Kottaa Kolfaa
کانال بسته
Come to laugh, have fun, play and you will get fun and entertaining stories in time with us! Contact: @todo_24 Buy ads: https://telega.io/c/+cWAc1ikitOY5Yjlk
نمایش بیشتر5 780
مشترکین
+424 ساعت
+487 روز
+15830 روز
آرشیو پست ها
5 789
🔔 Channelee Barnootaa fi Odeeffannoo haaraa ittiin argattan kanneen join taasisaa! 💖
Click to join
➿➿➿
👇👇👇
⇣
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
5 789
👋Hi!
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~
🔵 Join the Best Channels below 👇
Reading Materials & Psychological Channels 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
Educational Channels
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃ @Ayuu_tech 🌐
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Insight news 😀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃Spiritual Channels 👇
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Faarfannaa Durii 🎙
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃Spiritual PDF ©
Sport Channels
┃_
┃Dirree Sport 😱
┃_
┃Sport Center ✅
┃_
Channelee Bohaartii
┃_
┃Kottaakolfaa 😂
┃_
┃Asoosamaafiwalaloo 📜
┃_
┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️
News Channels
┃_
┃Daily News 📊
┃_
┃BBC Afaan Oromoo 🌍
┃_
┃
┃@hopepromotion 🎺
┃buy and sell channels 🛒
Contact: @Getu_Abera ☑️
5 789
Konkolaataa Bitachuu barbaadeen daldalaa tokko waliin wal arge, achiin booda amala konkolaataa sanaan gaafadhe ayi daalalaa maal naan jedhe seetan🙆
Yoo nadaajii (boba'aa) fixeyyuu hin dhaabbatu sheemiin isa qabeeti ofumaan deema malee naan jedhe 😁😜
Join godhaa guyyaa guyyaan bohaaraa⏸️
5 789
🎲 Shamarran ogummaa 5n kanneenitti fayyadaman jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'odha...➡️ See More👆👇👇
↪️ See More
See More
5 789
Bar ta'e tokko, Abbaan ilma ofiin "Ka'ii baradhu. Baradhuu of jijjiiri" jedha. Gurbaanis "barachuullee nan baradhaa. Garuu, maal nyaadheen baradha?" jedheen. Abbaanis deebisanii "Hanga har'aatti maal nyaattee doofaa taate?" Jedhaniin.
Hubadhu bishaaniyyu yoo bakka tokko ciisee yeroo dheeraaf ture ni xiraawa. Atis akka bishaanichaa tahuu dhiisuuf socho'i. Seenaa kee duriitti rarraatee iddoo tokko hin ciisiin. Xiyyiyyu yoo darbatame malee diina hin waraanu. Darbatamii dadarbatami‼
Qeerransi yoo fiigse malee quruphee hin qabatu. Qurupheenis yoo fiigde malee Qeerransa jalaa hin baatu. Jireenyi kamuu sochii irratti kan hundaa'edha. Addunyaan dukkana, dukkana kana ibsuuf socho'i of jijjiiri.
Adurreen akka hantuuta qabattuuf eenyullee ibsaa qabeefii hin dhaabbatu. Waan beeloftuuf ni sochooti. Dukkanni hagam yoo jiraateyyu beela'uun adurree gara hantuutaatti geessa. Adurreen hin sochootu taanaan kajeeltuu gola namaa taati. Akkuma adurreetti fedhiin beela'uu uumame gara galmaatti geesse atis socho'i. Yaada kee sochoosi. Jijjiiramuun kee hanga ati sochootuun murtaawa‼
5 789
Konkolaataa 🚙 bitachuu barbaadeen Dalaalaa tokko waliin wal argee yeroon Amala Konkolaatichaa isa gaafadhu....
Yoo Boba'aa(Nadajii) fixxeeyyuu hin dhaabattu sheemiin qabeeti deemti malee.😂
5 789
👉mudannoo koo ajaa'ibaa👇
Qarshii 100 ATM dhaan baafachuuf hiriiree baankii 🏡dabaree koo osoon eeggachaa jiruu, duuba koo irraa micayyoon bareedduun tokko hiriirtee jirti yeroon of duuba gara galee ishii ilaalu ija mararfannaatiin na ilaalte ani dabareen koo gahee qarshii 100 qofa baasuuf maal jedheen micayyoo bareedduu
kana fuulduratti qarshii dhibba qofa baasa jedheen qarshii 2000 baase Amma kunoo qarshii 1900 deebisuuf baankii keessa hiriira biraa hiriiree eeggachaa jira.
😂😂😂😂😂😂
Maaloo nattin kolfiinaa isheenoo hunda dogogorsiti.
