fa
Feedback
GOLA FAARFANNAA✨

GOLA FAARFANNAA✨

رفتن به کانال در Telegram

✍️✍️✍️Faarfannaa Afaan oromoo, Barumsa Abbootii fi Seenaa Abbootii channel keenya kana irraa ni argattu. Kanaafuu join godhaa maatii channel keenyaa ta'aa! ==Join via== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤 @faaruutewaahido 🖤 ❤️ @faaruutewaahido ❤️ 🤍 @faaruutewaahido 🤍

نمایش بیشتر
5 382
مشترکین
+2524 ساعت
+487 روز
+16630 روز

در حال بارگیری داده...

کانال‌های مشابه
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئیه '26
ژوئیه '26
+194
در 4 کانال‌ها
ژوئن '26
+268
در 6 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+270
در 4 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+297
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+391
در 1 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+222
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+405
در 4 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+583
در 6 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+611
در 3 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+489
در 3 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+455
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+611
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+503
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+589
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+275
در 1 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
25 ژوئیه+7
24 ژوئیه+25
23 ژوئیه+5
22 ژوئیه+7
21 ژوئیه+7
20 ژوئیه+4
19 ژوئیه+6
18 ژوئیه+12
17 ژوئیه+35
16 ژوئیه+3
15 ژوئیه+3
14 ژوئیه+1
13 ژوئیه+8
12 ژوئیه+7
11 ژوئیه+5
10 ژوئیه+3
09 ژوئیه+5
08 ژوئیه+7
07 ژوئیه+5
06 ژوئیه+12
05 ژوئیه+7
04 ژوئیه+7
03 ژوئیه+7
02 ژوئیه+4
01 ژوئیه+2
پست‌های کانال
የታመንክ የነፍስ ወዳጅ የታመንክ የነፍስ ወዳጅ የምሕረት አማላጅ አንተ ነህ ገብርኤል የምትቆም በቅድመ እግዚአብሔር
አዝ
ነበልባሉን ውሃ አረከው ሰንሰለቱን በጣጠስከው የነደደው እሳት ጠፍቷል ከእኛ ጋራ ገብርኤል ቆሟል መላእክቱን በሰማይ  ...............ገብርኤል እንዳረጋጋክ............................     " የአምላክን ሰው መሆን...............     " ለድንግል ነገርክ.......................     "
አዝ
የአናብስቱን አፍ ዘጋኸው ውህኒውን አናወጽከው በሕይወት መንገድ የምትመራ ለእግዚአብሔር ሕዝብ የምትራራ መላእክቱን በሰማይ  ...............ገብርኤል እንዳረጋጋክ............................     " የአምላክን ሰው መሆን...............     " ለድንግል ነገርክ.......................     "
አዝ
ፀሎት ይዞ የሚወጣ ምሕረት ይዞ የሚመጣ ዘወትር የሚያይ የአምላኩን ፊት ቅዱስ ገብርኤል ሊቀ መላእክት መላእክቱን በሰማይ  ............ገብርኤል እንዳረጋጋክ...................     " የአምላክን ሰው መሆን...........     " ለድንግል ነገርክ................     "
አዝ
በመዓልት እና በሌሊት የሚያድነን ከእሳት ዙሪያችንን የሚሰፍር የሚያማልድ ከእግዚአብሔር   መላእክቱን በሰማይ  ...............ገብርኤል እንዳረጋጋክ............................     " የአምላክን ሰው መሆን............    " ለድንግል ነገርክ.......    🎙ዘማሪት ሰብለወንጌል እሸቴ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

2
Ijoolleen Kiristiyaanaa Hundi Baga Gammaddan 🙏 Filannoon Keessan Maali? Wanti Barbaaddanhoo Maali? Hunda Isiniif Qabannee Dhufneerra👇 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉Gaaffii Keessaniif Deebii 👉Gaaffii Shakkitootaaf Deebii 👉Andimtaa Macaafa Hiikkaa 👉Lallaba Wangeelaa 👉Faaruuwwan Ayyaanaa 👉Walaloo Ortodoksii -kan Qulqullootaa -Kan Eegamootaa -kan Du'aa Ka'umsaa Hundumaa Bakka Tokkotti Isiniif Qopheessineerra. [Isinirraa Kan Eegamu Gad Tuqxanii seenuu qofa.
