cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Daarul hijirataayin

Yaamichaa Amantaa islaamaa @ Koottaa hubadhaa islaamummaa. Islaamummaan nageenyaa Islaamummaan jiraadhaa. Islaamummaaf jiraadhaa @ kadiir Baqataa

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
184
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

a lamaaniis jedheee sodaa Rabbiitiis erga dhaamee booda akkana jedhe: “yaa nama jecha kiyya dhagayaa! Dhugumatti ani erga bara kanaatii iddoo dhaabbataa kanatti isinii wajjiin wal-qunnamuu kiyya gonkuma hin beeku. Dhugumatti dhiiga keessan, qabeenya keessanii fi naamusa keessan wal xureessuun akkuma guyyaa har’aan tanaa, keessaahuu ji’a kana keessatti, keessaahuu biyya kana keessatti haraamiitti isinirratti haraami. Dhagayaa wantoonni hujii warra wallaalaarraa ta’e hunduu faana kiyya jala kaa’amaa dha. Dhiigni bara wallaalaatiis lafatti haftuu dha. Dhugumatti dhiiga keenyarraa jalqabni dhiigaan ani lafatti dhiisuuu dhiiga Ibnu Rabii’aa bin Al- Haaris. Inni kun gosa Banii Sa’ad keessatti osoo guddachaa jiruu gosti huzeeyl ajjeefte waan ta’eef akkana jedhe. Dhalti bara wallaalummaa keessaas lafatti dhiifamtuu dha. Ammaas jalqabni dhala ani lafatti dhiisuu dhala Abbaas bin Abdi Al-Muxxalibii dha. Dhalti hundi isaatii lafatti dhiifamaa dha. Dubartoota keessattiis Rabbi sodaa dhaa. Dhugumatti isin isaan amaanaa rabbiitiin fuutan, qaama saala isaaniitiis jecha Rabbiitiin halaaleyfattan waan ta’eef. Afata keessan irra nama isin jibbitan ajjachiisuu dhabuun dirqama isin iisaanirraa qabdanii dha. Sana booda dubartoonni keessan yoo wanta sana hojjatan rukuttaa isaan hin madeessine isaan rukutaa. Akka beekkametti nyaachisuun isaaniitii fi uffisuun isaaniis dirqama isaan isinirraa qabanii dha. Dhugumatti wanta yoo isa qabattan isin gonkumaahuu hin jal’anneen isin keessatti dhiisee deeme. Inniis Qur’aana Rabbiiti. Isin anarraa gaafatamuuf teessan waan ta’eef yeroo san maal jettan? ” jennaan, muslimtoonni akkana jedhan: “akka ati ergaa nuun geesse, dirqama sirra jiruus bakkaan geessee toltuu nuuf yaadde ragaa ni baana” jennaan, quba isaa akeektuu gara samiitti ol fuudhee ergasii gara ummatatti akkana jedhe: “yaa Rabbi ragaa ta’i! yaa Rabbi ragaa ta’i!, yaa Rabbi ragaa ta’i!” Dhugumatti gorsa kana keessatti wantoota baay’ee ibseera . Achumaan yeroo raawwate jechi Rabbii kun isarratti bu’e: “har’a diin keessan isiniif guute, godhii kiyyaas isinirratti xumure, diin ta’uuf islaamummaan isiniif jaaladhe.” Kanaafuu guyyaan sun guyyaa qananii, gammachuu fi galataa ta’ee beekkame. Gorsa booda Bilaal azaanee ergasii iqaamnaan, Ergamaan Rabbii ﷺ ummmataan zuhrii raka’a lama sagade. Ammaas iqaamnaan asrii raka’aa lama salaateeni. Kana jechuun slaata lamaan yeroo zuhrii keessatti duursee walitti qabee salaateen. Garuu salaata lamaan giddutti humaatuu hin salaanne. Sana booda iddoo dhaabbataa dhaquun gaala isaa gara dhagaatti achi maqseee qiblatitti garagale. Hanga aduun seentee daalachoomni xiqqo xiqqoon deemtutti dhaabbachuu hin dhiifne. Sana booda hanga Muzdalifaa dhaqutti deemuun azaana tokkoo fi iqaamaa lamaan osoo salaata lamaan jiddutti humaa hin salaatin maghriibaa fi ishaa salaatee, ergasii hanga fajriin bahutti gad ciisee, fajrii jalqaba yerootti erga salaatee, iddoo Mash’aru Al-haraam jedhamtu deemee qiblatti garagaluun du’aa’ii godhe. Hanga akkaan ifutti du’aa’ii, Allahu Akbarii, Rabbi tokkichoomsuu fi wanta kana fakkaatan hojjachuu hin dhiifne. Erga ife booda osoo aduun hin ba’in hanga boolla guddoo dhaqutti gara Minaa deeme. Achumaan boolla cirracha hundaa wajjiin Allaahu Akbar jechaa cirracha torba itti darbate. Hanga boolla darbatee fixutti labbeeykaa hin dhiifne. Sana booda yeroo boollatti darbatee fixu labbeeykaa erga dhaabee booda boolla guddoo bira dhaabbatee akkana jedhe: “adeemsa hajjii keessanii narraa qabadhaa. Sababni isaas erga bara kanaatii hajjii godhuu dhabuu kiyyaan yaada waan ta’eef.” Ergasii iddoo qubsuma isaa Mina keessatti kan argamu dhaquun harka isaatiin gaala jahaatamii sadi erga qalee, dhibbarraa waan hafe Aliyyiin isaaf qale. Isheeniis gaala soddomii torba. Ergasii gaala hundarraa humna humna murutti ajajnaan, okkotee keessatti godhamuun erga affeelamtee booda foon ishee nyaatanii maraqa isheetiis dhugan. Erga qalee raawwate booda namicha rifeensa haadu waamee cinaa mirga isaa itti kenninaan, akkasitti irraa haaduu eegale. Achumaan rifeensa takkaa fi lama lamaan namootaaf hire. Ammaas gama bitaa haadnaan akku
Показать все...
BARNOOTA SEERA IIDAA 1ffaa Kabajaa ayyaana iidaa. Akkuma beekamutti ummata islaamaa biratti iida lamaatu jira. Isaanis iida fixrii (soomana furaa) fii iidul adihaa (iida arafaa) ti. Isaan kuni lameen waggaa waggaan deddeebi’u.Salaanni iidaa waggaa 1ffaa hijraati seeramte eegalamte. املدينة ولهم عيدان يلعبون فيهما، فقال: روى أبو داود عن أنس قال: قدم رسول الله املدينة ولهم عيدان يلعبون فيهما، فقال:»ما هذان اليومان؟«، قالوا: كنا نلعب فيهما فياجلاهلية. فقال رسول الله « :إن الله ً قد أبدلكم بهما خيرا منهما: يوم األضحى، ويوم الفطر«. Abuu dawuud anasirraa odeesse-nabiin s a w madiinatti gale (dhufe) warra madiinaa kan guyyaa lama kan iidaa ayyaaneffatanii taphatan qaban “guyyaan kabajdan kun lameen maali?” jedhee gaafannaan, zamana wallaalummaa kabajuu turree. Jedhaniin, nabiin s a w akki jedheen. Kana lameen ufirraa dhiisaa ayyaana isaan kana caalu lama rabbiin bakka isinii buusee jira guyyaa adihaatiifi guyyaa fixrii. jedheen. Insha'allah Mata duree YEROO SALAATA IIDAA jedhu qabannee itti fufna ammas nufaana turaa Join ➪︎ t.me/gaaddisa_dhugaa
Показать все...
Gaaddisa Dhugaa