5 789
🫶 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,... ➡️ See More
👉 See More
See More
5 789
Repost from Hope Promotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
5 789
Maaliif caalchisnee dirree fb filannoo keenya godhanne beektaa haadhooko🥺
1.Fknf fb irratti yoo waan nama gaddisiisu argite reaction ishee boossu kennitaafi😥
2.Yoo waan nama kolfisiisu argitemmoo ishee kolfitu😂
3.Yoo waan jaallattu argitemmoo love ykn care kennitaafi❤️🥰
kan Tik Tok garuu akkas miti 😁 yoo waan nama gaddisiisu argites love❤️ kennitaafi yoo waan si aarsu argites love kennitaafi yoo waan si kolfisiisu argites love kennita😑😁
kan naaf hin galle waan hundumaa humnaan jaaladhaa akka jechuuti moo maaloodhaa waansaa?😣😁
Kana yeroon barreessu aara bunaa urgeenfachaan isiniif barreesse😭💔keessaa dhugaa hin gal'aa
5 789
💝 Ergaalee baay'ee na gargaaran 10n waa'ee amala jaalallee gaarii dubbisi!➡️ As tuquudhaan argachuu dandeessa!
👇👇
👉 Click here 👈
👉 Click here 👈
👆👆
5 789
Warri umrii 18 gadii hin dubbisinaa!
COVID19...
Barumsi banameera!
#Barsiisaa ; "akkam bultan barattoota"
#Barattoota ; "akkam bultan barsiisa"
#Barsiisaa ; "taa'aa barattoota"
#Barattoota ; "galatoomaa barsiisa"
#Barsiisaa ; " yeroo darbee waa'ee qulqullina dhuunfaa ilaallee jirra. Har'a immoo faayidaa qaamota miiraa ilaalla"
#Barattoota ; "sirriidha barsiisa"
#Barsiisaa ; "mee faayidaa funyaanii, ijaa, gurraa fi gogaa harka keessanii tokko tokkoon nutti himaa"
#Barataa 1ffaa ; "funyaan haxxiffachuun koroonaa namarraa namatti dabarsuuf nu fayyada"
#Barataa 2ffaa ; "ijji keenya nama qufa'uu fi haxxiffatu laallee meetira 2 irraa fagaachuf nu gargaara"
#Barataa 3ffaa ; "gurrii maaskii afaanii fi funyaan irratti nuuf qabuuf nu fayyada"
#Barataa 4ffaa ; "harkii fi gogaan keenya immoo ija, funyaanii fi afaan keenya tuttuqnee koroonaan qabamuuf nu gargaara"
#Barsiisaa ; "baay'ee gaaridha kudhan keessaa kudhan argattanii jirtu"
#Barataa 5ffaa ; "gaaffin qaba. koroonaan hoo faayidaa maalii qaba?"
#Barsiisaa ; "koroonaan hojii isaa guutumaan guututtii hojjetee hin xumurre waan ta'eef, hanga hojii isaa xummurutti faayidaan isaa hin beekkamu!"
5 789
📊Hojiilee online hojjechuuf channel barbaachisoo isin gargaaran nu biraa argadhaa...➡️ As tuquudhaan argachuu dandeessa!
👇👇
👉 Click here 👈
👉 Click here 👈
👆👆
5 789
🌹 Dhiironni lafa nageenyi jiru qubatu, shamarran qabannaa tolan nageenya fidu, lameenuu waliin adeemuuf eeggannoolee 5 gochuun barbaachisaadha....➡️ As tuquudhaan argachuu dandeessa!
👇👇
👉 Click here 👈
👉 Click here 👈
👆👆
5 789
✉️ Jaalallee keetiif walaloo jaalalaa barreessuuf asitti bu'uudhaan argadhu!... 👉 As tuquudhaan argachuu dandeessa!
👇👇
👉 Click here 👈
👉 Click here 👈
👆👆
5 789
Repost from Hope Promotion
⏰ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
5 789
✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... 👉 As tuquudhaan argachuu dandeessa!
👇👇
👉 Click here 👈
👉 Click here 👈
👆👆
5 789
😁Yeroo rakkattu mana amantaa deemtee boossee waaqayyoon kadhatta. Yeroo kadhannaan kee siif dhaga'aamee gammaddu immoo mana shubbisaa deemtee ragadda.Qoy, Ati confidence kamiin jannata hawwita
⭐ Kottaa Kolfaa 😎
5 789
🆓 Amaloota dhiirotaa fi shamarranii kan gargar taasisan Sababiilee beekamoo ta'an 7.... ➡️As tuquun dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More 👈
🫱 ✨See More 👈
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
