cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Maya Motivation

{Channel kana keessatti} Jechoota Kaka'uumsaa 😘jechoota Jaalalaa 🎵 video gabaabaa 📸suuraalee wallpaper fi profile Join and share 👇👇 @maya_motivation

Больше
Рекламные посты
1 346
Подписчики
Нет данных24 часа
-57 дней
-2330 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

@Irraa_fagaadhu kabajamaafi Jaalatamaa taatee turuu yoo barbaadde, nama gatii kee hin beekne hunda irraa fagaadhu.
Показать все...
👍 7
@Hin_Hifatin
Wanti gaariin salphaatti hin dhufu. Jabaadhu. Waan dandeessu hunda gochuuf carraaqqii. Achi ni geessita.
Показать все...
Yaadni hamaan, Kan xumuramu kolfa abdii hin qabneen...
Показать все...
✍" Bariin Kankee Kan Tolu Yoo Ganamaan Dhangaa siif sifaa,u Sooratteedha Ilmi Nama Woma Ganama Dhangiyame Fakkaata Jedhu Mitiire....!! #maya_motivation
Показать все...
🥰 4
Harargee tiyya, biyya jaalalaa biyya waa maraan guutuu, maaloo kitaaba dubbisaa, hadaraa kitaaba dubbisaa, hawwii nuti barreeysaa tahuuf qabnu nu keessatti hin ajjeesinaa ! Mee takka kitaaba dubbisaatii kitaabaa waliin jaalala "Romantic" takka jalqabaa🙏 "Benatachu" yaa ummata fannaana, kitaaba...kitaaba... dubbisaa! Gara kanaan duubatti harkifataa jirtuu🥹
Показать все...
👍 2
Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!"   ⁃ Yeroodhaan ka'i!   ⁃ Yeroodhaan ba'i!   ⁃ Yeroodhaan gali!
"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!"
  ⁃ Itti dadhabi!   ⁃ Dubbisi!   ⁃ Barreessi!   ⁃ Hojjedhu!   ⁃ Jajjabaadhu!   ⁃ Milkaa'inaaf gatii baasi!   ⁃ Ittuma jabaadhu!   ⁃ Fiigi!
"Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya!
@maya_motivation
Показать все...
👍 1
Haati manaa Abbaa manaa irraa wanti isiin feetu guddaan tokko yoo jiraate  yeroodha. Yeroo kannaaf, taphachiisaa, yaada gaarii isii irraa dhageeyfadhaa kana goonaan haalaan booji'uu dandeessan. 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @maya_motivation
Показать все...
Narraa Fagaattee Si malee Jiraachuu waan na barsiifteef #Galatoomi! @fi_habibi💜
Показать все...
Gariin namaa fakkeenya haxxishooti wayituma jireenya kee keessaa ba'an. ati alhamdulillah jechuun dirqama..! JOIN US: ❯❯ @fi_habibi💜
Показать все...
Waa'en keetuu kan odeeffamu baayetu jiraa waan ta'eef waa'ee namaa hin odeesssin khalaas 🤐
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.