59
3
Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa. Galatoomaa
46
4
Mo'icha Maqaan ke/ዲለ ኣሌ በሲሚ Mo'icha maqaan kee mo'aa sagaleen ke(2) Tulluun ni diigama Amaanu'eel maaqa keen Galaanat qoodama Abbaa koo maqaa keen Gamoojji guddaa qaadesiini Ceene osoo hin dheebotini Fari'ooniin kan galaana buse Jaba maqaa keet nu jabeesse(2) Iliilleen diigame Iyaarikoo Booji'ame kufe diini koo Kanna'aan nu'if keennamuni Kan ta'e hundinu sumani(2) Hammeenya jalati miliqne Bishaan jireenyarra kan dhugune Kan nyaanne manna samii irraayi Waan nuf taatef at Adoonayii(2) Haar'a lubbuudhan kan dhabbane Maqaa kee humana taasifanne Wammaamne lafa onatira Sirraati siinbo arganeera Fta.Dn.Baakami Faruwwan isaan kan biro Youtube maata isa ''Beekami'' irraa argatu. 👇👇👇Miseensa ta'a ⚜@yeedalo
152
5
+6
Lapheen koo Lapheen koo waa'ee kee waan gaarii dubbataa Eyyeen ni dubbata Akka abba hiriyaaqosi sigalateeffata Darbatamee hin kufuu siin daandii eegalee Haadha waaqa kootii kooluun sitti gale Sirraa addaan hin bahuu Maariyaam sin jaalladha Akka abboota kootii maqaa keen jajadha Bultoo waaqa ta'uu kee warri hubatani Qulqulloonni qoomma'uun miilla keetti kufani Ogummaan lafarra kan isaan hin bitnee Siwaammachuudhaafii yoomiyyu hin callisne Yoo si jibbaniyyu warri hin amanne Kan mi'aakee baree lapheensaa sihin ganne Bultoo ilmaa taatee kan waaqa uumamaa Ulfinaan mul'adhuu at yeroo hundumaa Magaalaa waaqayyoof gaarri imbaaqoomi Maaliin fakkeessinaa faaraan Maariyaami Ati Qulqulluudhaa kan cubbuu hin qabnee Fayyisaa biyya lafaa karaa kee argine https://t.me/faaruutewaahido
243
6
+6
ቅዱስ ሚካኤል ቅዱስ ሚካኤል ወዳጅ ነህ ለሁሉ ዛሬም ቆመሀል በኪዳንህ ላሉ ክንፍህን ዘርጋ ሚካኤል ቅደም ከፊቴ ምራኝ መንገዱን እንዳይመሽ ልድረስ ከአባቴ እንዴት ይገፋል ጎዳናው ያላንተ እርዳታ ጥሜን ቁረጠው በትርህ ጭንጫውን ምታ ተጠመጠመ ጠላቴ በእሳት ሰንሰለት የጌታ መልአክ ሚካኤል በሰይፍ ወድቆበት የለም በቦታው ስመለስ አጥቼዋለሁ የሚረዳኝን ተሹሞ አይቼዋለሁ ከመቃብሩ ድንጋዩን አንከባለሃል ስለረዳኸው ዳንኤል እጅግ ወዶሃል ይነዋወጻል ባሕሩም አንተ ስትመጣ እግዚአብሔር ይንገስ ዲያብሎስ መድረሻ ይጣ አለኝ ትዝታ በቤትህ ከልጅነቴ ስትሳሳልኝ እያየሁ ፀንቷል ጉልበቴ ልዘምር እንጂ ላመስግን ታላቁን ጌታ አንተን የሰጠኝ ጠባቂ በቀን በማታ ዘማሪት ምርትነሽ ጥላሁን =====Join via====== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
346
