cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa

“Nama gaaffii isin gaafatee deebii isinirraa barbaaduuf, deebii ga’aa deebisuuf yeroo hundumaa qophaa’oo ta’aa!” (1Phex.3:15). Channel, “Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa” jedhu kana keessatti gaaffii shakkitootaaf deebii ga’aa argattu. @YaadgaaffiiBot

Больше
Рекламные посты
5 795
Подписчики
-124 часа
+1047 дней
+28730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
“Waaqayyoo Gooftaan ililleedhaan, sagalee malakataatiin ol baʼe!” (Faar.46(7):5)
Показать все...
Fayyinni kan biraatiin eenyunillee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta’u, samii gaditti ilmaan namootaaf hin kennamne(H.D.B.4:12). Join: https://t.me/abdiimaariyaamiifinjira
Показать все...
Fayyuun kan biraan hin jiru.pdf1.93 MB
38👍 11😍 6🥰 5💔 4👎 2
Показать все...
Du’aa Ka’umsa Lammataa (Daagime Tinsaa’ee)

"Kiristoos du'oota keessaa ka'e , Humnaa fi aangoo isaatiin , Seexana hidhe , Addaamiin bilisa baase , kana booddee nagaaf gammachuun ta'e" Nagaan kun nagaa yeroo Du'aa Ka'umsaa Bataskaanni jettudha. Ortodooksonni addunyaarra jiran hundumtuu yeroo kanatti kan ittiin nagaa walgaggaafatan kan ofii isaanii qabu. Gibxoonnis, Giriikonnis, <Kiristoos anistiyaal etos anistii> <Kiristoos ka'eera dhugumatti ka'eera> jedhu. Nagaan kun nagaa Kiristoos du'aa ka'uusaa guyyaa guyyaan akka yaadannu nu taasisudha.  Egaan inni…

🥰 32👍 11😍 5
Фото недоступноПоказать в Telegram
Natti Yaadatamaa Oolmaan kee guyyaa Jimaataa💔 Walaloo ajaa'ibaa seenaa dhaggeeffadhaa; Miidiyichas hordofuu hin dagatiinaa👇 https://youtu.be/5ksHXPrBaRE https://youtu.be/5ksHXPrBaRE
Показать все...
Natti yaadatama! | | Walaloo Barsiisaa Guutamaa Goobanaatiin

✝️Natti yaadatama!✝️ 🔔 karaa linkiiwwan kanaan seenuun Miidiyaa hundeeffamarra jiru kana Subscribe, Join, follow godhaa!👇 ▶️ Youtube

https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

▶️ Telegram:

https://t.me/Soteriamedia

▶️ Facebook:

https://www.facebook.com/share/Fism921qf9FupwCN/?mibextid=oFDknk

#church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahedo #Walaloo #amen

💔 21👍 10 9👎 2
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen “Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha! Dhukkubbii (Himamat) Barressaan Dn Heenok Haylee Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa Kutaa 6 : Mana Murtii Dukkanaa Share waliif haa taasisnu Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Показать все...
Dhukkubbii K-6 Mana Murtii Dukkanaa.m4a7.05 MB
👍 19 16😢 6🥰 3
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen “Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha! Dhukkubbii (Himamat) Barressaan Dn Heenok Haylee Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa Kutaa 5 : Yaa’ii Yihuudotaa Guddicha, Maaliif Na Rukkutta? Share waliif haa taasisnu Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Показать все...
Dhukkubbii_K_5_Yaa’ii_Yihuudotaa_Guddicha,_Maaliif_Na_Rukkutta.m4a17.65 MB
👍 16 14
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen “Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha! Dhukkubbii (Himamat) Barressaan Dn Heenok Haylee Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa Kutaa 4 : Mooraa Qormaataa Keessatti Share waliif haa taasisnu Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Показать все...
Dhukkubbii K 4 Mooraa Qormaataa Keessatti.m4a14.23 MB
😭 14👍 7 3💔 3
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen Dhukkubbii (Himamat) Barressaan Dn Heenok Haylee Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa Kutaa 3 : Isaan Kun Haa Deemaniiti Dhiisa Share waliif haa taasisnu Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Показать все...
Dhukkubbii K-3 Isaan Kun Haa Deemanitii Dhiisa!.m4a16.78 MB
👍 15 9
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen Dhukkubbii (Himamat) Barressaan Dn Heenok Haylee Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa Kutaa 1: Dabaree Kan Si Kennu Eenyu? Share waliif haa taasisnu Kutaawwan itti aanan itti fufu, dursitanii kan barbaaddan yoo jiraattan liinkii youtube armaan gadiin argachuu dandeessu.
Показать все...
Dhukkubbii K-1 Dabarsee Kan Si Kennu Eenyudha.m4a10.69 MB
Dhukkubbii Kutaa 2 Miilota Yihuudaa.mp37.99 MB
👍 14😭 8😢 5 4