منهج السلف طريقنا الى الله ونسأل الله الثبات عليه
منهج السلف طريقنا Chaanaalii kana barnoota garaa garaa kan sheikh Alii zinaabiin (Abul Hasan) kennameetu gadidhiifama.
Больше- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Загрузка данных...
📣DA'AWAA HAARA📣 📌السلفية 📌Salafiyyaa 📍الحلقة الأولى 📍Kutaa 1ffaa Qabxiilee;- –ibsa Salafiyyaa –Sadarkaa Salafiyyummaa qabachuun qabu –Murtii 'salafiyyaa'dhaan of-waamuu –imaamonni(Dura bu'oonni) salafiyyaa eenyu akka ta'an kaafamanii jiru. 🗓M/Asandaaboo Masjida Fathii'tti Halkan ramadaana 13/1445 H.C (13/07/2016 E.C) kenname 🎙الشيخ علي ذناب (أبوالحسن) حفظه الله ورعاه 🎙Sheikh Alii Zinaab (Abul Hasan)
https://t.me/barnootadiinalislaam/3890📣DA'AWAA HAARAA 📣 📌من هم الإخوان المسلمون؟؟ 📌Ikwaanal_muslimiin Eenyu?? 📍الحلقة الثالثة 📍Kutaa 3ffaa waahee ikwaanaa irraa Qabxiilee:- —hidhannoon Firqaa Ikwaanaa fi dura bu'ee jaraa tokko akka ta'e —Murtii ulamaa'iin sunnaa ikwaana irratti kennan:- 1.Ibnu baaz:- "ikwaanni Firqaa 72 kan ergamaan rabbii warra ibiddaati jedhan keessa seenti" jedhan 2.Koree fatwaa Sa'udii:- "muslimoonni garee fi paartii garaa garaatti qoodamuun(Akka ikwaanni paartii uuman sana) waan Rabbii dhowwe irraayyi" jedhan 3.Sheikh Al_Albanii:- "ikwaanni warra Ahlussunnaa irraa miti, sababni isaas sunnaadhaan lolu waan ta'aniif" jedhan 4.Sheikh Muhammad amaan al_jaamii fi 5.Sheikh Ahmad Annajmiinellee dubbii jabaa jara irratti dubbatan. —Mirga amantii waan jedhamu leellisuu jaraa —Kanaa fi Qabxiileen biroo hedduun kaafamaniiru. 🗓M/Asandaaboo Masjiida Fathiitti Halkan Ramadaana 24/ 1445 H.C (24/07/2016 E.C) kenname 🎙الشيخ علي بن ذناب (أبو الحسن) حفظه الله ورعاه 🎙Sheikh Alii Zinaab (Abul Hasan) 👉Karaa chaanaalota keenya Armaan gadiitiin nu eegaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 YouTube
https://youtube.com/@bditube5897Whatsap
https://chat.whatsapp.com/JBgFeJs9TCUAQ1BV5p3cVMTelegram
https://t.me/barnootadiinalislaamhttps://t.me/barnootadiinalislaam
https://t.me/barnootadiinalislaam
Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.