Visit Jimma
Peejii kanaan jechootaa gaggaarii isin biraan geenya Sabaskiraayibii godhaa 👈🫶🙏
نمایش بیشتر198
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-107 روز
-830 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Finfinneen akkasittii miidhagsaa jiraa abbichuu abbaa malaa 🫶🙏👈✅🔓
👇👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/@visitjimma1?si=J6boomjDeFnRCOki
😱 1
Photo unavailableShow in Telegram
My ❤️
Handoodee laga biraa
Na oodde haadha firaa
Isan siif iyyee yeelaluu
Garaa muree na ciraa
Firaaf fira jenna malee
Ati lafee cinaacha kooti
Cinaacha koo isa bitaa
Onnee koof taate mootii
Jedhee utuun siif ililchuu
Yaannis diddee na footi
Yaannikee isheen lakkuu
Akkuma feete na gooti
╔════════════╗
➡️Obsii_King. 💌🙏
╚════════════╝
🫶Join & 🔗SHARE✅🔓
👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/@visitjimma1?si=J6boomjDeFnRCOki
👏 1
The foundation of Dr. Ali Birra's honor. We’ll be back for the size 🥰
https://youtube.com/@visitjimma1?si=J6boomjDeFnRCOki
👏 1
በአረንጓዴ ዓሻራ ጥረቶቻችን አማካኝነት ልናሳካው ለምንፈልገው ለውጥ የአመለካከት እና የአዕምሮ ውቅር ሽግግር ያስፈልገናል። እንደ ሀገር ልናሳካ ካለምነው 50 ቢሊዮን ችግኞች በያዝነው አመት 40 ቢሊዮን ችግኞች ላይ ለመድረስ እየጣርን በመሆኑ በዘንድሮው የተከላ ዙር 7.5 ቢሊዮን ችግኞችን በጋራ መትከል ይኖርብናል። ለነገው ትውልድ ቅርስ ለመተው የሚሻ ሁሉ ዛሬ ላይ ማዋጣት የግድ ይለዋል።
A paradigm and mindset shift is needed for the change we want to see in our Green Legacy endeavors. Our goal for this year is to reach 40 billion seedlings from our overall target of 50 billion, which means we need to collectively plant 7.5 billion seedlings this planting cycle. For anyone who wants to leave a legacy for future generations, we must invest in the future today.
https://www.youtube.com/@Visitjimma1
Photo unavailableShow in Telegram
Aayyoo koo
-
Osoo dafqi kee cobuu
Jirbii rakkinaa footee
Ana bixxillee xiqqoo
Guddistee nama goote
Cuucee - dhala koo jettee
Afaan nadhii dubbatta
Furrii xurii koo wajjin
Arraabdee na dhungatta
Hidhata narraa hin citne
Hiddaafi Hundee Kaayyoo Koo
Kan biraa jecha hin qabu
Sin Jaaladha #Aayyoo Koo!
--
✍🫶🙏
🔥 2
Repost from አፍላ ፍቅር ድራማ™
56:14
Video unavailableShow in Telegram
አፍላ ፍቅር ክፍል 49
Share
@Afla_fikir_dramas
@Afla_fikir_dramas
አፍላ_ፍቅር_49_School_life_ስኩል_ላይፍ_seifuonebs_lovestory_dinklijo.mp4185.84 MB
👍 3🔥 1👏 1
#Suuraa
Miseensota ABO Shanee waamicha karaa nagaa motummaan dhiyaate filatanii leenjii haaromsaa fudhachuun Uummatatti makaman.
👏 1
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.