የአባ ገዳ ልጆች Ijoollee Abbaa Gadaa
رفتن به کانال در Telegram
ስለኦሮሞ እና ኦሮሚያ በአጠቃላይ ስለኩሽ ህዝቦች ባህላዊ፣ታሪካዊ፣ወቅታዊ እና ፖለቲካዊ ጉዳዬች ላይ ያተኩራል።🌳 Dhimmoota aadaa, seenaa, yeroo fi siyaasaa Oromoo fi Oromiyaa irratti xiyyeeffata.🌳 ይሄንን ግሩፓችንን ቢያንስ ለ 50 ጉዋደኞቹ #IShare አርጉት።👍 👉https://t.me/Yeabageda_ljoch Group
نمایش بیشترأثيوبيا15 429دسته بندی مشخص نشده است
375
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-47 روز
+330 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اوت '26
اوت '260
در 0 کانالها
ژوئیه '26
+22
در 2 کانالها
Get PRO
ژوئن '26
+13
در 0 کانالها
Get PRO
مه '26
+65
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+65
در 2 کانالها
Get PRO
مارس '26
+34
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+29
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+20
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+37
در 2 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+83
در 2 کانالها
Get PRO
اکتبر '250
در 2 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+75
در 3 کانالها
Get PRO
اوت '250
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+2
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '250
در 0 کانالها
Get PRO
مه '250
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '250
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '25
+57
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '250
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+67
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 03 اوت | 0 | |||
| 02 اوت | 0 | |||
| 01 اوت | 0 |
پستهای کانال
#Oduu_Injifannoo💪
Guyyaa Kaleessaa Hagayya 2/2026 Waraanni Bilisummaa Oromoo Birgeedii Nadhii Gammadaa Zoonii Kibba Baha Oromiyaa Godina Arsii Bahaa aanaa Asakoo Keessatti tarkaanfii waraana faashistii PP irratti fudhateen du'aa fi madoon adabee jira
🔥#የድል_ዜና‼️
═══❁✿❁══
የአይበገሬውና የጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ነዲ ገመዳ ብርጌድ ትላንት ማለትም በ2/8/2026 በደቡብ ምስራቅ ኦሮሚያ ምስራቅ አርሲ ዞን አስኮ ወረዳ ውስጥ በአሸባሪዎቹ የብልፅግና ወታደሮች ምሽግ ላይ ባደረገው መብረቃዊ ጥቃት በርካታ የብልፅግና ታጣቂዎችን ሙትና ቀስሉኛ አድርጓል.
#በደም_እና_በአጥንታችን_መብቶቻችንን_እናስከብራለን!
#በአፈ_ሙዝ_ነፃነታችንን_እንጎናፀፋለን!
#ድል_ለኦሮሞ_ህዝብ!
#Qasoon_Itti_Fufa!
#OROMIYAAN_BIYYA!
❤️💚❤️
💪💪💪
| 2 | የኦሮሞ ነጻነት ትግል ዋነኛው ዒላማ እና ማጠነጠኛው የኦሮሞን ነጻ ህዝብነት፥ የኦሮሚያን ነጻ ሐገርነት ማረጋገጥ ነው።
ኢትዮጲያን ማስተዳደር የኦሮሞ የነጻነት ትግል ዒላማ ሆኖ አያውቅም። ያም በመሆኑ የኦሮሞ resistance ፖለቲካ ወይም ትርክት ከኦሮሞ governance ፖለቲካ ወይም ትርክት የተለየ አይደለም።
የኦሮሞን የresistance ፖለቲካ ከኦሮሞ governance ፖለቲካ ለይቶ ማየት የሚቃጣው ኢምፓየርን ዲሞክራሲያው ማድረግ፥ ኢትዮጲያን ማስተዳደር የሚያልመው jawarism
(a modern day Gobena) ነው።
ኦሮሞ የኢትዮጲያ ፌዴሬሽን ውስጥ የመቀጠል ፍላጎት እንኳ ቢኖረው የነጻነት ትግሉን ትርክት በአስተዳደር ፖለቲካ ዘመኑ መቀየር አይጠበቅበትም። በፌዴሬሽን ውስጥ አስተዳደርን እንጂ ትርክትን መጋራት የግድ አይደለም።
Federation is all about self and shared rule, not shared narrative.
#ibssabarissa
❤️💚❤️ | 18 |
| 3 | ~Dhalootichi Abukaattoo Haqaaf Waardiyyaa Dhugaa Oromoof Oromiyaati, Malee Baattoo Impaayeera Dullattii Ekeraa Faarsitu Miti, Argi!
