fa
Feedback
☝️Irreen keenya Kaaliqa keenya🇵🇸

☝️Irreen keenya Kaaliqa keenya🇵🇸

رفتن به کانال در Telegram

@anas_mohammed_1 ۞- silaa wanti samii fii dachii keessa jirtu hundi siif kennamtee,arrabaa fii qalbiin tee qofti Du'aa'ii fii zikrii irraa hidhamtee; irra miskiinaa fii irra hiyyeeysa duniyaa kanaa taata.» علًقوا قلوبكم بالله وأبشرواღ ↘️ @Anas_mohammed_3

نمایش بیشتر
1 351
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-27 روز
+2230 روز

در حال بارگیری داده...

کانال‌های مشابه
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اکتبر '26
اکتبر '26
+5
در 0 کانال‌ها
سپتامبر '26
+77
در 1 کانال‌ها
Get PRO
اوت '26
+150
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '26
+157
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '26
+86
در 2 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+43
در 1 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+29
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+69
در 3 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+91
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+69
در 2 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+70
در 2 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+75
در 5 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+153
در 14 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+125
در 2 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+46
در 4 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+56
در 3 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+66
در 4 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+86
در 3 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+147
در 5 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+75
در 1 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+64
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+250
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
05 اکتبر0
04 اکتبر+1
03 اکتبر+1
02 اکتبر0
01 اکتبر+3
پست‌های کانال
Bakka jirtu hundatti salaata kee hin dagatin; salaata kee irratti jabaadhu. #Jecha_dhumaa_Rasuulaa ﷺ “Salaata irratti jabaadh
Bakka jirtu hundatti salaata kee hin dagatin; salaata kee irratti jabaadhu. #Jecha_dhumaa_Rasuulaa ﷺ “Salaata irratti jabaadhaa, salaata keessan eeggadhaa.” — Rasuula Rabbii Muhammad ﷺ ❤️‍🩹🫶

