cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

DHUGAA MACAAFAA ✝

“Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama walitti fidus tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa nama ta'ee mul'atee dha.” — 1Xim. 2:5

Больше
Рекламные посты
9 910
Подписчики
-924 часа
-187 дней
+45730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Yaa Waaqayyo abbaa keenyaa? * Guyyaa tokko hiyyeessa tokkotu nyaata kadhachuuf mana sooressaa dhaqa. Abbaan manichaas, namicha nyaata kadhaa dhufe mana jala teessisee nyaata irraa hafaa/over left/ fidee kenneef. Nyaaticha erga kenneefii booda kadhatichaan, "Mee haakadhannu, erga kadhannee booda nyaatta" jedheen. Abbaan manaas, "Abbaa keenyaa Waaqarra kan jiraattu" jedhee kadhata eegale. Hiyyeessichi ammoo jalaa qabuun, "Waaqayyo abbaa kee Waaqarra kan jiraatu" jedhe. Yoona, namichi aaree "Waaqayyo abbaa keenyaa" jedhi jedheen. Hiyyeessichi didee akkuma duraa "Waaqayyo abbaa kee Waaqarra kan jiraatu" jedhee kadhate. Sana booda maaliif akka inni jedhetti "Waaqayyo abbaa keenyaa" jedhee kadhachuu akka dide aariin gaafata. Hiyyeessichis deebisee, "Yoon Waaqayyo abbaa keenyaa jedhee kadhadhe, aniifi ati obbolaa taana. Utuu obbolaa taanee ati mana jalatti nyaata harca'aa(over left) naaf hin kennitu.Anis siiwajjinan maaddii kee irraan nyaadha ture.Haala amma ati ittiin nakeessummeessiteen nuti ilmaan abbaa tokkoo ta'uu hindandeenyu" jedheen jedhama. Sooressichis barumsa guddaa barate. Innis Waaqayyo abbaa keenya ta'uu kan danda'u nama hundumaa akka obboleessaafi obboleettiitti yoo ilaallee gargaarreedha kan jedhu hubate. Maal irraa barannaa...? ✍Sanyii G #maranaataa_Yesuus #maranaataa_Yesuus #maranaataa @dhugaadhaam
Показать все...
Er. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Dubbiin Waaqayyoo gara koo dhufee, ² "Dhaqii namoota mandara Yerusaalemitti sagalee kee ol fuudhii lallabiitii, Waaqayyo, 'Amanamummaa kee isa yeroo ijoollummaa keetii nan yaadadha; ati akka misirroon dhirsa ishee jaallattutti akka na jaallattes beeka; ati lafa onaa keessa na duukaa adeemte, lafa sanyiin irratti hin facaafamne keessattis na duukaa in buute. ³ Israa'el ana Waaqayyoof addaan ba'ee ture, akka midhaan koo isa angafaas ture; namni isa nyaatu hundinuus akka nama yakkaatti in ilaalama, badiisis isa in qabata ture' jedhi!" naan jedheera; kana Waaqayyotu dubbate. ⁴ Isin yaa sanyii Yaaqoob, gosa Israa'el kan taatan hundumti keessan dubbii Waaqayyoo dhaga'aa! ⁵ Waaqayyo, "Abboonni keessan balleessaa maalii ana irratti arganii, anattii fagaatanii waaqayyolii waa'ee hin baafne duukaa bu'anii, ofii isaaniitiis warra waa'ee hin baafne ta'an? ⁶ Isaan, 'Waaqayyo inni biyya Gibxii keessaa nu baasee, lafa onaa, biyya lafa duwwaa lafa gogaa bishaan keessa hin jirre keessa, dachaa dukkanaa'aa ² kan namni keessa hin jiraanne, keessa hin darbine keessas nu geggeesse eessa jira?' jedhanii hin gaafanne. ⁷ Ani wanta lafichi baasu isa ba'eessa sana, akka isin irraa nyaattaniifan, gara biyya midhaan baasuutti isin galche; isin garuu achitti yommuu galtan biyya koo in xureessitan, dhaalli ani isiniif kennes akka ciigga'amu in gootan. ⁸ Luboonni, 'Waaqayyo eessa jira?' jedhanii illee hin gaafanne; warri seera of harkaa qabanis ana hin beekne; warri tiksoota sabaa ta'an ana irratti in ka'an, raajonnis maqaa Ba'aal Waaqayyo tolfamaatiin raajii in dubbatan, waaqayyolii waa'ee hin baafne duukaas in bu'an. ⁹ "Kanaaf ani Waaqayyo isiniin nan morma, ijoollee ijoollee keessaniitiinis nan morma. ¹⁰ Wanta sabni koo ana irratti hojjete, sabni kan biraa hojjeteera yoo ta'eef, gama Kiitiim biyya bishaan gidduutti ce'aatii ilaalaa! #maranaataa_Yesuus #maranaataa_Yesuus #maranaataa @dhugaadhaam
Показать все...
👍 2 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Odeeffannoo wayitaawaa waa'ee Airdrop Cyrpto currency argachuu feetuu?
Показать все...
Airdrop
CYRPTO currency
Hamster combat
Oduu waa'ee tapswap
Фото недоступноПоказать в Telegram
Mul’ata kee baruu ni barbaaddamoo??? →𝑴𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂 𝒎𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏 →𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒋𝒊𝒋𝒋𝒊𝒊𝒓𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒕𝒂'𝒖𝒖 →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒃𝒃𝒂 𝒂 𝒖𝒖𝒎𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 →𝑰𝒋𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒕𝒕𝒊𝒊 (𝒄𝒂𝒑𝒂𝒄𝒊𝒕𝒚 𝒃𝒖𝒊𝒍𝒅𝒊𝒏𝒈) →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 Channel keenya Join godhadhaa👇🏻
Показать все...
🔔 𝑀𝑢𝑙𝑎'𝑎𝑡𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑢𝑢𝑓 🔔
👨‍💻 𝑂𝑓 𝐽𝑖𝑗𝑖𝑟𝑢𝑢𝑓 👨‍💻
💮 𝑁𝑎𝑚𝑎 𝐽𝑖𝑗𝑖𝑟𝑎𝑚𝑚𝑎 𝑇𝑎'𝑢𝑢𝑓 💮
✉️ 𝐽𝑜𝑖𝑛 𝑎𝑙𝑙 ✉️
Filp. 1 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁹ Jaalalli keessan ogummaa qabaachuutti, dubbii gargar baasee hubachuuttis baay'isee itti caalaa akka adeemu nan kadhadha; ¹⁰ isa ta'uu fi isa hin taane gargar baaftanii akka qortan, guyyaa dhufa Kristosittis makaa malee, gufuu malees akka taatan kadhachuu koo ti. ¹¹ Ija karaa Yesus Kristos qajeelummaa irraa argamuun guutamtanii ulfina Waaqayyoof galata isaatiifis ta'uuf jirtu. #maranaataa #maranaataa_Yesuus @dhugaadhaam
Показать все...
👍 4
Repost from N/a
Daily cheaper kan guyyaa har'aa fi pixelverse tap bonus combat viidiyoo gabaabaadhaan ilaalaa hojjedhaa. https://youtu.be/w-eQSJte8-I?si=Q430bVlqtKBOZdRY
Показать все...
#update 🎲Hamster Combat Vs Pivel verse🗝️ Daily cheaper 1M & 5M Yeroo muraasa qofa kan kenname dafaa

