cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

ORO-Tech-zone

[(OROMIAN HADURSITUU)]. Ergami kenyaa OromiaTechnologidhan gudatee Ijarudha...

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
198
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

BARNOOTA TECHNOLOGY📱: Karaa salphaa pattern bilbila keenyaa osoo faayilli irraa hin badin bannu 👌Jalqaba irratti wantoonni nu barbaachisan kanniin qapheeffadhaa! ✅Moosajii [Software] Aroma File Manager. jedhamu ✅Bilbila keessan kan saamsame ykn cufame fi ✅Kuustuu ykn Memory dha 👉Sana Booda tartiiba kanaa gadii hordofaa: Aroma File Manager. gadi buufadhaa[download], Moosajii kana Memory keessan keessa kaayaa, sana booda memory bilbila isin jalaa cufame keessa kaayaa. Itti aansudhaan Bilbila keesan POWER KEY + qabduu[button] Sagaleee guddiftuu[volume up] walitti qabaatii REBOOT godhuun STOCK RECOVERY MODE Banaa. 👌Hub: Bilbilli adda addaa amala adda addaatiin REBOOT waan ta’a. Erga Recovery Mode keessa seentanii qabduu[button] Volume + fi volume – dhaan oliif gadi sochoosuu dandeessu, Filachuuf immoo qabduu[button] gidduu fayyadamaa. ✅Achi keessaa “INSTALL ZIP FROM SD CARD” filadhaatii daandii qajeelchaa[give the path to install AROMA FILE MANAGER fro SD Card. Yeroo fe’amee ka’e, Recovery Mode nuuf bana Aroma File Manager irraa Setting seennee, gara gadii gadi buunee “Automount all devices on start” cuqaasnee achi booda keessaa baana. ✅Tartiiba 4ffaafi 5ffaa irra deebina Sana Booda Aroma Fike Manager nuuf banama ammas Amma Data Folder keessaan System Folder seenuudhaan “gesture.key”or“password.key”kan paasword ykn pattern cufamee tartiiba walduraa duubatiin arganna. Faayiloota sana hundaa balleessaa Aroma File Manager keessaa bahaatii Bilbila keessa REBOOT Godhaa. Sana booda ammas Bilbilli keessan pattern ykn Password qaba. Ta’us hin dhiphatinaa “Caluma jedhaa pattern ykn Password barbaaddan galchaa isiniif banama.” Tooftaalee Biraatiin Hanga walitti Deebinutti nagaatti Jedhaaa! 👌Aappii aroma file manager olitti eerame buufachuuf liinkii kana irratti tuqaa👉 https://t.me/orotech11 YAAD-GAAFFIF👉 @orotech11 ▬▬▬▬▬📌Share📌▬▬▬▬▬ ━━━━━━━━━━━━━━━ ▬▬▬▬▬📌Share📌▬▬▬▬▬
Показать все...
ORO-Tech-zone

[(OROMIAN HADURSITUU)]. Ergami kenyaa OromiaTechnologidhan gudatee Ijarudha...