7
Amantiin Ortodoksii Tewaahidoo Fi Aadaan Uummata Oromoo Wal Faallessaa? Gaaffii yeroo baay'ee ka'aa tureef turtii B/saa Dr Dn Asheetuu Waaqjiraa Waliin Gooneen Deebii itti laatame Daawwadhaa irraa baradhaa. #like #share #Subscribe gochuun tajaajila keenya nuuf cimsaa👇 https://youtu.be/NPtgrRL1Uds?si=hOJwqZSu0ftsz_60
146
8
Chaanaalii Fi Giruuppii Ortodoksii Kan Nu Biraa Dhabdan Hin Jiru Hundumaa Bakka Tokkotti Isiniif Dhiyeessineerra Koottaa Ammuma Join Godhaa Itti Makamaa. Youtube Dabalatee Itti Makamaa Tajaajila Hunda Achi Keessatti Argattu Kan Faaruu Kan Walaloo Kan Kitaabolee Ortodoksii Kan Faarfannaa Ortodoksii Barreeffamaan Kan Lallaba Ortodoksii Kan Barumsa Ortodoksii Yeroon Wal qabatan Kan Asoosama Ortodoksii Kan Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Akkasumas Tajaajiloota Biroo Gara Youtube argachuuf Fuula youtube daawwadhaa Nagaa ta'aa🙏
173
9
Ijoollee Ortodoksii Hundaaf Nageenyi Waaqayyoo Isiniif Haa Ta'u Jechaa. Filannoo Armaan Gadii Fayyadamuun Baradhaa. Koorsii Afuuraa Barumsa Lubummaa Hiika Macaafa Qulqulluu Seenaa Qulqullootaa Seerota Kadhannaa Seenaa Ergamootaa Barumsa Mana Kiristiyaanaa Hunda Hunduma Argachuuf Gadi tuquun seenaa
159
10
Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuama Join Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇
129
11
Search gochuuf hin dhiphatiinaa dhugaa isin gowwomsuuf miti. hundumtuu maqaadhuma maqaa isaaniitiin jiru hundumtuu chaanaaliiwwanis ta'ee giruuppiiwwan tajaajila Afuuraawwaa Ortodoksii Tewaahidoo karaa seeraa fi Qannoonaa, Doogmaa eeggateen dabarsanidha. Maarree tajaajilaan tokko ammoo hordoftoota hin qabu taanaan maaliin tajaajilaree. Bakkas isin jalaa hin fixu kan isiniif ta'u akkaataa isiniif galuun kan barbaaddan filattanii keessaa barachuus ta'ee faaruuwwaniin eebbifamuu dandeessu. Ammuma join gochuun hunduma isaa hoo barbaaddanis kan barbaaddan qofa join godhachuun itti makamaa🙏
156
12
Koottaa Dirree Tajaajiltoota Qulqulleettii Mana Kiristiyaanaa Seeraaf Dambii Ishee Dabarsan Kanatti Makamaa Wanta Barbaaddan Hunda Akka Keessatti Argattan Abdiin Qaba.
