cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Kumsi Inspiring post!

Dhaloota hojjechuuf kutannoo qabu horachuuf, hayyoota irraa baruun dirqama. Yaada fi beekumsa namoota milka'iinsa gonfatanii waliif qooduun! Adunyaa kana irratti qooda keenya baanee darbuuf waliin hojjenna. Inspired youths for better world!

Больше
Финляндия3 636Язык не указанФакты7 264
Рекламные посты
216
Подписчики
+124 часа
+17 дней
+1030 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Ganda dhaloota moo Ganda ittiin yaaddu qabda? Bara tokko namoota ganda tokko keessatti dhalatan keessaa baay'een wal duukaa iyyaa yaa'uu, ni wacu. Namoota ganda sanaa kan geggeessu dura bu'aan jaraa kan jibbe hunda jibbu, kan abaare abaaru, kan dhaabe dhaabu, kun buqqise buqqisu. Baay'een jaraa gochuma inni godhe gochuu malee of ta'anii wanti godhan tokkollee hin jiru. Wanti inni itti hime hunduu isaaniif dhugaadha. Otuma kanaan jiranii namoonni muraasni yaada mootii ganda isaanii kan xinxaluun falmuu eegalaan. Warri ittiin falmuu murteessan kun baay'ee ciccimoo fi of ta'oo ta'uu isaanii kan bare mootiin ganda sanaa, gurmuu ijaaree maqaa isaanii balleessuuf murteesse. Kan nama dhibu garuu ol guddachaa adeemuu warra maqaan akka baduuf itti murtaa'eeti. Lukkuun ganda keessaa waliin taatee koosii haadhaa oolti, fageenya joobirri duumeessaa ol darbuun barrisaa jiru hin beektu. Egaa! ilaalchi gandummaa yookiin gandaan yaadu ganduma keessatti nama hambisa. Namni ilaalcha gandummaan manchaa'e soba gandaa isaa jiru dhugaa godhee amana. Soba sana dhugaa gochuuf gurmuu yaasee falma. Warra dhalootan ganda isaa ta'an garuu immoo ilaalcha addunyaaleessaa qaban maqaa balleessuuf boolla meeqa bu'ee ba'a. Sababni isaa jarri sabboontoota malee warra gandaan boonaan gatii hin taaneef, sobni ganda isaaniis isaaniif soba. Gartuun gandaan boonu immoo akkamiin soba ganda keenyaan soba jettu jedhee iyyaa fi arrabsaa oola. Joobirri hamma joobira ta'uu isaa amanetti, sababni lukkuu waliin ganda keessaa koosii haadhaa ooluuf hin jiru. Dhugaan ganda hin qabu! Dhugaan ilmoo waaqaati! Ganda itti dhalatan malee ganda ittiin yaadan qabaachuun jaarraa kana keessa duubatti hafumaadha. ✍️Dhaamsakoo warra gandaan boonuun, sabboonummaa itti fakkaateef.
Показать все...
👍 1 1
Egaa barattoonni Yuunivarsiitii Mattuu hunduu warri qormaata bahumsaa(Exit Exam) milkooftan baga gammaddan. Gammachuun keessan gammachuu kooti, gara fuula duraattiis darbaa milkaa'aa. Barattoota Yuunivarsiitii Mattuus ta'ee iddoo biraa qormaata kana hin milkoofneef immoo yaada armaan gadiin qaba. Qubeessaan kan qubeessuu danda'u yoo qarame qofa. "Yeroo yerootti wanta qara qabuun qaramna. Wanta qara qabuun yoo qaramnu nu dhukkuba. Yeroo tokko tokko 'Amma ani kana irraa nan hafaa?' Jennee hamma gaaffii nutti ta'utti ga'a. Wanti gaariin garuu hammuma qaramnu namoota fooyya'oo ta'aa deemna! Amma yeroo hiriyoota keenya biraa hafnu dhugaan kun miira nuuf kennuu dhiisuu danda'a. Erga inni darbee booda waa irraa barannee, Ahaa! Edaa gaarummaaf na irratti ta'e jenna. Ati bu'aa qormaata bahumsaa keen ooli! Akkamiin qormaata sa'aatii lamaaf qoramteen of madaalta? Isheen kun muudannoo siin waa si barsiisuuf si muudatteedha. Sammuu kee of miidhuu dhiisii marsaa itti aanu qoramuuf ammuma irraa kaasii of qopheessi. Hiriyaan baay'ee jaalladhu tokko fakkeenya siif haa fudhu. Dejene Girma jedhama. Bara darbe Gamtaa barattootaatti itti waamamaa kaaffee barattootaa ture. Akka carraa ta'ee qormaata bahumsaan hin milkoofne ture. Yeroof itti dhagahamuus xiiqeeffatee marsaa itti aanuuf of qopheessuu jalqabe. Obsa ji'oota shanii booddee qoramee milkaa'ee. Warri marsaa duraa isa waliin qoraman danuun ammayyuu hojii hin arganne. Inni isaan booda qoramee, carraa hojiif dorgomees milkaa'ee jira. Amma magaalaa Finfinnee keessatti carraa hojii gaarii argatee hojjechaa jira. Wanti ani isiniin jechuu barbaadu isin bu'aa qormaataa keessaniin oliidha. Baay'ee dhiphachuun of miidhuu irra marsaa itti aanuuf of qopheessuu wayya. Milkaa'inni bu'aa itti fufiinsaan yaaluuti! https://t.me/KumsiInspirationalChannelJoinIt
Показать все...
Kumsi Inspiring post!

