cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Barumsa Fayyaa

My youtube link https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa

نمایش بیشتر
فنلندة2 170زبان مشخص نشده استپزشکی8 822
پست‌های تبلیغاتی
2 060
مشترکین
+124 ساعت
+117 روز
+19330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
WAA'EE QORICHA IBUPROFEN 400MG ^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^ 1️⃣.Qorichi Ibuprofen maali? 🔸️Ibuprofen~jechuun qoricha garee farra inifilaameeshiinii/kulkula(NSAID)ta'ee kan tempireechara qaama sirreessuu, infilaameeshiinii/kulkula fi dhukkubbii qaamaa yaaluuf gargaaruudha. 2️⃣. Qoricha Ibuprofen maalif fayyadamna? ▪︎Dhukkubbii mataa. ▪︎Dhukkubbii ilkaanii. ▪︎Dhukkubbii dugdaa. ▪︎Dhukkubbii yeroo marsaa laguu. ▪︎Dhukkuba osteoarthritis. ▪︎Dhukkuba rheumatoid arthritis. ▪︎dhibee kulkula cabsannaalee qaamaa fi kkf yaaluuf gargaara. 3️⃣. Qoricha Ibuprofen fudhachuun durati maali godhuu qabna? 🔸️ Namoonni alarjii qoricha Ibuprofen ykn qorichoota garee (NSAID) ykn aspirin fi dhibee asmiitiin midhamee ture qoricha kana fayyadamuu hin qabuu. 🔸️ Namoonni haalota akka dhibee onnee,dhiibbaa dhiigaa,kolestiroolii ol ka'aa,sukkaara, istirookii, miidhama onnee , kantaruu dhiigaa,madaa garaachaa ykn dhiiguu garaachaa, tiruu,kalee , asmii,tamboo xuuxuu fi kkf qabu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha kana fayyadamuu hin qabuu. 🔸️ Namoonni qoricha garee NSAID biroo fayyadamaa jiru qoricha ibuprofen ogeessa fayyaa gaafatu malee fayyadamuu hin qabuu. 🔸️ Namoonni qoricha aspirin dhibee istirookii fi miidhama onnee yaaluuf akkasumas qoricha ibuprofen fayyadamaa yoo jiraanne qorichoota kanniin walirra buusnee fayyadamuu hin qabnu qoricha ibuprofen yoo xiqqate daqiiqaa 30 booda aansinee ykn sa'atii 8 qoricha aspirin dursinee fayyadamuu qabna. 🔸️ Qoricha kana alcoolii walin fayyadamuu hin qabnu rakkoo dhiiguu garaachatiif nu saaxiluu wan danda'uuf. 🔸️ Qorichi ibuprofen rakkoo dhiiguu garaachaa fi mar'iimaaniif nu saaxilamuu wan maluuf ofi eeggannoon fayyadamuu qabna. 🔸️️ Yeroo Qoricha Ibuprofen fudhachaa jirru alchoolii fayyadamuu irraa fagaachuu qabna. 🔸️Dubartiin ulfaa fi haati hoosistuu qoricha kana fayyadamuu hin qabanii ogeessa fayyaa gaafatani malee. 🔸️Daa'immanii umrii ji'a 6 gadii qorich
نمایش همه...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Bu’aan qormaata Rimiidiyaalaa Ifoomeera. Barattoonni bu’aa isaanii karaa https://result.ethernet.edu.et ilaallachaa jiru.
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
FAAYIDAA FAYYUMMAA SHANKOORA 0. Ufuura badaa fi ilkaan akka hin mancaane ni ittisa 1. Bullaa'insa nyaataaf gargaara 2. Kalee fayya qabeessa taasisa 3. Rakkoo onnee ni ittisa 4. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaara 5. Kaansarii ni ittisaa 6. Fayyaa gogaa ni jajjabeessa 6. Dhukkuba garaachaa ni fayyisa 7. Fayyaa afaanii ni eega 8. Finniisa ni fayyisa 9. Summii dhabamsiisa 10. Humna ni kenna 11. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu ni guddisa 12. Fayyaa lafee fooyyessa 13. Qubni akka jabaatu taasisa 14. Fayyaa maashaalee ni fooyyessa 15. Fayyumma Tiruu ni dabaala 16. Gogiinsa garaa ni ittisa 17. Amaloota farra dulloomuu 18. Ilkaan ni jabeessa 19. Ulfa nageenya qabu mirkaneessa 20. Namoota dhukkuba sukkaaraatiin rakkatan ni gargaara 21. Dhala fi humna dhiiraa dabaluu 22. Dhangala'aa dhiigaa haaromsuu fi summii balleessuu 23. Dhukkubbii qoonqoo fi infuleenzaa ni fayyisa 24. Dhiphina ni ittisa https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa
نمایش همه...
👍 1 1
Photo unavailableShow in Telegram
Killeen cidhaanii yeroo baay’ee hammaan wal qixa tahuu baatus haala adda taheen cidhaanni keessan yoo dhiitahe dabalataan mallattoo akkasii ofirratti yoo argitan mana yaalaa dhufuu hin dagatinaa 1. Dhukkubbii cimaa cidhaani 2. Diimachuu naannoo cidhaanii 3. Dhangala’aan addaa karaa qaama saala bahuu 4. Fincaan fincaa’uu dadhabuu 5. Dhukkubbii naannoo mudhii ykn handhuura gadii 6. Fincaan yeroo fincooftan gubuu ykn dafee dafee isin fincaansisuu. 👇👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa Fayyaa hin dhabinaa !
نمایش همه...
👍 9😢 1
Killeen cidhaanii yeroo baay’ee hammaan wal qixa tahuu baatus haala adda taheen cidhaanni keessan yoo dhiitahe dabalataan mallattoo akkasii ofirratti yoo argitan mana yaalaa dhufuu hin dagatinaa 1. Dhukkubbii cimaa cidhaani 2. Diimachuu naannoo cidhaanii 3. Dhangala’aan addaa karaa qaama saala bahuu 4. Fincaan fincaa’uu dadhabuu 5. Dhukkubbii naannoo mudhii ykn handhuura gadii 6. Fincaan yeroo fincooftan gubuu ykn dafee dafee isin fincaansisuu. 👇👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa Fayyaa hin dhabinaa !
نمایش همه...
Dr. NafYad Getu️

