cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

BBC NEWS AFAAN OROMOO

Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi ....

Больше
Рекламные посты
10 065
Подписчики
+2124 часа
+827 дней
+55230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Keeniyaatti mormiin gibira haaraa mootummaan dhiyeesse miidiyaa hawaasaarratti jalqabe daandii magaalaa biyyattiitti dargaggoota baase. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tK2nqBS
Показать все...
Sochii dargaggoota Keeniyaa - Gen Z: Mormii gibiraa biyyattii ‘miila tokkoon dhaabaa’ jiru

Keeniyaatti mormiin gibira haaraa mootummaan dhiyeesse miidiyaa hawaasaarratti jalqabe daandii magaalaa biyyattiitti dargaggoota baase.

Itoophiyaa keessatti godaansi seeraan alaa gama dallaalota raawwatamu lammiilee heddu sarbama mirga namoomaafi dararamaaf, akkasumas du’aaf saaxilaa tureera, ammas saaxilaa jira.Godinni Harargee Bahaammoo lammiilee karaa seeraan alaatiin gara biyyoota baha giddugaleessaatti daddabarsuuf bal’inaan faayidaarra oola. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/htgZC5W
Показать все...
Daa’imman Harargee akkamiin dallaalotaan walharkaa fuudhamanii hanga qarqara garbaatti geeffaman?

Itoophiyaa keessatti godaansi seeraan alaa gama dallaalota raawwatamu lammiilee heddu sarbama mirga namoomaafi dararamaaf, akkasumas du’aaf saaxilaa tureera, ammas saaxilaa jira. Godinni Harargee Bahaammoo lammiilee karaa seeraan alaatiin gara biyyoota baha giddugaleessaatti daddabarsuuf bal’inaan faayidaarra oola.

Kanaadaan Humna Eegdotaa Warraaqsa Islaamaa Iraan tarree shororkeessitootaa keessatti galmeessuu ibsite. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/f9ZImYd
Показать все...
Kanaadaan Humna Eegumsaa Warraaqsa Iraan Shororkeessummaan galmeessite

Kanaadaan Humna Eegdotaa Warraaqsa Islaamaa Iraan tarree shororkeessitootaa keessatti galmeessuu ibsite.

Puutin Kooriyaa Kaabaa erga daawwatanii booda Veetininaam daawwachuuf magaala Hanooyi gahan. Dawwaannaan Veetinaamitti taasisan kun erga Kooriyaatti simannaan baay'ee hoo'aa ta'e taasifamee boodadha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nKVfWSP
Показать все...
Putin Kooriyaa Kaabaa booda biyya michuusaanii durii Veetinaam daawwachuu deeman

Puutin Kooriyaa Kaabaa erga daawwatanii booda Veetininaam daawwachuuf magaala Hanooyi gahan. Dawwaannaan Veetinaamitti taasisan kun erga Kooriyaatti simannaan baay'ee hoo'aa ta'e taasifamee boodadha.

Sababii ho’a cimaa Jibuutiitti mudateetiin torbanoota darban lama keessatti lammiileen Itoophiyaa konkolaataa fe’umsaa konkolaachisan sadii fi oggeessii suphaa konkoolataa tokkoo du’usaanii waldaan konkolaachiftoota konkoolaattoota gurguddoo Itoophiyaa beeksiise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mPpEeFI
Показать все...
Sababa ho’a cimaa Jibuutiitti mudateetiin lammiileen Itoophiyaa sadii du’an

Sababii ho’a cimaa Jibuutiitti mudateetiin torbanoota darban lama keessatti lammiileen Itoophiyaa konkolaataa fe’umsaa konkolaachisan sadii fi oggeessii suphaa konkoolataa tokkoo du’usaanii waldaan konkolaachiftoota konkoolaattoota gurguddoo Itoophiyaa beeksiise.

Ji'a sagal itti dadhabdee garaatti baattee, miixattee deessus akka haadholii kaanee carroomtee mucaashee dhalate ilaaltee isa ciniinsifataa turte itti hin daganne. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/muBkN8V
Показать все...
“Ilmoo dhaleen akkan hin ilaallee mallatteesse"- baqattuu Itoophiyaa Xaaliyaanitti

Ji'a sagal itti dadhabdee garaatti baattee, miixattee deessus akka haadholii kaanee carroomtee mucaashee dhalate ilaaltee isa ciniinsifataa turte itti hin daganne.

''Mesii warra Tukii'' jedhuun. Umriinsaa reefu 19. Kibxata galgala tapha waancaa Awurooppaa Turki Joorjiyaa morkattee 3-1 injifatte irratti goolii galchuun ola adeemaa ganna 20 gadii goolii galche ta'eera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/etUzbxu
Показать все...
'Mesii warra Turkii'; Ardaa Gular wancaa Awurooppaarratti riikardiii Ronaaldoo qooddate

''Mesii warra Tukii'' jedhuun. Umriinsaa reefu 19. Kibxata galgala tapha waancaa Awurooppaa Turki Joorjiyaa morkattee 3-1 injifatte irratti goolii galchuun ola adeemaa ganna 20 gadii goolii galche ta'eera.

Amma dura biyyoota adda addaa keessatti mula'tee icciitiinsaa kan wallaalame utubaan guddaan, US gammojjii Nevaadaa keessatti mul'ate. Wanti kun maala akka ta'ee fi eenyu wanta kana duuba akka jiru irra deebiin gaaffii kaaseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2hmq5zg
Показать все...
Utubaan icciitiinsaa wallaalame US Nevaadaatti mul'ate

Amma dura biyyoota adda addaa keessatti mula'tee icciitiinsaa kan wallaalame utubaan guddaan, US gammojjii Nevaadaa keessatti mul'ate. Wanti kun maala akka ta'ee fi eenyu wanta kana duuba akka jiru irra deebiin gaaffii kaaseera.

Labsii gibiraa mootummaan Keeniyaa zayita nyaataafi daabboo dabalate omishaalee adda addaarratti qopheesse mormii guddaan isa mudachuu booda Paarlaamaan biyyattii kufaa godhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Qe7BnY4
Показать все...
Paarlaamaan Keeniyaa gibiraa dabboo mormii guddaa kaase akkamiin kufaa godhe?

Labsii gibiraa mootummaan Keeniyaa zayita nyaataafi daabboo dabalate omishaalee adda addaarratti qopheesse mormii guddaan isa mudachuu booda Paarlaamaan biyyattii kufaa godhe.

''Mesii warra Tukii'' jedhuun. Umriinsaa reefu 19. Kibxata galgala tapha waancaa Awurooppaa Turki Joorjiyaa morkattee 3-1 injifatte irratti goolii galchuun ola adeemaa ganna 20 gadii goolii galche ta'eera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/etUzbxu
Показать все...
'Mesii warra Turkii'; Ardaa Gular wancaa Awurooppaarratti riikardiii Ronaaldoo qooddate

''Mesii warra Tukii'' jedhuun. Umriinsaa reefu 19. Kibxata galgala tapha waancaa Awurooppaa Turki Joorjiyaa morkattee 3-1 injifatte irratti goolii galchuun ola adeemaa ganna 20 gadii goolii galche ta'eera.

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.