180
13
Nuyi warri duraan dursinee Kristosin abdii godhanne, ulfina isaatiif galata akka taanuuf nu fo'ate.”   — Efe. 1:12 Filannoo dhugaa nuti dursine Kiristoosiin Abdii kan godhanne Ulfina isaatiif akka taanuuf galata Nu foo'ateera Gooftaan Gooftotaa Kabaja dhumaaf nu barbaaddate Addunyaan dura kan nu fo'ate Karaa Kiristoos jaalala isaani Adda baaneerra Waaqayyo Abbaani        Dhaalli du'aa gatiin Cubbuu nurra hin jiru        Amanneerra Argannerra kan nu furu        Isa qofa nu'iif daawwaani        Kan nu bite Jaalalaani Barri murame yeroo guutetti Hunda raawwate akka akeeketti Dhoksaa yaada isaa nu'iin beeksise Du'a du'aa irraa nu'iin Fayyise Jireenya boodaaf qabdii nuuf ta'e Afuurri Qulqulluun inni nuuf bu'e Afuura dhugaan mallatteeffamne Isa dhageenyes warri Amanne Furamuu cubbuu isaan arganne Dhiiga Iyyasuusin nuti dhiqamne Takkaaf kan dhumaa Qulqulloofneerra Ayyaana isaan nuti Fayyineerra ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
607
14
Natti Haa Hafu Natti haa hafu anaanoo yaa waaqa koo Anaanoo natti haa hafu yaa uumaa koo Si dhiisee hin jiraadhu an Kophaa koo(2) Hiyyummaa kee keessaa si baasna jedhanii Bu'aa addaa addaan yoo na sossobani Sirraa Addaan na baasa yoo ta'e dhumni isaa Naanoo natti haa hafu natti haa hafu hundisaa Waanan argee hin beekne yoo na badhaasani Hoo fudhu jedhanii yoo natti gorani Hiyyoomee jiraachuu naaf wayya oobdii kee Kennaa isaanii caalaa anaaf hiixannaan kee Ergan kan kee ta'ee maaltu natti bade Dhabuuf argachuu koon nan fudha gammadee Oduu biyya lafaa na hirraanfachiiste Gurri koo yeroo hundaa kan kee dhaggeeffate Gamtaa Faarfattootaan ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
690
15
Waktii Ganna Waqtii Magariisummaa, Taliilummaa fi Eebbaa❕ Akka lakkoofsa yeroo Mana Kiristaanaa keenya qulqulleettiitti, Waxabajjii 26 irraa kaasee hanga Fulbaana 25tti kan jiru yeroon kun Waktii Gannaa jedhamuun beekama. Jachi “Ganna” jedhu hiika isaa gama lallaba afaaniin yoo ilaallu yeroo bokkaan itti roobu, bakakkaan itti dhowu, galaanni fi bishaanotni itti guutani fi duumessi mirgisu jechuudha. Ganni bokkaa qofa kan itti roobu waqtii lafaa miti; hiika gadi fagoo kan hafuuraa fi hawaasummaa kan qabu, ibsa eebba guddati malee❕ Mee