cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Jaalala♡Qulqulluu💖

Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣ Yaadaafii gaafii keessan @Yaada_Keessaan_Bot gubbaan dhiheeffachuuf karaan banaadha.

Больше
Рекламные посты
12 616
Подписчики
-324 часа
+287 дней
+24830 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
Haadha manaa tiyya yoo taate Intala teenya amata 20 irratti heerumsiisuu, ilma keenya immoo umrii isaa amata 30 irratti fuusisuu irratti na waliin waliif ni galtaa? jannaaniin "odoo dachii hin binne farda bakka gulufsiisnu irratti wal hin morminu" naan jatte. Ani umrii kanatti heerumaa, umrii kanatti fuudhaa isiniin hin janne san isinii beekkata, ani tiyyaa seenumaan isiniif hime😉😅 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
3980Loading...
02
Ba Allah dhiira moo dhaalatu akkatti dhuga jachu jira🤦🤦‍♂😅
9401Loading...
03
Media files
1 0602Loading...
04
Dhugaa hadhooytuu. Maallaqni jaalala ni mi'eeysa. Dargaggoonni waan isiniif laafe godhaatii If dandahaa, namni wal jaalate kan hubatu lama yoo wal argate wanti jaalala haalaan mi'eeysu maallaqa. Fadhii teenyaafii ta waliitiis akka guuttannuuf maallaqa horachuuf haa xaarruu. Hiyyummaan xuriidha😮‍💨 @Jaalala_qulqulluu
1 4495Loading...
05
Singlooch😢 Rafaa🙏
3730Loading...
06
Always we are winners🥰 Jaalala qofaa miti kubbaaniis ni moona 🫣💪
1 8163Loading...
07
"Namni kun maaf akkatti na kabaja, maaliitu akkanatti bakka akka naaf qabaatu godhe, kabajaan isaa akkami akkana guddo?" Ja'anii hanga kabaja kee ajaaibsiiftan takkatti ilma namaa hunda kabaji. Keessaattu nama hireefii jireenyi walitti isin hidhe. Kabaja kee kana garuu kopheen irra ejjatanii nama "zero" humaa keessa hin jirre, kan akka fadhanitti miidhaniis humaa takka isaan irraa irrisuu hin dandeenye tokkotti si lakkaawuu yeroo eegalan "Maaluma argatee akkatti jijjiirame, sadarkaa kamiitu akkatti akka nutti boonu isa godhe" ja'anii hanga yaadanitti lubbuu tee isaan irraa fageessi, mataa kee ol qabadhuutii jiraadhu. Kabajaan waa hundaa oli odoo jaalala illee tahee. 🎋Kabaja waliif qabaadhaa❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
2 0833Loading...
08
Haati manaa Abbaa manaa irraa wanti isiin feetu guddaan tokko yoo jiraate  yeroodha. Yeroo kannaaf, taphachiisaa, yaada garii isii irraa dhageeffadhaa kana goonaan haalaan booji'uu dandeessanii. 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
3 1226Loading...
09
Drop some likes to motivate me for something 😊❤️‍🔥😅
2 7341Loading...
10
"Dubartiin takka si jeequu dhiisnaan, Maaf kana goote maaf san goote jattee xiqqoofii guddoof mataa si nyaachuu dhiifnaan jaalalati isiin siif qabdu dhumee jiraa hubadhu" jacha ja'u kanaaf hedduu takka bakka guddaa hin qabaatinaamee dubartoonni keenya. Wal hubannaa, waliif irra dabruufii wal kabajuu keessa jaalalati jirtu jaala wal cinquufii wal wareersuu keessa jirtu irra tasgabbiifii mi'aa qabdi. Mee takka akka xiyyeeyfannaan keessan sassaabamuuf walitti iyyaa ooluu tana xiqqeessaa. Walitti iyyaa ooluun qofti maaf akka obsituu jaalalaat isini mullate? 🎋Tasgabbii=pure love❤️‍🔥 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu
3 8966Loading...
11
Dubartiin yeroo bilchaatte "Nama kanaafii kanaatu na jaalate, nama kanaaf kanaan dide, ani isaafii isaan hin malle" jachuun hin dhaadattu. Yoo gaafiin fuudhaa isiif dhiyaattee nama san qeebaluuf fadhii hin qabaanne illee hiccitii nama sanii dhooysiteeti qabdiif, eenyuttillee o'odeessitee if hin dhaadheessitu. Bilchinni kanaatii bilchaadhaa. Yoo qeebaluuf qophii taatan qeebalaa, yoo fadha hin qabaanneeffiis didaa, garuu waa'ee isaa hin faffacaasinaa. :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu
4 26710Loading...