Barri ajandaa bocanii Ilmaan Oromoo qaalii ittiin burjaajessan darbeera. Murni ilmaan cunqurfamaa Oromoo burjaajessee impaayeera ajjeeftuu, hiraarsituu fi saamtuu gadi dhaabuuf dhama'u farra Oromoof Oromiyaati. Nama seenaan gantummaa isaa tolchee kaa'e har'a ajandaa godhanii gadi baasuun miidhamaaf caba Oromoo irra gahe kaleesssaa xiqqeessuudha. Murni Biltsiginnaa hawwaaf abjuu impaayeera dullattii Xoobbiyaa ekeraa Miniiliikiin tarkaanfattuun hoogganamti gaafa jennu ragaani. Abiyoot Kaasaayeen kana qabatamaatti mul'ifateera. Kaayyoon Abiyoot Kaasaayee Xoobbiyaa amantii, alaabaa fi biyya tokkoo kan kaleessa warri abjootan gadi dhaabuu akka ta'e duratti si meeqa dubbanneerra.
Sirna dulloomaa farra qabsoo bilisummaaf walabummaa Oromoofi Oromiyaa ta'e ka kaleessa dhiigaaf lafee angafoota qabsoo dhibaafate waaressuuf dhama'uun gowwummaa guddaadha. Ilmi Goobanaa Abiyoot Kaasaayeen dhugaa kana ammallee hin hubanne; dhaloonni amma bocamee jiru, dhaloota abukaattoo haqaafi waardiyyaa dhugaa Oromoo fi Oromiyaati malee Baattoo Impaayeera dullattii Xoobbiyaa ekeraa Miniiliikiin tarkaanfattu miti. Dhalootichi dhaloota akkasumaan dhiigaaf lafee qaalii qabsoo bilisummaa Oromoof cabdee dhangalaate bilaasha godhu miti, inumaayyuu dhaloota lubbuu qaalii jijjiirraa hinqabne kennee dhiigaaf lafeen jaaraa eenyummaa Oromoo tiksu, dhaloota amaanaa angafoota qabsoo of harkaa qabuu, argi. Sirna dulloomaa waaressuuf dhama'uun farrummaadha. Dhalootichi, dhaloota haaraa dhiigaaf lafee qabsaa'oota qaaliin marge ambaasaaddara nagaa Oromoof Oromiyaati.
Hubachiisa! Kaayyoon murna Biltsiginnaa warra Xoobbiyaa utube goota, gootawwan qaqqaalii warra Oromoofi Oromiyaaf kufe ammoo farrajuun gootaan oota, oota ammoo akka gootaatti faarsitee ilmaan cunqurfamaa Oromoo miira keessa galchuun qabsoo Oromoo dhiigaaf lafeen itti gabbaramaa jiru gandaaf kutaatti galchuudha, quba qabaadhu. Amma kan warri itti jiru waa lama. Innis warra Oromoofi Oromiyaaf gatii kanfalee xuqqeessuun kanneen Xoobbiyaa utubee darbe ammoo arbeessuudha. Ammatti Impaayeerri kana ajandaa tolfate, argi.
JL Gmta Wbo
Abjuuf hawwi impaayeera dullattii dhaloota didaa abukaattoo haqaafi waardiyyaa dhugaa Oromoo fi Oromiyaa jiruu galma hin gahu.
👉Injifannoon Uummata Oromoof 💪 | 19 |
| 4 | ▶️ Eeeee baga of bartanii of baraartan ammas adaraa ppf Faarsee bulaaf lola hin barbaachifnetti hirmaattee #Qoraan hin tahiiniif akkuma Obbolootake kanaa osoo yeroon jirtuu of baraa of baraaraa koottaa jenna.
አሸባሪው የብልፅግና ቡድን ጨቋኝ መሆኑንና የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ትክክለኛ ለህዝብ ነፃነት የሚታገል ሃይል መሆኑን የተረዱ በርካታ የመከላከያ ሰራዊት አባላት ከብልፅግና ሰራዊት ወታደራዊ ካምፕ በመጥፋት ሰሞኑን በተለያዩ የኦሮሚያ አካባቢዎች ከነሙሉ ትጥቃቸው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊትን እየተቀላቀሉ ይገኛል።
እኛም እንኳን በደህና ወደህዝባዊ የነፃነት ትግል መጣችሁ ብለናል!!!
