cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Atikaa Hussein

Ergamaan rabbii صلى الله عليه وسلم keeyiri biyyaa duniyyaa jiruu hundaa kan Caaluu Zikir rabbiiti jedhan. Arrabin kee Zikir rabbii gochu irraa akkaa hin cinee. Dhamsaa Rassulati ፊዳከ አቢ ዋ ኡሚ ያ ረሱለላህ ۩ﷺ۩♥

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
734
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Показать все...
(Atikaa Hussein) YUOTUBE Yää badii tarikuu salatii dhagefadhaa Mee Jzkl 🍇🍑🍒🍒

Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama qalbii hiyyoome dha. Rabbi Qalbii isin hin hiyyoomsin 🤲✍ @muddassirmohammed @muddassirmohammed
Показать все...
palestine🇵🇸 one day we will be free✊ We are from Ethiopian🇪🇹 we stand with palestine💪 @muddassirmohammed @muddassirmohammed
Показать все...
Obsi akka sibritii ni hadhaawa Garru yeroo dhandhamte ni miawaa 👇👇👇👇👇👇👇 @suheyra_fa @Sureya_ra t.me/Asmishi
Показать все...
Filsan Ahmed

As wr wb Ahbaabi filah channela Khana kheysaati ni borahtaa Gorsan qalbi if jisaa Nashidaan boharra Walaloo ni boharta Senna sahabbatin Jechoota qalbii nama sennan Hunda arkhaachuf JOIN GODHUN BOHARRII 👇👇👇👇👇👇👇 @Asmishi @Asmishi

💜الســـــــــــلام عليـــــــــــكم وَرَحْمَـــــــــةُاللهِ وَبَرَكـَــــــــاتُه🥀 Jummah Mubarak to everyone ♥️ ☆Săllû ăllă năbīī ﷺ👈👈 Ūmmātā Ñābii Muhammad [ ﷺ ] ‏﷽۝ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۝ ﷺ💌 .💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw
Показать все...
1.92 MB
Показать все...
عاتكه حسين

‎عاتكه حسين‎ is on Facebook. Join Facebook to connect with ‎عاتكه حسين‎ and others you may know. Facebook gives people the power to share and makes the world more open and connected.

🕌Obboleewwaan koo hordoftoonni Sunna Rāsūlla۞ﷺ۞bakka jirtanitti Ŕābbii isin haa tiysu tika Rabbii keessatti jiraadha.🙋 #Amala gaarii Rabbiin malee eenyullee sitti hin beekne qabaachuf tattaafadhu! Ergaan tunii isiin dhaqabdee lataa! #Share gochuun obbollewwaan kessaan Keeyritii shaaraka •••••••••••••••••••••••••۞﷽۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Tarii Rabbiin amala gaarii dhokattuu tanaaan karaa qajeelatti si qajeelchuu, dhimma kee tolchuu fi badii kee siif araaramu danda'a. Seenaa namticha Rasuulli (ﷺ) namni kuni nama jannataati eega jedhanii booda •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳 ibn Umar mana isaa bulee wanta inni hojjatu beekuuf yaale ni yaadanna. ibn Umar namticha kanarraa wanta guddaa isaa hojjatu hin argine. Garuu amala dhokataa tokko itti hime. Innis "Ani takkuu nama Muslimaatti waan badaa yaade hin bulu.' jechuun himeef. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳 Tarii amala gaarii dhokattuu tanatu Jannataan akka gammachiifamu isa taasise. Waan gaariin qalbii keessa yoo jiraatte Rabbiin waan gaarii akka namaaf kennuu fi araaramu akkana jechuun beeksisa: •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• (یَـٰۤأَیُّهَا ٱلنَّبِیُّ قُل لِّمَن فِیۤ أَیۡدِیكُم مِّنَ ٱلۡأَسۡرَىٰۤ إِن یَعۡلَمِ ٱللَّهُ فِی قُلُوبِكُمۡ خَیۡرࣰا یُؤۡتِكُمۡ خَیۡرࣰا مِّمَّاۤ أُخِذَ مِنكُمۡ وَیَغۡفِرۡ لَكُمۡۚ وَٱللَّهُ غَفُورࣱ رَّحِیمࣱ) •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳"Yaa Nabiyyicha booji'amtoota harka kee keessa jiraniin akkana jedhi: "Rabbiin osoo qalbii teessan keessatti waan gaarii beekee, wanta isin irraa fudhatame caalaa waan gaarii isiniif kenna, isiniifis ni araarama. Rabbiin Araaramaa, Rahmataa godhaadha." [Surat Al-Anfal 70] •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Amalooni dhokatoon namni qalbii keessatti dagaagfachuu qabu: iimaana, ikhlaasa, dhugaa dubbachuu(sidq), waan gaarii fi qajeelaa yaaduu fi kan kana fakkaataniidha. •••••••••••••••••••••••••۞﷽۞•••••••••••••••••••••• .💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw

🕳[As wr wb]Dubbisii yo Hin beeknee Barattaa yoo beeytee Yäädachisaa Siif ta'aa📣 Dubbiftaani biraa haa tarina #share gachuun Obbolleewwaan keessani Keeyritii shaarakaa 🚩Hukmii Salaata Jumu'aa 👈 •••••••••••••••••••••••••۞﷽۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Salaanni Jumu'aa muslima dhiira ta’e, ga'eessa, sammuun isaa fayyaa (aaqila) ta’ee fi uzrii kan hin qabne irratti waajiba. Rabbi akkana jedha •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳“Yaa warra amantan! Guyyaa Jumu'aa salaataaf yeroo waamichi godhame gara zikrii Rabbiitti dafaa; …” – (Al-Jumu'aa: 9). •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Hadiitha hafsaan (ra) dabarsiteen Nabiyyiinis ۞ﷺ۞ “Gara Jumu'aa deemuun nama ga'eessa hunda irratti waajiba” jedhaniiru – (Al-Nasaa’ii). Waajibummaa isaa irratti ijmaa'iinis godhameera. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Waan tawhiida hin qabneef jecha kaafira irratti salaata Jumu'aa salaatuun waajiba hin ta’u. Dubartoota irrattis waajiba akka hin ta’in waliigalteen ulamootaa (ijmaaiin) ni jira. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Nama ga'eessa hin ta'inii fi sammuu nagaa hin qabne irrattis waajiba miti. Kunis dirqamni waan irra hin jirreef jecha. Karadeemaa imala qasriin eeyyamamu keessa jiru irrattis salaanni Jumu'aa waajiba hin ta’u. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Nabiyyiin ۞ﷺ۞ fi sahaabonni isaanii hajjiidhaafis ta’e waan biraatiifis yeroo imala deeman tokkoon jaraayyuu Jumu'aa salaatanii hin argamne. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Salaata Jumu'aa Imalatti Karadeemaan (musaafirri) Haala lama keessaa ala hin ta’u:- 🕳Tokkoffaan:- deemsa irra kan jiru yoo ta’e salaanni Jumu'aa dirqama itti hin taatu. Namoota biyya ofii keessa jiran hordofee kan salaatu yoo ta’e malee karaa (mashruu'a) hin godhamneefis. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Azaana lammaffaa booda namoota Jumu'aa salaatuuf qophaahan bira yoo gahe jaraa wajjin ni salaata. 🕳Lammaffaan:- Biyya tokko keessa kan turaa jiru yoo ta’e nama jiraataa biyya sanii hordofee salaatuun waajiba itti ta’a. Ragaaleen waajibummaa salaata Jumu'aa agarsiisan kan waliigalaa (aammii) waan ta’aniif jecha. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Namni bashannanaaf yookiin waan biraatiif bakka tokko deeme bakka deemetti masgiidni Jumu'aan itti salaatamu yoo hin jiraanne dirqamni Jumu'aa salaatuu irra hin jiru. Zhuhrii salaata. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Masgiidni maayilii sadi ol kan hin fagaanne naannoo san yoo jiraate gara san dhaquun waajiba itti ta’a. 🕳Salaanni Jumu'aa dubartii irratti waajiba miti. Haa ta’u malee dhiirootii wajjin argamtee yoo salaatte ni ta’aaf. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Akkasumas karadeemaanis argamee yoo salaate ni ta’aaf. Dhukkubsataanis akkasuma. Waajibummaa isii warra kana irraa hanbisuun jaraaf laaffisuuf waan ta’eef jecha. Namni salaanni Jumu'aa dirqama itti taatu guyyaa Jumu'aa eega aduun dabdee booda odoo hin salaatin karaa deemuun hin eeyyamamuuf. odoo aduun hin dabiniin dura karaa deemuun ni jibbama (makruuha) – karaatti kan isii salaatu yoo ta’e male. Imaamu Maalik ‘karaahaas miti, ni danda’ama’ jedhaniiru. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Jumu'aan Sirrii Ta’uudhaaf Ulaagaalee Barbaachisan 🕳1/ Waytii isiitti salaatuu- salaata fardii waan taateef jecha. Akkuma salaatota biraa waytiin isii seenuun sharxii dha. Waytii isii duras ta’ee booda yoo salaatamte sirrii hin taatu. Rabbi akkana jedha •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳“…Salaanni mo’imintoota irratti dirqama yeroodhaan daangeffamteedha” jedha – (Al-Nisaa’i: 103). 🕳2/ Warri salaatu jiraattota biyyaa kan ta’an namoota sadi kan mana qaban ta’uu qabu – manneen jaraa akka aadaa naannootti meeshaalee ijaarsaaf ta’aniin kan ijaaraman ta’uu qabu.
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.