cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Farreye ❣

Asc wr wb issiinin jechaa Akkuma Bekkamutti CHANNEL kiyyaa khana wantoota adda addaa irraa argachuu ni dandessuu Fkn Da'awaa, Mammaksa Gorsaa fi yaada adda addaa walaloo, hibboo ,Shekkoshekkoo fi kkf argachuu ni dandessan fi Gaafilee adda addaa argachuu n

Больше
Украина29 301Язык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
237
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Watch "Ellaan namnii guutuu isaa daawadha" on YouTube https://youtu.be/9Lhm5L1e9p8
Показать все...
Ellaan namnii guutuu isaa daawadha

Watch "Ellaan namnii guutuu isaa daawadha" on YouTube https://youtu.be/9Lhm5L1e9p8
Показать все...
Ellaan namnii guutuu isaa daawadha

Watch "Ellaan namnii guutuu isaa daawadha" on YouTube https://youtu.be/9Lhm5L1e9p8
Показать все...
Ellaan namnii guutuu isaa daawadha

Watch "Ellaan namnii guutuu isaa daawadha" on YouTube https://youtu.be/9Lhm5L1e9p8
Показать все...
Ellaan namnii guutuu isaa daawadha

As wr wb kabajamoota obboloota kiyyaa kan funyoon لااله الله Islaamummaa waliiti nu hiitu duraan dursee nageenyi rabbana isii wajji haa jiraatu jecha. Wan xiqqoo tokko ofii kiyyaa warra jaaladhuuf yaadachiisu barbaada inni mali yoo jette moo !! 👉GAMMACHUU NI BARBAADA ? yoo eeyee jattan moo 👉EESSAA ARGATAN ? Gaaffii tanaaf deebisaan qur'ana Rabbitti s.w البزكر لله تطمءنل قلوب ❤Qalbiin ilmaan namaa kan tasgabbii argatu jedhaa rabbii ol tahee tiini akkasumas isaa zakkaru galata galchuu dhanii malee 😘 Akka falaastootanii jedhanii mitii warrootan wa'ee iccitii milkii jedhanii kitaaba heddu addunyaaf gumaachan akkaa wan issan kitabanii fii jiruun isaanii fallaadha fknf yoo fudhaatan namticha DEL KARNIGE jedhamu kan kitaabota addaa adda barreessee addunyaaf gumaachee. Jirun issaa akka Kitaabni issa jedhun fallaadha jiruu isaa tan gammachuu hin qabnee turree kitaabota isaa kessa tokko the seven habitat of effective person fadha wanii Kitaabni isaa jedhuu if you need Happy do this osoo jedhuu Dhumarratti gammachuu dhabuun lubuu isaa ofiin ofirraa kutee Tanaafuu jaalataamtoota kiyya gammachuun dhugaa gochaa garii ajajaa rabii gutuu kessa jirtii akka anis isiis hin sobaamne ofiifi jaalalootaa kiyyaaf dhama as wr wb Http//t.me/Bsgo2020
Показать все...
BABILE STONE G.O✔️

Dargaggoo Magalaa Baabbile

As wr wb akkamii nageenyi rabbi guddaa isinitti haa jiraatu jechaa gamaa seenaa nama qopheeffachuun issiinif dhiyaadhe nama kabajamaa fi kan urjii adunyaa KAN GAMAA FAYYAATIIN YEYOO DHEERAA DURAA KAN ADUNYAF GUMACHEE. 👉iniis❤❤❤al razi jedhama Bara 853 akka lakkoofsa Awroppaatii kan magaalaa guddoo IRAN tan maqa isii TEHRON jedhamtuu kessatti kan dhalate ABU BEKAR IBNU ZAKARIYA hayuun Islaamaa kun hojiin isaanii bekkamtun kan addunyaaf galtee tate haga ammaa itiin hojatamaa jirtudh hojiin inii itiin bekkamu kessa kan akka kitaaba fayyaa 200 ol Kitaabni adunyaaf gumaachuu dandaniiru akkasuma kemikaalaa akkaa karasiyoon fi alkoolii kan yeroo duraattiif adunyaaf ibseera mojiin isaa hakimaa wan tatef dhukuba akka dhukuba gogaa qama wal'aansa kennun bekkamu yeroo sanitti teknooloojii akkasii hin babalatiinitii Hosptala kessatti dhukubsaatoota isaa osoo qaman hin dheessin jaalalan dhukuba gogaa qamatiif yaalaa kan kana ture ❤kan yeroo duraattif kemikaalaa akka alkoolii irattii qorannoo godheera ❤kitaabota dhiibbaa lama ol kan addunyaan haga amma irra fayyadamuu jirtu barreesseera ❤kan dhukkba gogaa nama heddu yalaa kennedha kessattuu dhukuba shiftee fi kkf faa 👉👉❤❤hojiin isaa warootaan jajaboo akka ibnu sina itii wajiin akka yamamu tahe jira❤ 😀😀😀BEEKTOONNI ISLAAMAA ADUNYAA TANAF WAN GUDAA DHISANII DARBANII JIRRAN NUTIIS FAANA ISAAN DHISANI DARBAN AKKA FULDURATII SOCHOOFNUU RABBII KADHACHA HOJIITI HA SEENU JEDHA 😁AKKA IRRA BARATAAN ABDII KOOTI ❤BAREESAAN ABU AMAR 😁http//t.me/kalidOfficials join godha
Показать все...
ᴋᴀʟɪʏᴇ خلد Official☑️

