cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Hãlãl Lõvê

ደስታህን ከሃላል ሚስትህ ጋር እንጅ በሃራም ካገኛሃቸዉ ጋር አትፈልገዉ ፡፡ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ https://t.me/Fazakkirmedia join

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
254
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Namni tamboo xuuxu bu'aa sadii argata! 1. Hin dulloomu 2. Sareen isa hin nyaattu 3. Hattuunis isan hattu ~ Hin dullomu; sababnisaa, carraa dulloomuu osoo hin argatiin, sombisaa miidhamee, dafee waan du'uuf. Sareen isa hin nyaattu; sababnisaa, namichi sombisaa burkutaa'ee waan dadhabuuf, ulee dhadhaabbachaa deema; sareenis nama ulee qabatee deemu ni sodaatti. Hattuun isa hin hattu; sababnisaa, hattuun halkaan yeroo manasaa saamuu dhaqxu, namichi halkan guutuu qufa'aa waan buluuf, hattichis "dhaga'aa jira" jechuun ofirra deebi'a! Akka sirritti na hubattan abdiin qaba! Fayyaa keenya eeggachuuf tamboo xuuxuurraa of haa eeggannuun dhaamsa keenya
Показать все...
Dur baraaduurii namnii walif Qoricha amma garuu waliif ibiicha utuu akka namaa ammatii halkaan tokko hin bultuu harkaa raabbii taauf harra geenyee Aiii yaabaraa durii utuu deebiitee duur ollaan waliif kafaana amma garuu hamma softii hin gahuu uuuuuf yaarraabbiko atii nuf araaramii
Показать все...
Qalbii Qulqulluu (Qalbu Saliim) Rabbiin Qur’aana keessatti Nabi Ibraahiim (AS) akkana jechuu isaa nuuf hima. وَلَا تُخْزِنِي يَوْمَ يُبْعَثُونَ (87) يَوْمَ لَا يَنْفَعُ مَالٌ وَلَا بَنُونَ (88) إِلَّا مَنْ أَتَى اللَّهَ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ (89) “Guyyaa isaan kaafaman na hin salphisin. Guyaa qabeenyi fi ilmaanis homaa hin fayyadne. Nama qalbii qulqulluun Rabbitti dhufe malee” Suurah Ash-Shu’araa’i :86-88 Akka Rabbiin qalbii teenna shirkii, bid'aa, fedhii lubbuu badaa ta'e, gaflaa fi hawwii qullaa irraa nu qulqulleessu yeroo hunda kadhachuu qabna. Hdiisa Sahiih Muslim keessatti akka gabaafametti Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jechuun kadhatan: …...اللَّهُمَّ آتِ نَفْسِي تَقْوَاهَا وَزَكِّهَا أَنْتَ خَيْرُ مَنْ زَكَّاهَا أَنْتَ وَلِيُّهَا وَمَوْلاَهَا “…Allaahumma aati nafsii taqwaahaa wa zakkihaa, anta kheyru man zakkaahaa, anta waliyyuhaa wa mawlaahaa…” (Yaa Rabbii! Nafsee teenya qulqulleessi, taqwaa kennif. Ati hunda caalaa Kan isii (nafsee) qulqulleessuudha. Ati Kan isiitti dhiyoo taate fi tiiksudha." Sahiih Muslim Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa
Показать все...
Kolfi ~ Mee bisiq godhe kolfi yaa qaxalee Kolfi umrii'n gabaabsu ni dheeressa malee ~ Kolfi kee fayyaadha fuulli kan kees ifaa Gammachuun garana karaa keetin dhufaa ~ Gammadi damma koo sesseeqii taphadhuu Gadda ajjeesitoo gammachuun jiraadhuu ~ Kolfi kee kolfa koo gaddi kees naaf gaddaa Ifni jireenya koo ilkaan keerraa maddaa ~ #Share ደስታህን ከሃላል ሚስትህ ጋር እንጅ በሃራም ካገኛሃቸዉ ጋር አትፈልገዉ ፡፡ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ https://t.me/Fazakkirmedia join
Показать все...
Hãlãl Lõvê

