cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Dawaa Qalbii

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

Больше
Рекламные посты
6 314
Подписчики
+324 часа
+157 дней
+18830 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
⚡⚡ 5K+ Channels! ⚡⚡        ↓Click and join us↓ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Waver: @Rafiqul_Islaam    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬     @hope_promotions         
10Loading...
02
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐀𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐐𝐨𝐟𝐭𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!!               🌹🌹🌹            🥀🌹🌹        🥀 🌹 🥀      🌹🌹🌹🌹   🌹🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹 🌹 🌹 🌹🌹🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹🌹🌹 🌹 🌹🌹🌹🌹🌹 🌹   🌹🌿🌹🌹 🌿          🌿 🌿               🌿.           🌸  🌸              🌿          🌿🌿🌿             🌿.      🌿 🌿 🌿            🌿.   🌿🌿 🌿           🌿 🌿🌿 🌿           🌿 🌿 🌿             🌿              🌿.              🌿.              🌿.            🌿 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒍𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝑸𝒐𝒇𝒕𝒊 𝑮𝒂𝒅𝒊 𝑻𝒖𝒒𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂!!! 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
410Loading...
03
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
390Loading...
04
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
600Loading...
05
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
420Loading...
06
Media files
980Loading...
07
''Nama beekumsa qabu ta'ee Rabbiin wal arguun barbaada'' Dubartiin waggaa 63 Ummu Abdullaahiin seenaa hojjatte. Ummu Abdullaahiin umrii isii 17tti heerumtee booda ilmaan isii kunuunfachuuf barnoota addaan kutte. Dubartiin kun ilmaan 11 kan qabdu yoo ta'u isaan guddifataa turtee waggoottan 42f barnoota isii addaan kuttee kan turte yoo ta'u umrii isii 59'tti gara barnootaattu deebite. Kunoo umrii isii 63'tti gargaarsa Rabbiitiin University Hail irraa eebbifamte. Kaka'umsi isii kun yeroo dhaga'amu ijoo dubbii ta'e. Waa'ee kutannoofi milkaa'ina isii kana irraa yeroo gaafatamtu ''Nama beekumsa qabu ta'ee Rabbiin wal arguun barbaada'' jette Ummu Abdullaahiin. Odeeffannoof Startup Saudi wabeeffadheera. Kun isaan abdii kutataniif, milkaa'ina dhabuu isaaniitiif kutannoo dhabuu isaanii dhiisanii isaan carraa isaanii abaaraaniif, isaan dadhabina isaanii sababoota furuu danda'an garaa garaa uumanii ittiin of gowwoomsaniif, isaan barnoota barachuun kan daa'immaniifi dargaggootaa qofa ta'ee itti mul'atuuf milkaa'inni Ummu Abdullaahii galtee ittiin jijjiiramaniifi seenaa irraa hubataniidha. Amar Temam Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa Tik
960Loading...
08
🚁 𝐄𝐥𝐞𝐤𝐨𝐨𝐩𝐭𝐚𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐥  𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢!!  𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐞 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐚𝐚!!    ▬▬.◙.▬▬     ▂▄▄▓▄▄▂ ◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤ █▄ █ █▄ ███▀▀      ◙        ◙ 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒅𝒅 "👇Join👇" 𝑲𝒂𝒏 𝑱𝒆𝒅𝒉𝒖 𝑻𝒖𝒒𝒊𝒊 𝑺𝒆𝒆𝒏𝒊𝒊. 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝑯𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖 𝑺𝒊 𝑮𝒂𝒎𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒖𝒕𝒖 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝑱𝒊𝒓𝒂𝒂 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
830Loading...
09
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣ ┏━━━━━━━━━━┓ Gorsaa fi Barnoota ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Dhimmota Maallaqaaf ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓   Maallaqa Argachuuf ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Dhimmota Maallaqaaf ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Akkaataa isaa baruuf ┗━━━━━━━━━━┛ Waliin barannee waliis haa barsiifnuu📚📚 ❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███
670Loading...
10
Deebiin sirriin Naayijeeriyaadha
1360Loading...
11
𝖩𝗈𝗂𝗇 𝖠𝗅𝗅 2𝖪+ 𝖳𝖾𝗅𝖾𝗀𝗋𝖺𝗆 𝖢𝗁𝖺𝗇𝗇𝖾𝗅𝗌 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Click join   ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬       ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥       █        J O I N          █                 ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢    ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Waver: @Rafiqul_Islaam    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬     @hope_promotions
1290Loading...
12
Media files
1610Loading...