❤️💚❤️
👏👏👏 | 16 |
| 5 | ከፋኖ ወይም ከTPLF(ህወሀት) ጋር በሚደረግ የፀረ ኦህዴድ/ብልፅግና የትግል ትብብር የኦሮሚያን ህልውና ማስጠበቅ፣ ኦሮሞ በፊንፊኔ እና በድሬደዋ ላይ ያለውን የባለቤትነት መብት ማረጋገጥ፥ የኦሮሚያን ድንበር ማስከበር አይታሰብም።
በኦሮሞ መሬት፥በኦሮሚያ ህልውና ከኦህዴድ/ብልፅግና ጋር ተመሳሳይ አመለካከት ካላቸው ኃይሎች ጋር አንድ ላይ ቆሞ በመታገል ነጻ የሚወጣ የኦሮሞ ህዝብ እና የኦሮሚያ መሬት የለም።
የኦሮሞ ኃይሎች ከባእዳን ኃይሎች ጋ ለመተባበር[ለመገረድ] በሚሽቀዳደሙት ልክ በራሳቸው መካከል በጥልቀት መክረው እና ተቀናጅተው ህዝባቸውን mobilize ማድረግ ቢችሉ የማንም እርዳታ ሳያስፈልጋቸው ባጠረ ጊዜ ውስጥ ኦሮሞን ነጻ ህዝብ እና ኦሮሚያን ነጻ ሐገር ማድረግ ያን ያህል አዳጋች አይሆንባቸውም።
ኦሮሞ በየአካባቢው እንደ ማህበረሰባዊ ግዳጅ ማድረግ የሚገባው፡
ሕዝባችንን በማንቃት ፣በማስታጠቅና ራሱን እንዲከላከል ለዘመቻ ማሰለፍ ።ሁሉም ባለው መሣሪያ ጠላትን ማጥቃት ነዉ ።ኦሮሙማ ማለት ይሄው ነዉ ።
ምክኒያቱም የሰሜን ሃይሎች በተለያየ አደረጃጀትና ለአንድ አላማ እሱም አባት ሀገር ኦሮሚያን በመያዝና የኦሮሞን ህዝብ በባርነት ገዝቶ ለመኖር ጎዞ ጀምረዋልና።
ጀባዳ!!!።
❤️💚❤️ | 19 |
| 6 | #Carraa diigamuu biyyattiif kan sababa guddaa ta'e geggeessaafi jala deemtuun biyyattii hundi gantuufi ergamtuu diinaa ta'uurraa kanka'e nama waa'ee har'aa malee waa'een borii isaan hinyaachifne harkatti kufuu isheeti.
JL Eebbisaa Baaroo | 20 |
| 7 | #Oduu_Injifannoo_WBO💪
Guyyaa Kaleessa Adooleesa 30/2026 Waraannii Bilisummaa Oromoon Zoonii Lixaa Oromiyaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa annaa Horroo Bulluqi Keessatti tarkaanfii waraana faashistii PP irratti fuudhateen du'aa fi madoon adabee jira
👉 Akasumas Kaleessa 1/8/2026 WBO'n Zoonii Kibba Bahaa Oromiyaa Godina Arsii Bahaa Aanaa Seeruu Abbaas Keessatti diina haleele
Tarkaanfii fudhateen injifannoo gonfatee jira.
🔥#የድል_ዜና‼️
═══❁✿❁══
አይበገሬውና ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ትላንት ማለትም በ1/8/2026 በምዕራብ ኦሮሚያ ሆሩ ጉዱሩ ወለጋ ዞን ሆሮ ቡሉቅ ወረዳ ውስጥ በአሸባሪዎቹ የብልፅግና ወታደሮች ምሽግ ላይ ባደረገው መብረቃዊ ጥቃት በርካታ የብልፅግና ታጣቂዎችን ሙትና ቀስሉኛ አድርጓል.
👉 በተመሳሳይ ቀን ትላንት ማለትም በ1/8/2026 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በደቡብ ምስራቅ ኦሮሚያ ምስራቅ አርሲ ዞን ሴሩ አባስ ወረዳ ውስጥ ሲንቀሳቀሱ በነበሩ የብልፅግና ታጣቂዎች ላይ እርምጃ በመውሰድ ድል ተጎናፅፏል.
#በደም_እና_በአጥንታችን_መብቶቻችንን_እናስከብራለን!
#በአፈ_ሙዝ_ነፃነታችንን_እንጎናፀፋለን!
#ድል_ለኦሮሞ_ህዝብ!
#Qasoon_Itti_Fufa!
#OROMIYAAN_BIYYA!
❤️💚❤️
💪💪💪 | 100 |
| 8 | ከላይ ያለው ስሙ#መረራ ግርማ ቶለሳ ይባላል። የተወለደው በቄለም ወለጋ ዞን Y/Walali ወረዳ ሲሆን፣ «ወንድምህ ጫካ ያለ የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት አባል ነው» በሚል ምክንያት በአሸባሪዎቹ የብልፅግና ታጣቂዎች ተይዞ በሐሮ ገላን ወረዳ እስር ቤት ለአምስት ወራት ከታሰረ በኋላ፣ በትላንትናው ዕለት ዘመድ፣ ቤተሰብ እንዲሁም የከተማዋ ነዋሪዎች እንዲሰበሰቡ ከተደረገ ቦሀላ በመከላከያ ሰራዊት አባላት በታጆ ከተማ መሃል ላይ በጥይት ደብድበው ገድለውታል 😢
የታጋይ ቤተሰቦችን በማሰርና በመግደል የሚቆም ትግል የለም!!!
