cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Islammumman Jiru Tiyyaa

نمایش بیشتر
فنلندة3 574زبان مشخص نشده استدین و مذهبی129 616
پست‌های تبلیغاتی
210
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-17 روز
-1130 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

GORSA    IMAAM  IBNUL.QAYYIM  AL.JOOWZII..IRRAA============================== 🖊.....Waa afur   qaama   nama   laaffiftee   akka dafanii   dullooman   nama  gooti... 1.haasawa  hedduu 2.hirriba   hedduu 3.nyaata   hedduu 4.quunnamtii  saalaa  daangaa  tare. 🖊...waa afuur   qaama  nama diydee  akka  dhukkubaaf  saaxilaman nama  gooti 1.yaaddawuu 2.gadduu 3.beela 4.gurzaa  (qaaxiraa)  heddummeessu 🖊....Waa afur   qaama  goggossite   bareeduma  namarraa fuuti 1.kijiba 2.falmii  hin taane falmuu 3.gaafii  hin taane  gaafatuu  beekumsaan maletti 4.haqa dabuu  heddummeessuu 🖊....Waa afur  qaama  keessatti  bareedumaafii  nuura  idaati 1.sodaa rabbii 2.beellama guutuu 3.arjummaa 4.kabaja 🖊....waa afur sababa  rizqii namaa fiduu   taati 1.halkan yeroo  namni  rafe san salaatuu 2.yeroo  bariisaa  araarama  rabbii kadha chuu 3.yeroo  hunda sada qaa kennachuu 4.ganamaa fii galgala 🖊..Waa afur sababa  rizqii  namarraa  dhorguu taha 1.ganama rafuu 2. Salaata  laaffisuu 3.ceem.uu  hifachuu 4.nama ganuu https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId726374964 Rabbii  nuhaa baraaru   Aaaaamiiiin   jzk  mullaah ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA! ┗━━━━━━━━━━━━━┛ J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪ ❂✪ @ija_milkii ❂✪ @ija_milkii ❂✪ @ija_milkii
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Ibnu Mas’uud Irra Odeffamee (R.A) Ergaman Rabbii (S.A.W) Akkana Jedhan ‘’ Gosti Lamaa Ibiddarrahi Hin Agarree Gana Dhuftii Jedhan Ergaman Rabbii (S.A.W) 1.Ummata Wahii Jira Wajjiin Kan Taatee Ulee Eegee Horii Fakkattuu Ka Ilma Nama Ittiin Tuman  2. Dubartii  Waan Isii Hin Sattarree Uffatuudhaana.Isin Sun ‘’Kaasiyaatuun Aariyaatuun’’ Dabduu Ykn Dabsitu Kan Taatee Kan Mataan Isaanii Akkaa Dalluu Gaalaattii Ol Kaastuu  Fi Jallistuudhaa Warrii Kunniin Jannata Seenuu Mitii Hafuura Jannata Hin Arganii….
نمایش همه...
Kottaa Halaalin waliin Bashanannaa isin jaan irraa hinfinaa
نمایش همه...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
BASHANNANA HALAAL #AS WR WB cufti ummanni muslima #Jala_bulti_iidul _adahaatin baga rabin isiin gahee jechaa saganta bashaanna halaal tan dargaggoota mag/ Baddeessa fi Nb islamic walin tahuun bifa addaatin tan qophooyte #guyyaa iida 3ffaa ykn salaasa sa'aa 7:30 Irraa eegalee galmaa guddaa Magaalaa Baddeessa keessatti wan qophooytuf koottaa halaalin bashannana isiniin jenaa
نمایش همه...
🌿 Eid Mubark Baga idul adhaan isin gahe. Kan baranaa kan bara hedduu nu haa godhu.
نمایش همه...
Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa jalqabaa **** عن ابن عباس رضي الله عنهما أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «ما من أيام العمل الصالح فيها أحب إلى الله من هذه الأيام – يعني أيام العشر - قالوا : يا رسول الله ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال ولا الجهاد في سبيل الله إلا رجل خرج بنفسه وماله ثم لم يرجع من ذلك بشيء». رواه البخاري Ibn Abbaas irraa akka odeeffametti Nabiyyiin (SAW) akkana jedhan: "Guyyootiin kamuu kan guyyoota kurnan (Zulhijjaa) kana caalaa hojiin isaan keessa jaalatamu hin jiru." Ogga kana sahaabonni "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee moo?" jedhan. Nabiyyiinis (SAW) "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee isaan hin caalu, nama lubbuufi qabeenya isaatiin bahee ergasii homaa fudhatee hin deebine qofti osoo hafuu." Bukhaariitu gabaase. Hojiileen khayrii kamuu yeroo kana keessa baay'ee jaalatamaadha. Kanaafuu: 1. Hajjii gochuu, 2. Salaata waajibaa sirriitti eeggachuu, dhiironni msajidatti deddeebi'uu, 3. Zikrii akka takbiiraa, subhaanallaahfi laa ilaaha illallaah baay'isuu, 4. Sooma sunnaa soomuu, 5. Uduhiyyaa qaluu, 6. Qur'aana baay'isuufi kkf heddummeessuudhaan yeroo kana haa booji'annu. https://t.me/voice_of_humanity1
نمایش همه...

