mana "O" barbaaduu qofa taha. Baga Gammaddan!
Показать все...
WhatsApp Afaan Oromootin hojii eegale! Dhabbileen Teeknooloojii garagaraa afaan Oromoo afaan hojii dhabbataa isaanii gochuu akkuma itti fufanitti jiru. Kanan duraa Dhaabbanni Meta(Facebook) Afaan oromootin hojii eegaluun isaa ni beektu jedhen yaada. ammas dhabbataa metatin kan hogganamuu WhatsApp afaan oromootin hojii eegaluun isaa sadarkaa afaan oromoo irraa gahe kan nutti agarsiisuudha! WhatsApp keessaan Afaan oromooti jijjirachuuf linkii kana irratti click gochuun vidiyoo isaa daawwadha. https://youtu.be/Ki0igjB6smw https://youtu.be/Ki0igjB6smw
Показать все...
WhatsApp Afaan Oromootin hojii eegale! Baga Gammaddan jecha amma Afaan oromooti jijiiradha

#WhatsApp_Afaan_Oromootin

Imo namni hack godhee nuwajiin faayyadama jiruu akkataa itti beeku dandeenyuufi imo irratti account 2,3 fi sana ol akkataa Itti banuu dandeenyuu guutu isaatif vidiyoo kana daawwadha https://youtu.be/geCqjvY0xgs
Показать все...
Imo namni Hack godhe nu wajiin fayyadamaa jiruu fi Imo irratti account 2 fi sana ol fayyadamuuf

#Imo_Update #Imo_irratti_account_2_fayyadamuuf Channela Abdii Subscribe gochudhaf

https://youtube.com/channel/UC2oWjED6oTnnDnQgvTpSmBA

Показать все...
Suuraa nu barbaachifnee salphaatti suuraa keenya bira haquuf

#Touch_retouch channeli Abdii subscribe gochuuf

https://youtube.com/channel/UC2oWjED6oTnnDnQgvTpSmBA

appii touch retouch download gochuuf

https://m.apkhere.com/down/com.advasoft.touchretouch_4.4.16_free

Показать все...
Akkaataa itti faayyadama WhatsApp web bilbila irratti (WhatsApp web App)

#WhatsAppHack

https://youtu.be/l_eb5ccYNL0 WhatsApp irratti ergaa tokko sagantaadhan ykn beellamaan erguuf (Wahtsapp scheduler)
Показать все...
WhatsApp Irratti ergaa tokko Sagantaadhan ykn beellamaan erguuf (WhatsApp scheduler)

#WhatsAppSchuduler

https://youtu.be/SEMcUDxwwOw Laptop irratti software tokko malee vidio download godhuf
Показать все...
Laptop irratti software malee video download gochuuf

Mala kana gargaaramuun bilbila irrattis Appii tokko malee download gochuun ni danda'ama.

https://fdown.net/

Application bilbila Android kamu ykn isaa nu barbachisaa jeetenii yaadan Computer ykn Laptop keessaan irratti akkamitti akka fayyadamuu dandeessan linkii kana banuun daawwadha https://youtu.be/632u6auePkE
Показать все...
Application bilbila android kamuu PC/Laptop irratti fayyadamuuf - BlueStacks

3D Logo (Pixellab) bilbilan tahe Computer keessaan fayyadamtaani logo ammayyaawaa professional tahe hojjachuuf linkii kana bana daawwadha https://youtu.be/IiXAqLhT7Cs
Показать все...
Logo Ammayyaawaa bilbilan hojjachuuf - 3D GOLD LOGO

Appi tokko malee yeroo isinif bilbilamu akka bilbili keessan maqaa nama isinif bilbile sana waamuu salphaati gochuu akkamitti akka dandeessan baruuf vidiyoo kana hamma xummurati daawwadha https://youtu.be/n3Zjd30qIuM
Показать все...
Bilbili Yeroo Isinif Bilbilamuu Gargaaarsa Appi Tokko Malee Maqaa Nama Akka waamuu Gochuuf

Appi tokko malee yeroo isinif bilbilamu akka bilbili keessan maqaa nama isinif bilbile sana waamuu salphaati gochuu akkamitti akka dandeessan baruuf vidiyoo kana hamma xummurati daawwadha Laptop irratti facebook afaan oromootin fayyadamuuf

https://youtu.be/5Chs2VG3qfY

Facebook profile keessan qulfii itti godhachuuf

https://youtu.be/JwX_QXDV-Tg

WhatSapp update

https://youtu.be/ZACnzIGYnyo

STC Irraa gara STC Kaardii Erguuf How to Transfer Balance from STC to STC KSA

https://youtu.be/QDgRkAl-LOU

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.