Asirratti barnoota garagaraa fi seenaa ajaa'ibaa gabaabinaan ni argattu karaa youtube tiin nu hordofuuf

https://youtu.be/63DczhCeW5I

yaada yoo qabaattan karaa @Gaddisa_comment_bot nuun gahuu dandeessu

Mata dureewwan lama irratti hundaa'uun barnoota isin fayyadu gaggabaabsinee isiniif qopheessineerra @gaaddisa_dhugaa irraa 1ffaa«BARNOOTA SEERA ZAKAA FIXRII» *ZAKAAN FIXRIIDHAA MUSLIMA HUNDARRATTI DIRQAMA Tahuu *HIKMAAN (FAAYDAAN) ISIIN DIRQAMA GODHAMTEEF maaliif? *YEROO ZAKAA FIXRII 2ffaa BARNOOTA SEERA IIDAA *YEROO SALAATA IIDAA *NAAMUSA YEROO IIDA SALAATUUF BAHANII *AKKAATAA TAKBIIRAAN ITTI GODHAMTU *AKKAATAA SALAATA IIDAA *IIDARRATTI WALEEBBISUU mataduree armaan olii irratti hundaa'uun gabaabsinee barnoota isiniif qopheessineerra isinis waan baay'ee isin fayyaduuf namoonni chanelii @gaaddisa_dhugaa hin qabne join godhattanii akka nu hordoftan dhaamsa keenya isiniif dabarsina Join and share t.me/gaaddisa_dhugaa
Показать все...
Gaaddisa Dhugaa