Hoggaa Biiftuun guyyaa Khamisaa gad seente, Hoggaa Halkan Jimaataa Jalqabamte, Habiibii (Jaalallee) keetirratti Salawaata Buusi. الهم الصل وسلم على سيدنا محمد ❣ @lencho0906
نمایش همه...
Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa jalqabaa **** عن ابن عباس رضي الله عنهما أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «ما من أيام العمل الصالح فيها أحب إلى الله من هذه الأيام – يعني أيام العشر - قالوا : يا رسول الله ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال ولا الجهاد في سبيل الله إلا رجل خرج بنفسه وماله ثم لم يرجع من ذلك بشيء». رواه البخاري Ibn Abbaas irraa akka odeeffametti Nabiyyiin (SAW) akkana jedhan: "Guyyootiin kamuu kan guyyoota kurnan (Zulhijjaa) kana caalaa hojiin isaan keessa jaalatamu hin jiru." Ogga kana sahaabonni "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee moo?" jedhan. Nabiyyiinis (SAW) "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee isaan hin caalu, nama lubbuufi qabeenya isaatiin bahee ergasii homaa fudhatee hin deebine qofti osoo hafuu." Bukhaariitu gabaase. Hojiileen khayrii kamuu yeroo kana keessa baay'ee jaalatamaadha. Kanaafuu: 1. Hajjii gochuu, 2. Salaata waajibaa sirriitti eeggachuu, dhiironni msajidatti deddeebi'uu, 3. Zikrii akka takbiiraa, subhaanallaahfi laa ilaaha illallaah baay'isuu, 4. Sooma sunnaa soomuu, 5. Uduhiyyaa qaluu, 6. Qur'aana baay'isuufi kkf heddummeessuudhaan yeroo kana haa booji'annu. @lencho0906
نمایش همه...
“﴿وَما أَرسَلنا مِن قَبلِكَ مِن رَسولٍ إِلّا نوحي إِلَيهِ أَنَّهُ لا إِلهَ إِلّا أَنا فَاعبُدونِ﴾ “(Yaa Ergamaa kiyya Muhamma)ﷺ(siin duratti ergamaa tokkollee hin ergine yoo gama isaa haqaan gabbaramaan Ana Allaah tokkicha malee hin jiruu Ana qofa gabbaraa jechuun gama isaa beeysisa goonu malee” Al-Anbiyaa: 25 ﴿وَمَن يَبتَغِ غَيرَ الإِسلامِ دينًا فَلَن يُقبَلَ مِنهُ﴾ “Nama Islaamummaa malee amantii biraa amantii godhachuuf barbaade Rabbiin isarraa hin qeebalu” Aal-Imraan: 75 Ammas Rabbiin ol taha akki je’e: ﴿إِنَّ الدّينَ عِندَ اللَّهِ الإِسلامُ﴾ “Amantiin Allaah biratti qeebalamtu Islaaminna qofa.” Aal-Imraan:19 (164) رُّسُلًا مُّبَشِّرِينَ وَمُنذِرِينَ لِئَلَّا يَكُونَ لِلنَّاسِ عَلَى اللَّهِ حُجَّةٌ بَعْدَ الرُّسُلِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَزِيزًا حَكِيمًا (165) Ergamtoota gammachiisoo fii dinninnoo haala tahaniin ergine akka ilmaan namaatiif nurratti ragaan falmii isaaniif hin argamneef eega Ergamtoota ergine. Allaah injifataadha, ogeeysa waan hunda bakka isiin maltu kaayu” An-Nisaa: 163-165 Kanaaf ilma namaatif uzrin tokkollen hin jiru #﴿إِنَّ الدّينَ عِندَ اللَّهِ الإِسلامُ﴾ #وَمَن #يَبتَغِ #غَيرَ #الإِسلامِ Join &share 💙💚💛💙💜💚💛💛
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.