fa
Feedback
Boruf Press

Boruf Press

رفتن به کانال در Telegram

Odeeffannoo barbaachisaa yeroo barbaachisaatti asii ni argama @Boruf49

نمایش بیشتر
7 564
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-817 روز
-34230 روز
آرشیو پست ها
🚨Grade_12 Result Amboo fi Dodolaan bara kana injifannoon goolaban. Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessu
+1
🚨Grade_12 Result Amboo fi Dodolaan bara kana injifannoon goolaban. Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa waamsisaniiru. Bifuma kanaanis: Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa. Mana barnootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii hawaasaan galmaa’eera.

🚨Grade_12 Guyyaa harraa sa’a 10:00 tti ministeerri barnootaa bu’aa qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun ibsa ni kenna jedhame
🚨Grade_12 Guyyaa harraa sa’a 10:00 tti ministeerri barnootaa bu’aa qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun ibsa ni kenna jedhamee eegama. Ibsi kun miidiyaaleen lafa argamanitti kan kennamu yommuu ta’u, yeroo bu’aan gadhiifamuufi karaa ittiin barattoonni ilaallatan ibsa kanarratti ni ifooma.

🚨ATHLETE Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte
🚨ATHLETE Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte

🚨GRADE 12 RESULT Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'aati
+3
🚨GRADE 12 RESULT Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa ibsa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif ergeen himeera. Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2017 Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 8, 2017tti kennamuun kan yaadatamuudha. Waliigalaan barattoonni kumni 600 fi kumni 8 fi 742 qormaaticha onlaayinii fi waraqaan fudhataniiru.

-- 📢 OFFICIAL ANNOUNCEMENT Michu General Import & Travel Agency Mamiltoota keenya kabajamoo, Bara darbee (2017) keessatti Michu General Import & Travel Agency tajaajila amanamoo fi qulqullina qabuun hojii hedduu hojjechaa tureera. 🚗 Konkolaataa gosa adda addaa (mana fi hojii) gara biyya keenyaa galchuun mamiltoota keenya hedduu gammachiisne. ✈️ Namoota gara biyyoota akka Romania, Turkey, Ireland, Dubai fi Australia deemuu barbaadan karaa seera qabeessa, saffisaa fi amanamaa deeggarsa guutuu taasifne. 🤝 Amanamummaa fi dhugoomina hojii keenyaa irratti abdii guddaa nuuf agarsiiftan. ✈️ Tajaajila Imalaa fi Visa 🌍 Dubai Free Visa 74 Campan Visa 43 Namoota gara Dubai deemuuf karoora isaanii galmaan gahuuf tajaajila amanamaa fi deeggarsa guutuu taasifne. Free Visa fi Company Visa: Nama 100 ol tajaajilera. 🌍 Ethiopia irraa Dubai deemu Visitor Visa: Namoota 27 tajaajilera. Namoota meeshaa gurguddaa galchanii fi visa waliin wal qabatee tajaajilera: Nama 27. 🌍 Turkey Work Visa: Namoota 5 Visitor Visa: Namoota 10 🌍 Romania Work Visa: Namoota 6 ✈️ Tajaajila imalaa fi jijjiirama jireenyaa gara biyyoota birootti imaluuf, karaa seera qabeessa fi amanamaa siif dhiheessina. ✅ Bara Haaraa 2018 – Tajaajila Haaraa Bara kana keessatti: 🚘 Gurgurtaa Konkolaataa Gosa Hundaa Konkolaataa manaa (private cars) Konkolaataa hojii (commercial & business cars) Kan gara biyya hundaa dhufan: China, Japan fi biyyoota addunyaa biro. Tajajilaa Biyyota Akka Dubai,Turkey,Romania Haala amanaman Sinif Xumuraa 🌟 Ergaa Bara Haaraa Mamiltoota keenya hundaaf akkasumas lammii Ethiopia maraaf: ✨ Baga Bara Haaraa 2018 isin gahe! ✨ Bari kun bara milkaa’inaa, bara abjuuwwan keessan itti mirkanaa’an, bara gammachuu fi bara hojii misoomaa isiniif haa ta’u. --- Michu General Import & Travel Agency 📞 +971 568 393 645 | 📞 +251 910 779 763

