230
مشترکین
+124 ساعت
+17 روز
-430 روز
آرشیو پست ها
231
#Murtii Dhaddacha Ijibaataa Barsiisaa Mirga Qabiyyee Lafa Magaalaa Maqaa Nama Lamaatiin Galmaa'ee Jiru Ilaalchisuun Kenname.
Akkaataa Labsii qabiyyee Lafa magaalaa galmeessuuf bahe labsii lakkoofsa 818/2016 keewwata 41 ttiin haala addaa kanaan faallaa ta'een yoo mirkanaa'een ala namni waraqaa ragaa abbaa qabiyyummaa lafaa qabu abbaa qabiyyee lafa magaalaa fi akka abbaa qabeenya hin sochoonee lafa sana irra jiruti kan fudhatamu tahuu isaa kan tumamee jiruu fi akkaataa labsii kana keewwata 43 jalatti tumameen mirga qabiyyee lafaa galmaa'u tokko abbaa qabiyyee tokko irraa namoonni lama fi sana ol yeroo mirga argatan galmeessa mirga qabiyyee lafa keessatti namni jalqaba maqaan isaa galmaa'eef dursi mirga argachuu kan kennamuuf tahu dhaddachi ijibaataa mana murtii waliigala federaalaa galmee lakkoofsa 245896 ta'e irratti dhaddacha gaafa 6/2/2017 ooleen murteessee jira.
የከተማ መሬት ይዞታ መዝገብ አዋጅ 818/2016 አንቀጽ 41 መሠረት ተቃራኒ ሁኔታ መኖሩ እስካልተረጋገጠ ድረስ ለመሬት ተጠቃሚነት የመሬት ይዞታ ማረጋገጫ የተሰጠው የመሬቱ ባለይዞታ ነው ይላል። የዚሁ አዋጅ አንቀጽ 43 ደግሞ ሁለት እና ከዚያ በላይ የሆኑ ሰወች በአንድ ይዞታ ሊመዘገብ የሚገባን መብት ካገኙ መጀመሪያ የተመዘገበው ቅድሚያ ይዞታውን የማግኘት መብት አለው ሲል የፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት አስገዳጅ የህግ ትርጉም በመ/ቁ 245896 በቀን 6/2/2017 ሰጥቶበታል።
LEGALITY Telegram Channel
231
𝐌𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐥𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐚𝐭𝐚𝐚𝐟 𝐊𝐚𝐟𝐚𝐥𝐚𝐦𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮.
✡𝑴𝒖𝒓𝒕𝒊𝒊 𝑴𝒂𝒏𝒂 𝒎𝒖𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂 𝑭𝒆𝒅𝒆𝒓𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝑫𝒉𝒂𝒅𝒅𝒂𝒄𝒉𝒂 𝑰𝒋𝒊𝒃𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝑳𝒂𝒌𝒌 𝒈𝒂𝒍𝒎𝒆𝒆 229242 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂 30/8/2015 𝒎𝒖𝒓𝒕𝒂𝒂'𝒆 𝒉𝒊𝒏 𝒎𝒂𝒙𝒙𝒂𝒏𝒇𝒂𝒎𝒏𝒆.
📌Hojjetaan tokko hojjechiisaa maqaan isaa X jedhamu waliin waliigaltee qaxarrii mallatteessee, waliigaltee hojii osoo hin addaan citiin dhaabbata biraa Y jedhamutti deebi’ee qacarame yeroo walfakkaatati iddoo lameenii mindaa fudhachaa ture
📌Ji’a saddeet booda Y hojjetaan san iddoo lamati qaaxaramee mindaa fudhachaa jiraachuu isaa baree waliigaltee hojii isaa addaan kutee jira.
🔷#Gaaffiin jiru
✅Hojjachisaan Y mindaa hojjetaadhaaf ji’a saddeetiif kaffalame deebifachuu danda’aa?
✅Seera kam jalatti?
✅Hojjechiisaan mindaa kaffalame deebifachuu danda’a yoo jedhame hojjechiisaan jalqabaa (X) Ykn hojjechiisaan boodaa (Y) mirga minda kana deebifachuu qabaa?