12
Jaalala keessatti dorgommii hin seenin. Yoo dandeesse dhuunfadhu, yoo dadhabe sitti haa hafu. Nama tokko harkaa nama tokko fudhatuuf hin xaarin, nama si dhiisee namni biraa si harkaa fudhatees keetitti deeffachuuf hin xaarin. Yoo dandeesse dhuunfadhu, yoo dhuunfatuu dadhabde garuu nama carraa lammaffaa eeggatu hin tahin. Namni deemu namatti dhuftaa mataa ol qabadhuu booni. ❤️‍🔥,,,,,,,,,,,, @furaa1 ,,,,,,,,,,,,💔
4 06410Loading...
13
Jaalala keessatti dorgommii hin seenin. Yoo dandeesse dhuunfadhu, yoo dadhabe sitti haa hafu. Nama tokko harkaa nama tokko fudhatuuf hin xaarin, nama si dhiisee namni biraa si harkaa fudhatees keetitti deeffachuuf hin xaarin. Yoo dandeesse dhuunfadhu, yoo dhuunfatuu dadhabde garuu nama carraa lammaffaa eeggatu hin tahin. Namni deemu namatti dhuftaa mataa ol qabadhuu boonu. ❤️‍🔥,,,,,,,,,,,, @furaa1 ,,,,,,,,,,,,💔
240Loading...
14
Dubartii sadi Afur shan....waliin chat gootee janaajjanuun hedduu takka salphata. Bro kana akka waan guddaatti hin yaadin, kana godhuu kee akka waan beekkamtii guddaa argattee tokkotti hin tilmaamin.  Yeroo ati jidduu nama kanneeniitti ajjeesu jirtuuf yaaddahi. Qabatamaafii qilleensi kun tokkoo miti. Nama asirratti chatin jabaa if sahe meeqaatuu qabatama jiruu keessatti daaraa taheetii if hin shawwadin. Ilma dhiiraati ati, itti gaafatamummaa danuu tokkooti sirra jiraatii yeroo tee qorqodadhu, baxraaqaa haadharow😏 🍃🥰..............😅   @furaa1🌹
3 8604Loading...
15
Siin jaaladha jattee itti hin cabsin. Ganama yoo bira jiraatte faxara maaliin si gargaara ja'iin, yoo halaala jiraatte bilbiliifiitii ngyn bultee ja'iin halkan dawwaliitiif nagiyaan ooltee ja'iin yeroo dhukkube fayyitee ja'iin. Gaggafadhu iyyaafadhu, odoo ati siin jaaladha hin janneen akka jaalattu hubatti. Afaan goggogaa siin jaaladha jachuu hin baayyisinii "treat" godhi haadha manaa tee. 🍃🥰................😅 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
3 87514Loading...
16
Bilbila namaa yeroo fuute ykn akka tasaa isaa koodiin banaa yoo argite lafaa fuutee mana message, imo, telegram, messenger.... daftee seentee hiccitii namaa baruuf hin ariifattu yoo tahe bilchaattee jirta, nama guddaa taatee jirta. Ati daa'imaa miti hiccitii namaa baruuf hin ariifatin. 🍃🥰Baxraaqqaa.... :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
4 3539Loading...
17
Akka Rabbii hin beekaniitii channel @Furaa1 kana joine godhaa. Guyyaa tokko yoo Rabbi naan fadhe asoosam achi irraaniin isiniif maxxansaa. @Furaa1
4 2832Loading...
18
Yaa dhiiroota keenya.. Haati teessan ykn haati manaa teessan mana keessaa gargaartuu hin qabdu, kophaa isii jirtii Odoo beeytanii sa'aa nyaanni gahe hiriyyoota keessan walitti qabdanii itti hin fidinaa. Hanga fadhe Harki siif gahuus, hanga fadhe addunyaan si bira guuttuus nama tokko nyaachisuufii nama 11 nyaachisuun wal qixa hin ulfaatu. Dubartoota isin tajaajiluuf dhaabbatan ibiddaan hin bilcheessinaa, "Ba Allah" dhiiroota keenya hubadhaaf odoo Rakkataniiti isiniif oobsu jiranii🙏 🍃🥰 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
5 5697Loading...
19
🔤
10Loading...
20
Dhiira yoo taate dubara gaafa ati sadarkaa takka irra hin gahin siifiin jira siin jatte hin dagatin. Dubartiin hiyyummaafii laafina keetii wajjiin si qeebalte warqiidha.
14 41333Loading...
