cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Qormaata Biyyaalessaaf kan sin qopheessuu 👩‍💻

Student text book,teacher guide,reference book and grade 12 model exam you can get any ting😎

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
5 449
مشترکین
-2924 ساعت
-5527 روز
+4 95230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 Akka Biyyaatti Kennamu Barattootni 35% ol  Oromiyaa Irraa Ta'uun Beekame. --------------- BBO- 10/10/ 2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #qormaata_biyyoolessaa_kutaa_12ffaa_bara_2016_barattoota 246,575 kan qorsiisu yoo ta'u, #akka_biyyaatti_barattoota_qormaata_fudhatan_jedhamanii_eegaman 701,489 keessaa naannoon Oromiyaa 35%  ol ta'uun beekameera. Oromiyaa keessatti baay'inni barattoota qormaata fudhatanii hedduu waan ta'eef xiyyeeffannoo Biiroon Barnootaa Oromiyaa kennee hojjataa jiru cinatti karaa loojistikiifi humna namaa bobbaasu irratti Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa hordoffiifi deeggarsa olaanaa gochuu akka qabu waliigalameera. Kanaafuu, hawaasni naannoo keenyaa, maatiin barattootaa, barsiisotni, hoggansi barnootaa, GTB, GMB, BBLG, Caasaan Mootummaa, Qaamni Nageenyaafi Yunivarsiitiwwan Naannoo keenyaa hundi qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 nagaafi milkiin akka xumuramu akkuma kanaan duraa deeggarsi keessan cimee akka itti fufu dhaamsa dabarsineerra. #Gumiin_Tiraansiformeeshinii_Barnootaa_Oromiyaa (GTBO) sadarkaan jirtan, Komishiiniin Poolisii Oromiyaa, Maatiin Barattootaa, Barsiisotni, Hoggansi Barnootaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaafi caasaan mootummaa naannoo keenyaa sadarkaan jiru hundi #haaluma_kanaan_dura_qormaata_naannoo_kutaa_6ffaafi_8ffaa(barattoota milyoona 1.4 ol ta'an) milkeessineen #ammas_milkaa'ina_ammaffaa_akka_galmeessiftan gamanumaa abdii guddaa qabna. Muuxannoo darberra waan hedduu waan hubanneef kan darbe caalaa qulqullinaafi iftoomaan barattoota keenya jajjabeessuu qabna. - Qormaatn kan qophaa; #Sirna_Barnootaa_Darbe(Moofaa) keessaa- Barnoota kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru yoo ta'u, #Sirna_Barnootaa_Haaraa keessaa immoo - Barnoota Kutaa 12ffaa ti. - Guyyaa Qormaataa; #Barnoota_Saayinsii_Hawaasaa - Adoolessa 03-05/2016 #Barnoota_Saayinsii_Uumamaa - Adoolessa 09-11/2016tti Waraqaafi 'Online'n kennama. Barattoota keenyaaf: #CARRAA_GAARII_HAWWINEERRA! - BBO - https://t.me/educationforallk
نمایش همه...
Qormaata Biyyaalessaaf kan sin qopheessuu 👩‍💻

Student text book,teacher guide,reference book and grade 12 model exam you can get any ting😎

👍 1
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

👍 5
Kunoo kaa anii sin kadhachaa hin turree Hamster kombat gurguramuu jalqabeera Amma illee yeroon waan jiruuf dafa hojjedhaa👇👇 https://t.me/hamster_kombAt_bot/start?startapp=kentId5463709123 Isa iyyuu gatii widdii tiin
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Eid mubarek for all muslims family 🌙
نمایش همه...
👍 8🥰 5
Photo unavailableShow in Telegram
Bu'aa ba'ii jireenya dhala nama ilaaluf JOIN godha🙏🙏🙏
نمایش همه...
JOIN
ganna kana kan sammu itti of boharsitan as keessa argattu inniis👇👇👇 @kottu_kolfii @kottu_kolfii Yommuu tahuu akka notcoin hojechuuf immoo👇👇 https://t.me/avagoldcoin_bot?start=b84944280e5f2230cc9d Dhugumadha ni kaffala gatiin isaas widdii dha Hojjedhaa
نمایش همه...
AVACOIN

Gold is where you find it.

🤔 6
Barattoota kutaa 8ffaa maraaf baga qormaata nagaan fixan.waan qormaata argachuu dhabneef dhiifama isiniin jenna. Amma ganna kana kan sammu itti of boharsitan as keessa argattu inniis👇👇👇 @kottu_kolfii @kottu_kolfii Yommuu tahuu akka notcoin hojechuuf immoo👇👇 https://t.me/avagoldcoin_bot?start=b84944280e5f2230cc9d Dhugumadha ni kaffala gatiin isaas widdii dha Hojjedhaa
نمایش همه...
❤️common physics concepts 👉Newton's Laws of Motion: These three laws describe how objects move when forces are applied to them. 👉Conservation of Energy: Energy cannot be created or destroyed, only transformed from one form to another. 👉Momentum: The product of an object's mass and its velocity, which describes its tendency to keep moving. 👉Force: Interaction that changes an object's state of motion or shape.   👉Energy: Capacity to do work or cause change; exists in various forms like kinetic, potential, and thermal energy. 👉Motion: Change in position of an object over time; described by velocity, acceleration, and distance. 👉Gravity: Force of attraction between objects with mass; described by Newton's Law of Universal Gravitation. 👉Electricity: Flow of electric charge; described by concepts like voltage, current, and resistance. 👉Magnetism: Force exerted by magnets; involves magnetic fields and magnetic interactions between objects. 👉Thermodynamics: Study of heat and its relation to energy and work; includes laws governing energy transfer and transformation. 👉Waves: Disturbances that carry energy through a medium or space; described by wavelength, frequency, and amplitude. 👉Optics: Study of light and its interactions with matter; includes reflection, refraction, and diffraction. 👉Quantum Mechanics: Physics of very small particles; deals with uncertainty, wave-particle duality, and quantum states. 👉Relativity-Theory describing the relationship between space and time; includes Special and General theories of relativity. JOIN and SHARE👇 @educationforallk @educationforallk
نمایش همه...
👍 4
Kitaaba barbaadan gafaadha nuti immoo sinii barbaadnee fidna @educationforallk @educationforallk Short note fi worksheet dabalatee
نمایش همه...
👍 3
English Exam Work Book| Compiled by @educationforallk 🇪🇹 2015 English Entrance Exam & 💬2013 AAEB Model Exams are Included 👑   Detailed Short Notes and Practice Questions for Each and Every section The free version of this module includes :         Part I: Communication Skills          Part II: Writing          Part III: Grammar
نمایش همه...
English Exam Work Book [Free Version].pdf7.33 MB
1