🏆Milto Network🏆
رفتن به کانال در Telegram
Miiltoon Miiltoo Milkaa'inaati!! 👉'Life Skill Development' For more info. +251910823911
نمایش بیشتر7 036
مشترکین
-724 ساعت
-467 روز
-21730 روز
آرشیو پست ها
7 035
📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details
7 035
'Taa'anii hubannoo fudhachuun salphaadha, Wanti ulfaataa ta'e ka'anii tarkaanfii fudhachuudha.'
👉👉👉wake up👈👈👈
7 035
➾Don’t let failure stop you.
➾Don’t let success slow you.
➾Keep working.
➾Keep learning.
➾ Keep improving.
7 035
Sagantaan Hawwii guddaan eegdan torban isaa eeggatee kunoo dhufee jira.
Leenjistoota jajjaboofi muuxannoo isaanii nuuf qoodan qabannee dhufneera.
Qophii ta'aa nu eegaa!
7 035
Nuyi hoo meeqa gaafanna?
Guyyaa tokko #Albert_Einstein osoo kutaa isaa keessa taa’ee kitaaba dubbisaa jiruu, namichi tokko waa’ee nama isaan waliin walbeekuu tokko itti himuuf bira deeme. Yeroo namtichi achi ga’us Albert kitaaba dubbisaa ture. Namichis waan itti himuuf dhaqe sana osoo hin himin deebi’uu waan hin barbaanneef, gidduutti Albert waamee akkana jedhe:
Namicha: “Waa’ee hiriyyaa kee kana dhageessee jirtaa, Albert?”
Albert: Akkuma nama hin dhageenyee callisee dubbisa isaa itti fufe.
Namicha: Ammas irra deebi’ee, “Inni akkamitti waan akkanaa godha?” jedhe.
Albert: Ammas calluma jedhee dubbisa itti fufe.
Namichis dhiisuu waan hin barbaanneef, baay’ee aaree, “Inni hiriyyaa keetii mitii? Akkamitti hin gorsitu?” jedhee gaafate.
Albertis namtichi osoo oduu sana itti hin himin akka hin deemne hubachuun, dubbisa isaa addaan kutee gara namichaatti fuula deebise. “Tole,” jedhen. "Waan inni godhe hundaa natti himta. Garuu dura gaaffilee kana sadi keessaa yoo xiqqaate lama naaf deebisuu qabda!” jedheen.
Namichis waan himuuf dhaqe sana hanga himutti waan muddameef, “Tole, rakkoon hin jiru. Na gaafadhu,” jedhen.
Albertis gaaffilee isaa akkanaan eegale:
Gaaffii 1ffaa:
“Waan natti himuuf deemtu kana dhugaa ta’uu isaa hangam itti amanta?”
Namicha: “Ayii, namarraa dhaga’e malee dhugummaa isaa hin beeku ani.”
Albert: “Tole, dhugummaa isaa hin beektu jechuudha. Haa ta’u.”
Gaaffii 2ffaa:
“Wanti natti himuuf deemtu kun gaarummaa of keessaa qaba?”
Namicha: “Lakki, waan gaarii miti; waan badaa dalage waan ta’eef sitti himuu barbaade.”
Albert: “Tole, gaarummaa of keessaa hin qabu. Hayyee.”
Gaaffii 3ffaa:
“Waan ati natti himuuf deemtu kun anaan na fayyadaa?”
Namicha: “Ayii… waan si fayyaduu hin qabu, garuu akkuma ati dhageessuuf malee."
Albert: 🙄
“Waan dhugummaa isaa hin beekne,
waan gaarummaa of keessaa hin qabne,
waan anaan na hin fayyadne,
dhaga’uuf fedhiis yeroos hin qabu. Kanaaf, narraa deemi,” jedhee isa gaggeesse.kanaafuu mul'ata keenya galmaan gahuuf namoota yeroo keenya nyaatanirraa fagaachuu akka qabnu barruun kun nu barsiisa.
Lafa Nagaa Oolaa
Amma Maal godhu? Yoo jette keessaan na dubbisi
7 035
Har'a sa'aa 3tti waan ajaa'ibaatu jira. Namni fedha qabu irraa fayyadamuu danda'a!
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