21
Dubartoonni heerumtan "Ba Allah" bultii teessan jabeeyfadhaa😢 Abbaa manaa keessan irratti danta dhabummaa tana dhiisaa. Hanga feete beekkumsa qabaadhu hanga feete jabduu tahi ajajani abbaa manaa keetii ajaja hunda siif haa duursuu, hanga Rabbitti kafri, zulmii hojjadhu jachutti si hin ajajinitti.
4 4465Loading...
22
Mee arra gaggabaabsaa yaada keessan nuuf kannaa. Warri keessan na qunnamuu feetaniis asiin👇 koottaa @Yaada_Keessaan_Bot Yaada keessan....🙏
4 5221Loading...
23
Akka abeetii tahi😅 Kan hiqqifatee hin boonye, Kan rakkina meeqa Odoo qabuu kolfu, Kan baafatee hin boonye Odoo keessi isaa booyuu. Kan baayyisee hin waywaanne, Kan nama kabaju, Kan gaafa kabajaan inni namaaf laatu sodaa itti fakkaate akka mataa ifii itti kabaju beeku tahi. Abbaan kee takkaa si duratti cabaafii booyaan hin jilbiiffanne, dhiira akka abbeetii tahi bakka deemtuuf teessutti booyafii waywaataan kufaa if hin godhinii. Keessattuu keessattuu dubara duratti hin boohin, rakkina lakkaahaa hin oolin. Cimaa itti fakkaadhu boo😅 🍃🥰 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
6 07013Loading...
24
🍃🥰 join👇👇👇 :¨·.·¨:  `·.   @alfalahdawagrp                  @alfalahdawagrp
4 2450Loading...
25
Yeroo jaalalaa keessatti if dinqisiifachuu caalaa nama jaalattu san dinqisiifachuu irratti sammuu kee leenjisi. Deddeebistee waa'ee keetii yoo dinqisiifatte miira ati nama gaarii tahuu, miira ati nama jaalattu san irra caaluu, miira ati qulqulluufii nama amala laafaa qabu tahuu takkaatu sitti dhagama, yeroo miirri khun irra daddeebiin si dhadhagahame dhumarratti miira ati nama si madaaluu waliin jiraachuu dhabuutu sitti dhufa, yeroo san waliin turuu irra gargar bahuun caalee waan si mullateef wal dhabdan. Yoo garuu nama jaalattu san haalaan dinqisiifachuu irratti sammuu tee leenjifte yeroo cufa waan gaarii irratti waliin dhaabbattan, xiqqo wal lollaan waan wal dhabuuf deemtan isini fakkaateetii daftanii furmaata barbaaduu irratti ceeetan. Wal dinqisiifachuu dhabuutu mana gaarii facaasu jira. Isiin(inni) ana irra gaariidha ja'aati wal dinqisiifachuu baraa❤️‍🔥 🍃🥰 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
4 94311Loading...
26
Yeroo jaalalaa keessatti if dinqisiifachuu caalaa nama jaalattu san dinqisiifachuu irratti sammuu kee leenjisi. Deddeebistee waa'ee keetii yoo dinqisiifatte miira ati nama gaarii tahuu, miira ati nama jaalattu san irra caaluu, miira ati qulqulluufii nama amala laafaa qabu tahuu takkaatu sitti dhagama, yeroo miirri khun irra daddeebiin si dhadhagahame dhumarratti miira ati nama si madaaluu waliin jiraachuu dhabuutu sitti dhufa, yeroo san waliin turuu irra gargar bahuun caalee waan si mullateef wal dhabdan. Yoo garuu nama jaalattu san haalaan dinqisiifachuu irratti sammuu tee leenjifte yeroo cufa waan gaarii irratti waliin dhaabbattan, xiqqo wal lollaan waan wal dhabuuf deemtan isini fakkaateetii daftanii furmaata barbaaduu irratti ceeetan. Wal dinqisiifachuu dhabuutu mana gaarii facaasu jira. Isiin(inni) ana irra gaariidha ja'aati wal dinqisiifachuu baraa❤️‍🔥
10Loading...
27
Hiriyyummaa gad aantummaan keessatti sitti dhagahamu hin hiriyyoomin. Yoo dandeesse hiriyyaa mana keetti biddeena barbareen waliin nyaattee mana isaa yeroo deemtees akkasumatti biddeena barbaaree waliin nyaattu yoo hiriyyoomfatte irra siif wayya. Hiriyyaa style jireenyaa keetiifii kan isaa dachiifii samii jirutti hin hidhatin gad aantummaan akka sitti dhagamu si taasisaa. Hariifa tahi bakka siin maltuufii mataa itti ol qabattee jiraattu filadhu.
4 82916Loading...