Encyber Techs Afaan Oromoo: MAM: Bilbila networkii fi interneetii hojjachuu dideef furmaata Bilbilli tokko rakkoo netoorkii qaba kan jennu yoo kanneen armaan gadii agarsiisedha. No service, Emergency call, Registration failed, Invalid SIM fi kkf. Rakkoowwan akkanaa kun sababoota armaan gaditiin dhufuu danda’u: Rakkoo Network IC (Hardware Problem) Rakkoo Anteenaa (Hardware problem) Yeroo baay’ee rakkoon hojjachuu diduu netwoorkii bilbilaa rakkoo IMEl Number dha. rakkoon akkanaa yeroo hedduu bilbiloota xixiqqoo irratti kan mul’atuudha Kanaafuu, furmaatni isaa IMEI number jijjiirudha. IMEI number jijjiiruuf koodii bilbilaa kanneen keessaa kan isiniif hojjate faayyadamaa *#0160# (Techno baay’ee irratti), *#0161#, *#0162#, *#0066# (Isim), *#0011# (Smadel), *#346#, *#020*#, *#0120#, *#1120#, *#*#601*#*#, *#8378#1# (bilbilloota xixxiqqoo hunda irrattii ni hojjeta) IMEI number. haaraa erga jijjiirtanii booda bilbila keessan cufaati banaa, networki isiniif deebi’a. Ammallee yoo deebi’ee akkuma duraa tahee akkanumattii IMEI number haara kan bira yaalaa. Gama biroon osoo SIM CARD bilbila keessa jiruu mallattoolee fi jechoota akka: Insert Sim Card No Sim Card Present No Sim Card Inserted Sim Card Registration Failed fi kkf kan agarsiisu yoo ta’e immoo rakkoo alaa (Hardware Problem) waan ta’eef mana suphaa mobaayilaa geessuun ilaalchisaa. Bilbila internetii hojjachuu dide fi bilbila haaraa akkaataa itti interneetii hojjachiisnu Akkuma beekamu yeroo tokko tokko bilbilli keenya interneetii guutummaan guutuutti hojjechuu dida ykn immoo waan hunda nuuf hojjachuu didee yeroo nu rakkisu argina. Kanaafuu, yeroo rakkoon akkasii isin mudatu akkaataa fi gosa bilbila keessanii irratti hundaa’uun step armaan gadii hordofaa sirreeffadhaa 1. Namoonni biyya keessa taatanii bilbila touch screen fayyadamtan: Settings > Network & internet > Mobile network > Access point kan jedhu erga seentanii booda Mallattoo + ykn Add jettu tuquun, bakka ‘Name’ jedhutti etc jedhaa bakka ‘APN’ jedhutti etc.com jedhaa ‘Save’ godhaa. Namoonni biyya biroo jirtanis ‘access point’ biyyichaa guutaa. Google irratti maqaa siimkaardii faayyadamtanii search gochuun argachuu dandeessu. ykn dhaabbata Telekoomii siimii irraa bitattan yoo gaafattan isiniif himu. akkasuma hiriyoota keessaniin siimkaardii wal fakkaataa yoo faayyadamtan kan isarraa ilaalaa guuttachuu dandeessu. 2. LG mobile kan fayyadamtan warreen biyya keessatiif: Google settings > Wireless & networks > mobile network > access point name > Options > New APN, erga seentanii booda ‘APN’ etc.com ‘Username’ etc ‘Password’ etc ‘Autheatication type’ PAPPAP-CHAP > option > save 3. Nokia mobile kan fayyadamtanwarreen biyya keessatiif: Settings > Connectivity > Packet data > setting > edit active access point, erga seentanii booda: ‘Access point name’ etc godhaa ‘Packet data access point’ etc.com godhaa. itti fufuun gara settings tti deebi’uun: Settings > configuration > personal > configuration > add new > web, keessa seenuun, username: etc Password: etc, Dhumarratti gara configuration deebi’uun: Activate the web taasisaa. 4. Bilbila SONY kan faayyadamtan warreen biyya keessatiif Menu > Setting > connectivity > internet setting, keessa seenuun ‘Connect using add’ ps ‘Date name’ etc ‘APN’ etc.com barreessuun ‘save’ godhaa. itti aansuun gara internet option deebi’uun: Internet options > advanced > connectivity > data homepage: etc Hubachiisa: bilbiloota sii gadirratti tarreeffaman baay’inaan namoota biyya keessaatuu qabata. kanaaf namoonni biyya alaa jirtan isiniis yoo kan qabaattan taate bakka ‘etc’ jedhu hundatti ‘access point’ biyya keessa jirtanii guutuu qabdu. Share To Your Friends Chan.
Показать все...
👉👉👉https://t.me/orotech11🏃🏽🏃🏽🏃🏽🏃🏽🏃🏽🏃🏽🏃🏽🏃🏽 Learn more about the computer Ctrl + a - select all Ctrl + B - Bold Ctrl + c - copy Ctrl + d - fill Ctrl + f - find Ctrl + g - goto Ctrl + h - replace Ctrl + I - italic Ctrl + k - insert hyperlink Ctrl + n - new spreadsheet Ctrl + o - open Ctrl + P - Print Ctrl + r - nothing right Ctrl + s - save Ctrl + u - underlined Ctrl + v - paste Ctrl w - close Ctrl + x - cut Ctrl + y - repeat Ctrl + z - cancel F1 - help F2 - Edition F3 - Paste the name F4 - repeat the last action F4 - when entering a formula, switch between absolute / relative references F5 - goto F6 - Next Pane F7 - spell check F8 - Fashion Extension F9 - Recalculer all folders F10 - Activate Menubar F11 - new graphics F12 - save under Ctrl +: - insert current time Ctrl +; - insert current date Ctrl + "- copy the cell value above Ctrl + '- copy the formula from the cell above Shift - offset adjustment for additional functions in the excel menu Shift + F1 - what is it? Shift + F2 - edit cell comment Shift + F3 - Paste the function into the formula Shift + F4 - search next Shift + F5 - Find Shift + f6 - previous panel Shift + f8 - add to selection Shift + F9 - calculate active worksheet Shift + F10 - popup menu view Shift + f11 - new spreadsheet Shift + f12 - save Ctrl + F3 - Set name Ctrl + f4 - close Ctrl + F5 - XL, restore window size Ctrl + F6 - next spreadsheet window Shift + CTRL + f6 - previous spreadsheet window Ctrl + f7 - move the window Ctrl + f8 - resize window Ctrl + f9 - minimize the spreadsheet Ctrl + f10 - window maximize or restore Ctrl + F11 - Inset 4.0 Macro Sheet Ctrl + f1 - open file Alt + F1 - insert a graph Alt + F2 - save under Alt + F4 - output Alt + F8 - Macro dialog
Показать все...

