cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Sagalee Weedduu

https://t.me/joinchat/AAAAAEeQBFuPWLrvdUEIKg maal barbaadu? Dubbii Ogummaadhan guutuu kan ta'ee channel kun ani sif jira jecha jira ati join godhi malee. HUB Namni namaaf hin yaadne namuumman isa in shakama

Больше
Рекламные посты
282
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Iji koo gara gaarotaatti ol in ilaala, gargaarsi koo eessaa dhufa? Gargaarsi koo Waaqayyo biraa in dhufa; inni immoo isa bantiiwwan waaqaa, lafas uumee dha. Kunoo, inni Israa'elin eegu, matumaa hin mugu, hin rafus. Waaqayyo si eega, Waaqayyo gaaddisa kee ti, inni gara mirga kee jira. Guyyaa aduun si hin rukutu, halkanis ji'i si hin miidhu. Waaqayyo hamaa hundumaattii si eega, inni jireenya kee in eega. Waaqayyo gad ba'uu kee, ol galuu kees ammaa jalqabee hamma bara baraatti in eega. Faarfannaa 121:1-8 ዐይኖቼን ወደ ተራሮች አነሣሁ ረዳቴ ከወዴት ይመጣል? ረዳቴ ሰማይና ምድርን ከሠራ ከያህዌ ዘንድ ይመጣል፡፡ እግርህ እንዲንሸራተት አይፈቅድም አንተን የሚጠብቅህም አይተኛም፡፡ እነሆ እስራኤልን የሚጠብቅ አይተኛም አያንቀላፉምም:: ያህዌ ይጠብቅሃል፤ ያህዌ በቀኝህ በኩል ይከልልሃል፡፡ ፀሐይ በቀን አያቃጥልህም ጨረቃም በሌሊት አይጐዳህም፡፡ ያህዌ ከክፉ ሁሉ ይጠብቅሃል እርሱ ሕይወትህንም ይጠብቃል፡፡ ከአሁን ጀምሮ እስከ ዘላለም ያህዌ በምታደርገው ሁሉ ይጠብቅሃል፡፡ መጽሐፈ መዝሙር 121:1-8
Показать все...
ማስታወቂያ
Показать все...
Namni nama ireatti hamaa hojjettu akkasitti hojii isaa argachuun hinoolu
Показать все...
Watch "Jaalladheen kooluu sitti gale, Faarfannaa Afaan Oromoo, Baacaa, Feenaan.." on YouTube https://youtu.be/GI6mKoZcBLY
Показать все...

Показать все...
Dinqii Affaaritti ta'e🙏❤🙏

Waliif Qoodaa
Показать все...
Watch "Tooftaa Qormaata ittin hojjetan, Gosa torbaan jiran." on YouTube https://youtu.be/NZ8oSnfX_3Y
Показать все...

Watch "Dinqii Affaaritti ta'e🙏❤🙏" on YouTube https://youtu.be/dSEDzmn4pFU
Показать все...
Dinqii Affaaritti ta'e🙏❤🙏

Показать все...
30 June 2022