2
“Yaa Gooftaa koo! Qalbiin koo naaf qulqulleessi; nafsii koo fi qaama koo halaala irratti eegi; wanta haraamaa akka jibbu na godhi; iimaana koo naaf jabeessi.” Rabbiin kadhannaa garboota Isaa ni dhaga’a. ⛔️ Yaa obboleessa koo, yaa obboleettii koo… Duuti yeroo murtaa’e hin beeku. Kanaaf jireenya keenya tawbaa, ibaadaa fi hojii gaariin haa miidhagsinu. Cubbuutti abdii hin kutatin; gara Rabbii deebi’uun yeroo hunda ni danda’ama. Tawbaa godhi, wantoota cubbuu siitti fidan irraa fagaadhu, Rabbiin irratti hirkadhu. 🤲 Rabbiin nuu fi isin hunda cubbuu irraa haa eegu; qalbii keenya ifa iimaanaatiin haa miidhagsu; ija keenya wanta Inni hin jaallanne irraa haa eegu; tawbaa dhugaa nuuf haa kennu. Aamiin. https://t.me/anas_mohammed_1
67
3
👁️ ZINAA IJAA… 🎯 Bara kana keessatti, kiyyoo guddaa Sheyxaanni ilmaan namaa itti qabachuuf qopheesse keessaa tokko suuraa fi viidiyoowwan sagaagalummaa (pornography) ilaaluudha. Cubbuun kun dargaggoota keenya keessatti akka dhibee babal’ataa jira. Dhiiraa fi dubartii hedduu keessatti, namoonni baay’een callisanii itti dhiphachaa jiru; iimaanni isaanii laafaa, sodaan Rabbii immoo qalbii isaanii keessaa hir’achaa jira. 📌 Yaa obboleessa koo, Rabbiin si argaa jira! Balbala cuftee, golgaa haguugdee, sagalee cuftee, earphone kaa’attee, “kophaa koo jira” jettee yaaduu dandeessa. Garuu Gooftaan kee, waan ijaan kee dhoksitee fi waan qalbiin kee dhoksite hunda beeku, si waliin jira. Iji kee kennaa Rabbii ti. Akkamitti kennaa Gooftaa keetiin Gooftaa kee faallaa deemta? Iji inni siif kenname Qur’aana ittiin dubbisuuf, wanta Rabbiin jaallatu ittiin ilaaluuf malee, wantoota xuraa’aa fi qaama qullaa namaa ilaaluuf miti. 📝 Nabiyyiin Muhammad ﷺ akkana jechuun isaanii ni gabaafama: «“Namni tokko waan inni irratti jiraatee du’a; waan irratti du’es irratti kaafama.”» Kanaaf mee yaadi, obboleessa koo! Yeroo wanta hamaa ilaalaa jirtu, duuti siif dhufnaan maal ta’a? Yeroo lubbuun ba’uuf jirtutti maal jechaa fi maal ilaalaa taata? Gooftaa kee haala akkamiitiin qunnamuu barbaadda? 💡 Ija Muslimni Rabbiin kabaje akkamitti wantoota xuraa’aa fi qullaa ta’an ilaaluun xureessuu qaba? Iji kee qalbii kee irratti dhiibbaa qaba. Ilaalchi wantoota badaa gara qalbii seensisuun iimaana laaffisuu danda’a. Wanti kun yeroo dheeraaf itti fufnaan, Qur’aana dhaggeeffachuu, gorsa fudhachuu, salaataa fi ibaadaa irratti fedhii dhabuu danda’a. Kanaaf Rabbiin nu haa eegu! ↗️ Sumuudhaan / amaleeffannaa kana irraa akkamitti ba’uu dandeessa? Yaa obboleessa koo, Wallahi, irraa ba’uu ni dandeessa. Abdii hin kutatin! Rabbiin araaramaa fi rahmata godhaa dha. Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedha: «**“Yaa gabroota Kiyya, warra lubbuu keessan irratti daangaa darb» an! Rahmata Rabbii irraa abdii hin kutatinaa. Dhugumatti, Rabbiin cubbuu hunda ni araarama.”** «(Az-Zumar 39:53)» 🔔 Amala kana irraa bilisa ba’uuf: 1️⃣ Tawbaa dhugaa godhi! Amma irraa eegalee Rabbiin kadhadhu: “Yaa Gooftaa koo! Ani balleesseera. Ija koo sirriitti hin fayyadamne. Naaf araarami; kana booda gara cubbuu kanaatti hin deebi’u.” Tawbaa dhugaa godhi. Rabbiin jaallachuun miira yeroo gabaabaa fi gatii hin qabne caalaa akka siif guddaa ta’e of yaadachiisi. 2️⃣ Kophaa ta’uu irraa of eegi! Cubbuun kun yeroo baay’ee kophaa ta’uu wajjin wal qabata. Kanaaf yeroo dheeraa kophaa hin turin. Bilbila kee siree irratti qabattee kophaa hin ciisin. Bilbila kee irraa fagaadhu; yoo danda’ame, gara kutaa ciisichaa bilbila hin galchin. Yeroo barbaachisaa ta’etti, smartphone fayyadamuus yeroo muraasaaf daangessuu dandeessa. 3️⃣ Ija kee eegi! Daandii irrattiis ta’e miidiyaa hawaasaa irratti ija kee eegi. Ilaalchi tasaa si mudachuu danda’a; garuu itti fufsiisanii ilaaluu irraa of qusadhu. Miidiyaa hawaasaa keessaa wantoota fedhii badaa kakaasan irraa fagaadhu. Yoo barbaachisaa ta’e, app ykn account si kakaasu guutumaan guutuutti cufi ykn haqii. 4️⃣ Soomarratti jabaadhu! Nabiyyiin Muhammad ﷺ dargaggootaaf: “Isin keessaa namni gaa’ilaaf dandeettii qabu haa fuudhu; namni hin dandeenye immoo haa soomu.” jedhanii gorsaniiru. Soomni fedhii ofii to’achuuf nama gargaara. 5️⃣ “Rabbiin na arga” jedhi! Yeroo cubbuu kana hojjechuuf jettu, nama kabajamaa tokko ykn abbaa kee si bira jira yoo ta’e, ni hojjettaa? Yoo hin hojjenne, akkamitti Gooftaan kee si argaa jiraachuu isaa dagatta? Rabbiin yeroo hunda si arga; waan ati dhoksitus ni beeka. Yaadni kun of eeguuf si gargaara. 6️⃣ Bilbila kee fi interneetii kee qulqulleessi! Chaanaalii, garee, app fi accountwwan wantoota badaa si kakaasan amma irraa kaasee haqii ykn cufi. Hiriyyoota cubbuu si yaadachiisan irraa fagaadhu; namoota gaarii fi Rabbiin si yaadachiisan waliin ta’i. 7️⃣ Du’aa’i godhi! Sujuuda keessa jirtutti Rabbiin kadhadhu:
63
4
👁👁👁 👉Ija Budaa fi Histii jalaa najaa Nuhaa baasu ilaahin!!! 🤲🤲🤲🤲🤲
136
5