As wr wb Akkam jirtan Hordooftoota Chanala kaliyye خلد Baga Jiraattan Amata Kuma Jiraadha isiniin Jecha Chanala Kana Keessatti Wantoota Adda Adda information Adda adda fi Wantoota Dubbise sammuu teetif Gaari Hundi ni Jiruu Koottaa😜🙅🙅

Garagaruma saa ‼ عاشوراء .....Ashura ❗لأهل السنة مغنم ❗وللروافض مأتم Rafidotaf gadda ❗ولليهود مأثم Yahudotaf dillidha(badidha)(yakka) ⚡فاليهود فيه يرقصون Yahudoni ni sirbian ni cafarran(tabatan) ⚡والروافض يبكون ويلطمون Rafido ni boyyan mallasani cafaqun dhiga irra yasan 💎 وأهل السنة يصومون ويوحدون 💎 Ahla-sunnan ni somanan 🌾 نسأل الله السلامة والعافية 🌾 @princess_kunuzi @princess_kunuzi
Показать все...
Onnen Ati qabdu takkuma takkiti sanu jalala Rabbitin fayii @princess_kunuzi
Показать все...
Jirenya ilma Nama Akka muka muka jattu kan godhu malaqa dhabuu oson tahiin dinii dhabudha @princess_kunuzi @princess_kunuzi
Показать все...
OROMO LIBERATION FRONT ADDA BILISUMMAA OROMOO IBSA GADDAA- DU’AAN BOQOCHUU OBBO ABDULJABBAAR HUSEEN (Ibsa ABO – Hagayya 12, 2021) Obbo Abduljabbaar Huseen du’aan boqochuu isaa yeroo dhageenyu gadda guddaatu nutti dhgahame. Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa kan ture Obbo Abdujabbaar Huseen Hagayya 11, 2021 magaalaa Adaamaa keessatti lubbuun isaa darbite. Obbo Abduljabbaar Huseen quuqama saba isaaf qabu fi ogummaa isaatiin hidhamtoota siyaasaa yeroo dheeraaf gargaaraa ture. Itti dabalees akka seerri hin dabne fi namni akka seera malee hin hidhamne, hin adabamnee fi hin ajjeefamne falmaa yeroo dheeraa gochaa ture. Kunis kabajaa mirga dhala namaaf qabuu fi quuqama saba isaaf qaburraa kan ka’ee dha. Obbo Abduljabbar nama haamilee jabaa, obsaa fi murannoo qabu tahuu isa dalagaan abukaatummaa utuu abdiin hin muratiinii fi hin nuffiin (hifatiin) bara dheeraaf geggeessee gahee guddaa ummata isaaf kennuudhaan mirkaneessee jira. Kanaafis Obbo Abduljabbaar quuqama saba isaaf qabuu fi fedhii mirga dhala namaa kabachiisuuf qabu hujiidhan kan mirkaneessee fi haga du’aan boqotetti utuu kaayyoo isaarraa hin maqiin saba isaatiif ogummaa isaa kan gumaachee fi waan danda’ameen tajaajilee dha. Maatii isaa qofa utuu hin taane ummata Oromoo hundatu sabboonaa cimaa tokko dhabe. ABOnis gadda guddaatu nutti dhagahame. Obbo Abduljabbaar bilisummaa ummata Oromoo fi kabaja mirga dhala namaa ijaan arguu baatuus, kaayyoo fi akeeki inni umurii guutuu itti dadhabe firii argatee Oromoo mirgi isaa akka kabajamuu fi seerri dabe akka qajeelu shakki tokko hin qabnu. Akkaataa du'aatii isaatii fi maaliin akka lubbuun isaa dabarte hanga ammaa waan beekame yoo hin jiraannellee yeroo dhihoo keessatti maatiif ibsama jennee abdanna. Maatii, firoota, hiriyyoota isaa fi hidhamtoota siyaasaa inni tajaajilaa ture hundaaf jajjabina hawwina. Qabsaawaan ni kufa qabsoon itti fufa! Injifannoo Ummata Bal’aaf! Adda Bilisummaa Oromoo Finfinnee Hagayya 12, 2021 T.me/kalidOfficials
Показать все...
ᴋᴀʟɪʏᴇ خلد Official☑️

As wr wb Akkam jirtan Hordooftoota Chanala kaliyye خلد Baga Jiraattan Amata Kuma Jiraadha isiniin Jecha Chanala Kana Keessatti Wantoota Adda Adda information Adda adda fi Wantoota Dubbise sammuu teetif Gaari Hundi ni Jiruu Koottaa😜🙅🙅

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.