13
Hojiiwwan Guyyoota Zul Hijjaa Kanatti Hojjetamuu Qaban Keessaa Shan: 1️⃣Soomu: Guyyoota Kanneen Keessa Soomu Yoo Danda’ame Guyyoota Zul-Hijjaa Irraa 1-9 Walitti Aansuun Soomu. Maalif? Soomni Mataan Isaa Qaama Hojii Gaariiti. Kana Malees, "Nabiyyiin (Saw) Guyyaa Sagali Zul-Hijjaa Soomana Turan." 2️⃣Zikrii Baay’isuu:- Faarfanna Rabbii (Alhamdulillah), Takbiira (Allahu Akbar), Tesbih (Subhanallah) Fi Tahlil (La Ilaha Illallah); Sagalee Isaa Ol Kaasuu Fi Zikroota Kana Tolchuu Jaallata Ibaadaa Isaan Yaadachiisuufi Maqaa Rabbii Ol Kaasuuf Hadiisa Abdullaah Ibnu Umar Dabarsan Keessatti Nabiyyiin (Saw) Akkana Jedhan Guyyoonni Rabbiin Biratti Guddaa Ta’anii Fi Hojiin Gaariin Guyyoota Kurnan Kana Caalaa Jaalatamaadha, Kanaaf Tahliila; Takbiiraa Fi Tahmida . Ulfinni Rabbiif Haa Ta'u! Laa Ilaha Illallah Walahu Akbar Walilahilhamd 3️⃣Salaata: Guyyoota Kanatti  Salata Fardii Yeroodhaan Gara Masjiida Dhaquun Salaata Sunnaa Baay’isuun Guyyaa Hunda Gocha Jaalatamaadha, Garuu Guyyoota Kanatti Gocha Baay’ee Jaalatamaadha. 4️⃣Guyyaa ``Arafaa Soomu: Rasuulli (Nageenyi Isarratti Haa Jiraatu) "Nama Guyyaa ``Arafaa Soomane, Cubbuu Waggaa Darbee Fi Bara Dhufu Rabbi Dhiisaf Jedhan." (Muslim) . 5️⃣Sadaqaa Dabaluu, Qur'aana Qara'uu Fi Ibaadaa Biroo Baay'isuun Hojiiwwan Guyyoota Kurnan Kana Keessatti Cimsuu Qabnuudha. T.me/Sammaan
2143Loading...
14
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
650Loading...
15
⚡⚡ 5K+ Channels! ⚡⚡        ↓Click and join us↓ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Waver: @Rafiqul_Islaam    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬     @hope_promotions         
810Loading...
16
🍀➻. Arrabni kee Zikrii  Rabbiitiin ﷻ jiidhaa ta'uurraa hin Deemin.
1660Loading...
17
𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇👇 https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
1490Loading...
18
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
1730Loading...
19
Media files
2200Loading...
20
Biiroon Barnootaa Oromiyaa barattoota miiliyoona 1.6 oliif Qormaata kutaa 6ffaa, kutaa 8ffaafi 12ffaaf kennuuf akka jedhu beeksise.
1900Loading...
21
Oduu Gaddaa. Dargaggoo cimaa fi daa'ii Islaamaa kan ta'e, Abdul Latif Miyaki har'a ganama du'aan addunyaa irraa godaane. Abdul Latif Miyaki dargaggeessa dandeettii guddaa qabu dha. Rabbiin ol-ta’aan isaaf haa araaramu, hojii gaggaarii isaa irraa haa qeebaluu, sadarkaa ol’aanaa jannataa keessatti isaaf haa kennu. Yoo nuti du'a daganne malee, duuti nu hin daganne, nus dagachuudhaaf hin jirtu. Rabbiin kaatimaa keenna haa bareechu. Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa T.me/Sammaan
1970Loading...
22
Jannata keessa laga Al-Khowsar jedhamutu jira. Lagni kuni ija lamaan Jannata keessaa gara alaatti gadi dhangala’a. Bishaan achitti walitti qabamu Al-Howdh jedhama. Al-Howdiin kuni dirree Mahshar lafarra ciisa. Lameenuu laggeen Nabi Muhammadiif RABBI badhaasa aakiratti badhaasaaf qopheesse !! Al-Howdiin kuni osoo siraaxa gama achi hin bahin siraaxaa asitti argama. Namuu laga san habbuuqqatee qoma dheebuun bobahe qabbaneessuuf achitti fiiga. Garuu Ummata Sunnaa isaanii qabate qofaaf hayyamni kennama. Miidhaginaa fi guddina laga sanii Nabi wayta himan dhagahi;” Lagni koo Al-Howdh,bal’inni isaa deemsa baatii tokkoo dheerata,bishaan isaa aannan caala addaata. Mi’aan isaa damma caala mi’aawa. Fooliin isaa miskii caala urgaa’a. Hedduminni kubbaayyaa (Glass) isaa baay’ina urjii samii caala. Namni laga san takka habbuuqqate,abadan hin dheebotu “ Jedhan رواه البخاريّ !!! Yeroo himanuu akkatti namatti tolu argitee !? “ Nama Karaa Isaani Hordofe Bishaan Kowsar Irratti Wal Argu rabbi anu haa Godhu Aamiin .
