Dr. NafYad Getu️
رفتن به کانال در Telegram
6 697
مشترکین
-1124 ساعت
-597 روز
-13130 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئیه '26
ژوئیه '26
+99
در 0 کانالها
ژوئن '26
+115
در 10 کانالها
Get PRO
مه '26
+1 166
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+1 863
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '26
+2 994
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+1 078
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+24
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+44
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+520
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 24 ژوئیه | +2 | |||
| 23 ژوئیه | +3 | |||
| 22 ژوئیه | +1 | |||
| 21 ژوئیه | +1 | |||
| 20 ژوئیه | +1 | |||
| 19 ژوئیه | 0 | |||
| 18 ژوئیه | +5 | |||
| 17 ژوئیه | +9 | |||
| 16 ژوئیه | +3 | |||
| 15 ژوئیه | +8 | |||
| 14 ژوئیه | +8 | |||
| 13 ژوئیه | +7 | |||
| 12 ژوئیه | +12 | |||
| 11 ژوئیه | +3 | |||
| 10 ژوئیه | +3 | |||
| 09 ژوئیه | +10 | |||
| 08 ژوئیه | +4 | |||
| 07 ژوئیه | +2 | |||
| 06 ژوئیه | +5 | |||
| 05 ژوئیه | +2 | |||
| 04 ژوئیه | 0 | |||
| 03 ژوئیه | +1 | |||
| 02 ژوئیه | +6 | |||
| 01 ژوئیه | +3 |
پستهای کانال
Fincaan Nama Ukkamsuu/bahuu didu - Acute Urinary Retention
Gafiin kessaan irra bayyeen kanaatti xiyyeeyfata.
*
**
Yeroo hedduu kan mul'atu jaarsolii umriin isaanii woggaa 60 ol ta'an irratti. Innis sababa guddachuu xannacha Pirosteeti jedhaan dhangala'aa qaama Ispermii (dhangala'aa dhiiraa) ta'u oomishuu fi yeroo wol qunnamti akka gadi lakkifamu godhudhudha.
-
Kanaan alas:
* Xannachi Piroosteetii sababa kaansarii isa irraa ka'uun yoo guddate
* Dhukkuba dhiiraa yeroo hedduu nama irra tureenifi sababa biraatiin dhiphachuu ujummoo fincanii gara gadii (Urethra) jedhamuu
* Ujummoo fincaanii keessa cirrachi jiraachuun
* Darbee darbee Infeekshiiniin ujummoo fincaanii
* Qorichoonni tokko tokko (kan yaala sammuutiif fa'a fayyadamnu)
* Garaa gogsuu yeroo dheeraaf ture jirachuun
* Dhukkubni sirna narvii tokko tokko
* Kaanseerii afuuffee fincaanii ykn cirrachi afuffee fincanii keessa jirachuun fi infeekshiiniin ykn iitaan qaamota naannoo sanaa jiraachuun
* Shamarran irratti ammoo iitaa garagaraa kan gadaamessa irratti mul'atu fi da'umsa booda qamni saalaa gara gadii iita'uun sababoota fincaan nama ukkamsuuf keessa isaan ijoo ta'aniidha.
-
Maal haa goonu:
~ Nama sana dafnee mana yaalaa fiduu. Ujummoo (tubboo) fincaan baasuun ykn afuffee fincaaniitti gara gubbaan ujummoo galchuun akka yeroo sanaaf bahu mana yaalatti ogeessota fayyaatiin godhamuu ni danda'a.
~ Yaalli dabalataa sababa/dhukkuba fincaan akka nu ukkamsu godhe irratti hunda'uun kan kennamu ta'a.
---
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌
| 2 | بدون متن... | 54 |
| 3 | Yaadota dogoggoraa waayee walqunnamtii saalaa muraasa(sex myths)😪👍
༆߷߷☆☆☆☆☆
Waayee walqunnamtij saalaa namoonni waanuma itti fakkaate yoo odeessan dhageenya. Akkasumas durirraa kaasee dhalootaa dhalootatti darbaa yaadotni dhufan jiru. Wanti nama ajaayibu, namni baradhe ofiin jedhullee yaadotuma sana qabatee jiraachuu isaati. Mee muraasa isaanii haala armaan gadiin haa ilaallu.
