cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Burqaa Jaalalaa

نمایش بیشتر
فنلندة1 037زبان مشخص نشده استدین و مذهبی14 691
پست‌های تبلیغاتی
6 519
مشترکین
+424 ساعت
+57 روز
+14230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

"Akka shaamaatti si ibsadheetiin yeroon duukkana kana keessaa achi bahe hafuuraan si dhaamsee achitti darbee si dagadha" yeroo siin jedhan Atimo Yeroo na ibsachuu barbaadde aniis bishaaniin siitti tahaa qabadhee siif hin ifu jedhiin Yeroo sitti fayyadaman akka mootiitti, yeroo fayyidaa sirraa fixatan akka garbaatti warra si ilaaluf mataa gad hin qabatinif "Especially" namni tokko tokko si jaallatee utuu hin taane hanga namni si caalu dhufuutti sitti obsutti jiraatii yeroo kee isaan waliin hin gubin ! 🥹💔 Jaalalli Uumamaan qulqulluudham Nama jaalalaa hin beeknetu boresse malee #Share #Share #Share :@Burqaa43
نمایش همه...
❤‍🔥 2👍 1
Qabaa tolchaan danuu qanansiisu Barruun Itti of gatuuf amansiiisu Ol naaf kaasaan faajjii moo'ichakoo Kolfatti geeddaraan boo'ichakoo 👉Yesuus jedhama.#Ameeeeeeeen🙏 Join Channel 👉@farfannaahaaraa
نمایش همه...
❤‍🔥 5💔 3
Photo unavailableShow in Telegram
"Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef. * Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'e😋 :¨·.·¨:  `·. @Burqaajaalalaa Shammarran tokko tokko gaafii akkasii dhiisa
نمایش همه...
😁 3🤓 2👍 1
Repost from Burqaa Faarfannaa
https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId1830273336 👆👆👆👆Namonni kana taphachaa hin jirre amma kaasaa eegalaa hin kaffalaam
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Repost from Burqaa Faarfannaa
نمایش همه...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Sittan hima deebisee Ani Sin jaalladhuuu Maaloo narraa siqii Kan kee Barbaaddadhu Ani Kan kee miti Atis Kan koo naan taatu Sagal sitti himeeraa Maaliif nan hubattu!? Amala hin qabdu Yookaan Bifa Gaarii Dubbiin kees hin tolu Achi narraa Gori Sin Quufe ......😏 Jedhe mucaan ana miti🤪 @Burqaa43
نمایش همه...
👍 7❤‍🔥 2
Natti haa hafu! ~ Jaalalli kee yeroof taanaan Bulee oolee kan cabbaa'u Miira faana xaaraa tuqee Miira faanas tasgabbaa'uu Qalbii kanke eeggachuudhaf Soqxee imalte natti dhufnaan Onnee kan kee feetu bantee Feetu ammoo natti cufnaan Miidhamuurra madaa'urraa Qalbii guutuun akkan rafuu Kan summiidhan makame sun Jaalalli kee natti haa hafuu...! Hin barbaadu dhugaa😩🙈🙄 @Burqaa43
نمایش همه...
💯 8❤‍🔥 2👍 2💔 2
Photo unavailableShow in Telegram
Tapswap illee karaa TON akka dhufaa jiru 'TON community' beeksise Jira. Wow Amanamummaan isallee baay'ee ol jedheera jechuudha Warri hin jalqabne 👇👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_676024673 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
نمایش همه...
🥰😍 የደሀ ልጅ ፍቅር 🤗🤗
نمایش همه...
Open
Photo unavailableShow in Telegram
ፎቶዋቹ  ባማረ መልኩ #edit እንዲደረግ ከፈለጋ Editer mirgo
نمایش همه...
👍👍Open👍👍
❤️❤️Join❤️❤️
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.