Asirratti barnoota garagaraa fi seenaa ajaa'ibaa gabaabinaan ni argattu karaa youtube tiin nu hordofuuf

https://youtu.be/63DczhCeW5I

yaada yoo qabaattan karaa @Gaddisa_comment_bot nuun gahuu dandeessu

Tiktok nashiidaa oromiffaa fi amaariffaan isin bohaarsu kana Like follow godhaa https://vm.tiktok.com/ZMebFMt3n/
Показать все...
Muslimoota jechuun akka qaama tokko #foryou #foryoupage #sallah_visionary #muazhabibabulfatih #ethio_islamic_dawa #hamzalencaislama #minber #asmiamna

user6589652671593 (@akmalgatira) has created a short video on TikTok with music original sound. | Muslimoota jechuun akka qaama tokko #foryou #foryoupage #sallah_visionary #muazhabibabulfatih #ethio_islamic_dawa #hamzalencaislama #minber #asmiamna

Hiriyyaa hamaa irraa fagaadhu Hiriyyaan badaan, hamtuu si barsiisa. Fakkeenyaaf hiriyyaan kee hattuu taanaan, hannuma si barsiisa. Hiriyyaan gaariin immoo wanta gaarii si barsiisa. Abu Muusan (RA) akka gabaasanitti Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan: “Fakkeenyi hiriyyaa gaarii fi hiriyyaa badaa, nama miskii baadhatuu fi kan buufaa cimdii afuufudha. Namni miskii baadhatu yookaa shittoo siif kenna yookin isarraa bitta yookiin immoo foolii gaarii isarraa argatta. Garuu namni buufaa cimdii afuufu yookaa uffata kee guba yookin immoo fooli badaa isarraa argatta.” Sahih al-Bukhari T.me/gaaddisa_dhugaa
Показать все...
Gaaddisa Dhugaa

Asirratti barnoota garagaraa fi seenaa ajaa'ibaa gabaabinaan ni argattu karaa youtube tiin nu hordofuuf

