cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Kaayyoo koo

My Purpose ➢ "Ati abdii hin kuttu taanaan amanis amanuus dhiisi hinuma milkoofta. ━━━━━━━━━ ➥Yaadaf @Kaayyoobot

Больше
Рекламные посты
5 754
Подписчики
+424 часа
+317 дней
+13430 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Repost from N/a
🤝ᴡᴇʟ ᴄᴏᴍᴇ 🤝ᴀɴᴀᴀ ᴅʜᴜꜰᴜ🤝 ➥Chanalota gurguddoo kanatti ida'amaa maatii ta'a! ➥Add to these biggest channels Wave➕ @OnGrace1
Показать все...
⚽️ Sport Channel ⚽️
📚Student channel📚
✅ Oromic Channel ✅
💠 Amharic Channel 💠
✨ English Channel ✨
🕊 Spiritual Channel 🕊
😱 Tiktok Channel 😁
😂 Comedy Channel 🤣
📺 Tv channel 📺
☦ Protestant ☦
☪ Muslim ☪
✝ Orthodox ✝
✅A L L I N O N E ✅
Repost from N/a
Фото недоступноПоказать в Telegram
Показать все...
🧠XIN-SAMMUU🧠
🕊JIREENYA HAWAASUMMAA🕊
✨GORSA MILKAA'INAA✨
❓TOOFTAA JIREENYAA❓
💍 DHIMMA GAA'ELAA 💍
💫 OG-WAAQUMMAA 💫
✅ 𝔸𝕃𝕃 𝕀ℕ 𝕆ℕ𝔼 ℍ𝔼𝕃𝕃𝕆 𝔻𝕆ℂ𝕋𝕆ℝ ✅
Фото недоступноПоказать в Telegram
Repost from N/a
🤝ᴡᴇʟ ᴄᴏᴍᴇ 🤝ᴀɴᴀᴀ ᴅʜᴜꜰᴜ🤝 ➥Chanalota gurguddoo kanatti ida'amaa maatii ta'a! ➥Add to these biggest channels Wave➕ @OnGrace1
Показать все...
⚽️ Sport Channel ⚽️
📚Student channel📚
✅ Oromic Channel ✅
💠 Amharic Channel 💠
✨ English Channel ✨
🕊 Spiritual Channel 🕊
😱 Tiktok Channel 😁
😂 Comedy Channel 🤣
📺 Tv channel 📺
☦ Protestant ☦
☪ Muslim ☪
✝ Orthodox ✝
✅A L L I N O N E ✅
◆Seenaa Bilillee (1820-1840) ➛➛➛➛➛➛➛➛➛➛➛➛➛➛ #Bilillee Mahbuubaa jedhamuunis beekamtu intala bareedduu addaa Kibba Lixa Oromiyaa turte. Warri ishee maqaa ishee “Bilillee” jedhanii moggaasan hiikni isaas jecha jechaatti boca gaarii fi bareedduu jechuudha. Isheen kan dhalatte Gumaa, amma Kibba lixa Oromiyaa, 🇪🇹 keessatti bara 1820 G.C. #Wanti nama dhibu yeroo umuriin ishee waggaa 15 turetti civil wa naannoo addaa sanatti bara 1835/36 dhohe. Yeroo sanatti ture kan haadha ishee malee abbaa ishee fi obbolaa ishee ja'a dhabde. Haadha ishee waliin gabroomfamtee daldala garbaa babal’ateef garee injifataniin gara Gondaritti geeffamte. Sana booda, kaayyoo daldalaaf jecha haadha ishee irraa kan deemte yoo ta'u, jireenya isaanii keessatti lammata wal arganii hin beekan. #Booda Bilillee jalqaba gara Kaartuum (Jubaa ykn Sudaan) itti aansee gara Kaayiroo (Masrii)tti bara 1837 daldaltoota garbaatiin geeffame. Yeroo sanatti ilmi mootii Jarmanii Paaklar bara 1835 irraa eegalee kutaalee addunyaa Kibbaa daawwachaa kan ture yoo ta’u, bara sanatti Gibxii ga’e. Gaaf tokko, gabaa dhaqee garboota daawwachuu fi bitachuuf Bilillee garboota kumaatamaan lakkaa'aman keessaa arge. Guyyaa sanatti gurgurtaaf qophoofte. Bareedinni waaqayyoon Bilillee laphee Paklaar tuqee bitachuuf hawwii guddaa horate. Bitee gara mana jireenyaa isaatti geesse. Bareedina ishee dinqisiifatee garba caalaa haadha manaa isaa gochuuf fedhii qaba ture. Milkaa’ee maqaa “MAHBUUBAA” jedhuun ishee waame, hiikni isaas afaan Arabaatiin “Jaalala koo” jechuudha. #Gaarummaan ishee adda ta'ee fi yaadni abdii guddaa qabu, amanamummaa, iftoominaa fi tasgabbiin ishee xiyyeeffannaa isaa harkisee, ishee jaallate. Innis, “Guyyoota koo nama amanamaa waliin dabarseera, yeroon darbaa deemuun nama amanamaa ta’eera” jedheera. Waggoota sadii walitti aansuun Mahbuubaa waliin daawwannaa isaa itti fufe. #Paklar bara 1840 Mahbuubaa waliin gara Awurooppaatti deebi'e.Haati warraa isaa jalqabaa Barliin osoo jirtuu magaalaa Muskaa qubatan. Boodarra Paaklar haadha warraa isaa duraanii daawwachuuf Barliin deeme. Gidduu kana Mahbuubaa dhukkubni sombaa itti dhagahame. Xalayaa mudhii meetii tolfame “Mahbuubaa” jedhu maxxansee isheef barreesse. Sagalee Wareegamtoota Wangeelaa The voice of the world Christians martyrs Ilma Keessan isaa lixa biiftuu irraa!.

