893
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней
- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Прирост подписчиков
Загрузка данных...
Jaalalaaf hodhamu
Karra isaanii gubbatti
Isiin yoom naaf beeyti
Sadaqaa kadhaafaa
Kan dhufe seeteti
Biddeena gamisaan
Gamistee naaf laatti
Iji Koo maal laalti
Suuraa isheet daraartii
Iji ishee hoo maaf laalti
Orma halaalatti
Isheenuu na quban qabduu
Kunoo ormaaf garagaltii
Bareeddun hin dhumtu
Silaa guyyarraa magartii
Onneen too hoo jaalalaan
Maalif Tanaan na dararti
✍️ @fileebar18
JOIN 👉 @hacefunny
~ Jecha beektotaa~
✅ "Mo'attoonni waan adda ta'e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta'een hojjetu."
Shiiv keeraa
👉"Muka ija qabdutti dhagaan darbatamu itti baay'ata."
Shiiv keeraa.
✅"Namni Kamillee miilla dhoqqeedhaan Sammuu koo irra akka ejjetu hin eeyyamu."
M. Gaandii
"
✅"Hin danda'amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha."
N. Maandellaa.
✅"Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari'u; jaalalatu jibba ari'a."
Maartiin Luuter Kiingi.
✅"Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta'uu qaba, hin jedhin."
Maartiin Luuter Kiingi.
✅ "Addunyaan kun bor nii baddi yoo naan jedhan illee har'a sanyii facaasuu hin dhiisu."
Maartiin Luuter Kiingi.
✅ "Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama."
Riichaard Niiksoon.
✅"Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha."
Albeert Inestaayin.
👉"Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu."
Albeert Inestaayin.
👉"Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda'e."
Iyezak niiwtan.
👉"Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora mataa kee miti, Carraadha. Garuu yop hiyyeessa taatee duute dogoggora mataa keedha."
Biil Geet.
👉"Karaa milkaa'inatti geessu hin beeku yoon ta'ellee karaa kufaatiitti geessu garuu nan beeka. Innis namoota hundumaa gammachiisuuf dhama'uudha."
Biil koosbiil
👉"Kun hundumtuu ta'ullee, ani garuu ammayyuu ilmaan namootaa uumama isaanii irraa jalqabanii gaariidha jedheen yaada."
Haannaa Firaank.
👉 "Maqaa diinota kee fi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin. Balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi."
Joon F Keenedii.
👉 "Addunyaa kana irraa wanti baay'ee nama gaddisiisu, utuu ija qabanii mul'ata dhabuudha."
Heelen kiiler.
✅"Hiyyumnis ta'u soorumni bu'aa ilaalcha keenyaati."
Naappooliyoon Hiil.
✅"Carraatti cimseen amana, yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana."
Toomaas jeefersen.
✅"Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha."
Miratuu shaanqoo
T.me/gaaddisa_dhugaa
Gaaddisa Dhugaa
Asirratti barnoota garagaraa fi seenaa ajaa'ibaa gabaabinaan ni argattu karaa Tiktok tiin nu hordofuuf👉
https://vm.tiktok.com/ZMeg9akw5/yaada yoo qabaattan karaa @Gaddisa_comment_bot tiin nuun gahuu dandeessu
Dhugaan siin ja'a
Biyya ITOOPIA __ja'amtu Tana keeysa...._
👉 FAGEENYA __WAAN JA'MU MALEE__
NAGEENYA WANNI JA'AMU**
HIN_JIRU__😪😪
ሌሊት አቶ እንቅልፍ
ሀሳቢሽ በስንዴ
የሚመላልሰኝ
ወድጄሽ ይሁን እንዴ_??
✍️ @fileebar18
ጆእን 👉 @hacefunny
BEEKUMSA DINQISIISOO BARA KANAA
🤷🤷ddoo addunyaa beekkamtuu🤷🤷
😰😰NAMNI JALQABA
ADDUNYAA BULCHE EENYU??😰😰
🔴🔴IDDOON JAALALA ADDUNYA EEYSA??🔴🔴
🔴🔴miidhaginni isheetin mahbuuban🔴🔴
🔵🔵Hiikkaa ETHIOPIA 🔵🔵
🔴🔴Iccitiin Badhaadhinaa🔴🔴
🔴🔴Kaayyoo du'aatii hacaaluu hundeysaa🔴🔴
🔴🔴LAMEEN JAALALAAF WAREEGAMAN🔴🔴
🔴🔴Jechi jaalala ju'uu malirraa dhufe🔴🔴
🔴🔴Jaldeettij Jannataa🔴🔴
🔴🔴Asoosama yeroo jalqabaa🔴🔴
🔶🔶Wellisaa Addunyaa yeroo jalqabaa🔶🔶
🔴🔴Badhaafni jalqaba eenyun qophaaye?🔴🔴
🔴🔴Yeroo jalqabaatif nama badhaafame🔴🔴
🔴🔴BADHAAFNI YEROO JALQABAA KENNAME MAALI🔴🔴
🔴🔴MAQAAN LUUSII INNI DHUGAA EENYU🔴🔴
🔵🔵Seenaalee addunyaa dinqisiisoo bashannansiisaa barsiisan kanneen irraa akka waa barattan abdii guddaa qabna 🔵🔵
🔶🔶Osoo hin dubbisin bira dabartee dhugaa rabbii sheenaa quba hin nyaatin booda🔶🔶
🔴🔴✓CARRAA_GAARII✓🔴🔴