የኦሮሞ ነፃነት ትግል የኦሮሞ ህዝብ ከጭቆና አገዛዝ ነፃ እስከሚወጣ ድረስ ይቀጥላል!!!
ድል ለሰፊው የኦሮሞ ህዝብ!!!
❤️💚❤️
✊✊✊ | 31 |
| 9 | ~Falma Mirga Abbaa Biyyummaa Humnichi Dhiigaaf Lafeen Gaggeessaa Jiru Hidhaa Ijaan Eeggachuun Dirqama Cunqurfamaa Oromooti!
Gabrummaan fafa! Inumaayyuu, saba guddicha maqaaa qabu ta'anii akka maqaa ta'uu dhabuun fokkuudha. Impaayeera dullattii mirga abbaa biyyummaa Oromoo molqitee umurii bittaa dheereffachuun ilmaan cunqurfamaa Oromoo hogayyuu du'aaf gabbartu aarsaa qabsoon bilisummaaf walabummaa Oromoofi Oromiyaa gaafattu kanfalanii xumura itti tolchuun ammatti dhimma yeroon gaafattudha.
Uummanni Oromoo akka sabaatti waan Oromoo ta'e qofaaf Impaayeera cubbamtuun Oromummaa isaan yakkamee baroota dhufaa darbaan rirriitamee hacuucamaa jiraachuuf waliigaltee gabrummaa murnaa waliin tolfate tokkollee hinqabu. Kaleessas ta'e har'a dhaqdhaqii garbummaattii of qulleessuuf falma hadhooftuu gaggeessaa tureera, har'illee adeemsi sun hinjijjiiramne, uummanni keenya falma mirga abbaa biyyummaa gootichi WBO, gaggeessaa jiru hidhaa ijaan eeggachuun qooda qabsoon bilisummaaf walabummaa Oromoofi Oromiyaa irraa barbaaddu ba'achuutti jira. Qabsoo korommiin ilmaan isaa dhiigaaf lafeen galiin gahaa jirtu utubuun hawwaaf abjuu bilisummaa barootaaf dharra'aa ture san milkeessuuf rafee bulaa hinjiru.
Uummanni keenya har'as akkuma kaleessaa haga qabsoon Oromoo gudunfaa hin argatinitti falmi mirga abbaa biyyummaa gootawwan daabee tooraa afaan qawween gad jabeessitee gaggeessaa jirtu irraa abadan sobaaf sossobbaa, gowwomsaaf fakkeessaa murna dullattii Impaayeraan of duuba mil'achuu akka hindandeenyetti hirbuu isaa haareffachuun xurree qabsoo angafoonni dhiigaaf lafeen tattaraaran gubbaa gootummaan hiriiree argama. Kanaafis, hojii boonsaa korommiiwwan ilmaan isaa hojjette bakkatti eeguuf dammaqiinsaaf qophaa'ummaa isaa kan duraa irra daran jabeeffachuun kijibaaf gowwomsaa Impaayeraa biyyeetti makuun faana ilmaan isaa qaalii bu'ee argama.
Korommiin ilmaan Oromoo jajjabduun sansakkaaf naamusaan cuuphamte falma mirga abbaa biyyummaa barootaaf impaayeerri harqoota gabrummaan ukkaamsite afaan qawween diigdee bilisummaa dhugaa argamsiiftee Oromiyaa walabaa gabrummaatti qulloofte qananiituu biyyaa gadi dhaabuuf har'a yeroo kam caalaatti hidhannoo mudhii fi sammuun faayamuun kaayyoof akeeka qabsoo bilisummaa galiin gahuu irratti argamti. Korommiin wadaroo jaallummaan walitti hidhamte, hidhaa gabrummaa Impaayeera dullattii uummata cunqurfamaa Oromoo irraa tarsaaftee nagaaf tasgabbii waaraa gonfuuf lubbuu qaalii jijjiirraa hinqabneen falma hadhooftuu gaggeessuu filannoo tolfatte, argi.
Maarree!