waa'ee gannaa qabxiiwwan gurguddoo sadii gadi fageenyaan haa ilaallu: 1. Fakkii Jireenya Lafaa fi Guddinaa Waqtii bonaa keessa lafti gogde, margi fi baalotni ishee harca’anii kan turan bokkaa gannaatiin dibatanii malkaan guutee ni talillu. Magariisummaa fi dhandhama jireenya haaraa argatu. Barnoota Hafuuraa: Nutis jireenyi keenya cubbuu fi dadhabina hafuuraatiin gogee yoo hafu, akka bokkaa gannaatti araara Waaqayyoo kan dhangala’uun fi qalbii diddiirrannaan (Nisbhaan) ni jiidhina. Lapheen keenyas irra deebie ni magarsa. 2. Waqtii Ciminaa fi Hojii Abbootiin keenya "Kan ganna hin facaasin bona hin dhaanatu" akka jedhan, ganni waqtii qophii fi cimmitee hojjachuti. Qotee bulaan bokkaa kanatti fayyadamee osoo hin dadhabin ni facasa. Gama Hawaasummaatiin: Waqtiin kun dargaggoonni fi ijoolleen barnoota irraa yoo deebi’an beekumsa isaanii kan itti bal'ifatan, waggaa dhufuuf of kan itti qopheessani fi tajaajila tola ooltummaatiin cimanii kan itti hojjatan yeroo hojiiti. 3. Barnoota Abbootii Qulqulluu Barsiisaan Mana Kiristaanaa jabaan Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee waa’ee uumamaa fi ogummaa Waaqayyoo yeroo barsiisu, "Waaqayyo lafa bokkaan akka jiissu, namas sagalee isaa fi eebba isaatiin ni obaasa" jedhee ibsa. Ganni ogummaa Waaqayyoo isa guddaa (addunyaa kana badhaadhina dhaan jiraachisuu isaa) kan itti arginu utubaa addaati. 📌 Ergaa Waqtiin gannaa kun kan bokkaa qofa osoo hin taane, kan eebbaa, jaalalaa fi gaarummaa nuuf haa ta’u. Lollaa fi bakakkaan darbee lafti keenya ulfinaan akka badhaadhadtu, nutis obsaa fi hojii gaariidhaan yoo jabaannee dhaabbannne gonfoo injifannoo ni badhaafamna. Waqtii gannaa gaarii fi eebbaa nuuf haa ta’u❕ 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Kitaabilee_Afuuraa Telegram @kitaabilee_Afuuraa @Faana_Abbootaa
625
16
‎We'emma'ako keme weereza hayal ‎Wiste adbaare Beetel ‎ ‎Haleluya ... Abeba nesh Dingil ‎Haleluya ... Giizeew yaalalefe ‎Haleluya ... Abibo tewligo ‎Haleluya ... Derqo yaalregefe ‎ ‎Azaany yelenym Dingil saalew be-hiywotee ‎Tuutwan saal-tegbiw diro tilaany enaatee ‎Anchiyn yesetegny Geeta yimesgenillyny ‎Kengidih wedih kaanchi maanim ayileyegny ‎ ‎Haleluya ... Eneem ende Efreem ‎Haleluya ... Endaameseginish ‎Haleluya ... Amesezginegny yemil ‎Haleluya ... Asemiyny keqaaliish ‎ ‎Azaany yelenym....... ‎ ‎Haleluya ... Maa'ibelu gefto ‎Haleluya ... Biitawwek hiywotee ‎Haleluya ... Hamere Noh Dingil ‎Haleluya ... Honshigny mesereteee ‎ ‎Azaany yelenym....... ‎ ‎Haleluya ... Sebaraawun libbeen ‎Haleluya ... Degefshiw indiiqom ‎Haleluya ... Wuletaash ayaalqim ‎Haleluya ... Bichooh lezelaalem ‎ ‎Azaany yelenym....... ‎ ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
791
17
እመኑ በእርሱ እመኑ በእርሱ ድንቅ ያደርጋል ጌታ በረዶ አዝንቦ ጠላት እየመታ ውቅያኖስ ጥልቁን ፈጥኖ እያተነነ ነገር ለወጠ ሁሉ በርሱ ሆነ አዝ እመኑ በእርሱ  ተራራው ነደደ እመኑ በእርሱ  ሸለቆው ታወከ እመኑ በእርሱ ዝግባው ተሰባብሮ እመኑ በእርሱ  አለቱ ደቀቀ እመኑ በእርሱ  የአሕዛብ ጣዖታት እመኑ በእርሱ  በፊቱ ረገፉ እመኑ በእርሱ  በስሙ የታመኑ እመኑ በእርሱ  ወጀቡን ቀዘፉ አዝ እመኑ በእርሱ  የማይነጋ ሌሊት እመኑ በእርሱ  ማያልፍ ቀን የለም እመኑ በእርሱ   ሁሉ ይቻለዋል እመኑ በእርሱ   ጌታ መድኃኔዓለም እመኑ በእርሱ    ፍቅር ነው ዘለዓለም እመኑ በእርሱ    ደግ አባት ለልጁ እመኑ በእርሱ    ሁሌ ተዘርግታ እመኑ በእርሱ    ትኖራለች እጁ አዝ እመኑ በእርሱ ሞገድ የማይሰብረው እመኑ በእርሱ ጽኑ መርክብ አለን እመኑ በእርሱ አንፈራም አንሰጋም እመኑ በእርሱ ከርሱ ጋር እያለን እመኑ በእርሱ ጠላት ተሸንፏል እመኑ በእርሱ ሰይጣን አፍሯል ዛሬ እመኑ በእርሱ ወህኒው ይነዋወጽ እመኑ በእርሱ በታላቅ ዝማሬ አዝ እመኑ በእርሱ ባዶ ነው አይሰራም እመኑ በእርሱ የጠላት ፉከራ እመኑ በእርሱ የማይተወን ጌታ እመኑ በእርሱ አለ ከኛ ጋራ እመኑ በእርሱ እጅግ አትረፍርፎ እመኑ በእርሱ ጸጋ ከበዛልን እመኑ በእርሱ በሞት ጀርባ ቆመን እመኑ በእርሱ ገና እዘምራለን ዘማሪት ምርትነሽ ጥላሁን ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
595
18
📖📖 Sinkisaara Ji'a Waxabajjii 24 Maqaa Abbaa, Kan Ilmaa, Kan Afuura Qulqulluu, Waaqa Tokkoo, Ameen. Guyyaa har'aa kana keessatti gooti guddichi fi fakkeenya yaada garaa deebii (fayyina qalbii) kan ta'e, kabajamaa Abbaa Musee Tsalim (Musee Gurraachi) wareegamummaadhaan boqote. 📌 Abbaan kun kanaan dura nama saamuu fi nama ajjeesuu irratti kan bobba'e firaashii (shiftaa) hamaan ture. Ta'us, yeroo hundaa gara samiitti ol laalee "Yaa Waaqa dhugaa, of nu beeksisi" jedhee kadhata ture. Boodas, Gadaamii (Monastery) Asqeedis seenee Abbaa Maqaarsi Guddicha harka cuuphamee monoksee ta'e. 📌 Erga monoksee ta'ee boodas, xiyya seexanaa kan ejjaa fi nyaataa kanaan duraatiin yoo qorameyyuun, halkan halkan monoksitootaaf bishaan fagoodhaa waraabee addabaabayii isaanii dura kaa'uudhaan, qabsoo hadhaawaadhaan seexana mo'ate. Waaqayyo immoo ayyaana guddaa isarra qubsiisee abbaa fi kakuu (lubaa) monoksitoota 500 ta'e. 