cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Jimma College of Teachers Education

This is the official telegram channel of Jimma College of Teachers Education. Website: www.jcte.edu.et P.O.Box 95, Jimma, Oromia, Ethiopia.

Больше
Рекламные посты
11 398
Подписчики
-124 часа
+157 дней
+11030 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

barattoota idilee waggaa 1ffaa sem 1ffaa bara 2016 hundaaf
Показать все...
👍 31 4
Maanuwaalii leenjii kaadhimamtoota barsiisotaa haaraa waggaa 1ffaa
Показать все...
Mudde 12/2016 Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa 13 tiif Bu'aa dorgommii Kaadhimamtootaa barsiisotaa bara 2016 erguu ta'a. kunis: 1. sagantaa leenjii Diploomaa BST kaadhimamtoota 4063 2. sagantaa leenjii BSTD Diploomaa kaadhimamtoota 500 3. sagantaa leenjii BSTD Sartifikeetii kaadhimamtoota 755 waliigala kaadhimamtootaa 5,318 dorgommiifi ramaddii isaanii xumuruun isiniif ergameera. kanaafuu: # Galmeen kaadhimamtoota haaraa bara 2016 Mudde 18 hanga 20/2016 # Galmeen adabbii Mudde 22--23/2016 # Leenjiin Fooyya'insa gahumsa kan eegalu Mudde 22/2016 ta'uu beeksisna. DBOQQ Hub! Ragaa kana osoo hin maxxansiin sirrummaa isaa ilaalaa.
Показать все...
👍 71 24👏 13🥰 8😁 1
Mudde 12/2016 # Galmeen adabbii Mudde 22--23/2016 # Leenjiin Fooyya'insa gahumsa kan eegalu Mudde 22/2016 ta'uu beeksisna.
Показать все...
Mudde 12/2016 Beeksisa Kaadhimamtoota Barsiisotaa KBB Naqamtee buufata Amboofi Naqamteetti Dorgomtanii Darbitan Hundaaf Firiin qabxii dorgommii keessanii sadarkaa BBOtti calalamee warreen darbitan baga gammaddan jechaa maqaan keessan asiin olitti dhiyaate buufata dorgomtanitti Guyyaa 15/04/2016 eegaltanii uunka waliigalteefi ragaa meedikaalaa guutuun kolleejjii itti ramadamtan akkaataa sagantaa bahee jirun deemtanii akka galmooftan isn beeksisna. Sagantaan galmee: # Mudde 18 hanga 20/2016 # Galmeen adabbii Mudde 22--23/2016
Показать все...
Mudde 12/2016 Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa 13 tiif Bu'aa dorgommii Kaadhimamtootaa barsiisotaa bara 2016 erguu ta'a. kunis: 1. sagantaa leenjii Diploomaa BST kaadhimamtoota 4063 2. sagantaa leenjii BSTD Diploomaa kaadhimamtoota 500 3. sagantaa leenjii BSTD Sartifikeetii kaadhimamtoota 755 waliigala kaadhimamtootaa 5,318 dorgommiifi ramaddii isaanii xumuruun isiniif ergameera. kanaafuu: # Galmeen kaadhimamtoota haaraa bara 2016 Mudde 18 hanga 20/2016 # Galmeen adabbii Mudde 22--23/2016 # Leenjiin Fooyya'insa gahumsa kan eegalu Mudde 22/2016 ta'uu beeksisna. DBOQQ Hub! Ragaa kana osoo hin maxxansiin sirrummaa isaa ilaalaa.
Показать все...
👍 4 1
👍 32 2👏 2🔥 1
Ramaddii dorgomtoota kaadhimamtoota barsiisotaa bara 2016
Показать все...
😁 8 4👏 4👍 2🔥 2
👍 23 21👎 7