✅Moo hojjachiisan lameenuu minda kafalame kana deebifachuu ni danda'uu?
✍️Dhaddachi ijibaataa murtii galmee kana irratti kanneen namni tokko iddoo lamatti yeroo walfakkaataa keessatti qaxaramee mindaa iddoo lamaan irraa kan fudhate yoo ta'e hojjaticha hojiirraa gaggeessuun mindaa seeraan ala kanfalamaa ture deebisisuun ni danda'ama jechuun murteese jira.
✍️Haa ta'u malee dhimmi akkasii waliigaltee hojjataa fi hojjachisaa irraa kan maddu waan ta'eef bu'uura labsii lakk. 1156/2011 kwt 163(1) tiin daangaa yeroo waggaa tokko keessatti gaafatamu qaba. Gama kanaan guyyaan darbiinsa yeroo waggaa tokkoo kan lakkaawwamu guyyaa hojjachiisaan hojjataan dhaabbata biraatti qaxaramuu mirkanneessuun hojii irraa gaggeesse irraa kaaseetti malee guyyaa hojjachisaan lammaffaa guyyaa qaxaree kaasee miti.
✍️kanaafuu guyyaa hojiirra gaggeessee kaasee waggaa tokko keessatti mindaa seeraan ala kanfalame gaafachuu qaba.(labsii 1156/2011 kwt 164).
🎴Gaaffiwwan ka'an hoo akkamiin ilaalamuu qaban?
♦️𝗤𝗼𝗽𝗵𝗲𝗲𝘀𝗶𝘁𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶
#𝗘𝗹𝗶𝘆𝗮𝗮𝘀_𝗞𝗮𝗮𝘀𝗮𝗮 𝗙𝗶 #𝗠𝘂𝘀𝗮𝗹𝗮𝘄𝘆𝗲𝗿
231
Repost from Lidmiin free Legal service
+1
ማስታወቂያ
የቃለ መጠይቅ ፈተና ለወሰዳችሁ ተወዳዳሪዎች በሙሉ ፍትህ ምኒስትር ዐቃቤ ሕግ ደረጃ III እና ከፍተኛ ዐቃቤ ሕግ III መደብ ላይ ዐቃብያነ ሕግን ለመቅጠር ኅዳር 26 ቀን 2018 ዓ.ል
በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ባወጣው ክፍት የሥራ ቦታ ማስታወቂያ መሠረት የውድድር መስፈርቱን አሟልታችሁ የጽሁፍ ፈተና
በማለፋችሁ የቃል ፈተና በሶስት ዙር እንድትፈተኑ መደረጉ ይታወሣል።
የቃለ-መጠይቅ ውጤት ከላይ በፎቶገራፍ የተገለፀ ሲሆን በፈተናው ውጤት ላይ ያላችሁን ቅሬታ ይህ ማስታወቂያ ከወጣበት ቀን
ጀምሮ ባሉት 3 (ሶስት) ተከታታይ ቀናት ውስጥ (እስከ መጋቢት 15 ቀን 2018 ዓ.ል 11፡00 ሰዓት ድረስ) ለዐቃብያነ ሕግ
አስተዳደር ዋና ጉባኤ ጽ/ቤት እንድታቀርቡ ተገልጿል።
231
ODUU AMMEE
Ayyaanni Iid al-Fixrii Jimaata oola.
Ji’i Shawaal har'a waan hin mul'atiniif, ayyaanni Iid al-Fixrii waggaa1447ffaan iftaan, jechuun Jimaata kabajamee oola.
Miidiyaa Abdii Sabaa Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwa.
IID MUBAARAK!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
🌐 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 🌐
🌐 www.facebook.com/AbdiiSabaaFb 🌐
🌐 https://youtube.com/@abdiisabaamedia 🌐
231
This is a Catholic Church trend (Putative).... in which homeless and a needy ones are allowed to sleep in the church as long as they need. In our country most of religious inistitutions collect charity for maintenance of the institutions (am not against it.....but look the existent ......it is now going to a religious institute seems going to an endless telethon!) Nobody cares about the needy!