📌 Namoonni Barbaar (Barbarians) gadaamicha balleessuuf yeroo dhufanitti, dubbii Waaqayyoo kan "Guraadaan kan ajjeese guraadaaniyyuun ajjeefama" jedhu yaadatee, "Guyyaa kana waggoota baay'eedhaaf eeggachaan ture" jechuudhaan osoo hin baqatin hafe. Namoonni Barbaar sunis seenanii Abbaa Musee fi monoksitoota torba (7) isaa wajjin turan guraadaadhaan ajjeesan; hundinuu koronaa (faaya) wareegamummaa fudhatan. 👉 Nama nama ajjeesaa fi saamaa ture jijjiirtee, barsiisaa monoksitootaa fi wareegamaa kan goote, humna guddaa yaada garaa deebii (fayyina qalbii) ilaalaa! "Waaqayyoof galanni haa ta'u, nuunis kadhannaa isaatiin nu haa mararfatu, eebbi isaas barabaraan nu wajjin haa jiraatu, Ameen." Maddi: 📖 #Macaafa_Sinkisaaraa "Fiqri yaageebranii kamma ingir zeenaahoomuu laqiddusaan" (Seenaa/Duudhaa qulqullootaa akkan dubbadhuuf jaalallan dirqama na jala ragaa) ✍️ Abbaa Giyoorgis Zagastiichaa (Macaafa Misteeraa 📔 ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
561
19
ሐዋርያው መነኩሴ ሐዋርያው መነኩሴ የመረጡህ ሥላሴ/2/ ዋስ ጠበቃ ሁናት ተክልዬ ለነፍሴ አዝ ዳሞት ትናገረው የአንተን ሐዋርያነት የወንጌል ገበሬ የጣዖታት ጠላት ጸሎተኛው ቅዱስ አባ ተክለሐይማኖት ክንፍን የተሸለምክ እንደ ሰማይ መልአክ/2/ አዝ ብራናው ሲገለጽ ገድለ ተክለሐይማኖት ከሰወ ልጅ ልቦና ያወጣል አጋንት የቅዳሴው ዕጣን ሲወጣ ከዋሻው ምድርን ይባርካል ጸሎቱ ምህላው/2/ አዝ የኢትዮጵያን ምድር አርስከው በመስቀል ጭንጫው ፈራረሰ ተዘራበት ወንጌል ትላንት የዘራኽው ዛሬም ለእኛ ሆኗል አምላከ ተክልዬ ብለን ዘምረናል /2/ አዝ ከሱራፌል ተርታ ቆመህ ስታጥን ሥሉስ ቅዱስ ብለህ ስታመሰግን ጸሎት ትሩፋትህ ትህትና ስግደትህ ፆምህ ከፍ አድርጎ ሰማይ አደረሰህ/2/ አዝ ዛፉ ሲመነገል አምላክ የተባለው መቶሎሚ ሲያፍር ትልቅ ሰው ነኝ ያለው የተክልዬ ጸሎት ብዙ ነው ምስጢሩ ስድስት ክንፍ አወጣ ቢቆረጥ አንድ እግሩ/2/ ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
504
20
የመዝሙሩ ባለቤት መርጌታ ዘሚካኤል ወእመአኮ ወእመ አኮ ከመወሬዛ ኃየል ውስጠ አድባረ ቤቴል ሀሌሉያ አበባ ነሽ ድንግል " ጊዜው ያላለፈ " አብቦ ጠውልጎ " ደርቆ ያልረገፈ አዛኝ የለኝም ድንግል ሳለው በህይወቴ ጡቷን ሳልጠግበው ድሮ ጥላኝ እናቴ አንቺን የሰጠኝ ጌታ ይመስገንልኝ ከእንግዲህ ወዲህ ካንቺ ማንም አይለየኝ አዝማች ሀሌሉያ እኔም እንደ ኤፍሬም " እንዳመሰግንሽ " አመስግነኝ የሚል " አሰሚኝ ከቃልሽ አዛኝ የለኝም ድንግል ሳለው በህይወቴ ጡቷን ሳልጠግበው ድሮ ጥላኝ እናቴ አንቺን የሰጠኝ ጌታ ይመስገንልኝ ከእንግዲህ ወዲህ ካንቺ ማንም አይለየኝ አዝማች ሀሌሉያ ማዕበሉ ገፍቶ " ቢታወክ ህይወቴ " ሐመረ ኖህ ድንግል " ሆንሽኝ መሠረቴ አዛኝ የለኝም ድንግል ሳለው በህይወቴ ጡቷን ሳልጠግበው ድሮ ጥላኝ እናቴ አንቺን የሰጠኝ ጌታ ይመስገንልኝ ከእንግዲህ ወዲህ ካንቺ ማንም አይለየኝ ሀሌሉያ ሠባራውን ልቤን " ደገፍሽው እንዲቆም " ውለታሽ አያልቅም " ብጮህ ለዘላለም አዛኝ የለኝም ድንግል ሳለው በህይወቴ ጡቷን ሳልጠግበው ድሮ ጥላኝ እናቴ አንቺን የሰጠኝ ጌታ ይመስገንልኝ ከእንግዲህ ወዲህ ካንቺ ማንም አይለየኝ @faaruutewaahido
536