cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Ammaar WALALOO✍️

Ammaar_Mohammed ✍️ https://www.youtube.com/@Ammaartube22

نمایش بیشتر
أثيوبيا3 912زبان مشخص نشده استدین و مذهبی19 397
پست‌های تبلیغاتی
4 813
مشترکین
+3024 ساعت
+8297 روز
+2 72030 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Namnii yeroo jalqabaaf Safaa fii marwaa gidduu fiigee eenyuu___?
نمایش همه...
A. Ismaa'iil (Alayhissalaam)
B. Ibraahiim (Alayihissalaam)
C. Saaraa
D. Hajraa
As wr wb Eed mubarak Ida jaalala Eda gammachuu . Kanneen bitattaniif Hin bitatin huccuu. Kanneen gotaaniif Hin godhin uhdiyyaa Baga gessan martuu Hundi ilmaan biyyaa.. Kanneen biyya keessaa Kanneen biyya Aalaa. Iddi kan gammachuu Iddi kan jaalalaa. Kan maatii godhatteef Hin godhatin maatii. Eid mubarak Baga geessan marti. Kanneen akka kootii Fagaatte maatirraa. Atiis siif kennaadha Hin yaadin Abshiraa. An isiniin ja'ee Baga itti gessanii. Naan jechuu oolaa Dhumtee tiyyaaf tessanii
نمایش همه...
👍 2🥰 1
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
نمایش همه...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
نمایش همه...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
نمایش همه...
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
نمایش همه...
Imimmaan ijoollummaa
Yaada ganamaa
Kolfa ijoollummaa
Tapha ijoollee
Qoosaa ijoollummaa
Hawwii fedha ijoollee
👆 Tokko filachuun dubbisaa
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
نمایش همه...
01:17
Video unavailableShow in Telegram
Walaloo hajjii sagaleen
نمایش همه...
11.71 MB
2🥰 1
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
نمایش همه...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN