Chemistry group 33
Открыть в Telegram
Больше
Страна не указанаКатегория не указана
206
Подписчики
-124 часа
Нет данных7 дней
+130 день
Архив постов
Consider the following steps:
Step1:Juicing
Step2:Cleansing and Grinding Step3:Clarifying Step4:Refinery Step5:Evaporation Step6:Crystallization. Step7: Collecting Harvest Which one is the correct sequence during the industrial production of sugar?
Which of the following is a vertical asymptotes of f(x) = ln(x+1)?
##2009 Entrance Exam
3.When f(x)=x⁵+x-1 is divided by x+1, the reminder equal to.
6.What is the value of k if x-k is a factor of polynomial function f(x)=x²+4x+k ?
5.What is the zeros of f(x)=x²+kx+6 if (x-2) is a factor of f(x) ?
2.Given the polynomial function of f(x)=x⁴-5x³+6x²-4 which of the following set consist all possible rational zero of f(x)
1.What is the y-intercept of the polynomial function f(x)=x³-4x²+2x-5
#Remedial_exam
Qormaanni sagantaa Remedial bara 2018 har’a kennamuu jalqabeera.
Guyyaa jalqabaa har’aa keessatti qormaanni barnoota Baayoloojii fi History ganamaa fi waaree booda marsaa sadiin (sa’aatii 2:00, 5:00 fi 9:00) kennama.
Qormaanni kun har’a irraa jechuunis Caamsaa 27, 2018 eegalee guyyoota shaniif walitti aansuun ni kennama
#RemedialExamProtocols
Qormaanni walii galaa barattoota Sagantaa Reemeediyaalii bara 2018 guyyaa boruu jechuunis Caamsaa 27 bara 2018 irraa kaasee guyyoota shaniif akka kennamu ni beekama.
Barattoonni qormaata Reemeediyaalii kana fudhatan naamusaa fi wantoota isaan guutuu qaban;
➫ Barattoonni bilbila harkaa, sa'aatii harkaa miimoorii qabu, kaalkuleetarii saayintifikii, waraqaa eenyummaa nama biraa akkasumas meeshaa waraanaa kamiyyuu kutaa qormaataa keessatti qabatanii seenuun dhorkaadha.
➫ Barattoonni qormaanni eegaluu isaa daqiiqaa 30 dursanii kutaa itti ramadamanitti argamuu qabu.
➫ Barattoonni kutaa itti ramadamanii alatti qoromuun bu'aan isaanii akka haqamu taasisa.
➫ Barattoonni qormaata kana fudhatan ajaja qormaata raawwachiiftotaa kabajuu qabu.
➫ Barattoonni National ID Fayda akkasumas waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuu qabu.
Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii qormaata fudhattan hundaaf Carraa Gaarii isiniif hawwina .
waaqayyoo siin waliin haa tahu
#Update
#Reemeediyaalii
Tikkeettii seensa qormaata xumuraa barnoota sagantaa reemeediyaalii (Entrance Ticket) hanga ammaatti hin argannee?
Step armaan gadii duraa duuba isaanii sirnaan hordofuun tikkeettii keessan buufadhaa!
➫ Website kana irra seenaa 👉 https://verify.ethernet.edu.et
➫ 'Get your entrance ticket here' kan jedhu tuqaa!
➫ Username keessan fi Password keessan galchaa!
➫ 'Download Entrance Ticket' kan jedhu tuqaa;
Suuraa armaan olii ilaaluun guutaa
join 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
All students from grade 9 to 12 it's very important in addition it has pre exam also include.
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