Salphatti galii intarneetii irraa argachuuf Tooftaa baayee salphaa namni kamuu, salphatti moobaayila isaa irraa argachuu danda'uudha kan isiniif qooda jiru. Salphaadha yoon jedhu... Jalqaba namni kamiiyuu gara toora marsariitii www.walhaabarruu.com deemuudhaan galmaa'a. Toora email keessaniif verify godhuun account keesaan akka hojjatu godhaa. Marsariitii irratti erga galmooftanii booda... Erga galmooftanii booda, achirratti wantoota kanneen yoo raawwatte maallaqni siif kafalama •Maxxansa yoo barreesite •Suuraa yoo maxxansite •yaada maxxansa garagaraa irratti yoo kennite •Oomisha kee yoo gurgurte ykn beeksifte •Hiriyaa ykn fira kee yoo affeerte •Biloogiiwwan yoo barreesite •wantoota garagaraa irratti reaction yoo kennite Karaalee maallaqni siif kafalamu •Karaa kaardii moobaayilaatiin •karaa tooraa herreega baankii keessaniitiin Eeyye, itti fayyadamaa!! https://t.me/orotech11
Показать все...
ORO-Tech-zone

[(OROMIAN HADURSITUU)]. Ergami kenyaa OromiaTechnologidhan gudatee Ijarudha...

[ Photo ] Visit our website ⚫️🔴⚪️ for historical photos👇👇👇 https://oromoimages.com/category/Historical
Показать все...
Kabajamtoota Hordoftoota Channel Keenya Arra Website Kitaaba Adda Adda Tolaan (Free) irra arkannu Muraasa Qabanne Isiniif Dhiyanne 👇👇👇👇 1. Project Gutenberg - www.gutenberg.org 2. Book Boon - www.bookboon.com 3. Many Books - www.manybooks.net 4. Free Ebooks - www.free-ebooks.net 5. Open Library - www.openlibrary.org Hiriyoota Kessaniif Share godhaa 👇👇👇👇 👉👉👉 https://t.me/orotech11 👈👈👈 👆👆👆👆
Показать все...
ORO-Tech-zone

[(OROMIAN HADURSITUU)]. Ergami kenyaa OromiaTechnologidhan gudatee Ijarudha...