Uummanni keenya ifaajee gatii dadhabbii qabsoo barootaaf dharra'aa turee, imalasaa humnicha guddaa dhugaaf dhugaan qabsaa'aa jiru gooticha WBO, faana tolfatee bilisummaa isaa gonfachuuf yeroo kam caalaatti har'a dammaqaaf qophaa'aa ta'uun irraa eegama. Akkuma beekamu Impaayeerri ajjeesuuf hiraarsuu amaleeffatte har'a maqaa "Yaa'ii Maree Biyyaalessaa Itoophiyaa" jedhuun soba garee ijaartee injifannoo dhiigaafi lafeen argamaa jiru gara dabarsuuf yaalii isheen taasisaa jirtu salphaa miti. Yeroon kun uummata keenya qaaliif yeroo murteessaati. Impaayeerri kufaatii irraa bayyaannachuuf tarkaanfii jalqabaa Oromoof Oromiyaa cabsuuf kaayyeffattee jirti. Kanaaf, uummanni keenya kan kaleessaa caalaatti irree tokkummaa isaa jabeeffatee falma mirga abbaa biyyummaa isaa gootichi WBO, dhiigaaf lafeen gaggeessaa jiru utubee gabrummaatti xumura tolchuun fardiidha.
Argi! Irree tokkummaa kaleessa ittiin diina inaafsisaa turre jabeeffannaan gaara gabrummaa Impaayeerri akka hinjignetti ijaarte hurreessuun libsuu ijaatti. Uummanni keenyas irree tokkummaa gootummaan dabaalameen gaaraaf muummeen hinqaxxaamuramneef hin ce'amne akka hinjirre tolchee beeka.
Tokkummaan keenyaa rasaasa gaara garbummaa diigee awwalcha impaayeera dullattii ariifachiisu humna humna keessaa faloo xumura gabrummaati, quba qabaadhu.
👉Injifannoon Uummata Oromoof 💪 | 30 |
| 10 | بدون متن... | 26 |
| 11 | በምስራቅ ወለጋ ዞን ኪረሙ ወረዳ ውስጥ በትላንትናው ዕለት ጀግና ፊት ለአንዲት ደቂቃ ቆሞ የማይዋጋው ፈርጣጩ #አንገት_ቆራጭ_ፋኖ በንፁሃን ላይ የፈፀመው የሽብር ጥቃት
ትላንት ማለትም በ25/11/2018 በምዕራብ ኦሮሚያ ምስራቅ ወለጋ ዞን ሀሮ አዲስ አለምና ቤሮ ከተሞች ህፃናትና አረጋውያንን ገዳዮቹ #የአንገት_ቆራጭ_ፋኖ ታጣቂዎች በሰው ህይወትና በንብረት ላይ ጉዳት አድርሰዋል።
በጥቃቱም ካለፈው የሰው ህይወት በተጨማሪ #በአንገት_ቆራጭ_ፋኖዎች ታፍነው የተወሰዱ ስለመኖራቸውም ነው የተነገረው፡፡
በምስራቅ ወለጋ ዞን ኪረሙ እና ጊዳ አያ ወረዳዎች ላይ ባለፉት ጢቂት አመታት #አንገት_ቆራጭ_ፋኖ በተደጋጋሚ የሽብር ጥቃት በመፈፀሙ የሰላም መደፍረስ የበርካታ ሰዎች ህይወት ተቀጥፎ ንብረቶችም ላይ ውድመት ተከስቷል፡፡ በአከባቢው በርካታ የገጠር ቀበሌያትም ሰላማዊ የአከባቢው ነዋሪዎች ላይ በሚደርሰው #የአንገት_ቆራጭ_ፋኖ ጥቃት ከንብረት እርሻቸው ተፈናቅለው ለሰፊ ችግር ተዳርገዋል፡፡
አስተያየት ሰጪው የኪረሙ ወረዳ ነዋሪው እንደሚሉት አሁን ባለው #የአንገት_ቆራጭ_ፋኖ እንቅስቃሴ ደግሞ የባሰ እንዳይመጣ የሚያሰጉ ምልክቶች ተበራክተዋል፡፡ “ከዚህ በፊት ከተፈጠረው ቀውስ በላይ አሁንም ያ ስጋት ተመልሶ እንዳይመጣ ነው” በማለት ከአመታት በፊት በወረዳው ተከስቶ በነበረው ጥቃት ከፍተኛ ወድመትና የህየወት መቀጠፍ መፈጠሩንም በማስታወስ፤ አሁንም #በአንገት_ቆራጭ_ፋኖዎቹ በኩል የሚቀርበው ዛቻ ከፍተኛ የሆነውም ስጋት መደቀኑን በአስተያየታቸው ተናግረዋል፡፡ በቅርቡ ከሳምንታት በፊት በኪረሙ አጎራባች ወረዳ አገምሳ ከተማ እና ዙሪያ ላይ ተከስቶ በነበረው #የአንገት_ቆራጭ_ፋኖ ጥቃት የሰው ህይወት መቀጠፉና የአከባቢው የሰላማዊ ዜጎች የነበሩ የቤት እንስሳት መዘረፋቸው በሰፊው መዘገቡ ይታወሳል፡፡ | 26 |
| 12 | Gaafa fedhii dhuunfaa ofi barbaadani oromoo fi oromiyaa gandaa fi lagan qoodu.sadoo ofi guutachuuf jechaa laga fi gandaati oromoo qoodun jarraa 21ffaa keessaatti of sobudha.