photo content

ODUU GADDAA: Balaa Tiraafikaa guyyaa har'aa muudateen lubbuun namoota hedduu darbuun himame. Konkolaataan Uummataa Godina Guj
ODUU GADDAA: Balaa Tiraafikaa guyyaa har'aa muudateen lubbuun namoota hedduu darbuun himame. Konkolaataan Uummataa Godina Gujii Bahaa, Magaalaa Nageellee irraa imalaa ture, iddoo addaa Kuchoo jedhamutti magaalaa Adoolaa Reeddee keessatti balaa isa mudateen namoonni hedduun miidhamuu isaanii himame. Konkolaatan kun Gujii Magaalaa Nageellee irra gara Magaalaa Hawasaa deemaa kan ture yoo ta'u Namoonni hedduun du’uu himama jira. Reeffii fi namoonni Miidhamaan hunduu Hospital Adoolaa jirus jedhamee Jira. Haa ta'u malee namoonni meeqa akka lubbuun darban hanga hammaatti adda hin baane .

🚨ETHIOPIAN PRIME MINISTER DR.ABIY AHIMAD ታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ ግንባታ ተጠናቀቀ! የኢትዮጵያ ቁርጠኝነት እና የአፍሪካ መፃኢ እድል ጮራ ነው! Ijaarsi Hidha
+9
🚨ETHIOPIAN PRIME MINISTER DR.ABIY AHIMAD ታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ ግንባታ ተጠናቀቀ! የኢትዮጵያ ቁርጠኝነት እና የአፍሪካ መፃኢ እድል ጮራ ነው! Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa xumurame! Kutannoo Itoophiyaaf ragaa, egeree Afrikaaf ifadha! The Grand Ethiopian Renaissance Dam stands complete! A testament to Ethiopia’s resolve and a beacon for Africa’s future.

Ethiopia 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹
+8
Ethiopia 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹

Dilbata Qaam'ee 2/2017 ALItti gaaddiddaa'uun ji'aa diimaan nimudata ++++++++++++++++++++ Gaaddiddaa'uun ji'aa kun guutummaa I
Dilbata Qaam'ee 2/2017 ALItti gaaddiddaa'uun ji'aa diimaan nimudata ++++++++++++++++++++ Gaaddiddaa'uun ji'aa kun guutummaa Itoophiyaa keessatti nimul'ata jedhamee eegama. Ji'i diimaa ta'ee mul'ata jedhamee eegama. Taatee kana meeshaa ilaalchaa kamiyyuu osoo hinbarbaachisin ijaan ilaaluun nidanda’ama; ijarrattis miidhaa tokkollee akka hingeessisne ibsameera.

🌍✈️ Michu Travel Agency ✈️🌍 Imala keessan nu biraan mijeeffadhaa! Nuti si geessina biyyoota kanaan: 🇦🇪 Dubai – Malloota a
🌍✈️ Michu Travel Agency ✈️🌍 Imala keessan nu biraan mijeeffadhaa! Nuti si geessina biyyoota kanaan: 🇦🇪 Dubai – Malloota addunyaa, Burj Khalifa fi carraa daldalaa 🇹🇷 Turkey – Galata, Hagia Sophia fi seenaa boonsaa 🇷🇴 Romania – Bran Castle fi geejjiba dinqii argachuu 📞 +971 568 393 645 📞 +251 910 779 763 💼 Michu Travel Agency – Your Gateway to the World

✈️ Michu General Import & Travel Agency 🚗 Akkam jirtu maatii keenya? Michu General Import & Travel Agency waggoota hedduuf u
+1
✈️ Michu General Import & Travel Agency 🚗 Akkam jirtu maatii keenya? Michu General Import & Travel Agency waggoota hedduuf ummata keenyaaf: ✅ Tajaajila imala biyya alaa ✅ Tajaajila gurgurtaa/galeessa makiinaa irratti hojjechaa tureera. 🌍 Bara 2017 irraa kaasee hanga har’aatti tajaajila qulqulluu fi milkaa’aa kennuun, biyya gara garaatti imala taasifneerra. Bara itti aanu keessaas biyyoota dabalataa waliin ni hojjanna! Biyyoota irratti hojjechaa jirru: 🇹🇷 Turkey   -Student Visa and Work Visa 🇦🇪 Dubai -Free visa and Employment visa ,Visitor Visa 🇷🇴 Romania - Work Visa 🇦🇺 Australia - Visitor Visa ☎0910779763

