212
Подписчики
Нет данных24 часа
-37 дней
-1330 дней
- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Прирост подписчиков
Загрузка данных...
Фото недоступноПоказать в Telegram
"Wanti hundinuu yeroo isaa eeggatee siif dhufa ,Atumman Obsa Qabaadhu .
Фото недоступноПоказать в Telegram
Gaaffii kana of gaafadhu mee
Ati ilma namaa hunda ni jaalattaa??
Hin jaalattu nin beekaa..
Duuba ati maalif nama hunda biratti jaalatamuuf cinqii of keessa. Hanga feete dhamaatus Na amani Kun waanuma ta'uufillee hin teenye hundaan jaalatamuu hin dandeessu.
Ammas ammoo Namoonni gariin si jaalachuu dhaban jechuun ati rakkoo qabda jechuu miti.
Gaafa jaalala namaa argachuuf jattee eenyummaa fi amala ke dhistee nama biraa fakkaachuu egalte jaalala barbaaddu san qofaa miti kabajalle dhabda.
Santu rakkoo guddaadha jaalala namaa barbaaduu dhiisii off ta'ii jiraadhu .
Фото недоступноПоказать в Telegram
"لا تعطي سرك حتي لي إمام المسجد لأنه سيفضح سرك بطريقة لولابية ،ويقول:- حدثني أحد الاخوه 🤭
Фото недоступноПоказать в Telegram
"ذهب للمسجد ليشتكي لربه عن الذين ظلموه
فوجدهم يصلون في الصف الأول .😑
Repost from HAMZA HASSEN
Jiruu teenya keessatti barakhaa arkachuuf gammachuun jiraachuf wantoota godhu qabnu.
Dhaamsa bareeda hedduu sifayyaduudha dhageeffadhu obboleenyan keetiif share godhi jzkl.
https://youtu.be/9Lgy32tK3Ms?si=gbJWRJujmEl_aQfX
Jiruu Barakhaa Arkachudhaaf | Ust. Hamza Hassen | Da3wa Afaan Oromo
Jiruu Barakhaa Arkachudhaaf | Ust. Hamza Hassen | Da3wa Afaan Oromo Jiruu Barakhaa Arkachudhaaf | Ust. Hamza Hassen | Da3wa Afaan Oromo #dawah #dawahaafaanoromo #Ustaazhamzahassan #hamzahassen @hakimhassen34, @najjaashmohmmadibraahimANMI, @Ibsaabdi, @IbsaaMedia1, @TvIslaamaa
Фото недоступноПоказать в Telegram
"Namni hundinuu akka ati kuftu si eegaa jira, garuu RABBIIn kee akka Gama isaa deebitu si eegaa jira .
Gama RABBII deebi'i .🥹
"Namni hundinuu akka ati kuftu si eegaa jira, garuu RABBIIn kee akka Gama isaa deebitu si eegaa jira .
Gama RABBII deebi'i .🥹