~oromoo tokko firaa gandaa fi laga godhatanni,oromoon isaa tokko immoo lagan,gandaan qoodun cubbuudha.oromoof oromoo waltii hallagomsuun seera ummaa fi ummamaa illee cabsudha.hiddii tokkoo wal irraa kutuun tasumaa hin danda'amu.
Oromummaa oromoof kan kennee iphaayera miti ykn immoo murnaa tokkoo miti ummaatu nuf kennee.
~ sammuu bilisummaa barbaadu yoo hamma barbaade galaana gandummaan cuubdee iyyuu oromoon gurraa si hin kennuu ofumaa dhaama hin raasiin.oromoon sammuun xuurrii gandummaa irraa bilisoomeera quba qabadhu.
~Dirreen Oromiyaa marti dhaloota sammuu qulqulluun bilisummaa,walabummaa fi birmadummaaf qabsaa'uun guuteera.
Dhaloota hanga waan barbaadamu sun argamutti eenyuyyuu duubatti deebisuu hin dandeenyeen guuteera.
Jaal Mo'ii Bojaa
❤️💚❤️ | 27 |
| 13 | 🔉#Baga_Dhufan📢
Guyyaa Kaleessa 1/8/2026
Hi"dhattoonni Wa"raanaa PP sadi Wal loluurra Waliin loluu wayye jechuun hidhannoo guutudhaan Wa"raanaa Bi"lisummaa Oromoo Zoonii GG fedhiin harka kennatanii jiru.
Dirqamaan leenjifamuun #RIB tti makamuu kan himan dargaggoonni kun ijoollen akkasaanii hedduun ni baduuf waan shakkamaniif dirqamaan mana Wa"raanaa keessatti tikfamaa akka jiran himanii jiru.
Baga Dhuftan 🙏
ሶስት የመከላከያ ሰራዊት አባል የሆኑ የብልፅግና ወታደሮች ከመከላከያ ሰራዊት ወታደራዊ ካምፕ በመጥፋት ትላንት ማለትም በ1/8/2026 በማዕከላዊ ኦሮሚያ ዞን ውስጥ ከነሙሉ ትጥቃቸው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊትን ተቀላቅለዋል.
እኛም እንኳን በደህና ወደህዝብ የነፃነት ትግል መጣችሁ ብለናል!!!
❤️💚❤️
👏👏👏 | 30 |
| 14 | #Oduu_Injifannoo💪
Guyyaa Adoolessa 31/2026
WBOn Zoonii Lixaa godina Qellem Wallaggaa aanaa Haawwaa Galaan ganda Keellaa jedhamutti tarkaanfii fudhateen injifannoo gonfatee jira.
➡️ Gama meeshaatiin Qawwee hedduu dugda diinaa irraa booji'ee jira.
👉 Kaleessa Adoolessa 31-2026 #WBO'n Zoonii Lixaa Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Guutoo giddaatti loltoota bilxiginnaa haleeluun inijafannoo galmeessee harka facaasiseera.
kana malee nama 5 jiraa harkaan qabun oolmaa goota ittii agarsisee jiraa
#የድል_ዜና‼️
አይበገሬውና ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ትላንት ማለትም በ31/7/2026 በምዕራብ ኦሮሚያ ቄለም ወለጋ ዞን ሀዋ ገላን ወረዳ ኬላ ቀበሌ ውስጥ በአሸባሪዎቹ የብልፅግና ወታደሮች ላይ በወሰደው እርምጃ በርካታ የብልፅግና ታጣቂዎችን በመደምሰስና ክፉኛ በማቁሰል የተለያዩ አይነት መሳሪያዎችን ማርኳል
👉 በተመሳሳይ ቀን ትላንት ማለትም በ31/2026 ጀግናው ኦነሠ በምዕራብ ኦሮሚያ ጉቶ ጊዳ ወረዳ ውስጥ በአሸባሪዎቹ የብልፅግና ወታደሮች ምሽግ ላይ ባደረገው መብረቃዊ ጥቃት በርካታ የብልፅግና ታጣቂዎችን ደምስሶ ከአፈር በመቀላቀል ዕድለኛ ሆነው የተረፉ 6 የብልፅግና ታጣቂዎችን በመማረክና በቁጥጥር ስር በማዋል ታላቅ ድል ተጎናፅፏል.
#በደም_እና_በአጥንታችን_መብቶቻችንን_እናስከብራለን!
#በአፈ_ሙዝ_ነፃነታችንን_እንጎናፀፋለን!
#ድል_ለኦሮሞ_ህዝብ!
#Qasoon_Itti_Fufa!