★ Spermiin dhiirri yeroo tokko dhangalaasu hanga nyaata guyyaa afur nyaannu ta''a kan jedhu. Kuni dogoggora guddaadha. Tarii yoo kaalorii ykn humna nu baasisa jennellee, yoo walqunnamtii saalaa humnaan raawwanna ta'ee, inniyyuu sochii guyyaa guyyaan goonu, kan akka kubbaa miilaa taphachuu, fiigicha salphaa fi gymnastic dhaan yeroo madaalamu baayyee xiqqoodha. Spermiin qabiyyee adda addaa qabaatus inni dhangala'uun hir'ina tokkoyyuu akka hin qabne beekun barbaachisaadha.
★ Shamarri takka erga durbummaan ishee badee qaamni ishee jijjiirama kan jedhu. Kunillee dogoggora guddaadha. Durbummaa fi dhaabbiin qaama hariiroo tokkoyyuu hin qabu. Fknf hudduun ni guddata, harmi ni jiga, qaamni ishee ni lallaafa warri jedhan jiru. Jijjiiramoonni kunneen umurii, haala jireenyaa, soorataa fi sanyii irratti hundaa'ee dhufa malee durbummaan baduun rakkoo homaan qabu😅
★ Spermiin dubartiidhaaf akka soorataatti gargaara jedhama. Spermiin erga dhangala'ee booda keessa duuba buqushaatti kuufama, achiis hammi muraasni gara gadaamessaa seena. Yeroo muraasaan booda suuta suuta dhangala'oo adda addaa waliin deebi'ee baha. Wanti qaamasheetti xuuxamu hin jiru.
★ Dubartiin dhiirri yoo ishee keessatti dhangalaase malee fedhii hin baatu kan jedhu. Dhangalaasee dhiisee, yeroo itti fedhii bahuurra(orgasm) geessu qabdi. Osoo qaaman wal hin tuqiniyyuu, yeroo kissing kan dhangalaafattu jirti. Erga inni itti dhangalaasees osoo waxalaamaa jirtuu yeroo inni irraa dhaabus jira. Kanaafuu wal hin qabatu jechumaafi👍
❌Kanneen biroos hedduutu jira. Isinis waan akkamii dhageessan koomentii jalatti barreessaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 48 |
| 4 | بدون متن... | 37 |
| 5 | Dhukkubbii qaama saalaa dubartootaa yeroo wal-qunnamtii saalaa mudatu hir’isuuf ykn hambisuuf, tarkaanfiiwwan garaagaraatu jira. Inni jalqabaa, dhiphina sammuu hir’isuun baay’ee barbaachisaa dha, sababni isaas dhiphinni qaamni akka dadhabu fi dhukkubbiin dabalu taasisa. Turtii saal-qunnamtii dura, fakkeenyaaf dhungoo fi sukkuummaa dabalachuun qaama hoo'isuu. Akkasumas, wal-qunnamtii saalaa dura fincaan fincaa'uu. Rakkoo hariiroo maatii keessatti mul’atu, kan akka wal-dhabdee fi wal-shakkii, mariin furmaata barbaaduun barbaachisaadha. Kallattii ykn position saal-qunnamtii keessatti dhukkubbii hin uumne filachuunis dhukkubbii hir’isa. Akkasuma, qoricha bifa dhangala’aa qabuun naannoo qaama saalaa jiisuun dhukkubbii hir’isuuf ni gargaara, garuu hancufaan jiisuun gonkumaa hin gorfaamu.
Haa ta’u malee, mallattoowwan akka dhukkubbii handhuraa gara gadii, dhangala’aa addaa foolii qabu qaama saalaa keessaa bahuu, fincaan yeroo yerootti jarjarsuu fi gubaatii qaama saalaa yeroo fincooytan yoo mul’atan, gara mana yaalaa deemuun qorannoon gahaan taasifamuu qaba.
*****
Ulfaadhaa! Fayyaa ta'aa! Fayyaa dahaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 49 |
| 6 | بدون متن... | 50 |
| 7 | Cidhaan korbeessaafii hoolaa nyaachuun faayidaalee hedduu qabaatus irra caalaatti oomishni hormoonii dhiiraa testestroonii jedhamu, kan qulqullina oomisha sanyii kormaa (ispeermii) dabaluufi rakkoon ka'uu diduu qaama saalaa dhiiraa akka hin mudannee gargaaru akka sirriitti oomishamuuf gargaara. Akkasumas rakkoo qulqullina sanyii kormaa waan ittisuuf, namoonni rakkoo qulqullina sanyii kormaa irraa dhufuun dhala dhaban yoo sooratan fayyuu danda'u. Kanaaf, dubartoonni nyaachuu...
