Beki Bekam Academy | University
رفتن به کانال در Telegram
✅ Experience university jiru share kan irratti godhamu ✅ Carraawwan scholarship garaagaraa kan irratti gadhiifam ✅ Gorsa barattootaaf 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku).
نمایش بیشتر4 188
مشترکین
-324 ساعت
-137 روز
-5230 روز
آرشیو پست ها
dhiifama rakkoo interneetidha, walitti deebina interneetii sirreessee.
Repost from Beki Bekam Academy
reaction keessan hin jiru
qophooftanii?
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Beki Bekam Academy
Barattoonni sit apply gochaa jirtan step itti aanu interview dha kanaaf akka isin gargaaruuf immoo live session har'a galgala saatii 12 irraa kaasee akkamitti interview dhaaf qophaahuu akka qabdan akkasumas immoo gaaffiiwwan akkamii akka gaafatamuu dandeessan kan waliin ilaallu ta'a, kanaaf hundumti keessan waliif share gochuun irratti argama isiniin jechuun barbaada, galgala hamma wal arginuttimoo gaaffii qabdan qopheeffadhaa siniin jedha, sababni isaas stage inni kun stage callallii isa guddaa waan ta'eef sirritti qophii isin gaafata.
qophaahummaa keessan immoo reaction dhaan natti agarsiisaamee.
tiktok video: https://www.tiktok.com/t/ZP8vVLXaf/
We'll cover:
🎤 Interview questions
🧠 Answer strategy
❌ Common mistakes
🎯 Mock interview
❓ Live Q&A
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Beki Bekam Academy
Barattoonni sit apply gootan interview dhaaf qophiin maal fakkaata?
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Beki Bekam Academy
challenge kana hammam keessantu share godhemee? ammayyuu channaliin telegraamii irratti 1K seenuu qaba kanaaf immoo barattoonni as keessa jirtan obboloonni keessan akka fayyadamaniif share godhaa.
Repost from Beki Bekam Academy
Akkam jirtu barattoonni hundumti keessan? warri kutaa 12ffaa irraa haftaniittu jedheen yaada, ammamoo live session walitti fufaa qopheessuuf yaadeen jira kanaaf topic live session irratti mar'iannufii akka siniif qopheessu barbaaddan comment jala naaf kaa'aatii irratti qophaahuun walii wajjiniin live session walitti fufaa akka qabaannun barbaade.
Topic'n marii dhimma barattoota ilaallatu hamma ta'etti yaada keessan jala naaf kaa'uu dandeessu, kanaaf yeroo gaarii akka qabaannu shakkii hin qabu.
Barattoonni bara 2019 entrance fudhatanis carraa kanatti fayyadamuun comment irra yaada keessan naaf kaa'aa akkasumas @Barnaftariku irratti naaf barreessuu dandeessu.
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Beki Bekam Academy
Connection yoo sin dide ergaatii siniif laala rakkoo hin qabu hin yaadda'iinaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Beki Bekam Academy
Baga gammaddan Baga gammanne, Qabxiin Olaanaa bara kana galmaa'ee 591.6 Jalal Girmaatiin Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa misooma Oromiyaa Adaamaa irraatidha.
Maatiin Oda akkasumas uummanni hundumtuu Baga gammaddan jechuun barbaada, qaxaleewwan akkasiimoo jajjabeeffachuun gahee keenyadha, carraawwan gurguddaan siif hawwa jabaadhu qaxalee keenya, baay'ee nu boonsiteetta, Congra Again.
🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Beki Bekam Academy
Reaction keessan hir'ateera rakkoon jiramoo? Mee ammallee comment irratti waan jiru share godhaa akkasuma Reaction dhaan yoo waanti bade jiraatemoo comment godha.👍
https://t.me/BekiBekam_academy
Repost from Beki Bekam Academy
Akkas haa goonukaa, poll kanarraa akka agarsiisutti 50% barataa 12 fixe waan ta'eef, barattoonni hamma ammaatti wajjin turre chaannalii kana irraa fayyadamtaniifi fuulduratti in fayyada jettanii yaaddan, challenge nama shaniif (5) chaannalii kana erguu haa fudhannuutii barattoota 12 jiraniif akkasuma 9-11 jiraniif share gootaanii comment irratti immoo ✅Done jettanii naaf barreessitu. Hin milkeessinuu mee challenge kana maal jettu reaction dhaan natti agarsiisaamee.
System barnootaa biyya kanaa jijjiiruuf dhaloota bira gahuun dirqama kanaaf sinis dirqama lammummaa keessanii bahadhaan dhaamsa kootii, akkuma sin gargaaraa turre ammamoo yeroon kan keessanidha, mee jaalala akkadaamii kanaaf qabdan ilaaluun barbaada.
https://t.me/BekiBekam_academy
