Bariisaa1 Jira👁️🗨️🤳
👌Oromo fi Oromiyaa irraati maaltuu sitti toola? 👉Aadaa fi Seena, hoggabaruu, Asoosama fi Walaloo, Bacoo yoo jettaan.Kunoo dhufeen walii wajjin jiraa 👉Aartiidhaan Oromummakoo ibsadhaa. https://www.facebook.com/Qal'aawaarra
БольшеСтрана не указанаЯзык не указанКатегория не указана
226
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней
- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Прирост подписчиков
Загрузка данных...
Qophaayaa, boru duula twitter Facebook ABO/WBO ugguruu balaallefatu taasifna.
“Intalli xiqqoon miseensa RIB booji’amte tun dhalattuu godina Booranaa aanaa Dubluq magaalaa Dubluq ganda 01 jiraachaa turte. Maqaan isii Xummee Liiban jedhamti.umriin isii Ganna 14. maatiin isii harka qaleeyyii waan ta'aniif mana nama dhuunfaa qacaramtee Buna Jabanaa danfistee gurgurtee mindaa diqqoo argattuun maatisii gargaarti ture. Boodarra kaadireen Bilxiginnaa sossobuun yoo Makkalakayaa deemte Mindaa gaariitu siif kafalama maatii kee birrii ergiteefi gargaarta jechuun sobanii gara waraanatti akka deemtu taasisan. Kunoo amma humnoota Tigraayiin booji'amtee jirti.”
Fuula facebook Gemeda J Mohammed irraa yeroo hedduu isa kana maxxansaa jirra garuu jechoonni namni kuni barreessu waan addaati Add gochuuun hordofaa hamilee itti horaa🙏👇👇👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070169735512
Amaloota Jaalala Dhugaa
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
◈ Kan akka jaalalaa jaalatamuu fi faarfamuu waan jiru hin fakkaatu. Hundi jaalachuu fi jaalatamuu fedha. Bineensotaa fi allaattiis dabalatee. Jaalalli gammachuu qaba. Jaalalli, seeraan hin qabamu taanan, gadda, kufaatii fi cabiinsa hamilee hamatti nama geessuus danda’a. Gammachuu guddatti kan nama geessu jaalala dhugaati. Miidhaa fi hubaatii irraas kan nama tiksu isuma jaalala dhugaati. Humni jaalalaa danuu ta’uu isaati kan kun hundi argisiisu. Amaloota jaalala dhugaati wabiin isaa onnee ta'eedha.
➊ Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu.
➋ Yoo balleessaa walirratti argan, hiriyyaa biraa, facebook fi namoota birootti haasa’uu dhiisaanii kallattumaan walitti haasa’uu.
➌ Jireenya dhuunfaa qabaachuu jaalaleewwan lameenii. Jireenya waliinii akkuma qaban, jireenya dhuunfaa isaaniifis kabajaaf bakka qabaachuu qabu. Jireenyi isaanii keessatti 100% wal amanuu. @garritube
➍ Jaalalli dhugaan gocha. Jaalalli dhugaan waan gochaan agarsiistu malee waan afaaniin odeessituu akka hin taane quba qabaadhu.
➎ Amanamummaa, iftoomina, wal hubachuu fi waliin haasa’uun dirqama. Icciitiin dhoksaa hedduun jiraachuu hin qabu.
➏ Jaalalli dhugaa nama hin hubu. Jireenya keessatti walitti aaruun, mufannaa fi wal hubachuu dadhabuun jira. Bakka jaalalli dhugaa jirus kuni inuma jira. Bakka jaalalli dhugaa jirutti rakkooleen ykn hir’inni kunniin waan irra deddeebi’aa mul’atanii miti, garuu jaalalli dhugaa ilaalcha gaarii waliif qabaachuun madaalama.
➐ Lafa jaalalli dhugaa jirutti maqaa wal ballessuu fi wal yakkuun hin jiru. Yoo haasoftu jechoota ‘akka natti fakkaatutti’ ykn ‘akka amantaa kootti’ ykn ‘akka yaada kootti’ jedhanitti dhimma bayuu yaali. Waan dhibbaan dhibbatti hin beekne namatti hin fe’in. Jechaa fi shakkiidhaan wal hadheessuun ganda jaalalli dhugaa jiruttii hin heeddumatan. @garritube
➑ Jaalalleewwan lamaan maatii fi hiriyyoota walii waliif kabajuu fi jaalachuu qabu. Garaa garummaa walii hubatanii, waliif kabajanii, waliif danda’anii jiraatu.
➒ Jaalalli dhugaan kaayyoo fi kaka’umsaan guutamuu qaba; akka nama dhuunfaattis ta’ee akka walootti. Lameen wal jaalatan yaadaa fi karoora isaanii bakkaan ga'uu irratti wal deeggaruu fi waan waahilli isaa jireenya keessatti fedhu gargar baasee hubachuun deggarsa kan bira dhaabatuudha.
❿ Jaalalli danda'aadha, gaarummaas ni argisiisa; jaalalli hin hinaafu, of hin jaju, of hin bokoksu wanta oftuulummaa jedhamu of keessaa hin qabu.
✽̶»̶̥💥✿»💥̶̥✽̶
Nutoo guyyaan geenyaan
Qax!..jenneema duunaa
maaliif wol sakaaluuf...
Gaaraa goda buunaa....?
~
Hireen qooda rabbiiti
Akkasittan amana
Maafan si gufachiisa
Sin sakaalu namana!
~
Bullukkoo kee qulqulluu
Hin dibu cilee jibbaa
Sakaalee sin kuffisu
Dhiitee ciqileef jilba!
~
Har'a tolfachuuf jecha
Dagannaan guyyaa borii
Gaafan awwaalcha bu'e
Qabadheen deemaa horii?
~
Qabeenyaan hunda caalee
Addunyaa qabus kokkee
Akkuma qullaa dhufe
Hundumtuu qullaa sokke!
~
Kanaafuu!......
Adeemsa gatantaree
Yaabbadhee booqaaf burree
Kaabbaa sittin uffisu
Baasee wandaboo surree
~
Harargeettis dhaladhu
Feetu walloo kombolchaa
Gaddikee gadda kooti
Cabnikee na okkolcha
~
Elaamee akka taanu
Na dhageessuu yaa sabaa
Hireen qooda rabbiiti
Isatu ofirkaa qaba!
~
Akka qullaa dhalanne
Borus qullaa sokkinaa
Addunyaan gabaabduudha
Deemsa wol hin dhorkinaa!🙏🏼
SIINTOOLINAA
Anii erga sii argee
Waan ta'ee walalee
Maqaa moggo koos
Sintoolinaa jedhee
Maqaa siii mogaasee
Nama hundaa irraa
Sii addaa sii baasee
Jalaala keef jedhee
Kunoo boji'aamee
Sabbontuu intaala
Midhagini kee adda
Galgala gadii ciifnaan
Abjudhaan sii argaa
Barituu gadii hin ta'uu
Sii argaaf burjaja
Galgalaafi warrii anii
Wanumaa kee yadaa
Mee mala naaf
Dhayii mioftu
Akka shayii
Onneen too
Garuu teetii
Siin jaladhaa
Hamma dhumaattii
Oduu siif hiraa
Mee gurraa
Naaf keennii
Jalaalan jirana
Hamma umrii tootii
📚Beekumsa qaban irratti hundaa'ee namoota gosa 4 tu jira.
👉 Isaaniis:
1. Nama hin beekne , akka hin beekne, kan hin beekne.
➪ Wallaalaa Wallaalummaa isaa hin beeknedha.
2. Nama hin beekne, akka hin beekne, kan beeku.
➪ Wallaalaa Wallaalummaa isaa beekudha.
3. Nama beeku, akka beeku kan hin beekne.
➪ Beekaa beekumsa isaa hin beeknedha.
4. Nama beeku, akka beeku kan beeku.
➪ Beekaa beekumsa isaa beekudha.
