OroIspoortii™️
🔯Isportii Jalalaafi🔯 ⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee 💶 Jijjirraa taphatotaa 📒 Seenaa taphatotaa 🖥️ Tamsasaa kallattii 🔊 Oduu bashanasisaa 📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222
Больше14 758
Подписчики
-724 часа
-117 дней
+3130 дней
- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Прирост подписчиков
Загрузка данных...
Фото недоступноПоказать в Telegram
✅Garee biyyaalessaa Turkey geeba Awurooppaa 2024 filatame.
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2
❤ 1
2023/24 SERIE A AWARDS 🏆
MVP:
Lautaro Martinez
Coach of the Season:
Simone Inzaghi
Best Goalkeeper:
Michele Di Gregorio
Best Defender:
Alessandro Bastoni
Best Midfielder:
Hakan Çalhanoglu
Best Attacker:
Dusan Vlahovic
Best U23 Player:
Joshua Zirkzee
👍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Liigii Awurooppaa Taphatotaa Cicimoo bara kanaa...
Filooriyaan Wiirtz 👏✨
Фото недоступноПоказать в Telegram
Liigii Awurooppaa Dargaggeessa taphataa cimaa bara kanaa...
Filooriyaan Wiirtz 👏✨
Фото недоступноПоказать в Telegram
Hansi Filiik Gara Baarseloonaa
HERE WE GO!!
[FABRIZIO ROMANO]🇮🇹
Фото недоступноПоказать в Telegram
✅Toomaas Paarteen Arsenaaliin gargar akka bahu gabaafameera. Arsenaal iddoo isaa taphata mallatteesifachuuf sochii taasisaa jira.
Фото недоступноПоказать в Telegram
✅Maanchister Siitiin Peep Gardiyoolaaf waligaltee haaraa dhiyeessuuf qophaa'anii jiru. Ta'us murtoo Peep akka kabajan beeksisaniiru.
👍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
✅Maanchister Yunaayitid tapha xummuraa geeba FA booda Eriik Tenaag akka gaggeessu gabaafameera.
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨 Hansi Filiik yeroo dhiyootti leenjisaa Baarseloonaa ta'uuf qophaa'era.
[Faabriiziyoo Roomaanoo]
Фото недоступноПоказать в Telegram
✅Barseloonaan Jaavii Hernaandez hojii leenjisumma irraa kaasaniiru.
Kanaan dura Javiin dhuma bara dorgommii kanatti akka gadhiisu beeksisee kan ture ta'us marii Laapoortaa waliin taasisaniin murtii isaa jijjiree turuuf murteessuun isaa ni yaadatama.
Hansii Fliik leenjisaa Baarseloonaa itti aanu akka ta'u eegamaa jira.