1820Loading...
23
Manni murtii Magaalaa Adaamaa murtii sirrii fi irraa baratamuu kenne. Eessattu nama nama ajjeese ajjeessuu qofatu furmaata. Malee; hidhanii qallabanii nama biroos akka ajjeesuu carraa kennufin sirri miti. Yakkamaan haala Suukaneessaan Haadha isaa ajjeesse adabbiin du'aa itti murtaa'e Caamsaa 23, 2016 Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Yakkamaa haala suukaneessaan Haadha isaa ajjeesuun himatame adabbii du'aa itti murteesseera. Himatamaan dargaggeessi umrii waggaa 28 Fiqiruu Ashannaafii jedhamu Yakka Ajjeechaa suukaneessaa Haadha isaa irratti Bitootessa 21, 2016 kutaa magaalaa Boolee Aanaa Dhakaa Adiitti raawwachuun himatame ragaan mana yaalaa fi namaatiin itti mirkanaa'eera. Haaluma kanaan Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Dhaddacha har’a jechuun 23/9/2016) ooleen Seeraa yakkaa Ajjeechaa cimaa raawwachuun yakkamaa ta’uu mirkaneessera. Manni murtichaa gulantaa 39 jalatti Adabbii du'aa himatamicha irratti murteesseera. Chaanalii Teelegraamii Redwaan Amiin Hordofaa https://t.me/redwanamin39
2010Loading...
24
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
1100Loading...
25
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
1180Loading...
26
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
580Loading...
27
⚡⚡ 5K+ Channels! ⚡⚡        ↓Click and join us↓ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Waver: @Rafiqul_Islaam    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬     @hope_promotions         
1300Loading...
28
​22/09/2016 #Hubachiisa #Qormaata_kutaa_6ffaafi_8ffaairratti dhimmoota #xiyyeeffannoo_barbaadan:- ---------------------- Biiroon Barnootaa Oromiyaa seenaa keessatti isa jalqabaafi adda ta'e barattoota miiliyoona 1.4 ol ta'aniif qormaata Naannoo kennuuf qophii xumureera. Qormaata Naannoo kan fudhatan barattoota #kutaa_6ffaa 731,955 #kutaa_8ffaan immoo, 672,500, #walitti_barattoota 1,404.455 yoo ta'an, #Caamsaa 29-30/2016fi #Waxabajjii 4-5/2016tti walduraa duubaan qormaata kan kennu ta'uun beekameera. #Baay'inni #barattoota_qormaata_fudhachuuf_qophaa'anii (kutaa 6fi 8 qofti) lakkoofsa biyyoota addunyaa hedduu(#Jibuutii_dabalatee_baay'ina #ummata_biyyoota_70 ol ta'an kan caaludha. Akka naannootti barattoota heddummina hanganaa qaban qoruu jechuun humna namaa, maallaqaafi meeshaalee hedduun kan irratti dhangala'e ta'uun beekamaadha. Kanaafuu, Qormaatni kun akka galma gahu hawaasni, maatiin baratttootaa, caasaan mootummaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaa sadarkaan jiru, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee, abbootiin amantii, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, qaamni waraqaa qormaataa geejjibsaa jiru, qaamni waraqaa qormaataafi iddoo qormaataa hordofu hundi #firiin_barattoota_keenyaa_akka_jalaa_hin_qisaasamne qormaatni raabsamee, kennameefi waraqaan deebii qormaataa hanga Biiroo Barnootaatti deebi'utti, #keessattuu_Gumiin_Tiraansiformeeshiinii_Barnootaa_Oromiyaa_sadarkaan_jirru_hundi_xiyyeeffannoo_olaana_kennuun_hordofuu qabna. #Xiyyeeffannoowwan; #Waraqaan_qormaataa_yeroo geejjibamu_konkolaataa irratti/bakka kuufamutti roobni akka hin tuqne, bakka wanti waraqaa nyaatu hinjirre(hantuuta),fi kkf hin jirre taa'uu qaba. #Qormaatni_hannaaf_akka_hin-saaxilamne, #Iddoon_Qormaatni_itti_kennamu nagaa kan qabuufi waca hin qabne. #Qormaata_booda,_waraqaan_deebii of eeggannoon saamsamee gara BBO akka dhufu hordoffii wal irraa hincinne gochuu milkaa'inaaf haa hojjannu.. #CARRAA_GAARII ! -BBO- 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
2440Loading...