Beeksisa Michu General Import & Travel Agency Akkam jirtu maatii keenya? Michu General Import and Travel Agency dhaabbata waggoota hedduuf ummata keenyaaf tajaajila imala biyya alaa fi gurgurtaa/galmeessa makiinaa irratti hojjechaa turee dha. Waggaa 3 darban keessatti tajaajila qulqulluu fi amantaa qabu kennuun, karaa mijataa fi milkaa’aa ummanni keenya akka ittiin imalu taasifnee jirra. Bara 2014 irraa eegalee hanga har’aatti, michuu keenya biyya gara garaatti erguun bu’aa qabeessa ta’eera. Bara itti aanu keessattis biyyoota dabalataa waliin hirmaachuun ummata keenyaaf carraa bal’isaa deemuuf jirra. ✅ Biyyoota ittiin hojjechaa jirru: 🇹🇷 Turkey | 🇦🇪 Dubai | 🇷🇴 Romania | 🇦🇺 Australia ⚠️ Hubachiisa Waan Ammaa: Yeroo ammaa kana ijoolleen keenya hedduun scam (sobduu fi dhara) keessa kufaa jiru. Namoonni tokko tokko kanfaltii jalqabaa fudhatanii hojii hin raawwatin hedduu jiru. Ijoolleen keenya imala addatti Dubai irratti balaa kanaan miidhamuu danda’u. Kanaaf: -Namoota dhugaa hojjatan ijaan argadhaa. -Video fi ragaa adda addaa sobaan Ittin of Beksisaaniti hin amaninaa ilaalaa Nama Boodeti iddoo isaa Enyumaa Bektaan Wajjin Wali gala -Dhugaa fi sobaa adda baafadhaa. #Murtee Dhaabbata Keenyaa Michu Travel Agency irraa kaasee: 👉 Prepayment hin fudhannu. 👉 Kanfaltiin kamiyyuu visa kee argitee booda qofa ni raawwatama. 👉 Yoo barbaadde check ykn block account irratti waliigaluu ni danda’ama. Kana hundaa akka ummata keenyaaf amantaa cimuuf murteesineera. Michu General Import and Travel Agency – Tajaajila sirrii, iftoomina qabu, fi amanamaa. Qabsoo fi yaada keessan keessatti isin waliin jiraanna. 📞 Bilbilaa: 0910779763 📍 From Tame (Michu)

🚨Premier league England
🚨Premier league England

🚨BARATTOOTA YUUNIVARSIITII MOOTUMMAAF Barattoonni Yuunivarsiitii mootummaa yeroo Yuunivarsiitii deeman lakkoofsa eenyummaa k
+1
🚨BARATTOOTA YUUNIVARSIITII MOOTUMMAAF Barattoonni Yuunivarsiitii mootummaa yeroo Yuunivarsiitii deeman lakkoofsa eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) qabatanii akka dhiyaatan Ministeerri Galiiwwanii dhaamaniiru. Ministeerri Galiiwwanii kaffaltii qoodinsa baasii barnoota olaanoo walitti qabuuf tokkoon tokkoon fayyadamaa baasii qoodamuu Lakkoofsa Eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) argachuu akka qabu yaadachiiseera. Barattoonni haaraa fi kan jiran dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa (yunivarsiitiiwwan) hundi lakkoofsa eenyummaa gibiraa argachuun lakkoofsa eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) waajjiraalee galii walitti qabuu naannoo isaanii (Galii) ykn waajjiraalee naannoo isaaniitti akka iyyatan ministeerichi odeefannoon ministeericharraa argame ni mul’isa. Barattoonni kunneen yeroo yunivarsiitii seenan Lakkoofsa Eenyummaa kaffalaa gibiraa (TIN) fidanii akka dhiyaatan yaadachiifna. Via:Tikvah Itoophiyaa