28
Seerri kun qulqulleessadha🥰 🥰Nama abbaan manaa hin jaalanne haati manaa mana isii hin neeyxu. 🥰Bakka abbaan manaa hin jirretti haati manaa kophaa isii odoo jirtuu dhiira "ajnabii" ol naquun dhoorkaadha odoo saahiba abbaa manaa isii taaheehillee. 🥰Haati manaatiis, abbaan manaatiis wal malee nama biraa ka saala faallaa harka fuudhuun dhoorkaadha. Yoo nama hayyamamu tahe malee... 🥰Dhiirti takkaafii dhalaan takka "nikhaa" malee waliin kophaa bahuun dhoorkaadha. 🥰Dubartiin takka eega herumtee booda abbaa mana isii malee dhiira biraatii waliin yoo ciifte(badii daleeyde) ni ajjeefamti tumamtee, dhiirriniis akkasuma. Seera kanatti buluu dhabuutu badii baayyise ! 🍃🥰 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
4 9677Loading...
29
Mee yaada keessan.....! Dhiirrii miskiinaa kan hiyyummaa keessatti guddate tokko dubara tujjaaraa tan qananii keessatti guddatte fuudhuun bultii irratti dhiibbaa ni qabaa?
4 7045Loading...
30
Jaallatamaa kiyya Irra caalaa khalqii Maqaa kee yoon kaasu Na boqatti Qalbiin #Yaa_Rasuulallaah 💚 ﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَاأَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ﴾ #صلى_الله_عليه_وسلم  💚 👤 Seeyfal Islaam     
950Loading...
31
Waaniin barbaade itti balleessuus na dhiiftee hin deemne, Rakkinni fadhe na mudatuus na dhiiftee hin deemne. Naaf yaadde, naaf yaaddoote, yeroo hunda nama hunda irra gama keeti jaalatamaa na taasifatte, haala hedduu keessa na waliin dabarafatte. Siin jaaladha, humaatiinuu si hin jijjiiru, fadhii qaamaafii barredina gubbaa qofaa miti qulqullina namuummaa keetiitu na bate, hedduun si jaaladha habiibtii tiyya. Jummaa gaarii naaf qabaadhu. 🍃🥰 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
4 75710Loading...
32
Siif maraadhee lachuu dhabee Siif gufadhee kichuu cabee Maraattuu sirnaa tahee Namummaa keessaa bahee Siif marmaaree lafa hundaa Siif abaaree nama guddaa Ati naaf hin hubanne💔 Onneen koo siif gaggabuu Lafeen koo siif caccabuu Siif okkolee, siif meelachuu Siif dhukkaa'ee, siif eelachuu Xiyyaara yaadan siif imaluu Ati hin beekne siif hin galu Gad hin ciisne takkaa dirraan Si jaaladha keessaf irraan...... Jaalala koo naaf hubadhuu Na yaali mee na fudhadhuu 🍃🥰 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
4 97929Loading...
33
🙏Hoonga bilchinaa🙏 Gaafa Jaartii isaa turte "Haadha manaa tiyya hamtuun isii dubbachuu hin fadhu" ja'eeti warra waa'ee isii hammeenyaan dhagahuu fadhutti odeessuu dide. 👌Wal dhabanii gargar baanaan(Hiiynaan) "Nama hoggansa kiyya jalatti hin jirre maqaa hamaan kaasee hammeessuu keessatti bu'aan argadhu hin qabu" ja'eeti maqaa isii eegeef. Nama kee godhattee dhuunfattee jirtu bakka carraan waa'ee isaa/isii dubbachuu si mudetti faarsi, odoo hanga feete waliin Rakkamaa jiraattelleedhaa. Nama dhuunfattee kee godhattee jirtu isaan dubatti xiqqeessuun isaan odoo hin taane sihi tuffatamaa godha ! 🍃🥰 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
3 9303Loading...
34
"Brother/sister" si bira taa'ee nama tokko haalaan faffaarsee, waan nama sanii dhaadheeysee yoon sitti hime nama san jaaladheetiin jira, na bira teessee hin arrabsin. Nama Jaalatan dubbataa oolu.🥰 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
3 8515Loading...
35
Hariifa yoo taate..... Carraa argatte hundatti irra dhaabuuf hin ariifatinii odoo carraan haalaan siif mijjateehillee irraa if qabuuf murataa tahi.  ❤️‍🔥Badiin Nikhaa dura walitti dalagan jaalala keessaa humna fuuti, jireenya keessaa gammachuu heeyxi. Akka feetanitti waadaa Waliif galtan illee jaalalti teessan laamshoo taati, humna akka duraa san inuma hin qabdu🙂‍↕️ Zinaan farra jaalalaati💔 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu🌹
7 67614Loading...