Dhaloota hojjechuuf kutannoo qabu horachuuf, hayyoota irraa baruun dirqama. Yaada fi beekumsa namoota milka'iinsa gonfatanii waliif qooduun! Adunyaa kana irratti qooda keenya baanee darbuuf waliin hojjenna. Inspired youths for better world!

TOP 10 QUOTES BY MYLES MUNROE:    1. "Great leaders have no need for reputation. Reputation is what you are in public. Character is who you are in private". 2. "The greatest tragedy in life is not death, but a life without a purpose" 3. "The poorest person in the world is the person without a dream". 4. "The greatness of a man is measured by the way he treats the little man. Compassion for the weak is a sign of greatness". 5. "You must decide if you are going to rob the world or bless it with the rich, valuable, potent, untapped resources locked away within you" 6. "Hardwork and diligence are essential to success, but they require an internal motivation. That internal motivation is vision".  7. "If you have hope for the future you have true riches; no matter how much you have in your account".   8. "Leadership is not about control but service. Its not about power but empowerment. Its not about manipulation but inspiration". 9. "Don't be pushed by your problems, be led by your dreams. Govern your life by priorities not your pressures". 10.  "LIFE  IS NOT MEASURED BY DURATION BUT BY DONATION". https://t.me/KumsiInspirationalChannelJoinIt
Показать все...
Kumsi Inspiring post!

Dhaloota hojjechuuf kutannoo qabu horachuuf, hayyoota irraa baruun dirqama. Yaada fi beekumsa namoota milka'iinsa gonfatanii waliif qooduun! Adunyaa kana irratti qooda keenya baanee darbuuf waliin hojjenna. Inspired youths for better world!