⚫️🔴⚪️ ❤️💚❤️ ⚫️🔴⚪️ https://t.me/orotech11 📌 harkaa fuune maatii channel Keenya akkuma waadaa isinif gallee qophii Keenya hardhatin yoo mobaayila bitnuu maal akka ilaalu akka qabnu isiniif dhiheesera. Qophichaa wajjin ani https://t.me/orotech11dha turtii gaarii! 🌹Mobaayila yoo bitnuu wantoota beeku qabnu ijoo! Share waliif godhaa hiriyoota keessanis barsiisa! Bilbilli biraandota akka iPhone,Samsung ,HTC ,Acer,lenevo fi kan kana fakkaatanin argamaa! Bilbiloota kaniin bituuf wantoota isin gargaaran 6 qabadhee isinif dhihaadhera! 🌹1. PROCESSORS 📌Yeroo baayyee bilbilaa Keenya game yoo ka taphaattan ta’ee ,vidiyoo sa’aati dheeraaf yoo Ka fayyaadamtan ta’ee akkasummas editing garagaraa yoo ka dalagdanii processorn keessa osoo Qualcom snapdragon (652/820/821) osoo ta’ee gaariidha! 📌Hojiilee giddu galeessaf immoo processrn MedaTek jedhamu gahaadha! 🤳2. KAMEERA 📌Namoota dandeetti fi fedhii suuraa Kasuu qabaniif 13mp(megapixels) fi sana ol osoo ta’ee gaariidha! Garuu dirqaama mitii! 📌Namoota kameera giddugaleessuman fayyadamaniif 8 mp gahaadha! 🔋 3. BATTERY 🔋 📌Namoota game taphatan ykn vidiyoo sa’aati dheeraaf ilaaltaniif osoo batteryn bilbilaa bittaanni 3500 mAh(milliamp Hour) ol ta’ee gaariidha! 📌Namoota bilbilaa giddugalessuman fayyadamtaniif immoo 3000mAh gahaadha. 4.OPERATING SYSTEM Operating system jechuun riqichaa software fi hardaware gidduu jiruudha! Yeroo kanaatti operating system 2 namootni baldhinaan fayyadamu. Isaa is:- 1. MAC Macn operating system bilbiloota iPhone app yoo ta’uu namootni baayyeen akka gaarii ta’ee ragas bahuuf. 2.Android Addunyaa irratti namootni baayyeen isaa kana fayyadamu. Bilbiloonni akka Samsung,acer,Lenovo,Sony fi Kkf isaa kana fayyadamu! Yoo garaa kaayyoo keessanitti isiniif deebi’uu operating system Android baldhinaan isinitti himaa! Androidn gosaa hedduun jira KitKat,lollipop,marshmallow fi kkf Kanaafuu yoo bilbilaa bitnuu marshmallow fi isaa Caalaa latest ta’ee osoo bitnee gaariidha! 5 STORAGE bilbilli isin bittaan osoo bakka Kuusa fayiloota qabaate gaariidha! Haaluma kanan 16GB/32GB/64GB/128GB argaachu dandeessu! For your surprise iPhone 10(X)n storagen isaa 512GBdha😂😂😂😂 Hubachiisa Storagen bilbilaa bituu barbadannii yoo yoo xiqqaa ta’ee external memory fudhachuu isaa check gochuu qabna! 6. Headphone Jack HeadPhone 3.5mm audio jack osoo ta’ee filatamaadha! Waan na hordooftaniif galatooma isin jaaladha. Waan dogogorree yookiin waan irranfadhee yoo jiraate yaada naaf dhiheessa! Ani https://t.me/orotech11 ture qophiin biraatin hamma wal arginuutti nagahaan na turaa! Copyright © 2019
Показать все...
ORO-Tech-zone

[(OROMIAN HADURSITUU)]. Ergami kenyaa OromiaTechnologidhan gudatee Ijarudha...