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 56 |
| 8 | "Dubartiin maalif daftee boochi?"
***
Akkuma hanqaaqqun isaanii yeroo sanyii dhiiraa eeydee dhabde, bifa boo'iichaatin laguu taatee baatutti, dubartoonni bakka baallamaatti dhiira eeganii yoo dhaban dafanii imimmaan dhangalaasu. Dubartoonni dhiira caalaa dafanii kan boo’aniif sababoota saayinsaawaa fi hawaasummaa wal-xaxaa ta’an qabu. Gama baayoofiziyoolojiitiin, dubartoonni hormoonii prolactin jedhamu fi imimmaan uumuu keessatti qooda qabu baay’inaan kan qaban yoo ta’u, dhiironni immoo hormoonii testosterone isa imimmaan deebisee ukkaamsuu danda’u qabu. Kana malees, ujummoon imimmaanii (tear ducts) dubartootaa dhiphoo waan ta’aniif, imimmaan dhangala’uuf yeroo dheeraa hin fudhatu. Gama biraatiin, dhibbaan aadaa fi hawaasummaa dhiirti akka jabaa ta’uufi miira isaa akka too'atu waan barsiisuuf, dhiironni boo’icha akka filannootti hin fudhatan. Dubartoonni garuu miira dhiphinaa fi gadda keessoo isaanii boo’ichaan imimmaan dhangalaasanii of irraa salphisuun waan isaan biratti barameef, dhiira caalaa dafanii miira isaanii boo'ichaan ibsu.
****
Ulfaadhaa! Fayyaa dayaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@naf37fspainbv💌 | 84 |
| 9 | بدون متن... | 71 |
| 10 | Yeroo ulfaa walqunnamtiin saalaa 'Position' ykn kallattii kamii dalagamuu qaba?
**
Walqunnamtiin saalaa wayita ulfaa hanga haadha ulfaa gammachiisetti, fedhii ishee ta'ee fi rakkooleen armaan gaditti eeraman hin jirretti fayya-qabeessaafi kan hin daangeffamneedha. Rakkooleen kunniinis:-
1. Kana dura seenaa irra deddeebi'ee ulfi bahuu qabaachuu (recurrent abortion)
2.Yommuu dhangalaa'an (bishaan gubbee) torbee 37 dura ciniinsuu dursee dhangala'e ta'e ykn seenaa akkasii qabdi yoo ta'e (PPROM).
3. Dhukkubbii garaa muraa ta'ee fi ciniinsuu fakkaatu kan sabaabni isaa hin beekkamne yoo qabaatteefi ciniinsuu yeroon isaa hin geenyeef sababoota ishee saaxilan yoo qabaatte (high risk of preterm labour).
4. Dhiigni hammi kamuufi yeroo kamuu (yeroo ulfaa jechuu) gara qaama saalaan kan dhangala'u yoo ta'e.
5. Hunda caalaa bareeffamni kun gorsa ogeessa fayyaa kamiinuu wal hin gitu waan ta'eef hordoffii ulfaa (ANC follow up) yommuu gootan Ogeessi keessan meeshalee akka altirasaawundii fayyadamuudhaan wanti isaan isin gorsan (fknf obbaatiin iddoo sirrii hin taane jiraachuu ykn iddoodhaa socho'uu) waan jiruuf ogeessa fayyaa mariisiisuu hin dagatina.
'Position' ykn Kallattii kamiin?
Kan jedhuuf, kallattiin kamuu hanga haadha ulfaaf mijatuutti rakkoo hin qabu. Garuu haati ulfaa ji'a 4-6 booda sababa gadameessi guddachaa deemu ujummoo dhiigaa garaa keessaa cufuu waan danda'uuf dugdaan ciisuun dhoorkaadha. Kanaaf yeroo sanitti duubaan 'doggy style' fayyadamuutu gorfama.
Fayyaan saalfii hin qabu, fayyaafii nagaya hin dhabinaa! Ulfaadhaa! Fayyaa dayaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@naf37fspainbv💌 | 122 |
| 11 | بدون متن... | 112 |
| 12 | Rakkoolee fincaan qabatanii yeroo dheeraa turuudhaan namatti dhufuu danda'an...