👍 1
“SIX GOLDEN EGGS A Story Worth Your Time. A young girl asked her grandfather, "Papa, what can you teach me that can be useful in my life?" The grandfather thought for a long time, and then he said, "I think I have a powerful life lesson to teach you. But before that, you have to do something that will get everyone's attention, something huge." The girl asked pleasantly, "Something like what, Papa?" The grandfather paused for a moment, then whistled, "You should go around the neighborhood and tell everyone that my ostrich had laid six golden eggs. They would all be surprised to hear it. Then tell them that each egg is worth many millions, and that I would become a multimillionaire by selling them. Tell everyone that soon my life would change forever, and I would become one of the richest men in the society." The young girl did so without understanding the essence of it. After she came back, she and her grandfather waited all day and into the night, but none of their neighbours showed up at their house to congratulate him and rejoice with him. The following morning, the grandfather said to the girl, "Now, you should go back around the neighborhood and tell everyone that during last night, a thief came and destroyed my house, killed my ostrich and stole all the golden eggs. Tell them I've lost everything!" The girl went out and told the neighbours so. However, after a short while, a shocking number of people crowded at their house. Surprised, the young girl asked her grandfather, "Papa, why is it that a lot of people showed up today, but none came yesterday?" The grandfather smiled and said, "When people hear good news about you, they stay silent, ignore it and act like nothing happened. But when they hear bad news about you, they spread it like wildfire, and rush to confirm if it is true. People will find it difficult to celebrate your success, but will rush to witness your downfall..." At that moment, the grandfather placed an arm around the girl's shoulders, smiled again, and then continued, "Now this is the powerful life lesson I've got to teach you... The biggest lie we are told by people around us is that they are happy to see us succeed. The truth is, most people, even close friends and neighbours don't want to see you succeed. When someone realizes you're becoming more successful than them, it become a threat. Most people genuinely do not like people doing better than them. They become jealous, and deep down inside, they want nothing more than to have that life. However, it is important to remember that you cannot control how others act or how they perceive you. Instead, focus on being the best version of yourself. Stop trying to change them, stop worrying about what they are doing. Set your goals, follow your dreams, listen to your heart, and don't let anyone or anything stop you from achieving your dreams.” https://t.me/QaxaleeTelegramChannel
Показать все...
2
DORGOMMIIRRAN JIRA adaraa naaf rakkadhu, dorgommii kana mo'achuuf gargaarsa keen barbaada. Yoon injifadhe qarshii kuna 50'n badhaafama.Viidiyoon koo kun dadhabbii hedduutin hojjetame. Numatu hojii bareedaa namni hedduun dinqisiifate kana hojjete. Yoo wal utubne waan kanaa olii hedduu hojjenna. Garuu wal jajjabeessuun nurra jiraata. Pls vedio koo kana liinkii gadiin seeniitii naaf daawwadhu. comment, like, share youtube HAMBA MRDIA jedhu sana jalatti vedio koo naaf godhi Seenaa na hojjechiisi. Nama beektuttis naaf ergi. Ani Keenboon Abrahaam'dha liinkiin 👇 https://youtu.be/ESWZBIip1cc?si=Mzygj1tzVOC39bPJ
Показать все...
Ekeraa Namoome

Ekeraa Namoome# by Kenbon Abreham #poem #drama #movie #happy #Hamba Media Good luck!

1
https://youtu.be/gWAJLDRoYZA?si=SztVpCAmxBBXLRDO Aartiist Qananii Shifarraa, barataa Yuunivarsitii Keenyaa yoo ta'u, kan duras Sirboota qeenxee Aartii Oromoof gumaachaa turuun ni yaadatama. Miseensa gumii Aartii yoo ta'u, ammas kunoo sirba qeenxee kanaan nuuf dhufee Jira. "Kan jaallatan dammaa Nadhii walalaa isaa Imimmaan jaalalaas Onnee dhugaa raasaa Narraa hin fagaatiinii Situ na dhamaasaa Filannoon koo sumaa Natti haà hafuu hundi isaa" Kana malees faaruu SIIDAA TOKKUMMAA jedhu Yuunivarsiitii Keenyaaf fedha Fi kaka'uumsa ofiin hojjetee xumuraa Jira. Yeroo dhiyootti galma guddaa Yuunivarsiitii keenyatti dhangaa Aartii isaa kana qabaannee kan dhufnu ta'a. YouTube isa kana Subscribe gochuu Fi waan barbaachiisu hundaan tumsuun Aartii keenya guddisuuf qooda keenya haa baanu. Gamtaa Barattoota Yuunivarsiitii Mattuu
Показать все...
April 14, 2024