🆓 FREE INTERNET APP 🆓
🌐𝔻𝕆𝕎ℕ𝕃𝕆𝔸𝔻 ℕ𝕆𝕎🌐
Repost from N/a
𝕀𝕁𝔸𝔸ℝ𝕊𝔸 𝔻𝔸ℕ𝔻𝔼𝔼𝕋𝕋𝕀𝕀 𝕊𝔸𝕄𝕄𝕌𝕌 (𝔹𝕌𝕀𝕃𝔻𝕀ℕ𝔾 ℂ𝔸ℙ𝔸ℂ𝕀𝕋𝕐 𝕆𝔽 𝕄𝕀ℕ𝔻) ❓Iddoo fi haala jirtan keessatti Dandeettii sammuu cimsachuun haalota injifachuu ni barbaadduu ❓ ᴍᴀᴀʀʀᴇᴇ ᴅʜᴜɢᴜᴍᴀɴ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴋᴇᴇɴʏᴀᴛᴛɪ ɪᴅᴀ'ᴀᴍᴜᴜɴ ᴅᴀɴᴅᴇᴇᴛᴛɪɪ sᴀᴍᴍᴜᴜ ᴋᴇᴇᴇsᴀɴɪɪ ᴄɪᴍsᴀᴅʜᴀ ᵒˢᵒᵒ ʷᵃˡᶦᶦᶠ ʲᶦʳʳᵘᵘ ʷᵃˡ ʰᶦⁿ ᵈʰᵃᵇⁿᵘ‼️ 👇ᵍᵃᵈᶦ ᵗᵘᵠᵃᵃ ᵒˡ ˢᵉᵉⁿᵃᵃ👇
Показать все...
✅ 𝕀𝕁𝔸𝔸ℝ𝕊𝔸 𝔻𝔸ℕ𝔻𝔼𝔼𝕋𝕋𝕀𝕀 𝕊𝔸𝕄𝕄𝕌𝕌 🤯
🅱𝕌𝕀𝕃𝔻𝕀ℕ𝔾 C𝔸ℙ𝔸ℂ𝕀𝕋𝕐 🅾𝔽 𝕄𝕀ℕ𝔻
✅ S T U D Y for A L L ✅
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.