29
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣  ⇣⇣ ┏━━━━━━━━━━┓ Gorsaa fi Barnoota ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Dhimmota Maallaqaaf ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓   Maallaqa Argachuuf ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Dhimmota Maallaqaaf ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓ Akkaataa isaa baruuf ┗━━━━━━━━━━┛ Waliin barannee waliis haa barsiifnuu📚📚 ❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███
1050Loading...
30
RABBIIN ISINIIF HAA TAASISUU !!! ••••••••••••••••••••••••••••••••••• • Boqonnaa Keessan Salaata Isiniif Haa Taasisu • Dubbii Teessan Qur’aanaa Isiniif Haa Taasisu • Deeminsa Keessan Gara Masjida Isiniif Haa Taasisu • Yaanni Keessa Hunda iimaana Rabbiin Isiniif Haa Taasisu • Jaalallee Keessan Rasuula S.A.W Isiniif Haa Taasisu • Qabeenya Keessan Isiniif niif Haa Taasisu • Uffata Keessan Shari’aa Isiniif Haa Taasisu • Fakkeenya Keessan Sahaabaa Isiniif Haa Taasisu • Hawwwii Teessan Hunda Jannata Isiniif Haa Taasisu • Jecha Keessan Kan Dhumaa Shahaadaa Isiniif Haa Taasisu • Yaadaa fii Muraada Keessan Hunda Rabbi Isiniif Haa Guutu • Gufuu fii Gufaata Hunda Jalaa Najaa Isin Haa Baasu Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa https://t.me/Nuura_qalbii
2291Loading...
31
▣ Click on This 👇          Join Us              ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘                  🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                  🎋    🍃🍃🍃🍃                  🎋🍃🍃🍃🍃🍃                  🎋🍃🍃🍃🍃                  🎋                  🎋                  🎋       ⿻ Join Us ⿻       ⿻ Join Us ⿻       ⿻ Join Us ⿻       ⿻ Join Us ⿻
1390Loading...
32
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa. Kun Baankii Oromiyaati 1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5728376436 2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema. Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ! ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው! 1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5728376436 2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4. ወደ ቦቱ ይመለሱ 5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ 6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ! ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
2640Loading...
33
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚❓ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
1900Loading...
34
Abbaa feete jibbi, abbaa feete jaaladhu, jireenyi ittuma fufa. Ati jaalatteef wanni nama biraatiif dabalamu, ati jibbiteef wanni nama biraa irraa hir'atu hin jiru.👌 حياتك اولا #حياتك
2371Loading...
35
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
890Loading...
36
Labsiin Hijaabaafi niqaaba dhorku akkasumas jama'aadhaan bakkoota garaa garaatti salaatuu dhorku ragga'uufi Spider Media: Zulqaida 19/1445 Labsii falmsiisaan Ministeera Haqaatiin qophaa'e ''Labsiin Dhimmoota Amantaa'' qindeessummaa Ministeera Nagaatiin dhaabbilee amantaa garaa garaa waliin mariin irratti taasifameera. Labsiin Dhimmoota Amantaa qophaa'ee ragga'uuf jedhu kun hijaabaafi niqaaba kan dhorku, manneen barnootaafi baakkoota biroo tokko tokkotti jama'aadhaan salaatuu kan dhorkuudha. Kun ammoo barsiisa islaamummaa waliin guutummaan guutuutti kan wal faallessu waan ta'eef Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa komiisaa xalayaadhaan ibsuu Spider Media n gabaasaa turuun ni beekama. Hijaabniifi niqaabni dubartii Islaamaatiif gocha Rabbiin isii itti isii ajaje waan ta'eef seera kamiyyuu baasuun dhorkuun akkasumas mirga amantaa fedhan hordofuufi gochoota inni itti ajaju raawwachuu dhorkuun akka hin danda'amne manni maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa waltajjii marii dhimma labsichaa irratti qophaa'an irratti argamuun ibsaa ture. Muslimni Itiyoophiyaa biyya isaa ijaareefi tiksee har'aan ga'e keessatti mirga isaa kan ta'e mirga amantaa fedhe bilisaan hordofuufi raawwachuu osoo qabuu shira bifa qinda'aa ta'een xaxameen uffata amantichi itti ajaju uffatanii barachuufi hojjachuun akka hin dandeenye godhamaa kan ture yoo ta'u hinumaa seera sarbama mirgaa kana tumsu baasuun hawaasicha jilbeenfachiisuufi amantaa isaa sirnaan akka hin hordofneefi hin raawwanne gochuun biyyattii rakkoo ulfaataa keessa seensisuu waan ta'eef adeemsi kun hatattaaamaan sirraa'uu akka qabus hubachiiseera. Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1 WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia >#SpiderMedia
2290Loading...
