cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Life Is Short🥹

Channalii bareedaa waan hedduu irraa barattan gorsa hadisa seenaa jechoota dinqisiisoo fi kkf Join hiriyyoota keessaniif Share godhaa بارك الله فيكم yaadaaf @Muzaa6899...irratti nu qunnamaa

نمایش بیشتر
فنلندة1 992زبان مشخص نشده استآموزش45 370
پست‌های تبلیغاتی
2 231
مشترکین
+1324 ساعت
+2227 روز
+80330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 2𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
نمایش همه...
Chaanaalota Barnootaa
Chaanaalota Da'awaalee
Chaanaalota Bashannansiisoo
Chaanaalota Kubbaa Miilaa
Chaanaalota Dinqisiisoo
Best Channel Join
Hope Promotion
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
نمایش همه...
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐩𝐩𝐥𝐢𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐩𝐢𝐭𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐝𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 2𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
نمایش همه...
Chaanaalota Barnootaa
Chaanaalota Da'awaalee
Chaanaalota Bashannansiisoo
Chaanaalota Kubbaa Miilaa
Chaanaalota Dinqisiisoo
Best Channel Join
Hope Promotion
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
نمایش همه...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
Seenaa ajaa'ibaa tana dubbisaa!! Murtee Rabbiitti obsuu.. 🤴Mootii tokkotu ture. Gorsaan isaa nama Murtee Rabbii hundaa jaalalaan fudhatuun beekamuudha. 🥰 👉Yoo mootichi waan fuulduraa mariisisu kallattii gaarii qabsiisa. 🚶‍♂ Garuu waan darbe yoo itti himu yeroo hundaa akkana jechuun deebisa: "إذا فعل الجليل فهو جميل izaa fa'alal jaliilu fahuwa jamiilu. / Wanti Rabbi dalagu keyriif/toltumaafi jechuun deebisa. ☺️ Gaafa tokko mootichi utuu waa hojjatu qubni irraa murame.👆 Gorsaa isaa kanatti himnaan: ammas: "izaa fa'alal jaliilu fahuwa jamiilu" keyrimaafi jedheen. Mootichi dallanee, "qubni koo muramee ammas keyrimaafi naan jettaa qubni koo muramuun gaarummaa maalqaba?" jedhee namticha mana hidhaatti darbe. 😇 Namtichis hidhaattis darbamnaan ammas mootichaan: "izaa fa'alal jaliilu fahuwa jamiilu" keyrimaafi" jedheen. 👌Gaafa kaan Mootichi kophaa isaa utumaa yaabbiin biyyarraa fagaatee deemu, saamtota (shiftaadhaan) qabamee akka taabota isaan gabbaraniif wareegamu dhiheeffame. Mooticha wareeguuf yoo qophaahan quba isaa muramaa arginaan 'namtichi Kun qaamni isaa hir'uudha wareegama taabota keenyaatiif ulaagaa hin guutu' jedhanii gadi dhiisan. 🏃‍♂Mootichi akkuma galeen nana hidhaatti qajeelee Gorsaa isaa hidhame saniin 👍 "dhugaa jette utuu qubni koo muramuu baatee silaa mormi koo murame" jedheen. 👔 👌Mootichi ammas akkana jedheen, "Garuu mana hidhaatti darbamuu keetiif hoo maaf keyrimaafi jette?" jedheen. Namtichis, "utuu ati mana hidhaatti na darbuu baattee silaa anuma wareegaaf dhiheessani, silaa mormi kankoottu murama." jechuun deebise. Ajaaaaaaaa'iba Murteen Rabbii kamiyyuu booddeen keyrimaafi 👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌 @IFAhaqaa1 @IFAhaqaa
نمایش همه...