💼 Dubai, Turkey fi Romania deemuu barbaaddaa? Michuu Travel Agency waliin imala kee jalqabii! 🌍 #Visa #Travel #Dubai #Turke
+1
💼 Dubai, Turkey fi Romania deemuu barbaaddaa? Michuu Travel Agency waliin imala kee jalqabii! 🌍 #Visa #Travel #Dubai #Turkey #Romania #MichuuTravel Imala biyya alaatti deemuu yaadaa jirtaa? ✅ Michuu Travel Agency waliin imalli kee salphaa fi dhugaa ta’a! 🌟 Tajaajiloota keenya: 👉 Dubai – Free Visa ,Employment Visa,Visitor Visa 👉 Turkey – Student Visa, Work Visa 👉 Romania – Work Visa ✅ Tajaajila sirrii, saffisaa fi amanamaa ✅ Deeggarsa gahaa hanga xumuraatti ✅ Dhugaan kan sabaa isaa gargaruu! 📞 Bilbilaa: +251910779763 📲 Telegram: @Christophersniper 📲 TikTok: @michuimport Michuu Travel Agency waliin – Imala kee haala salphaan milkeessi! 🌍✈️

💼 Dubai, Turkey fi Romania deemuu barbaaddaa? Michuu Travel Agency waliin imala kee jalqabii! 🌍 #Visa #Travel #Dubai #Turke
💼 Dubai, Turkey fi Romania deemuu barbaaddaa? Michuu Travel Agency waliin imala kee jalqabii! 🌍 #Visa #Travel #Dubai #Turkey #Romania #MichuuTravel Imala biyya alaatti deemuu yaadaa jirtaa? ✅ Michuu Travel Agency waliin imalli kee salphaa fi dhugaa ta’a! 🌟 Tajaajiloota keenya: 👉 Dubai – Free Visa ,Employment Visa,Visitor Visa 👉 Turkey – Student Visa, Work Visa 👉 Romania – Work Visa ✅ Tajaajila sirrii, saffisaa fi amanamaa ✅ Deeggarsa gahaa hanga xumuraatti ✅ Dhugaan kan sabaa isaa gargaruu! 📞 Bilbilaa: +251910779763 📲 Telegram: @Christophersniper 📲 TikTok: @michuimport Michuu Travel Agency waliin – Imala kee haala salphaan milkeessi! 🌍✈️

🚨Yaa'aballoo Airport Buufanni Xiyyaaraa Yaa'aballoo Dilbata dhufu (Hagayya 25/2017) eebbifamuun tajaajila kan eegalu ta’uu D
+3
🚨Yaa'aballoo Airport Buufanni Xiyyaaraa Yaa'aballoo Dilbata dhufu (Hagayya 25/2017) eebbifamuun tajaajila kan eegalu ta’uu Daandiin Xayyaaraa Itoophiyaa beeksise. Buufanni kun wayita eebbifamu torbanitti balallii guyyaa sadii akka kennus ibsameera.

🚨Champions league 🏆 Sirni ramaddii Shaampiyoons liigii Awurooppaa har'a galgala Sa'aatii 1 irraa jalqabee Firaans magaalaa
🚨Champions league 🏆 Sirni ramaddii Shaampiyoons liigii Awurooppaa har'a galgala Sa'aatii 1 irraa jalqabee Firaans magaalaa Moonaakootti ni geggeeffama.

🚨Bakka awwaalaa deemanii, reeffa dhiifama gaafatan! —— Japanitti bara 2020 keessa namicha maqaansaa Shizuwoo Ayishimaa jedhamuufi namoonni kan biroon sadii, meeshaa ‘sensitive’ ta’e kan biyya alaatti ergamuu hin qabne biyya alaatti ergan jedhamanii to’annoo jala oolan. Qorannoorra yommuu jiran Shizuwoon si’a 8 mirga wabii gaafatee dhorkame. Utuma mana hidhaa keessa jiruu kanuma gidduutti dhukkuba kaanserii garaachaatiin qabamee du’e. Inni du’ee ji’a shan booda, dubbiin waan dogoggoraati; jarri balleessaa hin qaban jedhamee himanni adda cite. Yommuu kana maatiin Shizuwoo poolisii irratti himata banan. Himata kanaanis dogoggora uumameef poolisiin maatii Shizuwoof doolara miliyoona 1.12 akka kaffalu manni murtii murteesse. Poolisiinis ol iyyannoofi mormii tokko malee murtoo kana fudhatee maatii Shizuwoof maallaqa jedhame kenne. Kanaan hin geenye. Hooggantoonni poolisii abaaboo qabatanii bakka awwaalcha Shizuwoo deemuudhaan jilbeenfatanii dhiifama gaafatan. “Dogoggora si hiinee, dogoggora si himannee, balaarra si buufnee dhiifama nuuf godhi” jedhan! Via leta kenai