cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Yaada waliif

...jireenya baratamoo hawaasummaa keessatti laaqamnee, ulaagaalee hawaasni nuf kaa'en, sarara naannoon keenya nuf sararteen dandeettii keenya daangessinee hanga Yoom Jiraanna.

Больше
Рекламные посты
210
Подписчики
Нет данных24 часа
-17 дней
-330 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Hedduu wanin sii jalaadheef nan jibbu jattee dogogara fokkota hin hojjatin akkuma bayee jalatamanitti  wantii dogogoraa jalaala baleessu. hojachuun caalattii jibba fiddii jibamuuf if hin mudiin
Показать все...
Na jibbuun kee ana hin aarsu sababnisaa hiikaa jaalalaatu siif hin galle.
Показать все...
#QABIYYEE_JIREENYA Jireenyi walitti makama bal'dhinnaa fi rakkinnaa gammachuu fi gaddaa,nageyaa fi jeequmsaa, milkaayinnaa fi kufaatii jaalalaa fi jibbaa akkuma ta'e dhuma irratti jiruu fi du'aatti. Dacheen ilma namaa maraafuu ganda keessummaati malee,Jireenya bara baraatii miti.Jireenyi qabbiyyee adda addaa qabdi        FKN. ☑️Jireenyi yaaliidha -~Callistee hin taa'in. ☑️Abdiidha ~Obsaan eeggadhu Kennaadha~Hin tuffatan ☑️Bu'aa ba'iidha ~Seexaa/Qalbii godhadhu ☑️Daawitidha ~Keessatti of ilaali. ☑️Addeemsaa ~Akka har'aa qofa miti ni jijjiirama. ☑️Rakkinnaa~Danda'ii dabarsi Suutaa~Itti hin ariifatin ☑️Gumaachaa~Itti gammadi. ☑️Yaaddoodhaa ~Obsii dabarsi. ☑️Dirree qabsoti ~Wal'aansoo kee itti fuufi. ☑️Al_tokko qofaadha~Of eeggadhu. ☑️Kan boriiti~qophaayi ykn har'a itti hojjadhu ☑️Kan dhuunfaati ~Kan kee namni biroo fudhatuu hin danda'u. ☑️Qormaata~Jabaadhuu keessa darbi. ☑️Galaana ~Ni darban. ☑️Burreedha~Itti hin dhiphatin Dorgommiidha ~Moo'ichaaf tattaafadhu. ☑️Ni darba ~Ittiin of hin tuulin ☑️Ba'aadha ~Ni ulfaata malaan baadhu. Maddii isa kitaaba icciitii Jireenyaa irraa. @yada_walif
Показать все...
Показать все...
Sammuun keenya lama keessaa tokko. Yookii Sammuu Jijjiramaaf Guddinaaf Qophaawaa tahe. Kanaan Growth Mindset Jennaan. Inni lammataa immoo Fixed mindset jennaan. Kunimmoo sammuu jijjiirama jibbuudha. Namni sammuu jijjiiramaaf qophaawaa qabu, carraa of jijjiirudhaaf qabu sirriitti itti fayyadama. Ofirraahis namarraahis barachuuf qophaawadha. Inni kuun immoo hamma dandahameen waanuma ofii itti amane qofa akka namni biraa mirkaneessuf barbaada. Jijjiiramaaf hin hojjatu. Wanti hundis dhalootaan wal qabata jedhee yaada. Ati walii kami?! Kanuma Keenyas Oluma @yada_walif
Показать все...
Abdii kuti, Eyyee abdii kuti! Muka guddaa hin taatu Xaxamtuun coqorsaa Abdii hin kutiin jedhee Maalittan si gorsaa? Ol joortee - gad joortee Of hin dhorkiin fayyaa Abdii kutii dhiisi Abdii kutuu wayyaa! Waan bu’aa sii hin taanetti Maal gochuuf dadhabdaa? Jibbaafi inaaffaarraa Abdii kutuu qabda! Abdii kuti maaloo Of hin cabsiin ceekuu Jaalala lagatee namni jibba abdate Galma ga’ee hin beeku! Lataa Qana'ii @yada_walif
Показать все...
✍ Karaan bareedaan ati dhugaa itti dhoksuu dandeeasuun yoo jiraate.... dhugaa bifa qoosaa gootee namatti himuudha. @yada_walif
Показать все...
☘🖊. Meeshaan hundi Wanta isii keessa kaa'amurraan kan ka'e ni dhippatti. Garuu Meeshaan ilmii keessa kaa'atan bal'ataa Deema malee akka Meeshaalee biraa hin dhiphatu"🌼                     •••══✿🍃🌷🍃✿══•••
Показать все...
Hundi keessanuu bakka itti Godaantan Barbaaddadhaa. Maaliif yoo jettan.... . . . . . Jaalallee kootifan Addunyaa Guutuu kennaara 😍 @yada_walif
Показать все...
✍"Addunyaa kana irratti namni akka isaa caaltee argamtu siif hawwu Abbaa kee qofaa" Gaafa dhiibbaa garagaraa sirratti godhu Yeroo siin lolu si jibbee osoo hin taane akka ati fagaattee mul'attuufi. Yaadni isaa yeroo hundaa fuuldura keetiif Gaafa yaaddahee dhiphatus jiruu keetiif ♡ #Abbaa keenyaaf Umrii Dheeraa ✌️ @yada_walif
Показать все...