ru
Feedback
Chemistry group 33

Chemistry group 33

Открыть в Telegram

Больше
Страна не указанаКатегория не указана
207
Подписчики
+124 часа
-17 дней
+230 день
Архив постов
የየትኛው ክለብ  ደጋፊ ናችሁ  የክለባችሁን ቻናል በመምረጥ ተቀላቀሉ ❗️❗️

ከ17 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል የ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ! በኢትዮጵያ በጣም አስቸጋሪ የነበረዉ  ረሀብ መች አመተምህረት ነበረ

Sagantaan Galmee #Barattoonni_kutaa_12ffaa Bara 2018 kan beekame ta'uufi Qaama Galmeessuuf Leenjiin Akka Kennamu Ibsame. Haaluma kanaan, #Guyyaan_Galmee:- Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 fudhataniif - Guraandhala 16 - Bitootessa 10/2018 ti. Dogoggora galmee ragaa barattootaa irratti uumamuuf Dura Bu'aan MB, Itti Aantotniifi Supparvaayizarri Aanaa kallattiin kan itti gaafataman ta'uu gamanumaa hubachuun barbaachisaadha. Kanaafuu, dogoggora ragaa galmee barattootaa hambisuuf leenjiin barsiisota galmee gaggeessaniif, abbootii adeemsaa qormaataa waajjira barnootaa Godinaalee. Magaalotaa Aanaafi Kutaalee Magaalotaaf Guraandhala 9-12/2018 jidduutti kan kennamu ta'uu, Leenjichis Mata Dureewwan - Galmee Barattootaa Siistama irratti Galneessuu, - Haala /Mala Qophii Qormaataa irratti hubannoo uumuufi - Barbaachisummaa Dura Bu'aa Mana Barnootaa Ogummaan Hogganu (Instructional Leaders) irratti guyyoota 3f ni kennamu. Kanaafuu, barattoonni 12ffaa bara 2018 qormaata Naannoofi Biyyoolessaa fudhattan, barsiisotnifi maatiin ijoolleen keenya ragaa qulqulluufi yeroo jedhame keessatti ragaa kennuun galmaa'uu isaanii akka hordoftaniifi deeggartan dhaamsa BBO ti. Qormaata Naannoofi Biyyoolessaa Fudhachuuf Qophaa'uu Dura Ragaa Sirrii, Mirkanaa'afi Yeroo kenname keessatti galmaa'un qormaata jalqabaati.

Sagantaan Galmee #Barattoota_Kutaa_6ffaa_8ffaafi_12ffaa Bara 2018 kan beekame ta'uufi Qaama Galmeessuuf Leenjiin Akka Kennamu Ibsame. --------------------- BBO- Guraandhala 05/2018 Galmeen barattoota Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa akkasumas barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan guyyaan galmeefi qaama isaan galmeessuuf leenjii guyyaan leenjiin kennamuuf Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera. Haaluma kanaan, #Guyyaan_Galmee:- 1- Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 fudhataniif - Guraandhala 16 - Bitootessa 10/2018, 2- Barattoota Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa bara 2018 fudhataniif - Bitootessa 01 -15/2018 3- Barattoota Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa bara 2018 fudhataniif - Bitootessa 16 - 30/2018tti kan gaggeeffamu waan ta'eef qaamni galmeessu(barsiisotni keenya), qaamni galmaa'(barataan keenya)fi maatiin barattootaa ragaa sirrii ta'een galmaa'uu ijoollee keenyaaf itti gaafatamummaafi Amantaan olaanaan isiniif kennameera. Dogoggora galmee ragaa barattootaa irratti uumamuuf Dura Bu'aan MB, Itti Aantotniifi Supparvaayizarri Aanaa kallattiin kan itti gaafataman ta'uu gamanumaa hubachuun barbaachisaadha. Kanaafuu, dogoggora ragaa galmee barattootaa hambisuuf leenjiin barsiisota galmee gaggeessaniif, abbootii adeemsaa qormaataa waajjira barnootaa Godinaalee. Magaalotaa Aanaafi Kutaalee Magaalotaaf Guraandhala 9-12/2018 jidduutti kan kennamu ta'uu, Leenjichis Mata Dureewwan - Galmee Barattootaa Siistama irratti Galneessuu, - Haala /Mala Qophii Qormaataa irratti hubannoo uumuufi - Barbaachisummaa Dura Bu'aa Mana Barnootaa Ogummaan Hogganu (Instructional Leaders) irratti guyyoota 3f ni kennamu. Kanaafuu, barattootni keenya kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa bara 2018 qormaata Naannoofi Biyyoolessaa fudhattan, barsiisotnifi maatiin ijoolleen keenya ragaa qulqulluufi yeroo jedhame keessatti ragaa kennuun galmaa'uu isaanii akka hordoftaniifi deeggartan dhaamsa BBO ti. Qormaata Naannoofi Biyyoolessaa Fudhachuuf Qophaa'uu Dura Ragaa Sirrii, Mirkanaa'afi Yeroo kenname keessatti galmaa'un qormaata jalqabaati.

የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ሙሉ በሙሉ በኦንላይን ይሰጣል። - ትምህርት ሚኒስቴር በዚህ ዓመት የሚሰጠውን የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና መቶ በመቶ በበይነ መረብ ለመስጠት ቅድመ ዝግጅት እየተደረገ መሆኑን የትምህርት ሚኒስትሩ ብርሃኑ ነጋ (ፕ/ር) ገልፀዋል፡፡ ባለፉት ሁለት ዓመታት የመልቀቂያ ፈተናው በወረቀት እና በበይነ መረብ ሲሰጥ እንደነበር፣ በአጠቃላይ ትምህርት ልማት ዘርፍ የግማሽ ዓመት አፈጻጸም መድረክ ላይ የተገኙት ሚኒስትሩ አስታወሰዋል፡፡ ዘንድሮ ፈተናውን ሙሉ በሙሉ በበይነ መረብ ለመስጠት የተለያዩ ግብዓቶች ለክልሎች ድጋፍ እየተደረገ ሲሆን፤ በፈተና ጣቢያዎች በቂ የኢንተርኔት አቅርቦት እንዲኖር ከኢትዮ ቴሌኮም ጋር በመነጋገር ይሠራል ብለዋል። ክልሎች በቂ ኮምፒዩተር፣ ኔትዎርክ እና አማራጭ የኃይል አቅርቦት እንዲኖር በትኩረት እንዲዘጋጁ ያሳሰቡት ሚኒስትሩ፤ ለተማሪዎች በቂ ስልጠና መስጠት እንደሚገባም አስገንዝበዋል። በዚህም የክልል እና የከተማ መስተዳድሮች ሀገር አቀፍ ፈተና ሙሉ በሙሉ በኦንላይን እንደሚሰጥ አውቀው አስፈላጊውን ድጋፍ እንዲያደርጉ ሚኒስትሩ ጠይቀዋል። በ2017 ዓ.ም ለመልቀቂያ ፈተናው ከተቀመጡ 585,882 ተማሪዎች መካከል 134,609 ወይም 23% ያህሉ ፈተናውን በኦንላይን የወሰዱ መሆናቸው ይታወሳል፡፡ @chemistry_gruop33

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 guutummaatti karaa oonlaayiniin kennama – Ministeera Barnootaa Bara kanatti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa ibseera. Waggoottan lamaan darban qormaatichi waraqaafi karaa oonlaayinii kennamaa akka tureefi bara kana guutummaan guutuutti karaa oonlaayinii akka kennamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu himameera. Qormaaticha guutummaatti oonlaayinii gochuuf deeggarsi galteewwan garaagaraa naannoleef godhamaa akka jiru kaasanii, buufataalee qormaataatti dhiyeessiin intarneetii gahaan akka jiraatuuf Itiyoo-Telekoom waliin tumsaan ni hojjetama jedhaniiru. Naannoleen adeemsa kana keessatti rakkooleen mudatan akka hin jiraanneef kompiitaroonni, neetwoorkiifi dhiyeessiin humnaa gahaan akka jiraatuuf qophaa’uu akka qaban hubachiisaniiru. Barattootaaf leenjii gahaa kennuun barbaachisaa ta’uus kaasaniiru. @chemistry_group33