36
"Reaction" keessa xiqqaatee jira. If hin gogodhinaa nuti reaction keessan ni feenaatii like comment share godhaamee ilmaan haadhaa. Nuti hamilee isin nu gootaniiin hamilee horanna 🤷‍♂
3 8923Loading...
Haadha manaa tiyya yoo taate Intala teenya amata 20 irratti heerumsiisuu, ilma keenya immoo umrii isaa amata 30 irratti fuusisuu irratti na waliin waliif ni galtaa? jannaaniin "odoo dachii hin binne farda bakka gulufsiisnu irratti wal hin morminu" naan jatte. Ani umrii kanatti heerumaa, umrii kanatti fuudhaa isiniin hin janne san isinii beekkata, ani tiyyaa seenumaan isiniif hime😉😅 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
Показать все...
😁 8 2
Ba Allah dhiira moo dhaalatu akkatti dhuga jachu jira🤦🤦‍♂😅
Показать все...
😁 16
Dhuga moo soba? Ilmi dhiiraa hanga kiisha isaa irratti hundaahee jaalata, yoo hiyyeessa tahe ta nama madaalti ja'u takka laalee jaalata, yoo duroome immoo isii hiyyummaa keessatti jaalate san ta caaltu argachuu fadha.Anonymous voting
  • Dhuga
  • Soba
0 votes
😁 11💔 2👍 1
Dhugaa hadhooytuu. Maallaqni jaalala ni mi'eeysa. Dargaggoonni waan isiniif laafe godhaatii If dandahaa, namni wal jaalate kan hubatu lama yoo wal argate wanti jaalala haalaan mi'eeysu maallaqa. Fadhii teenyaafii ta waliitiis akka guuttannuuf maallaqa horachuuf haa xaarruu. Hiyyummaan xuriidha😮‍💨 @Jaalala_qulqulluu
Показать все...
🔥 24 8😁 7🤗 3
Singlooch😢 Rafaa🙏
Показать все...
😁 8🔥 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Always we are winners🥰 Jaalala qofaa miti kubbaaniis ni moona 🫣💪
Показать все...
🤗 13 8👍 3😁 3🔥 1
"Namni kun maaf akkatti na kabaja, maaliitu akkanatti bakka akka naaf qabaatu godhe, kabajaan isaa akkami akkana guddo?" Ja'anii hanga kabaja kee ajaaibsiiftan takkatti ilma namaa hunda kabaji. Keessaattu nama hireefii jireenyi walitti isin hidhe. Kabaja kee kana garuu kopheen irra ejjatanii nama "zero" humaa keessa hin jirre, kan akka fadhanitti miidhaniis humaa takka isaan irraa irrisuu hin dandeenye tokkotti si lakkaawuu yeroo eegalan "Maaluma argatee akkatti jijjiirame, sadarkaa kamiitu akkatti akka nutti boonu isa godhe" ja'anii hanga yaadanitti lubbuu tee isaan irraa fageessi, mataa kee ol qabadhuutii jiraadhu. Kabajaan waa hundaa oli odoo jaalala illee tahee. 🎋Kabaja waliif qabaadhaa❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
Показать все...
42👍 4❤‍🔥 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
Haati manaa Abbaa manaa irraa wanti isiin feetu guddaan tokko yoo jiraate  yeroodha. Yeroo kannaaf, taphachiisaa, yaada garii isii irraa dhageeffadhaa kana goonaan haalaan booji'uu dandeessanii. 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
Показать все...
38👍 10😁 2
Drop some likes to motivate me for something 😊❤️‍🔥😅
Показать все...
37🥰 6😘 2
"Dubartiin takka si jeequu dhiisnaan, Maaf kana goote maaf san goote jattee xiqqoofii guddoof mataa si nyaachuu dhiifnaan jaalalati isiin siif qabdu dhumee jiraa hubadhu" jacha ja'u kanaaf hedduu takka bakka guddaa hin qabaatinaamee dubartoonni keenya. Wal hubannaa, waliif irra dabruufii wal kabajuu keessa jaalalati jirtu jaala wal cinquufii wal wareersuu keessa jirtu irra tasgabbiifii mi'aa qabdi. Mee takka akka xiyyeeyfannaan keessan sassaabamuuf walitti iyyaa ooluu tana xiqqeessaa. Walitti iyyaa ooluun qofti maaf akka obsituu jaalalaat isini mullate? 🎋Tasgabbii=pure love❤️‍🔥 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu
Показать все...
👍 25🙏 6🥰 2