5 307
Tapha liverpool fi Psg tamsaasa kallattii sagaleen hordofuuf chaanalota armaan gadii join godhaa!! 👇👇
11 مارس 2025, 16:18
💡 Crypto Highlights is a channel dedicated to delivering simplified, easy-to-digest updates, news, and insights from the crypto world — helping you stay informed without the noise. Admin : @Bman923 🔰ʙᴜʏ ᴀᴅs: https://telega.io/c/crypto123788
نمایش بیشتر"Yoo barbaachisaa ta'e kalee kee gurguri, garuu Bitcoin qabadhu"👀.Dhaabbatni nama kanaa 499,096 Bitcoin walitti qabateera, kana gochuuf waliigalaan $33.1 biliyoona baaseera, jechuunis Bitcoin tokko giddugaleessaan $66,319'n bitateera! Kana malees, bara 2020 Mikaa'el Seeyloor dhuunfaatti bitcoin 17,732 akka qabu ifoomeera! Ammatti gatiin Bitcoin $80,000 waan ta'eef, gatiin Bitcoin Maaykiroo Istraatejii [dhaabbatichaa] waliigalaan qabu ammaan tana $40.9 biliyoona! Gatiin Biitkooyinii Mikaa'el Seeyloor dhuunfaatti qabu tilmaaman $1.45 biliyoona ta'a! Guutumaatti, Bitcoin Mikaa'el Seeyloor fi dhaabbatni isaa qaban Bitcoin addunyaa keessaa 2.46% ni uwwisa!