Credit to Tofa Shemsu Aba Bulgu
231
Himannaan Qabiyyee Lafa Magaalaa Deebisiisuuf Dhiyaatu Darbiinsa Yerootiin Hin Daangeffamu Jedhamee Lakk.Ga.210477 irratti Dhad.Ijibbaataa MMWFtiin Murtaa'ee Kan Ture Abbootii Seeraa Torbaan Lakk.Ga.244308 Irratti Jijjiirameera.
✅Qabiyyee Lafa Magaalaa Akka Malee (Seeraan Ala) Nama Jalàa Qabame Deebisiisuuf Himannaan Dhiyaatu Darbiinsa Yeroo Waggaa Kudhaniitiin Daangeffama Jedhamee Hiikkoo Dirqisiisaan Kennameera.
(Madda:-Fuula FB MMWF)
Credit to Desalegn B
231
𝐇𝐈𝐈𝐊𝐎𝐎 𝐒𝐄𝐄𝐑𝗔𝐀 𝐃𝐇/ 𝐈𝗝/ 𝐇𝐀𝐀𝐑𝐀𝗔:
⚖️ 𝐃𝐡𝐚𝐝𝐝𝐚𝐜𝐡𝐢 𝐈𝐣𝐢𝐛𝐛𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝗴𝗮𝐥𝗮𝗮 𝐅𝐞𝐝𝐞𝐫𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐋𝐚𝐤𝐤 𝐆𝐚𝐥𝐦𝐞𝐞 𝟮9𝟮349 irratti gaafa 24/06/2018 kenne
✍️ Namnii tokkoo SY 627(1) jalatti himatame adabbiin isaa waggaa 15-25 ta'uus akka qajeeltootti mirga wabii kan dhorkisisuu miti. sababoonni himatamaan dirqama wabummaa kabaje dhiyaachu hin dandeessifne jiraachu AA hanga mirkaneessineetti sababa yakkichi adabbii olaanaa adabsisuuf, umriin midhamtuu xiqqaa ta'eef ykn yakkichi haawwasa keessatti balaaleeffatamuuf mirga wabii himatamaa dhorkuun dogongoora seeraa isa bu'uuraati jedheera.
Maddi:- Fuula Fb Hailu Hasena irraa Elias kaasa hiike.
#Eliyaas Kaasaa....🙏
Leegaalitii/Legality Channel
231
Miidiyaa Hawaasan maqaa balleessin yoo sirratti gaggeeffame Ragaa haala kamiin funaanama?
Namni maqa balleessii qindaa'aa sobaan sirratti adeemsisaa jira taanan ragaalee kanaa gadii qabadhu.
1. Ragaalee Dijitaalaa walitti qabuu (Evidence gathering) Screenshot guyyaa barreeffame, yaada (Comment) kenname maqaa fi profile barreessichaa sirritti kan agarsiisu qabachûu.
2. Qunnamsiistuu (Links) yookan teessesoo URL barreeffame gagalcha (copy) ol kaa'uu. Barreeffamichi yoo badellee qorannoo forensikiif murteessadha.
3. Viidiyoon waraabuu: barreeffama akkuma jirutti bilbila biraan ykn screen record godhuu. Kunimmoo barreeffamni original tahuu ibsuuf fayyada.
4. Mirkaneessa ragaa qabaachuu (Authentication) qorannoo foorensikii Poolisii Federaalaa: yakkaan himachuu yoo barbaaddan Kutaa Qorannoo Yakka Saayiberii ragaa akka isiniif mirkaneessu iyyachuuu ni dandeessu.
Gosoota Himannaa fi adeemsa
Yakkamaan yakkaan akka adabamu yoo barbaaddan poolisii, Abbaa Alangaa tti eeruu kennachuu dandeessu. Bu'ura labsii yakkoota kopiitaraatiin)
Hariiroo hawaasaan ammoo miidhaa haamilee gahee fi maqa balleessiin mana murtiitti himachuu
Darbiinsa yeroo hariiroo hawaasaatiin beenyaan maqa balleessii kan gaafatamu waggaa 2(lama) keessatti tahuu akka qabu bu'ura 2143 SHH tiin
Yakki akkuma ulfaatina yakkaatti ta'ullee akkuma miidhaan dhaqqabeen eerun kennamuun barbaachisaadha.