#hamstercombat #updates #dailycheaper #bitcoinnews #notcoin #pixellab #pixeltap #pixeltapverse Kooddii ittiin hamster combo irraa coin Miliyoona 1 argatan dafaa ariitiidhaan irraa fayyadamaa. Daily chiper hamster Combo #tapswap #hamstercombo #yescoin #blum #notcoin Akkaataa 🐹 Hamster combat irraa coin miliyoona 5 salphaatti argannu #mortalkombat #hamsterkombat #bitcoin #cyrptocurrency Notice Age-restricted video (based on Community Guidelines) #hamster combat #binance #okx #pixeltap #odesitutube #movie #movie #pixelart #telegram #toncoin #pixelaward #notcoin #wallet #teeth #oldmovies #movieexplained #odesitutube #oromia24 #jawarmohamed #shortmovie #orotiktok #ethiopia #ethiopian #oromotiktokchallenge #rachuentertaiment #gemedashow #gammadaashow #rachutesfaye #yonimagnanewvideotoday #yonimaga #orthodox #habesha #protestantsongs #fiilmiigabaabaa #gemedashow #jawaar #oromia #oromo #artstvworld #mohaoromo #drama #nafyad #oronews #moviereview #gingilchaa #oromocomedy #oromoculture #movierecap #oda #gadaa #christianmedias #oromomusic #oromogospelsong #oromo_best_prank #ethiopianews #donkeytube Welcome to Odesitu tube. Baga nagaan gara Odesitu tube dhuftan wantoota barsiisoo fi bashannansiisoo akkasumas seenaalee dhugaa addunyaa keenyaa bifa fiilmii fi #oromotiktokchallenge #movieexplained #fiilmiigaggabaaboo #moviereview #comedianishetu #deadlydormitery #dormitery #comedianWaqo #comedy #dontjudgeabookbyitscover #teamabaabdi #abdinegara #abaabdi #movieexplained #faarfannaa_afaan_oromoo #faaruu_tube #oromoprotests #oromusic #oromummaa #movieexplainedinhindi #worldcup #dontjudgeabookbyitscover #oromomusic #oromiamusic #oromusic #oromuslim #muslim #orotiktok #shubisa #fiilmiigabaabaa

👍 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
⚛️ 𝐊𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎 𝐊𝐄𝐄 𝐁𝐄𝐊𝐓𝐀 ❔☮️ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 ✔️𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐢𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟
Показать все...
🔳 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚 🔳
🟪 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟪
🟥 𝐊𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚 🟥
⬛ 𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐢𝐟 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐚 ⬛
🔷 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐚𝐥𝐥 🔷
Dhiiga ofiisaa dhangalaasuu isaatiin.......... “Kristos aarsaadhaaf dhiiga re'ootaa fi dhiiga jibootaa baate utuu hin ta'in, dhiiga ofii isaa dhangalaasuu isaatiin al tokko bara baraan gara iddoo isa hundumaa irra caalaa qulqulluutti ol gale; nuufis furee bara baraa argate.” — Ibr. 9:12 #maranaataa_Yesuus #maranaataa @dhugaadhaam
Показать все...
👍 2 1
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.