Crypto Highlights
رفتن به کانال در Telegram
💡 Crypto Highlights is a channel dedicated to delivering simplified, easy-to-digest updates, news, and insights from the crypto world — helping you stay informed without the noise. Admin : @Bman923 🔰ʙᴜʏ ᴀᴅs: https://telega.io/c/crypto123788
نمایش بیشتر5 307
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-427 روز
-25230 روز
آرشیو پست ها
5 307
🔰Paws solan OG
❇️Namoota token BONK WIF PENGUE Giga Jup...... hold godhanif token paws dabalata kennani jiru
❇️Yoo solana wallet keessanirraa tokenoota kana hold gootani qabdu tahe link gadii kanan seenaa check godhaa
📎 https://paws.community/app/solana-og
❇️Namooti hold gootani hin jirremmoo homaa miti token qabdan sun akkasumatti taha malee wanti haaran hin uumamu.
➜ @Dero_Crypto
➜ @Dero_Crypto
08 مارس 2025, 14:54
5 307
Repost from Grova ገበያ🌼
New bot launched DERO GAME.
Bot kana irraa game taphachuu dandeessu. 😆
Clone gochuun yeroo dhiyootti jalqaba.
🤖@DeroGame_Bot
🤖@DeroGame_Bot
08 مارس 2025, 10:39
5 307
Ari Wallet Tokenomics !!!📊 Total Supply: 500,000,000 📊 77.8% allocated for Liquidity, Marketing & Ecosystem Growth
🗓️ Mainnet & TGE set for Q1-Q2 2025➜ @Dero_Crypto ➜ @Dero_Crypto
08 مارس 2025, 07:02
08 ژوئن 2025, ~05:14
5 307
Channel Crypto fi Airdrop guddicha afaan oromoo (ABBU TECH) @abbu_tech
Garee keenyatti bilisaan dabalamuun guyyaa guyyaan qarshii argadhaa
@abbu_tech
Akkasuma Giveaway babbareedaa qabna
@abbu_tech
08 مارس 2025, 06:35
08 مارس 2025, ~06:55
5 307
Baga ayyaana dubartootaa geessan 😆
Warri dhiirotaa hin gaddinaa kan keenyas guyyaan tokko jira 😂
08 مارس 2025, 05:39
5 307
Chaanaalii sirba yeroo gabaabaa keessatti jallattaamumma guddaa argatee kana beektu hin beektanu yoo ta'e link armaan gadii kana fayyadamuun sirboota gara garaa argachuu dandessuu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Sirba_Afaan_Oromoo1
https://t.me/Sirba_Afaan_Oromoo1
07 مارس 2025, 13:03
07 مارس 2025, ~13:43
5 307
Chaanaalii sirba yeroo gabaabaa keessatti jallattaamumma guddaa argatee kana beektu hin beektanu yoo ta'e link armaan gadii kana fayyadamuun sirboota gara garaa argachuu dandessuu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Sirba_Afaan_Oromoo1
https://t.me/Sirba_Afaan_Oromoo1
07 مارس 2025, 12:58
07 مارس 2025, ~12:59
5 307
Premarket paws Amma paws token otoo hin taane Paws point Akka ta'e exchange'n KUCOIN himaniiru.
07 مارس 2025, 08:48
5 307
The pre-Market price Doesn't reflect the actual listing price
Paws Team
07 مارس 2025, 06:34
5 307
🌟Welcome to DERO TIPS🌟
💻 Tech Tips: Stay ahead with cutting-edge advice.
🌐 Free Internet: Unlock free internet tricks.
👨💻 Coding Tutorials: Learn coding made simple.
🚀 Join DERO TIPS💡 today and enhance your digital skills! ✨📲
07 مارس 2025, 03:33
5 307
Part 4: Faayidaa crypto
🔰Maallaqni kirpitoo faayidaa hedduu kan kennu yoo ta’u, isaanis:
🔰 Decentralization : Qaamni giddugaleessaa kamiyyuu maallaqa crypto hin to’atu.
🔰 Security: Daldalli crypto nageenya kan qabuu fi kan hin jijjiiramne dha.
🔰 Kaffaltii Dabarsaa Gadi aanaa(low transaction fee): Akkaataa idileetti kaffaltii baankii local irraa gadi aanaadha. Fi kkf.
ITTI FUFA...➜ @Dero_Crypto ➜ @Dero_Crypto
06 مارس 2025, 23:20