📲 Bilbilli Keessan Nama biraatiin hidhamee[‘hordofamaa’] Jiraachuu akkamitti beekuu dandeenya? 👇👇👇 Eeyyen, Biyya Itoopiyaa tana keessatti namni hedduu bilbila ni shakka, bilbila keenya hidhanii dhageeffachuu danda’u sodaa jedhutu muldhata. Kanumarraan ka’ee namootni hedduu icciitii keessa isaanii jiru bilbilaan haasawuu yeroo sodaatan hedduu argina. Kanaafuu, Bilbilli keenya hidhamee jiraachuufi dhiisuu salphamatti beekuu dandeenya. Kunis: Lakkaddaa(Code) : ‘*#21#’ jedhurratti bilbiluudha. 1) Lakkadaa kanarratti yoo bilbiltan CALL FORWARDING – “NOT FORWARDED” yoo kan jedhu taate, bilbilli keessan hidhamee hin jiru jedhuu dha. Fkn: Suuraa irraa lakkoofsa 1 ilaalaa 2) Lakkaddaa(Code) asii olii kanarrti bilbiltanii yoo “FORWARDED” kan jedhu ta’emmoo bilbilli keessa too’annoo jala jira jechuudha. Kanaafuu, Bilbilli keessan too’annoo jala(hidhamee) yoo jiraate, furmaatni salphaa jira. Kunis: Lakkaddaa(code) ‘##002#’ jedhu irratti bilbiluudha. Lakkaddaa(Code) kanarratti yoo bilbiltan “Call Forwarding all erase Successful” is jedhu arganna. Kunimmoo guutumatti irraa balleessinee jirra jechuudha. Fkn: Akka suuraa kana lakkoofsa 2 irratti mudhatutti. Haala kanaan icciitiin keenya hordofamaa jiraachuufi akka hordofamaa hin jirre baruun salphaadha.
Показать все...
👉👉👉https://t.me/orotech11💪💪💪 Namoota Namootatti Fayyadaman! √ Namootni kun xiyyeeffannaan isaaniimaluma kamiinuu namarra aanuu fi faayidaa dhuunfaa isaanii adamsuu dha. √ Namootni kunis waan adamsan kanaargachuuf (adda baasuuf) bakka dadhabina namaa arguu qabu. √ Of-jaallattota kanaarraa of eeguunbarbaachisaa dha. Wajjin hojjeechuun illee dirqama yoo tale utuu walitti dhufeenya hojiiofii hin balleessein meeshaa namoota kanaautuu hin talin itti fufuuf qabxiileen armaangadii kun nama gargaaru. ******* ★Hariiroo nama sanaa wajjin qaban keessaa isa kamtu akka barbaachisaa tale sirriitti ittiyaaduu fi beekuu. Sana booda hariiroo Ibarbaachisaa tale' sana qofa irrattixiyyeeffachuu dha. ★Walitti dhufeenya nama sana waliiniittidaangaa fi sarara barbaachisaa itti godhuu fi daangaa sana walitti fufiinsaan kabachiisuu★Mirga ofii sirriitti beekuu fi hojii irra oolchuu,mirga tole ykn lakki jechuu utuu hin sharafin raawwachuu dha. Akkasumas, qoosaa namaxiqqeessu gaafa namatti darbatamudhaabsisuu (akka dhaabu ifaan itti himuu) danda'uu. ★Gaabbii hirlsuu mala isaan ittiin waannamni hin feene ittiin nama gochisiisankeessaa tokko aarii ykn mufii sobaatiin gaabbii namatti uumuu dha. Kanaaf aariii yknmufii nama sanaa "badii kooti" jedhanii ofittifudhachuu dhiisuun fala. Haga miidhaa irraanhin galinitti, miira nama tokkoof kan biraan gaafatmuu hin dandalu. Akkasumas, maalnaan jedhuu baaylisuu irraa of qusachuunis barbaachisa. Waanta namni siin jedhu atibocuu hin dandeessu waan ta'eef. ★Gaafa waa murteessuuf gaafatamtu yeroo★Gaafa waa murteessuuf gaafatamtu yerooga'aan akka siif laatamu gaafadhu. Sarduun murtii dabaa simurteessisuun mala isaanii keessa tokko waan ta'eef.A1 tokko tokko sitti fayyadamuuf yaalaajiraachuu isaanii irratti baruukee malaan ittihimuun illee barbaachisaa dha. FAYYAA SAMMUU MALEE FAYYAAN HIN JIRU. Via:Dr. Dawit (Psychiatrist)
Показать все...

✅ Tajaajila Kuufama (package ) kan Guyya 1 haala salphaadhaan Bitachuuf 1. Kan Intarneeta ♠️ Ofiif - 25 MB 'f = *999*1*1*2*1*1*1# - 45 MB 'f = *999*1*1*2*1*2*1# - 100 MB 'f = *999*1*1*2*1*3*1# ♠️ Kenna Namaaf - 25 MB 'f = *999*1*2*2*1*1*09xx*1# - 45 MB 'f = *999*1*2*2*1*2*09xx*1# - 100 MB 'f = *999*1*2*2*1*3*09xx*1# ↗️ Iddo 09xx san lakkoysa bilbilaa ati erguufi barbaaddu san buufta 2. Kan Sagalee galgalaa ♠️ Ofiif - Daqiiqa 30'f = *999*1*1*1*1*1*1# - Daqiiqa 60'f = *999*1*1*1*1*2*1# - Daqiiqa 120'f = *999*1*1*1*1*3*1# ♠️Kenna Namaaf - Daqiiqa 30'f = *999*1*2*1*1*1*09xx*1# - Daqiiqa 60'f = *999*1*2*1*1*2*09xx*1# - Daqiiqa 120'f = *999*1*2*1*1*3*09xx*1# ↗️ Iddo 09xx san lakkoysa bilbilaa ati erguufi barbaaddu san buufta 👇👇 👉 https://t.me/orotech11 👆👆
Показать все...
ORO-Tech-zone

[(OROMIAN HADURSITUU)]. Ergami kenyaa OromiaTechnologidhan gudatee Ijarudha...