Hooggantoonni Haarawni magaalaa Dirree Dhawaa kanneen Guyyaa Har'aa muudamtan hundinuu Hawaasa magaalaa teenyaa tajaajiluu fi+3
Hooggantoonni Haarawni magaalaa Dirree Dhawaa kanneen Guyyaa Har'aa muudamtan hundinuu Hawaasa magaalaa teenyaa tajaajiluu fi magaalaa teenya guddisuu irratti Rabbiin isin haa gargaaru. Bara Hojii gaarii isiniif haa tahu Magaalaa teenya Amaanaa
218
6
GAFII FI DEBBII 👉  Sahaabota hadiisa baay’ee dabarsuun beekaman Hadiisa Rasuulaa ﷺ baay’ee dabarsuun kan beekaman Sahaabota torba. Isaanis:?
183
7
GAFII FI DEBBII 👉 Sahaabota hadiisa baay’ee dabarsuun beekaman Hadiisa Rasuulaa ﷺ baay’ee dabarsuun kan beekaman Sahaabota torba. Isaanis:?
168
8
"Dasiin Ija tiyyaa Salaata keessatti naaf Godhamtee." Je'an Nabiin ﷺ
170
9
Halkan juma'aati salawaata Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam irratti buusaa, baayyisaa. اللهمَّ صلِّ على محمَّد وأزواجه وذُريَّته كما صليتَ على آل إبراهيم وبارِك على محمَّد وأزواجه وذُريَّته كما باركتَ على آل إبراهيم إنَّك حميدٌ مجيد
198
10
📢 𝑶𝑫𝑑𝑼 𝑮𝑨𝑑𝑴𝑨𝑪𝑯𝑰𝑰𝑺𝑨𝑨! 📢 𝑯𝒂𝒍𝒒𝒂𝒂𝒏 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒇𝒂𝒂𝒓 bifa idileetiin (lafarratti) magaalaa Jimmaa
📢 𝑶𝑫𝑑𝑼 𝑮𝑨𝑑𝑴𝑨𝑪𝑯𝑰𝑰𝑺𝑨𝑨! 📢 𝑯𝒂𝒍𝒒𝒂𝒂𝒏 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒇𝒂𝒂𝒓 bifa idileetiin (lafarratti) magaalaa Jimmaa keessatti barattoota kumaatamaan lakkaa'aman fanniiwwan barnoota Islaamaa guutuu barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama. 𝑨𝒍𝒉𝒂𝒎𝒅𝒖𝒍𝒊𝒍𝒍𝒂𝒉! Amma immoo barnoota lafarratti baratamaa jiru kana bifa sagaleetiin (Audio) waraabuudhaan darsiiwwan garaa garaa chanalii kana irratti maxxansuu jalqabeera. 🔗 𝑳𝒊𝒏𝒌𝒊𝒊 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒂𝒍𝒊𝒊: https://t.me/+N8Z16msrdWhmYzJk https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
119
11
╱◥██████◣ │∩│🖼️▤│▤▤│ Aduunyaatti mana ballaa Aakiraatti firdawsiin ollaa rasuulaa{ﷺ}Rabbiin nuuf haakennu #Aamiin🤲🤲 @anas_mohammed_1
186
12
📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!        ┏┓        ┃┃╱╲        ┃ ╱╱╲╲        ╱╱╭╮╲╲        ▔▏┗┛▕▔     ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲ ╱       ωєℓ¢σмє™             ╲    ╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲     ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔ Open Home - Click here ➕ 𝐀𝐝𝐝 𝐘𝐨𝐮 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 ➕ Ads :👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion
115
13
𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Channel/Group 20K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam Adds:👇👇👇 My Channel @Rafiiqul_Islaam  HP: @Rafiqul_Islam_Promotion
67
14
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh
180
15
و‏قَال ابْنُ قُدَامَةَ المَقْدِسِيّ رَحِمَهُ الله: واعلم أن أكثر الناس إنما هلكوا لخوف مذمة النَّاس، وحب مدحهم فصارت حركاتهم كُلُّها على ما يوافق رضى الناس، رجاء المدح وخوفا مِنَ الذَمِ، وذلك مِنَ المهلكات فوجبت معالجته. مختصر منهاج القاصدين (٢١٢). Ibn Qudaamah Al-Maqdisii رحمه الله akkana jedhan: “Beeki; namoonni baay’een kan badan, qeeqa namootaa sodaachuu fi faaruu isaanii jaallachuu irraa kan ka’e. Sochiin isaanii hundi fedhii fi gammachuu namootaa irratti hundaa’a; jajuun isaanii akka argamuuf, qeeqni immoo akka isaan irra hin geenyeef jedhanii yaadu. Kunis wantoota nama balleessan keessaa tokko waan ta’eef, dhibee kana irraa of sirreessuun dirqama. 📖 Mukhtasaru Minhaajil-Qaasiidiin, fuula 212 https://t.me/anas_mohammed_1
271
16
2: Sahaabota Rasuulaa keessaa ﷺ Kan Rasuulli ﷺ Afaan Yahuudaa akka baratuuf gara isaaniitti ergan eenyu? A) Zeydi Ibnu Saabit B) Abdallaah Ibnu Ravaah C) Mu'aaz Ibnu Jabal D) Abdallaah Ibnu Mas'uud
192
17
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞:☑️ @Rafiiqul_Islaam2 ✅ 🌐 @Rafiiqul_Islaam 🌐 Ads: 👇👇👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion
83
18
GAFII FI DEBBII 1: Dubartoota armaan gadii keessaa Eenyutu Rasuula Rabbii ﷺ hoosise? A) Kadiijaa B) Arwaa C) Habiibaa D) Haliimaa
198
19
𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽  𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙼𝙰𝙶𝙰𝚁𝙸𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰!     🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩     🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩     🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩     🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩     🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩          𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵           𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴              𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺          Add: 👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion ➕ @Rafiqul_Islaam ➕
59
20
ᴀʀᴇ ʏᴏᴜ ꜱᴛᴜᴅᴇɴᴛ❔ ᴀᴛɪ ʙᴀʀᴀᴛᴀᴀᴅʜᴀᴀ❔ ꜰʀᴇᴇ ᴡᴀᴠᴇʀ: @Rafiqul_Islaam Adds: 👇👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion
60