#OROMIYAAN_BIYYA!
❤️💚❤️
💪💪💪 | 110 |
| 15 | በአማራ ክልል በሚካሄደው ግጭት በርካታ ሕጻናት #በአንገት_ቆራጭ_ፋኖ መደፈራቸውን የክልሉ ርዕሰ መስተዳድር አረጋ ከበደ የክልሉን የ2018 በጀት ዓመት የእቅድ አፈጻጸም ሪፖርት ዛሬ ለክልሉ ምክር ቤቱ ባቀረቡበት ወቅት ተናገሩ። ርዕሰ መስተዳድሩ አግለውም #አንገት_ቆራጭ_ፋኖ የአስገድዶ መደፈር ጥቃት ያደረሰባቸው 900 ሕጻናት ህይወታቸው በህክምና ክትትል እየተደረገላቸው እንደሚገኝ ገልጸዋል፡፡ በግጭቱ አውድ ውስጥ #በአንገት_ቆራጭ_ፋኖ ምን ያህል ሕጻናት የአስገድዶ መድፈር ጥቃት እንደደረሠባቸው ግን አረጋ አልገለጡም፡፡ ጎንደር፣ ባሕርዳር እና ደሴን ጨምሮ #አንገት_ቆራጭ_ፋኖ የመደፈር ጥቃት ላደረሰባቸው ሕጻናት ማገገሚያ በተቋቋሙ ማዕከላት የሚገኙ የጥቃቱ ሰለባዎች በበቂ ደረጃ ማገገም እንዲችሉ በሚያስችል ሁኔታ እንደተደራጁ አረጋ ተናግረዋል፡፡ | 37 |
| 16 | Biyya baldhoo fi taadhii tana irratti wanti Oromoon wareegama guddaa kaffalee Dhaloota hardhaa kana dhaalchiseef, dhalootichi Dhaloota Of ta'ee, Wal ta'ee, abbaa waan ofii ta'u akka duuban jiru waan beekufi.
~Saniif Abdii fi Imaanaa Abboonni keenya nurraa qaban tiksuu fi eegun immoo mirga osoo hin taane Dirqama dhalooticha Hardha jiru kanaati. "Ilma abbaa dhaalu ykn ilma abbaa caalu ta'i " jedha Oromoon.
❤️💚❤️ | 32 |
| 17 | #Oduu_Damboobsaa
Gugurraalen Gujii Girjaa Wa"raannii Bi"lisummaa Oromoo Zoonii Madda Albuudaa Humna Wa"raanaa Kaleessa leenjisaa ture eebbisuun bobbaasee jira
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
▶️ #BURQAAAAAAA
Oluma Oluma Oluma
#BOOOOOOM
Baga Gammaddan baga Gammanne
Dhaloota Saba isaaf aarsaa of godhu wbo Wabii Saba
Zooni Madda Albuudas Humna Kaleessa yeroo dheeraf haala rakkisaa keessatti leenjisaa ture eebbisuun Guyyaa Kaleessa (Adooleesa 31/2026) dirqama qabsoof bobbaasee jira.
Madda albuudaattis milkoofneera
injifannoon ummata oromoof
#የምረቃ_መረጃ!!!
የኦሮሞ ህዝብ ጋሻና መከታ የሆነው ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ለረጅም ጊዜ በመደ አልቡዳ ኦሮሚያ ጉጂ ዞን ውስጥ በሚገኝ ማሰልጠኛ ማዕከል በወታደራዊና ፖለቲካዊ ሳይንስ ሲያሰለጥናቸው የነበሩትን አዳዲስ ጀጀቤዎች ትላንት ማለትም በ31/7/2026 በደማቅ ሁኔታ አስመርቋቸዋል.
ትላንት ለተመረቃጩ ዕጩ ምሩቃ እንዲሁም ለአሰልጣኞቻና ለመላው የኦሮሞ ህዝብ ደስ ብሎናል እንኳን ደስ አላችሁ ለማለት እንወዳለን!!!
❤️💚❤️ | 33 |
| 18 | #Oduu_Damboobsaa
Gugurraalen Gujii Girjaa Wa"raannii Bi"lisummaa Oromoo Zoonii Madda Albuudaa Humna Wa"raanaa Kaleessa leenjisaa ture eebbisuun bobbaasee jira
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
▶️ #BURQAAAAAAA
Oluma Oluma Oluma
#BOOOOOOM
Baga Gammaddan baga Gammanne
Dhaloota Saba isaaf aarsaa of godhu wbo Wabii Saba
#WBO'N zoonii #Madda_Albuudaa kaadhimamtoota Kaleessa yeroo dheeraaf leenjii waraanummaafi siyaasaa kennaafii ture xumuruun dirqama ittii aanuutti bobbaaseera
Zooni Madda Albuudas Humna haaraa yeroo dheeraf haala rakkisaa keessatti leenjisaa ture eebbisuun Guyyaa Kaleessa (Adooleesa 30/2026) dirqama qabsoof bobbaasee jira.