Introduction to Organic Chemistry (20 Questions) 1. Organic chemistry is primarily the study of compounds containing:   a) Metals   b) Carbon   c) Acids   d) Salts 2. Why is carbon so versatile in forming compounds?   a) It has a low atomic mass   b) It can form four covalent bonds   c) It is a good conductor of electricity   d) It is abundant in the Earth's crust 3. Carbon can form strong covalent bonds with:   a) Only hydrogen   b) Only oxygen   c) Other carbon atoms, hydrogen, oxygen, nitrogen, and halogens   d) Only metals 4. A chain of carbon atoms is called a:   a) Ring structure   b) Functional group   c) Carbon skeleton or backbone   d) Polymer 5. Hydrocarbons are organic compounds that contain:   a) Carbon, hydrogen, and oxygen   b) Carbon and hydrogen only   c) Carbon, hydrogen, and nitrogen   d) Carbon and oxygen only 6. Alkanes are hydrocarbons that contain:   a) Only single bonds   b) At least one double bond   c) At least one triple bond   d) Aromatic rings 7. Alkenes are hydrocarbons that contain:   a) Only single bonds   b) At least one double bond   c) At least one triple bond   d) Aromatic rings 8. Alkynes are hydrocarbons that contain:   a) Only single bonds   b) At least one double bond   c) At least one triple bond   d) Aromatic rings 9. Aromatic hydrocarbons contain:   a) Only single bonds   b) At least one double bond   c) At least one triple bond   d) A cyclic (ring) structure with alternating single and double bonds 10. A group of atoms within a molecule that is responsible for the characteristic chemical reactions of that molecule is called a:   a) Carbon skeleton   b) Functional group   c) Polymer   d) Isomer 11. Which of the following is a hydroxyl group?   a) -COOH   b) -NH2   c) -OH   d) -CHO 12. Which of the following is a carbonyl group?   a) -OH   b) -COOH   c) -CHO   d) -NH2 13. Which of the following is a carboxyl group?   a) -NH2   b) -COOH   c) -CHO   d) -OH 14. Which of the following is an amino group?   a) -OH   b) -COOH   c) -NH2   d) -CHO 15. Alcohols contain which functional group?   a) Carboxyl group   b) Amino group   c) Hydroxyl group   d) Carbonyl group 16. Carboxylic acids contain which functional group?   a) Hydroxyl group   b) Amino group   c) Carbonyl group   d) Carboxyl group 17. Amines contain which functional group?   a) Hydroxyl group   b) Amino group   c) Carboxyl group   d) Carbonyl group 18. Aldehydes contain which functional group?   a) Hydroxyl group   b) Carbonyl group (at the end of the carbon chain)   c) Carboxyl group   d) Amino group 19. Ketones contain which functional group?   a) Carboxyl group   b) Carbonyl group (within the carbon chain)   c) Hydroxyl group   d) Amino group 20. Isomers are molecules that have:   a) The same molecular formula but different structural formulas   b) The same structural formula but different molecular formulas   c) Different elements   d) Different functional groups Answers 1. b 2. b 3. c 4. c 5. b 6. a 7. b 8. c 9. d 10. b 11. c 12. c 13. b 14. c 15. c 16. d 17. b 18. b 19. b 20. a

Hey! Join our video chat: https://t.me/+XTh4QmjJZQ4wZjRk

subject
subject

Which of the following glass is made by heating a mixture of silica, sodium carbonate or sodium sulphate and limestone?
Anonymous voting

All of the following processes are used to manufacture sodium hydroxide except___________.
Anonymous voting