ደስታህን ከሃላል ሚስትህ ጋር እንጅ በሃራም ካገኛሃቸዉ ጋር አትፈልገዉ ፡፡ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯

https://t.me/Fazakkirmedia

join

#Cinqaa_Qiyaamaa ➥Ergamaan keenya (SAW) akkana jedhan; « يَعرَقُ النَّاسُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ حَتَّى يَذْهَبَ عَرَقُهُمْ فِي الْأَرْضِ سَبْعِينَ ذِرَاعًا، وَيُلْجِمُهُمْ حَتَّى يَبْلُغَ آذَانَهُمْ ». ➾[Ilmi namaa guyyaa qiyaamaa ni dafqa, hanga dafqi isaanii -guddinna irraa kan ka’e-#dhundhuma/ciqilee 70 dachee jala gadi deemu takka,...ergasii achii ol deebi'ee afaan isaanii lugaama, hanga gurra isaanii biraan bahutti...} 📙 مُتفقٌ عليه• #Bukaarii fi #muslimtu odeesse. Joiin ደስታህን ከሃላል ሚስትህ ጋር እንጅ በሃራም ካገኛሃቸዉ ጋር አትፈልገዉ ፡፡ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ https://t.me/Fazakkirmedia join
Показать все...
Hãlãl Lõvê

ደስታህን ከሃላል ሚስትህ ጋር እንጅ በሃራም ካገኛሃቸዉ ጋር አትፈልገዉ ፡፡ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯

https://t.me/Fazakkirmedia

join

Imimmaan dhiiraa Yeroo takka takka dubbiin jabaatte ija dhiiraa kessaa imimmaan gad roobsitu Dhiirti rakkoo kessaa isaa gubde hogaa akka itti ibsu dhabe al takka takka imimmaan roobsa Imimmaan buusuun dhiiraa ammoo laafina yokaan dadhabinaa miti beeki Akka ini ciniinnatee galma gahu godha Akka tattaafate galma gahuu godha Akka if jijjiire biyya jijjiru godha Yaa ilmaa dhiiraa abdiin murin Hariiroo si fi rabbi jidduu jirtu cimsii Tattaafi tee itti fufi galma yaadde ni geeysa Horaa bulaa Carraa tolaa . ደስታህን ከሃላል ሚስትህ ጋር እንጅ በሃራም ካገኛሃቸዉ ጋር አትፈልገዉ ፡፡ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ https://t.me/Fazakkirmedia join
Показать все...
Hãlãl Lõvê

ደስታህን ከሃላል ሚስትህ ጋር እንጅ በሃራም ካገኛሃቸዉ ጋር አትፈልገዉ ፡፡ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯

https://t.me/Fazakkirmedia

join

Aakhiratti gaabbuun dura ibidda azaabaa irraa ifiif maatii keennas akka tiksinuuf ajajamne. قال الله تعالى:- (يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ قُوٓا۟ أَنفُسَكُمْ وَأَهْلِيكُمْ نَارًا وَقُودُهَا ٱلنَّاسُ وَٱلْحِجَارَةُ عَلَيْهَا مَلَٰٓئِكَةٌ غِلَاظٌ شِدَادٌ لَّا يَعْصُونَ ٱللَّهَ مَآ أَمَرَهُمْ وَيَفْعَلُونَ مَا يُؤْمَرُونَ) "Yaa warra amantan! Lubbuu keessaniifi maatiiwwan keessan ibidda qoraan isii namootaafi dhagaa hedduu ta'e irraa eegaa; Isii irraa maleeykota garaa jabeeyyii, ciccimoo ta'antu jiru; Waan Rabbiin isaan ajaje hin faallessan, waan ajajamanis ni hojjatu" Harra Duniyatti ajaja Rabbii didnee yookaan dagannee, Bor Aakhiratti gaabbii fi hawwiin adabbii jalaa nama hin baasu. Rabbiin Ol ta'e akkana jedha :- ﴿ وَلَوْ تَرَى إِذْ وُقِفُوا عَلَى النَّارِ فَقَالُوا يَا لَيْتَنَا نُرَدُّ وَلا نُكَذِّبَ بِآيَاتِ رَبِّنَا وَنَكُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِين ۞﴾ [الأنعام:27] “Yeroo isaan ibidda irra dhaabamanii "yaa hawwii keenya! otoo (addunyaatti) deebifamnee aayatoota Rabbii keenyaas kijibsiisuu dhiifnee mu'umina irraas taanee" jedhan argitee (waan rifachiisaa argita ture)” Ammas Suuratul Furqaan keessatti Rabbiin-subhanahuu wata'aalaa- akkana jedha :- ﴿ وَيَوْمَ يَعَضُّ الظَّالِمُ عَلَى يَدَيْهِ يَقُولُ يَا لَيْتَنِي اتَّخَذْتُ مَعَ الرَّسُولِ سَبِيلا ۞ يَا وَيْلَتَى لَيْتَنِي لَمْ أَتَّخِذْ فُلانًا خَلِيلا﴾ [الفرقان:27~28] “Guyyaa zaalimni (miidhaa hojjattoonni) “yaa badii koo! otoon Ergamaa wajjiin karaa sirrii qabadhee” jedhee [gaabbiidhaan] harka isaa lamaan ciniinu [yaadadhaa]. Yaa badii kiyya! Otoon ebaluun jaalallee onnee taasifachuu baadhee maal qaba!” (jedhan) Rabbiin Ol ta'e Ammas Suuratul Ahzaab keessatti akkana jedha :- ﴿ يَوْمَ تُقَلَّبُ وُجُوهُهُمْ فِي النَّارِ يَقُولُونَ يَا لَيْتَنَا أَطَعْنَا اللَّهَ وَأَطَعْنَا الرَّسُولا۞﴾ [الأحزاب:66] “Guyyaa fuulli isaanii ibidda keessatti gara gaggalfamtu, “yaa hawwii keenya! Otoo ajaja Rabbiitiifi ajaja ergamaa (Isaa) fudhannee” jedhan” Yaa Rabbii warra Duniyaa irratti ajaja kee raawwatee, Aakhiratti adabbii jalaa bahu nu taasisi! . @fazakkirmedia
Показать все...
Hayyichi guddaan ibraahim An-Nakha'iin ijji isaa rakkina qaba ture akkasumatti barataan isaa Suleeymaan ibnu Mihraan dandaytiin waa arkuu isaa dadhabaa ture. Kana gaaf tokko wal qabatanii magaalaa Kuufaa keessa kara masjidaa deemuu eegalan. Yeroo kana Ibraahim " Yaa suleeymaan anis karaa biraatin atis karaa biraatin haa demnu . Ummanni gowwaan yoo nu arkan jaamaatu jaamaan deema ja'anii nu hamatanii diilawan " ja'een. Suleeymaanis " Duuba maal rakkoo qaba isaan dilaawanii yoo nutu ajrii arkanne ? " jachuun gaafate. Hayyichis " Maaltu sirraa hanqata yoo isaan nagaya bahanii ; atis ajriin hama isaanitin arkattu yoo sirraa hafe ?! " jachuun deebiseef. " Hanga dandeenyuun fooddaa ittiin namni sababa keenyaan dilaawu san haa danqarru ! " 📎May
Показать все...
Показать все...
Hãlãl Lõvê

ደስታህን ከሃላል ሚስትህ ጋር እንጅ በሃራም ካገኛሃቸዉ ጋር አትፈልገዉ ፡፡ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯

https://t.me/Fazakkirmedia

join

Yaa Rabbii.... ✔Obsa nu jalaa hin dhumne, ✔Seequu nurraa hin fagaanne, ✔Faaruu yoomuu addaan hin cinne....., nuuf kenni Yaa Allaah. Join👉 https://telegram.me/fazakkirmedia
Показать все...
Hãlãl Lõvê

ደስታህን ከሃላል ሚስትህ ጋር እንጅ በሃራም ካገኛሃቸዉ ጋር አትፈልገዉ ፡፡ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯ ☆Join☆ ✯ ┄┅┅✿❀♥️❀✿ ┅┅┄✯

https://t.me/Fazakkirmedia

join

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.