Fayyaan Faaya!

https://t.me/hamster_koMbat_bot/start?startapp=kentId6874125992 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Bro, jaalalleen tee (#Niitin) tee"fedhii nyaataan dhabe, nyaata na cufe" jettee yoo nyaachuu didde ni tsoomti jettee hin gammadiin, Qarshii Daayiperii ittiin bittu batat batat jedhii, Olii fi gad Fifiigii qopheeffadhu anatu siin jedhee🤣 Qoosaa fakkeessinee barnoota isiin barsiisuufi. Mallattoo ulfaa keessa tokko nyaata jibbisiisuudha. Qoosa hin fakkannee yoo qoosne ta'e dhiifama isiin gaafanna.
نمایش همه...
😁 3👍 2
FAAYIDAA JUUSI Habaaba DAMMA WALIIN Habaaba damma waliin faayidaa fayyaa hedduu kan kennu yoo ta'u, faayidaa soorataa harbuu fi damma lamaanuu walitti fida. Faayidaawwan ijoo keessaa muraasni kunooti: 1. Hydration: Dhangala'aan Habaaba qabiyyee bishaanii baay'ee (gara %92) waan qabuuf bishaan baay'ee kan kennu yoo ta'u, kunis madaallii dhangala'aa qaama keenya keessatti eeguuf gargaara. 2. Soorataa Badhaadhaa: Habaaba vitaamin A, C, fi B6, akkasumas antioxidants akka lycopene tiin kan guutame dha. Damma soorata dabalataa kanneen akka vitaaminii, albuudaa fi antioksidaantii dabalatee dabalata. 3. Amaloota Antioxidant: Antioxidants Habaaba fi damma keessa jiran dhiphina oksijiinii ittisuu fi inflammation hir'isuuf kan gargaaran yoo ta'u, kunis carraa dhukkuboota yeroo dheeraa gadi buusu danda'a. 4. Fayyaa bullaa'insa nyaataa: Habaaba fi damma lamaan isaaniiyyuu bullaa'insa nyaataaf gargaaruu danda'u. Harbuun faayibara kan of keessaa qabu yoo ta'u, bullaa'insa nyaataa fayya qabeessa ta'e kan gargaaru yoo ta'u, damma ammoo inzaayimii uumamaa nyaata caccabsuuf gargaaran qaba. 5. Ittisa qaamaa ni guddisa: Vitaaminoota fi antioksidaantoonni harbuu fi damma keessa jiran walitti makamuun sirna ittisa qaamaa guddisuu danda'a, qaamni keenya infekshinii ofirraa ittisuuf gargaara. 6. Annisaa Guddisuu: Damma madda uumamaa kaarboohayidireetii fi sukkaara kan kennu yoo ta'u, kufaatii sukkaara qulqullaa'e waliin walqabatee osoo hin uumamin anniisaa saffisaan dabaluu kenna. 7. Fayyaa Gogaa: Vitaaminoonni fi antioksidaantoonni dhugaatii kana keessa jiran oomisha kolaajiinii guddisuu fi miidhaa free radicals irraan gahu irraa eeguun gogaa fayyaduu danda'u. 8. Ulfaatina qaamaa to'achuu: Juusi Habaaba kaalorii xiqqaa kan qabu yoo ta'u, mi'aan uumamaa damma karaa fayya qabeessa ta'een araada sukkaara guutuu danda'a, kunis ulfaatina qaamaa to'achuuf gargaara. 9. Farra inflammatory: Lycopene keessatti argamu fi amaloonni farra inflammatory damma qabu inflammation qaama keessatti hir'isuuf gargaaruu danda'a. 10. Maashaalee Fayyeessuu: Elektiroolayitoonni keessa jiran kan akka pootaasiyeemii maashaan fayyisuuf gargaaruu fi dhiita'uu ittisuu waan danda'uuf sochii qaamaa booda dhugaatii gaarii ta'a. 11. Umuriin waggaa 70-100 tahullr walqunnamtii saalaa sa'aatii tokkoo ol akka turtu sii gargaara Juusi Luxxee/Habaaba damma waliin walitti makuun mi'aa isaa guddisuu qofa osoo hin taane faayidaa fayyaa isaa guddisuudhaan dhugaatii nama haaromsuu fi soorataa ta'a. https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa
نمایش همه...
6👍 2
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.