Biology some questions for grade 12 students about evolution. 1. What is the primary mechanism of evolution proposed by Charles Darwin?     A. Genetic drift     B. Natural selection     C. Mutation     D. Gene flow  2. Which of the following best describes genetic drift?  A. Differential survival and reproduction  B. Random changes in allele frequencies  C. Migration of individuals between populations  D. Adaptation to environmental changes  3. What is speciation?  A. The extinction of a species  B. The process by which new species arise  C. The adaptation of a species to its environment  D. The migration of individuals from one habitat to another  4. Which type of structures are considered homologous?  A. Structures that serve similar functions but have different evolutionary origins  B. Structures that share a common ancestry but may serve different functions  C. Structures that have evolved independently in different species  D. Structures that are vestigial and no longer serve a purpose  5. What is the significance of the fossil record in evolution?  A. It shows that species are static and unchanging  B. It provides evidence of past life forms and their evolutionary transitions  C. It proves that all species are created simultaneously  D. It has no relevance to evolutionary biology  6. Which of the following is an example of convergent evolution?   A. The forelimbs of mammals and the wings of bats   B. The beaks of Darwin's finches adapting to different food sources  C. The similar body shapes of dolphins and sharks  D. The genetic similarities between humans and chimpanzees  7. What role do mutations play in evolution?  A. They are always harmful and lead to extinction  B. They create new genetic variations that can be acted upon by natural selection  C. They have no impact on evolution  D. They only occur in response to environmental pressures  8. What is adaptive radiation?  A. The extinction of many species in a short period  B. The rapid diversification of a single ancestor into multiple forms  C. The process by which species become more similar over time  D. The migration of species to new environments  9. Which of the following is NOT a condition for natural selection to occur?  A. Variation in traits among individuals  B. Heritability of traits  C. Overproduction of offspring  D. Uniformity in environmental conditions  10. What does the term "fitness" refer to in an evolutionary context?   A. Physical strength of an individual  B. The ability to survive and reproduce in a given environment  C. The health and longevity of an individual  D. The diversity of traits within a population  11. Which of the following is an example of divergent evolution?  A. The development of wings in birds and insects  B. The similarities between the limbs of humans and whales  C. The evolution of similar body shapes in unrelated species  D. The adaptation of different species to similar environments  12. What is the main idea behind the theory of punctuated equilibrium?  A. Evolution occurs gradually and continuously over time  B. Species remain unchanged for long periods, interrupted by brief periods of rapid change  C. All species evolve at the same rate  D. Evolution is driven solely by environmental changes  13. What does "survival of the fittest" mean?  A. Only the strongest individuals survive  B. Individuals with traits best suited to their environment are more likely to reproduce  C. All individuals have an equal chance of survival regardless of traits  D. Fitness is determined solely by physical strength  Try your best! The answer will be released soon.