*****
1. Dhukkubbii fi miirri hin taane namatti dhagahamuu. Kun immoo, dalagaa keenya qulqullinnaan akka hin dalagne taasisuu danda'a.
2, Infeekshinii ujummoo fincaanii namatti fiduu danda'a.
3, Fincaan qabachuu dadhabuu.
4, Fincaan fincaa'uu dadhabuu.
5, Infeekshinii kalee, cirracha kalee fi ujummoolee fincaanii namatti fiduu danda'a.
Kanaaf, akkuma fincaan nu qabeen yaa fincoofnu.
Galatooma!!!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@naf37fspainbv💌 | 121 |
| 13 | Namoonni walquunnamtii saalaa torbaanitti yeroo 1 raawwatan gammachuu guddaa kan argatan yoo ta'an, warri guyyaa tokkotti yeroo 7 raawwatan ammoo faallaa kanaatiin gadda, dhiphina, rakkoo sammuufii rakkoowwan fayyaa hedduuf saaxilamoodha.
Galatoomaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 128 |
| 14 | Qorannoowwan hedduun akka mirkaneessanitti dubartiin takka dhiira tokko biratti of gattee hirriiba gaarii yoo rafte nama san baay'ee jaalatti, kabajji, amanti jechuudha. Akkasumas, miirri bilisummaafi eeggumsi gaariin itti dhagahamee jira jechuudha jedha. Dhiirti akkasitti dubartii biratti of gatee rafuun ammoo balaaf isa saaxiluu danda'a jedha. Balaa akkamiitif isinitti fakkaata?
👉 https://t.me/naf37fspainbv | 137 |
| 15 | "Akkamitti haala salphaadhaan dubrummaa fudhachuu dandeenya?"
************
Dubrummaa fudhachuun akka taa'anii haasayan kanatti salphaa ta'uu dhiisuu danda'a. Kanaafuu, gabaabsinee akkaataa ittiin dubra irraa osoo isheen hin dhiphatin guyyuma tokkotti durbummaa fudhachuun danda'amu haa laalluu.
1) Ofeeggannoodhaan qaama ho'isuu. Beeki, dubri dubrummaa qabdu akka salphaatti fedhii keessa galuu dhiisuu dandeessi. Hedduu of dhaggeeffatti. Yeroo ati, takka harma, takka hudduu, ykn iddoo garaa garaa shukkuumtu, xiyyeeffannoodhaan si laaluu malee of hin gattu. Kanaafuu, akka hanqaaquu, yoo xiqquma waa taate cabduutti suuta taphachiisaa garasitti deemuu qabda. Abdii itti horuu, ishii caala akka isheef yaaddu, ibsuufii barbaachisa.
2) Yeroo walqunnamtii saalaa eegaluuf jettu adeemsaan deemuu. Homaa akka ishii hin miine, akka jaarsa ishii taate itti himi. Tarii qaama saalaa dhiiraa ka'ee dhaabbatuu itti dhiyaattee argitee hin beeytu waan ta'eef humaa akka hin taane hubachiisi.
3) Luka sirritti akka adda bantu godhuu. Miila ishii haala gaaridhaan banuun, dhukkubbii ni hir'isa. Qaamni saalaas akka dafee seenu tasisa. Kanaafuu ishiin fedhiidhaan miila akka bantu amansiisi.
Kanaaf qorichoota garagaraa fayyadamurra mala kanaan yaalun gaaridha!
Ulfaadhaa! Fayyaa dayaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@naf37fspainbv💌 | 178 |
| 16 | بدون متن... | 153 |
| 17 | "Saalqunnamtii heddummeessun dhiira hudduu irraa fixxii?"
