cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Nuti Eenyu?

Of ta'uun ofiif ta'u dursa kan of ta'etu ofiif ta'a. ✍️asirraa kanneen argattu 👉Walaloo 👉Jechoota garaagaraa 👉Gors mimmiidhagoo 👉Seenaafi K.K.F.Argattu

نمایش بیشتر
فنلندة2 763زبان مشخص نشده استدین و مذهبی62 443
پست‌های تبلیغاتی
1 211
مشترکین
+324 ساعت
+267 روز
+15630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

jaalalli isaanii yeroomaaf Dhumarratti namoota ashaaraa isaanii onnee keenya irratti dhiisan qofatu nu yaadata. 💔 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
👍 3 1🥰 1👏 1
Nama si dhiisee deeme sababa deemsa isaa hin gaafatin..! Sababa deemsa isaa boorsaa isaa dura waan qopheeffateef...!! 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
👍 6👏 1
Wantoota Maallaqni bituu hin dandeenye: 1. Jaalala (Love) 2. Nageenya (Peace) 3. Yeroo (Time) 4. Dhugaa (Truth) 5. Dandeettii/Kennaa uumamaa (Talent) 6. Fayyaa (Health) 7. Amala (Manner) 8. Hiriyaa dhugaa (True Friend) 9. Beekumsa (Knowledge) 10. Bilisummaa (Freedom) 11. Fudhatamummaa/Simboo (Acceptance) 12. Gammachuu (Happiness) 13. Haqa (Justices) join Me√√√√√√√√√√ 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
👍 4 2
Waanuma Argite Kan amantu Yoo ta’e, Namootaan ganamta. 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
👍 4 1🥰 1
Eid_mubarak Assalaamu alayikum ahabaabi fillaahi waggaadhaan nuga'ee alahamdulillaahi guyyaa iida guddaa gammachuu muslimaa baga nagaan geessan xiqqaaf guddaan namaa hiree keenya godhee kunoo harra geenye nashkuruka mawulaa hanguma dandeenyee galchinee hin fixnuu yoomuu galata kee harraan nugahattee tola rahmata keen meeqatu goodaanee hiree kana dhabee meeqatu hiyyoomee qabeenyasaa dhabee meeaqatu dhibamee siree gubbaa ciisaa meeqatu Rakkatee imimmaan harcaasaa nama hedduu dhabee haadhaaf abbaa isaa meeqa irraa dhumee firaa fi obbolaansaa Rabbiin jara irraa adda nu taasisee uummata hundarra caaltuu nu taasiaee diinunaa Al islaam amantii beekumsaa xurree qalloo mitii daandii guddaa ibsaa Eid mubarakin jedhaa baga geessan martuu ayyaanni akkam misha fayyumaa akkam jirtuu kan baranaadhaa warra bara egerii waliin nuhaa ga'u nun baasin gargarii warra baranaadhaa warra bara dheeraa Rabbiin nuhaa godhu warra waliin waaraa 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
4🥰 2👏 2👍 1
@sin_jaallatan “Namni sitti dhiyaatu hundi si hin jaallatu. Namoonni tokko tokko fagootti waan sirrii arguu hin danda’an.” 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
👏 3👍 1 1
@Qooda_kiyya_haa_ta'u ❤❤❤❤❤❤❤❤ uummata tuutaan achitti wal gahuu fagootti ilaaleen dhabe waanan tahuu warri hireen waame kunoo achi jiraa ani humna dhabeen taa'ee hawwaa jiraa osoon hawwuun hafaa jedheetan hiraaraa biyyi itti yaa'aa bahaa fi dhiharraa yaa rabbbi hiree koo maaluma naaf qooddee hajjii dhaquu hawween boo'eetan gadadee waamicha ibraahim keessa mee na galchii osoo hin dhaqin hafuu yaa rabbi na oolchii safaaf marwaa fiigee ka'abaatti naanna'uu yaa arjaa qabaataa qooda kiyya haa ta'uu madiinaa rasuulaa dachii filatamtuu dhaqee ziyaaruun naaf ha murteeffamtuu dachii arafaa san osoo hin dhabbatin maqaama ibraahimitti osoon hin salaatin lubbuu kiyya hin fuudhin Yaa Yaa rabbi yaa allaah si qofattan himadhaa yaa arjaa harka ballaa 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
5👏 2
@dammaqeen_si_Dhabee 📃📃📃📃📃📃📃📃 Eda halkan rafee abjuudhaan si argee gadda koon dagadhee giiftii kiyya margee na bira jirtan se'ee hirriba koo keessaa bir jedheen si dhabee bakki jirtu Eessaa? adda baane ammas yeroon ani of baruu of biraa si dhabnaan didde onneen sabruu osoon silaa beekee abjuudhaan wal garraa hirribaanin dabarsaa yeroo kiyya maraa ati garuu yeroo dhuftuu maaf dhuftee hin hafnee bukkee kiyya teessee maaliif nan utubnee abjuudhaan si argeen dammaqeen si dhabee of biraa si dhabeen rifaasuu gaggabee 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
👍 3 3👏 1
kusaa_Seenaa ❤❤❤❤❤❤ kutaa 2ffaa baatii zul hijjaa keessa hijiraa 2 Lolli Al-Suwaiq(Lola bassoo) Muslimoota Ergamaa Muhaammadiin (S A W) durfamu fi mushrikoota Qureesh Abuu Sufyaaniin durfamu gidduutti raawwatame Mushrikoonni muslimoota baay’inaan yommuu argan ofirraa deebi’an, sinqii(galaa) isaanii gatanii baqatan. wanti isaan gatanii baqatan irra caalaan isaa daakuu (Al-Suwaiq ) kan qamadii fi garbuu irraa hojjetame ture. achumaan Muslimoonni sana fudhachuu jalqaban; Kanaaf Lola Suwaayiq (lola bassoo) jedhamee waamame. ammas baatiima kana keessa Hijira 10 - Ergamaan Rabbii Muhaammad(S A W) Hajjii dhaammannaa (hajjatal wadaa'i) - Muslimoota kumaatamaan lakkaa’aman waliin hidhatanii bahanii Makkaa gahan. sababi inni Hajjii dhaammannaa Jedhameef Nabiyyiin sana booda hajjii hin goone. 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
3🥰 2👍 1👏 1
maafan Yeroo Gubaa anaaf si gidduu waadaatu jiraa akka waliin taanu yeroo balloof gidiraa jireenyi nutti tolee yooniif nutti badee gadda keefan gadda hamaan yo si mudatee walumaan baadhannaa walirraa qooddannee walirraa fagaannus wal biras jiraannee hin jiraannu wal malee tureem waadaan kalee Garuu oolee Bulee jijjiirameef malee hawwii yeroo dheeraa waliin karoorfannee hirkoo waliif taana jennee wal abdannee akka kankoo hin taane ergan garaa muree fagaadhee adeemraa tulluu qaxxaamuree maafan yeroo gubaa osoon si sossobuu kan rabbi naaf qoodee hiree kiyya hin dhabuu 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
نمایش همه...
👍 2🥰 2 1👏 1