Homaan mootii Yihudootaa cuuphame sun eessa jira? 👑 〰️ Har'a ayyaana Gooftaa keenyaa gurguddoo keessaa tokko, Cuuphaa ykn Ifoomina, kan ayyaana Ifaa fi Mul'annaa jedhamuun beekamu ni kabajna. Hiikni isaa gadi fagoo dha; Wangeelonni Qulqullaa'oonii fi barsiisni Abbootii Qulqullaa'oo jajjabeessaan hiika gadi fagoo ayyaana kanaa akka hubannu nu gargaaru. Akkuma Wangeelota Qulqullaa'oo irraa hubannu, yeroo Yesus dhalate, namoonni muraasni qofa haala uumame beeku turan. Hattoonni Naazireetillee Masiihicha hawwiin eegamaa ture gidduu isaanii jiraachuu isaa, achuma ganda isaanii keessa jiraachuu isaa hin hubanne turan! 〰️ Ajaja Waaqayyootiin, Qulqulluun Yohaannis gara Laga Yordaanositti dhufee, namoonni akka qalbii jijjiirratan, cubbuu isaanii akka himatan, fi cubbuun isaanii akka dhiifamuuf cuuphamuu akka qaban labse (Luqaas 3:2-3). Namoonni hedduun waamicha isaa dhaga'anii cuuphamuu dhufan. Gaaf tokko Yesus Naazireetiis dhufee Laga Yordaanositti harka Qulqulluu Yohaannisiin cuuphame (Maarqos 1:9 ilaali). Battalumatti bishaan keessaa yommuu ba'e, wanti ulfaataan ta'e; samiin baname; Hafuura Qulqulluunis bifa gugeen bu'e. Kana booda sagaleen "Ati Ilma koo jaallatamaadha; siin nan gammada" jedhu samii irraa dhufe (Luqaas 3:22). 〰️ Kanaafuu, yeroo cuuphaa Gooftaa, wantoota ijoo sadii argina: Samiin baname! Sababa diddaa Addaamii fi Hewwaaniin, samiini hafuuraa, mootummaan Waaqayyoo inni samiirraa, ilmaan namootaatiif cufamee ture. Amma, cuuphaa Gooftaa keenya Yesus Kiristoosiin Mootummaan Samiirraa baname, karaa haaraa Jannataa nuuf mul'ise. Hafuurri Qulqulluun "bifa gugeetiin" bu'e. Guggeen bishaan badiisaa akka xumurame Noohif mallattoo kennite turte. Haaluma walfakkaatuun, Hafuurri Qulqulluun yeroo ayyaana Waaqayyoo ilmaan namootaatiif ergaa fide. Kanaatu dubbisa ergaa har'aa keessatti kan dhageenye: "Ayyaanni Waaqayyoo kan nama hunda fayyisu mul'ateera" (Tiitoo 2:11). Dhuma irrattis - sagaleen Waaqayyoo samii irraa bu'eera, yeroo kanaa kaasee, Yesus Kiristoos hojii fayyina isaa nama hundumaaf mul'inaan eegale. 〰️ Egaa, yommuu ayyaanota kana kabajnu, gaaffiin yeroo hunda gara sammuu keenyaa dhihoo fi dursaa ta'uu qabu: yeroo dhalate mootiin Yihudootaa dhalate sun eessa jira? Yeroo cuuphame mootiin Yihudootaa cuuphame sun eessa jira? Yeroo fannifame mootiin Yihudootaa fannifame sun eessa jira? Yeroo du'a mo'atee ka'e mootiin Yihudootaa du'a mo'ate sun eessa jira? kan jedhu ta'uu qaba. Akkuma yeroo Yesus Beeteliheem Yihudaatti, bara mootii Heeroositti dhalate, namoonni beektoonni "Mootiin Yihudootaa dhalate sun eessa jira?" jedhanii gaafatan, yeroo sana mootii Yihudootaa dhalate mana mootii Heeroos keessatti osoo hin taane, daagaa keessatti (mana sagadaa keessatti) argine. Yeroo sana daagaa keessatti qilleensa loonii keessatti yeroo ho'ifame, har'a immoo qilleensa lubootaa fi amantootaa keessatti yeroo faarfamu isa argina. Mootii Yihudootaa cuuphame sun yeroo sana Gabaa Yordaanositti (bishaan cuuphaatti) bu'ee bishaanii fi nama akka eebbise, har'a immoo luboonni Taboota (mana Waaqayyoo) baatanii, uffata isaanii dafqa isaaniitiin jiisanii, afata afanii, aduu obsuudhaan kan galateeffatan miseensota waldaa fi amantoota yeroo eebbisu isa argina. Mootii fannifame Qaraaniyoo (mana sagadaatti) Ergamaa Yohaannisii fi haadha isaa wajjin argina. Akkuma yeroo sana Yohaannis ergamoota isaa irraa adda ba'ee jala fannoo ture, har'a immoo Durboo Maariyaamii wajjin ni deebina. Mootii guddaa kana argachuun hammam carraadha! Mootiin kun mootummaa isaa nuuf dhaalchisuuf, nyaata isaa akka nyaannu nu waameera. Bakki inni jiru immoo mana sagadaa inni of mul'ise keessaadha. Qulqulluun Yohaannis Afwarq: “Obboloota koo dhiiraa fi dubartoota, amantaa fi amanamaadhaan ayyaana Cuuphaa irratti hirmaachuuf of qopheessinu, fooniinis hafuuraaniis. Kanaanis hafuuraafii fi qaamaaf qulqulleeffamuu warra fudhannu haa taanu.” Ifni Kiristoos mul'ate karaa jireenya keenyaa nu haa qajeelchu. Ameen. Nagaadhaan Ayyaana Cuuphaa isin ga'u! ®የአዳማ ሳይንስ እና ቴክኖሎጂ ዩኒቨርሲቲ ግቢ ጉባኤ

🌹💐♥️ HAPPY BAPTISM 🎈💐💐💐 Baga jala bulti ifa yaadannoo cuuphaa Gooftaa keenya Fayyisaa keenya Iyyasuus kiristoos Kan bara 2♥️18 nagaan geessan 💐♥️AYYAANA GAARII♥️ 💐

Repost from N/a
@Chemistry_Gareen33. Baga gara cuuphaa ifaatti baga nagaan dhuftan! Ayyaana nagaa, fayya qabeessaa fi gammachuu isiniif hawwina.