⚠︎ Ati isaan kana keessaa isa kam Keessaa Jirtaa?
https://t.me/Bariisaa1 👁️🗨️
✍️-bikilahamza 🙏
Bariisaa1 Jira👁️🗨️🤳
👌Oromo fi Oromiyaa irraati maaltuu sitti toola? 👉Aadaa fi Seena, hoggabaruu, Asoosama fi Walaloo, Bacoo yoo jettaan.Kunoo dhufeen walii wajjin jiraa 👉Aartiidhaan Oromummakoo ibsadhaa.
https://www.facebook.com/Qal'aawaarra---------------◆◆◆--------------
⛓️𝐆𝐚𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚 🔗
⊰━━━━━━⊱⊰━━━━━━⊱
Siif du'aan jira siif gaggabee
Siif kufaan jira siif caccabee
Jaalalli kee yeroo male na qaqqabee.!
_____
Siin yaadadheetan
Ofiinimmoo balfa
Gaafiimmo si yadeen
Taa'ee ofitti kolfa
______
Kolfakee yaadadheen
uumamuukee inaafa
Yaadakeen mo'ameen
Lafan yaades hafa
________
Utuun si eeggadhuu
Qabatta bajaajii
Ati dhibee guddaadha
Budaa amajaajii
✍️ waloo Wada G.tiin
Join & share
👇👇👇👇👇👇
@Furtuu
@bariisaa1
Показать все...
💫Abdulmenan jebal💫
🌿👇🌼👇💞 Chaanala kana irratti wantoota armaan gadii kana argattu 👇 👇💞👇 "SEENAA" HADIISA✍️ GORSA🌿 HAALA YEROO NASHIIDAA argattu Kanaafuu 👉 join godhaa irraa fayyadamaa
12 QUOTES ABOUT HUMANITY
▯▭▬▭🍃🌸🌺🍃▭▬▭▯
1. “You must not lose faith in humanity. Humanity is an ocean; if a few drops of the ocean are dirty, the ocean does not become dirty.”
– Mahatma Gandhi
2. “To deny people their human rights is to challenge their very humanity.”
– Nelson Mandela
3. “Love and compassion are necessities, not luxuries. Without them, humanity cannot survive.”
– Dalai Lama
4. “An individual has not started living until he can rise above the narrow confines of his individualistic concerns to the broader concerns of all humanity.”
– Martin Luther King, Jr.
5. “What is tolerance? It is the consequence of humanity. We are all formed of frailty and error; let us pardon reciprocally each other’s folly – that is the first law of nature.”
– Voltaire
6. “World belongs to humanity, not this leader, that leader or that king or prince or religious leader. World belongs to humanity.”
– Dalai Lama
7. “When freedom does not have a purpose, when it does not wish to know anything about the rule of law engraved in the hearts of men and women, when it does not listen to the voice of conscience, it turns against humanity and society.”
– Pope John Paul II
8. “One way or another, we all have to find what best fosters the flowering of our humanity in this contemporary life, and dedicate ourselves to that.”
– Joseph Campbell
9. “The sole meaning of life is to serve humanity.”
– Leo Tolstoy
10. “During bad circumstances, which is the human inheritance, you must decide not to be reduced. You have your humanity, and you must not allow anything to reduce that. We are obliged to know we are global citizens. Disasters remind us we are world citizens, whether we like it or not.”
– Maya Angelou
11. “The purpose of human life is to serve, and to show compassion and the will to help others.”
– Albert Schweitzer
12. “The greatness of humanity is not in being human, but in being humane.”
– Mahatma Gandhi
⊰━⊱⊰━⊱
▬▭🍃🌸🌺🍃▭▬
@Bariisaa1👁️🗨️
@Moohichaafjira20💪
@Qoutes_Proverbs
Kophaa koo
~
Galmi koo fagoodha
kaayyoon kiyyas guddaa
Isaan dogongorraan
hin dhaga'u hundaa
~
Baayyedha jedheetoo
warri karaa baaqqee
Iji koo ilaalaa
seeneen borchu dhoqqee
~
Nan deema kophaa koo
Kan na dhaabuu'n jiru
Kaayyoo koo na beeka
dhiibbaan irraa'n goru
~
Nan deema kophaa koo
Gara tabba kaayyoo
Silas yoom argamaa
Milkiin akka laayyoo
~
#Sheri godhaa🙏