Madda albuudaattis milkoofneera
injifannoon ummata oromoof
#የምረቃ_መረጃ!!!
የኦሮሞ ህዝብ ጋሻና መከታ የሆነው ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ለረጅም ጊዜ በመደ አልቡዳ ኦሮሚያ ጉጂ ዞን ውስጥ በሚገኝ ማሰልጠኛ ማዕከል በወታደራዊና ፖለቲካዊ ሳይንስ ሲያሰለጥናቸው የነበሩትን አዳዲስ ጀጀቤዎች ትላንት ማለትም በ30/7/2026 በደማቅ ሁኔታ አስመርቋቸዋል.
ትላንት ለተመረቃጩ ዕጩ ምሩቃ እንዲሁም ለአሰልጣኞቻና ለመላው የኦሮሞ ህዝብ ደስ ብሎናል እንኳን ደስ አላችሁ ለማለት እንወዳለን!!!
❤️💚❤️ | 1 |
| 19 | #ፈቀደ አብዲሳ እና ቡድኑ፡
◾️ "ወጣችሁ ቅቤ የለውም" ብለው እናቶችን ዛፍ ላይ አስረው ይገር ፋሉ።
◾️ ለእነሱ የሚሰጡት ገንዘብ ያጡ አዛውንቶችን ዘቅዝቀው ይደበ ድባሉ።
◾️ ሙሉ የከብት በረት ዘርፈው ይነዳሉ።
◾️ ታዳጊ ህፃናትን "ሰላዮች ናቸው" በማለት ህዝብ ፊት በጥይት ይረ ሽናሉ።
◾️ ባለትዳር ሴቶችን ሳይቀር አስገድደው ይደፍ ራሉ።
◾️ ወጣት ሴቶችን በባርነት ይዘው በቡድን ይደፍ ሯቸዋል (ይጫወቱባቸዋል)።
◾️ ከህዝቡ ላይ መሳሪያ ነጥቀው ይሸጣሉ።
◾️ በድሆች ላይ ቤት ያቃጥላሉ።
◾️ የህዝብ ተቋማትን ዘርፈው ያወድማሉ።
በፈቀደ ቡድን በሆሮ ጉዱሩ የወለጋ ህዝብ ላይ የተፈጸመው ጥፋት ተቆጥሮ አያልቅም። አንዴ ቤተሰቦቹን ለመጠየቅ የሄደን ጓደኛችንን ይዘው ክፉኛ አሰቃይተውታል። እስከ ዛሬ ድረስ የሚገርመኝ እየደ በደቡት ይናገሩት የነበረው ነገር ነው።
"እኛ ታጋዮች እያለን አንተ እንዴት የቆዳ ጃኬት ትለብሳለህ? እንዴት እንዲህ አይነት ብራንድ ጫማ ታደርጋለህ? አንተ ከታጋዮች ትበልጣለህ እንዴ?" እያሉ አካሉ እስ ኪላጥ ድረስ ገረፉት።
📌 ፈቀደ ዛሬ ጫካ ውስጥ የለም።
◾️ ጸጉሩን ተላጭቶ (ጉንጉኑን አጥፍቶ) አዲስ አበባ ይገኛል።
◾️ ከመንግስት ጋር ይውላል።
◾️ ምናልባትም በመንግስት ተቀጥሮ (ደሞዝተኛ ሆኖ) ሊሆን ይችላል።
◾️ ህዝብንም በልቶ፣ ደሞዝም ይበላል።
◾️ በህዝብ ላይ ለፈጸመው አሰቃቂ ጥፋት አልተጠየቀም።
◾️ ለማስመሰል ያህል እንኳን አልተሞከረም።
◾️ ጭራሹኑ በሚዲያ ላይ ተጋብዞ 'ጥሩ አደረግሁ' ይላል።
📌 ከዚህ ምን እንረዳለን?
◾️ ልክ እንደ 120ው፣ ፈቀደም ስርዓት (የስርዓቱ አካል) ነው።
◾️ ስለዚህ የመግ ደል ፈቃድ አግኝቷል።
*(ማስታወሻ፡ እዚህ ላይ በ"ፈቀደ" ስም እና "ፈቃድ" በሚለው ቃል መካከል የቃላት ጨዋታ ተጠቅሟል)
◾️ ወደ አዲስአበባ የመጣውም ይሄንኑ ፈቃዱን ለማሳደስ ሊሆን ይችላል።😡
ጥላዬ ያሚ
👌👌👌 | 30 |
| 20 | بدون متن... | 26 |