@chemistry_group33 እንኳን ለብርሃነ ጥምቀቱ በሰላም አደረሰዎ! በዓሉ የሰላም፣ የጤና እና የደስታ እንዲሆንልዎ እንመኛለን።

This meme pic says it all: the super fast speed of flying time 🚀🫨 and the brutal fight ahead... 😈⚔🤫😸 .
This meme pic says it all: the super fast speed of flying time 🚀🫨 and the brutal fight ahead... 😈⚔🤫😸 .

#MerryChristmas ለሁሉም ክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለጌታችን ለመዳኒታች ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ 🎉🎉🎉 🎄 🎄🎄 🎄🎄🎄 🎄🎄🎄🎄 መ
+1
#MerryChristmas
ለሁሉም ክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለጌታችን ለመዳኒታች ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ 🎉🎉🎉
🎄 🎄🎄 🎄🎄🎄 🎄🎄🎄🎄 መልአኩም እንዲህ አላቸው፦ እነሆ፥ ለሕዝቡ ሁሉ የሚሆን ታላቅ ደስታ የምሥራች እነግራችኋለሁና አትፍሩ፤ ዛሬ በዳዊት ከተማ መድኃኒት እርሱም ክርስቶስ ጌታ የሆነ ተወልዶላችኋልና (የሉቃስ ወንጌል 2) ✨🎄 መልካም ገና! 🎄✨ ይህ የፍቅር፣ የሰላምና የአንድነት ቀን ለእናንተና ለቤተሰቦቻችሁ ደስታ፣ ጤናና ብርታት ይዞ ይምጣ። @Astu2018s #Astu_2018 #መልካም_ገና #GenaBeal

📞 እቤት ደወልኩ... 📲 Me: Hello mom 👋 እንዴት ናችሁ? Mom: ደህና ነን ልጄ! እንኳን አደረሰህ! እኔም ..😰🥺🥹💔 ... "እንኳን አብሮ አደረሰን" አልኩኝ ልቡ ከተሰበረ ሰው በሚወጣ ድምፅ... 💔🥹 Mom: ምነው ደህና አይደለህም እንዴ? ችግር አለ? ... ይህንን ስትናገር ከስር ከስር የገና በዓል መዝሙር ይሰማ ነበር ... እኔም ለተወሰኑ ሴኮንዶች ዝም ብዬ እቤት ያለውን ነገር ማሰብ ጀመርኩ 🤔... Imagine ማድረግ ጀመርኩ ... እቤት በዓል ሳከብር እና በዋዜማው ምሽት የሚደረጉ የተለመዱ ነገሮች በምናቤ ታዩኝ 🥹🥺 ... ቤቱ ሞቅ ሞቅ እያለ ነው 🥰 ... ሽር-ጉዱ ተጧጡፏል 🔥 ... እናም ከቤተሰብ ጋር ብሆን እንዴት ያለ ጊዜ ላሳልፍ እንደምችል ማሰብ ጀመርኩ 😔... ይህን ሳስብ ልቤ ተሰበረ 💔 በዚህ ሃሳብ ተውጬ ለካ mom ደጋግማ እየጠራችኝ ነበር... እኔማ ሌላ አለም ውስጥ ገብቼ ነበር 😁 "ኧረ ደህና ነኝ ... የገና ዋዜማው እንዴት ነው?" አልኩ 😣 Mom: "ደስ ይላል ፤ ግን በጣም ደብሮናል"... አለችኝ። 😰 Me: "ምንድነው ምን ተፈጠረ?" ብዬ ጠየኩኝ...😨 Mom: "ያለአንተ በዓልን ስናከብር ደስ አይልም" አለችኝ... 🥲🥲🥲 ይህን ስትለኝ ቀድሞ በፈተና እና በተለያዩ ምክንያቶች የተሰበረው ልቤ 💔 በድጋሚ ተሰበረ 💔💔 ... ከዚያም ተሰባበረ 💔💔😞 እኔም ... "አዎ ምን ይደረጋል እንግዲህ" አልኩኝ። 😢 Mom: በቃ አይዞህ ፤ በርታልን!..😥 Me: እሺ mom መልካም ምሽት 🥹 Mom: ደህና እደርልኝ! 💔 Me: 🥺😍😞😰😭💔... 👋 🎄 ለማንኛውም መልካም የገና በዓል 🎅 .