https://youtu.be/63DczhCeW5I

yaada yoo qabaattan karaa @Gaddisa_comment_bot nuun gahuu dandeessu

RAMADAAN 21 Haati Mu'mintootaa Aa'ishaan " Yaa Ergamaa Rabbii ! ﷺ Gartee halkan Leylatul-qadri yoon beeke, maalin keessatti jedha" jattee Nabiyyii gaafatte. "Allaahumma innaka afuwwun tuhibbul afwa, fa'afu annii jedhi " jedheen. Tirmiziitu gabaase Hiikkaan : Yaa Rabbi ati irra-dabraadha(dhiifamaan beekkamta). Irra namaaf dabruu jaalatta! Irra naaf dabri. ‏عن عائشةَ رضِيَ اللهُ عنها قالت: ((قلتُ: يا رسولَ الله، أرأيتَ إنْ علمتُ أيَّ ليلةٍ ليلةُ القدْر؛ ما أقول فيها؟ قال: قولي: اللَّهُمَّ إنَّك عفُوٌّ تحبُّ العفوَ، فاعفُ عنِّي)) Akka yeroo birootti hin laalinaa, guyyaafi halkan Ramadaanaa caaloommina addaa qaban. Keessattuu Ramadaana kurnan boodaa kana Rabbiin badhaasa hedduu nuuf qopheyse. Halkan takkittii tan ji'a kuma caaltu kurnan boodaa kana keessatti dhoyse. Namni Ibaadaan halkan san qunname waa milkaawee! Xiqquma carraaqnee, guddoo akka arkannu nu taasise. Tola Rabbii keenyaa kana himnee fixuu hin dandeenyu. Dalagaa gaarii hojjannu hunda boru dacha-dachaan galata galfamuuf jiraanna. Kanaaf kurnan boodaa kana Ibaadaan saammadhaa. Halkaniis guyyaas warra gama Rabbii deebi'u tahaa. NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa
Показать все...
#LeeylatulQadr #Halkan_Kabajaa: 1/ Kitaabni guddichi addunyaa kanaa Qur'aanni isii keessa buufame, 2/Hojiin keeyrii takka mindaa baatii kuma tokkoo oliin shallagama, 3/Guddichi Malaa'ikaa Malak Jibriil malaa'ikoota heddumminni isaanii xirracha lafaa irra heddummaataniin wajji gara lafaa bu'u, 4/Tasgabbiif nageenyatu isii keessa labsama, 5/Namni keeyrii halkan kanaa dhabe dhuguma kasaare, 6/Namni halkan kana dhaabbatee Rabbiin gabbare badiin inni dabarse ni dhiifamaaf, 7/Suuraan takka guutuun guututti Qur'aana keessaa sadarkaa isii irraa dubbattu hanga gaafa qiyaamaatti qara'amtutu buufame, 8/Murteewwan jireenya fuulduraaf bocaman halkan kana murtaa'u, 9/Halkan tuni Ummata Nabi Muhammad qofaaf keennamte, صلى الله عليه وسلم 10/Hanga gaafa qiyaamaan buututti Ramadaana hunda keessa ni jirti, 11/Halkan kana keessa urjiin samii irraa hin darbamtu, 12/Irra caaltuun halkanii waggaa guutuu keessaa halkan tana!, Mallattooleen isii dhaa ; -Ganama halkan isii aduun ifaansa cimaa dhaan hin baatu -Qilleensi halkan kanaa giddu galeessa -Hin qorru hin oowwu- -Addeessi/jiini halkan kana akka cinaa gabatee/qorii fakkaatee baya. Mallattooleen dogoggoraan namni yaadu; Halkan tana; sareen hin duttu, harreen hin iyyitu,Bishaan bahraa ni mi'aawa,mukkeen baala buufatanii ganama ol dachaafatu,Ifaa guddaa tokkotu samii irraa bu'a...! Kuni hundi sirrii miti ! Irra caalaan du'aa'ii halkan kanaa : ''اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عني '' (Allaahumma Innaka Afuwwun Tuhibbul Afwa Fa'afu Annii ) Gariin namaa jecha '' Kariimun'' jedhu itti dabala , suni sirrii miti ! Yaadachiisa: Gariin namaa Halkan leylatul Qadri halkan 27 ffaa qofa keessa jirti jechuun murteessee guyyoota kaan ibaadarraa laaffata. Kuni dogoggora ! Mee osoo namni tokko sitti dhufee '' Ani manneen kurnan kana keessaa kutaa tokko keessa warqii kaayee jiraa barbaadii fudhadhu '' siin jedhee kutaa takka ykn lama qofa keessa barbaadda moo kurnan keessa barbaaduu qabda?! Deebiin kankeetuma !! Meerkurii galaana Ramadaana keessaa tana Rabbi nuuf haa hiru __ Share godhaa waliin gayaa! Join one of the two @qajeelumniofiif @Sano_Haji7
Показать все...
GUYYAAN HAR'AA JUM'AADHA.. nabiyyii irratti S A W Salawaata buusuu heddumeeysi. Sa'atii Du'aa'iin keessa Qeebalamtu san eeggadhu. Ganamaan babbareedii gara Masjiidaa Deemi. Irra bareedaa uffata keetii uffadhu. irra urgaawaa Shittoo/haxira keetii dibadhuu. Qeensaa fii waan isa fakkaatu hunda muradhu. Rigaa kee fudhadhuu gara masjiidaa deemi. Suuratul Kahfi Qara'uus hin dagatin. Du'aa'ii kee keessatti Nus hin dagatin @gaaddisa_dhugaa
Показать все...
As wr wb Linkii armaan gadii tuquudhaan Tiktok nashidaa qofa irratti argattan mucaa Jimma Gaattiraa kan baayyee nama hawwatu linkii armaan gadii tuquudhaan ilaalaa Follow godhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://vm.tiktok.com/ZMeCnWyb2/
Показать все...
▶Ulaagaan Guyyaan Jumu'aadhaa dalagaa waggaa namaa ta'uu: -1- Namni ykn maatiin akka qaama dhiqatan ajajuu ykn dhiqachiisuu, -2- Ofiifis guyyaa jumu'aa qaama dhiqatuu, -3- Ganamaan masjiidatti argamuu, -4- Gorsa ykn khuxbaa caqasuu, -5- Saffaa jalqabaa qabatuu ykn imaamatti dhihaatanii taa'uu, -6- Yeroo gorsi taasifamu haasawuu dhabuu. . Ulaagaa kana yoo guunne fedha Rabbiitiin ajrii waggaa ni arganna! Nama itti fayyadamu nu haa taasisu! أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة. Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa! اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم. . @gaaddisa_dhugaa T.me/gaaddisa_dhugaa
Показать все...
Gaaddisa Dhugaa

Asirratti barnoota garagaraa fi seenaa ajaa'ibaa gabaabinaan ni argattu karaa youtube tiin nu hordofuuf

https://youtu.be/63DczhCeW5I

yaada yoo qabaattan karaa @Gaddisa_comment_bot nuun gahuu dandeessu

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.