Gorsa: wanti miidiyaa hawaasaa irratti katabamu kan qilleensarrattii qofa hafu miti. Seerri faana social media keetii hordofa sanaanis itti gaafatamta. Osoo hin miidhamin of eegun fardiidha!
Maddi: social media🙏231
Repost from Law students Union ️️️
Exit Exam ምትፈተኑበት ቀን በየ Department እዚ ላይ ማግኘት ትችላላቹ።
የካቲት 16-27
Exit Exam Schedule
ለተፈታኝ ተማሪዎች ሼር አድርጉላቸው።
@LawStudentsUnion
231
Hojjetaa yakkaan shakkamee ajaja Mana Murtiitiin waggaa lamaaf ji’a lama hidhaa ture- booda bilisa bahe- sababa hojii irratti hin argamne jedhuun hojii irraa geggeessuun geggeessaa seeraan alaati kan hin jedhamne ta’uu.(Labsiin lakk.1156/2011 keewwata 27(1b),27(1j) fi waliigalteen Gamtaa Dhaabbata Iyyataa xiinxalamee jira)
231
Repost from Law students Union ️️️
2nd Channel of LSU platform
Name: Legality
Username: @Legality11
Owners: Oli Tafesse and Lidia Amin
Admins: coming soon
Language: Afan Oromo, Amharic, English, Arabic, and Tigri
Reason:
1. To give legal service easily and freely
2. To adjust system of giving service online including legal aid
3. ETC...
We Love and respect them!
⛤LSU⛤
https://t.me/Legality11
https://t.me/Legality11
231
Beenyaa gahaa fi lafa biraa osoo bakka hin buusin, lafa qonnaa qotee bulaa sababa fayidaa ummataatif jedhuun qotee bulaa irraa fuudhuun dhaabbilee amantaatif keennun sirrii akka hin taa mani maree federeshiin Itiyoophiyaa murteesse. Guutumma isaa galmee kana irraa dubbisaa.
Ibsa Chemeda Law Office
ለህዝብ ጥቅም በሚል ለእምነት ተቋም የግለሰብ መሬት መሰጠት የሌለበት ስለመሆኑ፤ የሚሰጥ ከሆነም ተገቢው ካሳ መከፈል ያለበት ስለመሆኑ፡፡
በፌዴራልም ሆነ በኦሮሚያ ክልል የገጠር መሬት አዋጅ መሰረት የአንድን አርሶ አደር የእርሻ መሬት ለህዝብ ጥቅም በሚል ሰበብ መሬቱን በሙሉ ወስዶ ለእምነት ተቋም አንዲሰጥ የሚፈቅድ የህግ ድንጋጌ የለም፡፡ የገጠር መሬትን ከግለሰብ አርሶ አደር ወስዶ ለእምነት ተቋም መስጠት ለህዝብ ጥቅም አንደተሰጠ መሬት አይቆጠርም፡፡ መሬቱ ለህዝብ ጥቅም የተወሰደ ነው የሚባል ከሆነም በሕጉ አግባብ ተተኪ መሬት እና ካሳ ሊከፈል ይገባል በማለት የፌዴሬሽን ምክር ቤት በመዝገብ ቁጥር 98/13 ላይ የሕገ መንግስት ትርጉም ውሳኔ ሰጥቷል፡፡
231
የሃይማኖትና የበጎ አድራጎት ድርጅቶችን አስመልክቶ በአሠሪና ሠራተኛ አዋጁ አንቀጽ 3/3//ለ/ መሠረት በሚኒስትሮች ምክር ቤት የወጣውና ቀደም ብዬ ባጋራኋችሁ ውሳኔ የተጠቀሰው ይህ ደንብ ነው።
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