**
Yaanni wal-qunnamtii saalaa dhiira hudduu irraa fixxi, dubartii ammoo hudduu baasisiifti jedhu dhugaa miti gosa jette jettee hawaasummaa durii fi hubannoo dogoggoraa irraa dhufe. Qorannoon fayyaa ammayyaa akka agarsiisutti, wal-qunnamtiin saalaa dhiiraaf hudduu irraa fixuu ykn dhukkubbii dugdaa/mudhii kutuu akka hin dandandeenye mirkaneessa. Garuu haalli inni ittiin wal-qunnamtii saalaa rawwatu yoo rakkoo qabaate, fakkeenyaaf: yeroo walquunnamtii saalaa micciirimee yoo ciise, guyyaa hojii humnaa jabaa hojjate, yookaan rakkoo lafee dugdaa duraan yoo qabaate mudhiin dhukkubuu dandeessi. Wal-qunnamtiin saalaa fayyaa qaamaa eeguu keessatti faayidaa qabdi, fkn dhiibbaa dhiigaa fooyyessuuf, lafee jabeessuf, fi sammuu tasgabbeessuuf ni gargaarti. Asirratti wanti hubatamuu qabu nyaata gahaafii haala jireenyaa siirrii hin taane keessatti torbaanitti yeroo torbaa ol yoo rawwattan rakkoo jedhame kanaaf isin saaxiluu danda'a. Namoonni haala jireenyaa tasgabbii hin qabne keessa jiran, nyaata gahaa hin argenne, hojii humnaa ulfaataa hojjatan torbaanitti yeroo takkaa ol raawwatuun hin garfamu.
Dubartootaa ammoo hoo?
****
Ulfaadhaa! Fayyaa ta'aa! Fayyaa dahaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@naf37fspainbv💌 | 215 |
| 18 | بدون متن... | 186 |
| 19 | Of Jalatti Fincaa'uu❗️( Bedwetting)
Rakkoon kun sababa ujummoon fincaani yeroo hirriba keessa jiran fincaan to'achuu dadhabuutiin dhufa. Daa'imman keessatti bal'inaan kan argamu ta'us darbe darbee dargaggoota fi nama guddaa keessattis ni mul'ata.
Rakkoo kana akkamitti hir'suu dandeenya?
√ akkuma gara hirribaa deemuf jedhanitti bishaani fi dhangalaa biroos dhuguu dhiisu ykn xiqqeessu.
√ Alkoolii, Buna fi shaayii hirriba dura fudhachuu dhiisu.
√ Rafuun dura Fincaa'uu.
√ Wantoota yeroo hirribaatti naman dhiphisan furuu.
√ Ofitti amanamummaa cimsuu.
HUBANNOO:
Of Jalatti Fincaa'uun sababa dhukkuba biratif akkasumas rakkoo xiinsammuutin wal qabatee nama mudachuu waan danda'uf baay'ee kan nama rakkisu taanaan mana yaalaa deemanii yaala barbaachisu fudhachuun gamnummaadha!
Fayyaa hin dhabinaa!!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@naf37fspainbv💌 | 218 |
| 20 | Rakkoowwwan sal-qunnamtii dubartootaa (female sexual dysfunction)
************
Dubartoota keessatti rakkoowwan wal-qunnamtii saalan wal-qabatan kanneen akka:
*Fedha wal-qunnamtii saalaa dhabuu (low sexual desire) ,
*Kaka’uumsa qunnamtii saalaa dhabuu: kunis osoma fedhii qunnamtii saalaa qabanuu qaamni isaanii garuu qunnamtii saalaaf siyaa’uu yookin qophii tahuu dadhabuudha.
*Fedhii qunnamtii saalaa dhumaa (orgasm) irra gahuu dadhabuu dha.
*Dhukkubbii yeroo wal-qunnamtii saalaa (Sexual pain disorder)
MAALTU RAKKOO AKKASIIF DUBARTOOTA SAAXILAA?
**********
*Dhukkuboota akka kufaatii kalee , kansarii garaagaraa , onnee , dhukkuba sukkaaraa, dhiibbaa dhiigaa
*rakkoowwan xiinsammuu garaagaraa
*wal madaaluu dhabuu hormoonota qaama keessaa
*Rakkina haariiroo abbaa manaa isaanii waliin qaban, kanneen akkka waa’ee wal-qunnamatii saalaa ifatti haasa’uu dhiisuu , feedhiwwaan hin guutamin kan biraa fi wal dhibdee hin furamin kan biroo yoo jiraate.
*Miidhama dugdaa gara gadii yookin sammuu
*Infeekshinii naannoo qaama saalaa fi gadameessaa
*Qorichoota mana yaalaa kennaman tokko tokko
*Miidhama qunnamtii saalaa kana duraa kanneenn akka gudeeddii fi kkf
YAALA
Sababa isaa irratti hundaa’un yaalamaa
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@naf37fspainbv💌 | 215 |
