cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Miiltoo Tube

Ogbarruufi Aartii keenya haaguddifnu!

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
531
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Repost from FOCUS ASTU
Показать все...
CHRISTIAN STRUGGLE With Sin | Si Waama Event | Week 1

Title: CHRISTIAN STRUGGLE With SinLength: 57:14 minutes telegram @focusastu Lallabni kun wallaansoo Kiristiyaanni cubbuu waliin qabu bu'uura Macaafa Qulqullu...

Guyyaa 5 qofatu hafe! @faaruu_tube @faaruu_tube
Показать все...
Lammiileen keenya biyya hambaa jirtan T-shirt kana link kanaan seentanii yoo ajajattan bakka isin jirtanitti isin qaqqaba. 👇👇👇👇 https://oromomarket.com/products/maal-mallisaa-t-shirt #share gochuun namoota biraan nuuf ga'aa
Показать все...
--- Kunooti! --- #share Ijoolleen Oromoo tokko waan haaraa qabatanii as ba'aniiru. - innis karaa marsariitiin http://oromomarket.com meeshaalee feetan bitachuu akka dandeessanitti isiniif dhiyaateera. Keessumattuu lammiileen keenya biyya hambaa jirtan karaa kanaan meeshaa feetan yoo ajajattan bifa salphaa ta'een isin qaqqabuu danda'a. Facebook page : https://www.facebook.com/oromomarket >>>Share godhaa #Show_Your_Sabonuma
Показать все...

Mohaammad Deeksisoo eessa akka geeffame erga wallaallee torbee darbeera jedhan maatiin. Dargaggoon kun erga guyyoota saddeetiin dura qaama nageenyaatiin fudhatamee hanga ammaa eessa akka jiru hin beeknu jedhan maatiin Mohaammad Deeksisoo. Abukaatoon isaa Obsinaan gamasaatiin, dargaggoon kun buufataalee poolisii magaalaa Jimmaa keessa jiran lamaan keessa akka hin jirre mirkaneefanneerra jedhuun BBC'tti himan. Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa maal jedha? Guutummasaa dubbisaa 👇 https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/234/Mohaammad-Deeksisoo-eessa-akka-geeffame-wallaalaamee-
Показать все...
Mohaammad Deeksisoo eessa akka geeffame wallaalaamee.

Dargaaggoo Mohaammad Deeksisoo eessa akka geeffamee erga wallaallee torbee darbeera jedhan maatiin. Dargaggoo Mohaammad yakka ittiin…

Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Показать все...
BBC Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
Oromia Media Network- OMN
Addis Standard
FBC Afaan Oromoo
OBN Afaan Oromoo
ETV Afaan Oromoo
Gadaa Magazine
www.daldalaa.com Marsaariitiin daldalaa www.daldalaa.com jedhamu ifoomun tajaajila eegale.www.daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama. • Daldaltoonni kamiyyuu galmaa’uun meeshaalee fi tajaajila keessan marsaritii kana irratti gurgurachuu ni danda'u. • Fayyadamtoonni marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni danda'u. • www.daldalaa.com irratti galmaa’uun meeshaalee akka bilbila, laptooppii, Taableetii, Tiivii, konkolaataa, mana jireenyaa uuffataa fi kkf bitachuu fi beeksifachuu ni danda'ama. ⚜ Galmaa’uun tajaajila kana fayyadamaa. 👇 www.daldalaa.com/register www.daldalaa.com/register
Показать все...
Gadaa Magazine maatii barattootaa fi barattootaa kutaa 12ffaa sababa netoorkiin firii isaanii hin ilaaliin jiran gargaaruu feedha. Barattoonni 'Registration number' keessan qofa garaa @gadaamagazineBot nuf ergaa. #SHARE @GadaaMagazine @GadaaMagazine
Показать все...
#MinisteeraBarnoota Qabxii olaanaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 669 ta'uun galmaa'e. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2012 fudhatan 702 qabxii 600 ol galmeessuun isaanii ibsameera. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa 2012 fudhatan walakkaan firii qormaaticha 350 ol galmeessaaniiru. Firii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa ibsa laateera. Ibsa guutuu 👇👇 https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/233/Qabxii-olaanaan-qormaata-biyyaalessaa-kutaa--
Показать все...

Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Показать все...
BBC Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
Oromia Media Network- OMN
Addis Standard
FBC Afaan Oromoo
OBN Afaan Oromoo
ETV Afaan Oromoo
Gadaa Magazine
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.