37
📃*| Hojiif qophaa'uun Mallattoo Rabbiin ﷻ Kheeyrii Garbicha qunnamsiisuu fii Mallattoo Murannaa Dhugaa qabaachuu isaati. Ibaadaan kamuu qophii fii niyyaa dhugaa barbaaddi. Waqtiilee kheeyrii gurguddoo kheeysaa tokko; Guyyaalee kurna barakheeyfamtuu guyyoota 10 Zulhijjaati. Hojiileen isii kheeysa hojjetamtu caalmaya qabdi. Guyyaa arafaa fii guyyaa qalmaa (Guyyaa Hajjii Guddoo) tu isii kheeysa jira. Rabbiin ﷻ Sadarkaa Guyyoonni 10 kun qaban olfuudheeti dubbate. Inumaa Rabbiin ﷻ Halkanoowwan Kurna isiitiin kakate. " (والفجر وليال عشر)". Amma Gaaffiin tiyya; Maal isiif Saganteeysite. Sagantaan ati 10 kana keessatti qabatte Maal Faadha??. 🍀                       *|[ ammumaan itti Qophaa'uu nu feesisa. ]|*
2300Loading...
38
📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!        ┏┓        ┃┃╱╲        ┃ ╱╱╲╲        ╱╱╭╮╲╲        ▔▏┗┛▕▔     ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲ ╱       ωєℓ¢σмє™             ╲    ╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲     ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔ Open Home - Click here Ads @Xiin_Sammuu @Daaru_Salaam
1930Loading...
Показать все...
𝐂𝐋𝐈𝐂𝐊 𝐇𝐄𝐑𝐄
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Показать все...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
Показать все...
Chaanaalota Barnootaa
Chaanaalota Da'awaalee
Chaanaalota Bashannansiisoo
Chaanaalota Kubbaa Miilaa
Chaanaalota Dinqisiisoo
Best Channel Join
Hope Promotion
Фото недоступноПоказать в Telegram
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
Показать все...
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐩𝐩𝐥𝐢𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐩𝐢𝐭𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐝𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Фото недоступноПоказать в Telegram
''Nama beekumsa qabu ta'ee Rabbiin wal arguun barbaada'' Dubartiin waggaa 63 Ummu Abdullaahiin seenaa hojjatte. Ummu Abdullaahiin umrii isii 17tti heerumtee booda ilmaan isii kunuunfachuuf barnoota addaan kutte. Dubartiin kun ilmaan 11 kan qabdu yoo ta'u isaan guddifataa turtee waggoottan 42f barnoota isii addaan kuttee kan turte yoo ta'u umrii isii 59'tti gara barnootaattu deebite. Kunoo umrii isii 63'tti gargaarsa Rabbiitiin University Hail irraa eebbifamte. Kaka'umsi isii kun yeroo dhaga'amu ijoo dubbii ta'e. Waa'ee kutannoofi milkaa'ina isii kana irraa yeroo gaafatamtu ''Nama beekumsa qabu ta'ee Rabbiin wal arguun barbaada'' jette Ummu Abdullaahiin. Odeeffannoof Startup Saudi wabeeffadheera. Kun isaan abdii kutataniif, milkaa'ina dhabuu isaaniitiif kutannoo dhabuu isaanii dhiisanii isaan carraa isaanii abaaraaniif, isaan dadhabina isaanii sababoota furuu danda'an garaa garaa uumanii ittiin of gowwoomsaniif, isaan barnoota barachuun kan daa'immaniifi dargaggootaa qofa ta'ee itti mul'atuuf milkaa'inni Ummu Abdullaahii galtee ittiin jijjiiramaniifi seenaa irraa hubataniidha. Amar Temam Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa Tik
Показать все...
Spider Media

Sacrifice of truth

Deebiin sirriin Naayijeeriyaadha
Показать все...