Показать все...
MaU Students' Union ️

Dear Sor Cup fun's. Who is your best sor cup player? Kedir(CoTM) / Chuol(pharmacy) / Seli(accounting) / Amedin(sport science)

Фото недоступноПоказать в Telegram
1
#Hiriiba maleen bule! Har'a shaakalaaf Hospital ooleen gara mooraa dhufe. Baay'ee dadhabeen ture gatii ta'eef, kaaffee Rahaa Seeneen irbaata Koo nyaadhe. Akkuma barame Spriisii dhuguuf iddoo barame Mana buna yoomiin dhaqe. HiriyootaKoo dhiira lamaa fi durboota lama waliin waa'ee 'Sor Cup' isa darbeef isa dhufu baasnee buusuutti gadi teenye. Jarreen durbaa nu caalaa xiinxaltoota kubbaa miilaa fakkaatu. Muudannoo Fi Muuxannoo jaraa kaasuu itti fufan. Nutis kan keenya dabreen kaasuu itti fufne. Ana irraa kan hafe hunduu Muummee isaa fi koollejjii isaa caalchifatee dubbata. Miirri jarri Muummee ofiif qaban kan ajaa'ibaati. Anis hammam kubbaan Afaan Addunyaa akka ta'e hubadheen, 'Sor Cup' qopheeessuu keenyatti keessa kootti boonuun jalqabe. Otuma waliin dubbachaa jirruu, durbee lamaan keessaa isheen tokko, borumtaa Muummeen keenya Waldorgommii 'Sor Cup' keessaa kufe ani rafee hin bulle nuun jette. Nutis lama taanee akkuma nama waliin gaaffii qopheessaa turee erga tokko, maaf hin rafiin bulte jenneen. Deebiin ishee kan ajaa'ibaa ture. Akaas jettee nuuf deebiste "Anillee rafuuf yaalaan ture, xinnoo Yoon gadi ciisu taphatoonni keenya kubbaa qabatanii dirree keessa fiigu, naheen ka'a.  Ammas deebi'een ciisuuf yaala, ammas taphatoonni dabaree dabareen kubbaa Wal harkaa fuudhaa dirree keessa fiigu, yeroo kan keenya kubbaa qabatu gammachuun, yeroo kan jaraa kubbaa qabatan gaddaan hiriibakoo keessa utaalaan bule" jette. Nuti kolfaaf taa'uu dadhabne! Yeroo nutti himaa turte isheen ammayyuu miira galgala sanaa keessa jirti. Isheen kuuniis aniyyuu guyyaa faarmaasiin taphatu magaalaa dhufaan ture. Konkoolachiisaa bajaajiin maaloo yoo siif danda'ame utalchiisii dafii mooraa Duran na gahi jedheeniin ture" jette.  Dinqiidham!  Mucaan na waliin turees, "Aniiyyuu Miiraan 'Sor Cup'dhaf qabu jaalallee koof hin qabu" jedhe Akka har'aatti kolfee hin beeku! Isin hoo? Otoo dubbannuu Kun Sagantaa taphoota torbee kana geebaaf darbuuf taphatamaniidha. Ittiin bohaaraa! https://www.facebook.com/100041093865160/posts/pfbid02EAALt8LMzF8fY48pSqQSQd9hGgHDCgPqQFmBf2H43tnafZJfGuv2AhS3yxeXr7RFl/?app=fbl
Показать все...
Kumsa Tamiru

#Hiriiba maleen bule! Har'a shaakalaaf Hospital ooleen gara mooraa dhufe. Baay'ee dadhabeen ture gatii ta'eef, kaaffee Rahaa Seeneen irbaata Koo nyaadhe. Akkuma barame Spriisii dhuguuf iddoo barame...

1
Показать все...
Kumsa Tamiru

#Hiriiba maleen bule! Har'a shaakalaaf Hospital ooleen gara mooraa dhufe. Baay'ee dadhabeen ture gatii ta'eef, kaaffee Rahaa Seeneen irbaata Koo nyaadhe. Akkuma barame Spriisii dhuguuf iddoo barame...

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.