cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Geggeessummaa

نمایش بیشتر
فنلندة3 555زبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
279
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+47 روز
+430 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#𝐒𝐀𝐌𝐌𝐔𝐔 🧠 𝐓𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐤𝐚𝐭𝐚𝐛𝐝𝐚 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧𝐢 𝐆𝐨𝐥𝐚𝐤𝐞𝐞 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐚 𝐆𝐮𝐮𝐭𝐭𝐞𝐞𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐝𝐞𝐞 𝐍𝐚 𝐠𝐚'𝐚 𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐛𝐝𝐞𝐞 𝐃𝐮𝐰𝐰𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐧 𝐥𝐚𝐚𝐧𝐧𝐞 𝐈𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞 𝐢𝐝𝐝𝐨 𝐡𝐚𝐪𝐱𝐞𝐞 𝐍𝐚𝐧 𝐠𝐨𝐨𝐧𝐞 𝐰𝐚𝐥'𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐭𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐧𝐚𝐪𝐱𝐞𝐞 𝐍𝐚𝐚𝐟 𝐥𝐚𝐚𝐭𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐁𝐢𝐟𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐟𝐮𝐮𝐥𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐚𝐬𝐭𝐞𝐞 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚 𝐈𝐣𝐢𝐤𝐨𝐨 𝐮𝐭𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐚𝐫𝐠𝐢𝐧 𝐀𝐛𝐚𝐥𝐮𝐮 𝐣𝐞𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢𝐧𝐤𝐞𝐞 𝐝𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚 𝐘𝐨𝐨𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐝𝐡𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐦𝐮 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐬 𝐪𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐟 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐬𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮 ✍🏼. @MilkiyasTakilu
نمایش همه...
Nama jabaadha.Namni akka isaa kaayyefatee,gumaa ba'ate muraasa.Bankiilee gurguddoo addunyaa cabsuun,#hiyyeesota nama gargaaru ture. Lammii Aljeeriyaati.#Hamza bendeladj jedhama.Hackeroota gurguddoo akka addunyaatti jiru jedhaman keessaa isa tokko ture. "Smiling Hacker" jedhamuun ni waamama.Warri adii,afrikaa koloneeffachuun uummata kana saama turaniiru.Namni kun isaan irratti nama gumaa ba'atedha.#Virus tolchuun,kompiiyutaroota gara #mil.6 ol # 'system' isaanii kan takaale ture. Bankoota gurguddoon addunyaa cabsuun,daa'immaan #Filisxeem, #Afrikaa fi namoota #waraanan miidhaman hedduu gargaara ture.Kaayyoo isaa hanna miti.#Gumaa ba'atee lammiilee afrikaa gargaaruf ture. #Bendeladj waggoota dheeraaf barbaadamaa turuun,erga qabamee fannifamee ajjeefame.Inni hattuu hin ture.Abbaa hiyyeesota ,imimmaan miskiina hedduu kan haqu ture. #Hamza bendeladj barumsa guddaa isiniif ta'a.Hiyyeessota gargaaruuf haalli kamillee sin daangessin.     #DUBBISUUN_ITTUMA_FUFA!
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
Nama jabaadha.Namni akka isaa kaayyefatee,gumaa ba'ate muraasa.Bankiilee gurguddoo addunyaa cabsuun,#hiyyeesota nama gargaaru ture. Lammii Aljeeriyaati.#Hamza bendeladj jedhama.Hackeroota gurguddoo akka addunyaatti jiru jedhaman keessaa isa tokko ture. "Smiling Hacker" jedhamuun ni waamama.Warri adii,afrikaa koloneeffachuun uummata kana saama turaniiru.Namni kun isaan irratti nama gumaa ba'atedha.#Virus tolchuun,kompiiyutaroota gara #mil.6 ol # 'system' isaanii kan takaale ture. Bankoota gurguddoon addunyaa cabsuun,daa'immaan #Filisxeem, #Afrikaa fi namoota #waraanan miidhaman hedduu gargaara ture.Kaayyoo isaa hanna miti.#Gumaa ba'atee lammiilee afrikaa gargaaruf ture. #Bendeladj waggoota dheeraaf barbaadamaa turuun,erga qabamee fannifamee ajjeefame.Inni hattuu hin ture.Abbaa hiyyeesota ,imimmaan miskiina hedduu kan haqu ture. #Hamza bendeladj barumsa guddaa isiniif ta'a.Hiyyeessota gargaaruuf haalli kamillee sin daangessin.     #DUBBISUUN_ITTUMA_FUFA!
نمایش همه...
✨ Live in such a way that nobody is harmed by you. Live in a creative way, with skill and art, live in a sensitive way. And never become attached. Enjoy all kinds of experience, all kinds of flowers, but keep moving. Don't get caught anywhere and then you are bound to attain godliness. ✨✨✨
نمایش همه...
💫 Life is a forgetfulness and a remembering. And that’s all, and that’s the whole story. One falls asleep and dreams a thousand and one things, and in the morning one wakes up and all the dreams are gone. So is life. We have fallen asleep -  fallen asleep to our inner being. 💫💫💫
نمایش همه...
Addunyaa kanarra namootni gosa 3tu jira 1⃣ Tattaaffii isaaniitiin namoota waa galmaan gahan 2⃣ Warra kan kufee Fi milkaa'e dhaabbatee ilaalu. 3⃣ Warra gonkumaa waan ta'aa jiru hin beekne. #Filannoon keenya maal akka ta'e namni barruu kana dubbisu hundi ni beeka.  Garuu sana booda maal hojjechaa jirra?   Yaalii gochaa jirraa?  Moo dhaabannee ilaalaa jirra?  Moo bakka  rafnee  hin kaane? Carraaqqii keenyaaf du'aa! #Yeroo gaarii isiniif hawwina! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+VN_ccHy2Fj50kaT_
نمایش همه...
✍️Maal taana moo Maal arganna? #Irra caalaan keenya maallaqa gara fuulduraatti argannu irratti xiyyeeffanna;  Garuu maallaqni nuti argannu dandeettii, carraaqqii fi muuxannoo keenyaan murtaa'a. #Kanaaf namni ogeessi jireenya keessatti maalan argadha osoo hin taane maalan ta'a jedhee of gaafata.  Sana booda qarshii irratti xiyyeeffachuu dhiisee caalaatti of irratti hojjeta. 👉Waan barachuu qabu ni barata 👉 Waan hojjatu irratti cimee hojjeta 👉 Ispoortii qaamaa fi fayyaa isaaf hojjata 👉Nyaata sammuuf kitaabota dubbisa Sagantaa jireenya isaa fooyyessu hordofa     ✍️ Hunda caalaa of dhaggeeffata malee gara qilleensi bubbisetti hin deemu. #Nama akkamiin ta'aadha malee maalan argadha kan jedhu isa hin yaaddessu sababni isaas waanti har'a taanu waan boru argannu murteessa. #Jaakmaan biliyeenara ta’uu isaa dura hanga waggaa 35tti of irratti cimee hojjeteera;  Paawuloo Kooliyoon osoo hin milkaa'in hanga waggaa 37tti waan hedduu yaaleera. #Gabaabumatti, umriin koo ga'eera kana booda naaf hin  darbu wanti jedhamu hin jiru.  #Murteessaan ofirratti hojjechuudha. ✍️Yeroo Gaarii isiniif hawwina! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+VN_ccHy2Fj50kaT_
نمایش همه...
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Kufaatii kabajaan fudhadhu Tokkoon tokkoon keenya kufaatiin nu mudateera. Yeroo akkasii, wanta sirreessuu hin dandeenye irratti xiyyeeffachuu akka hin qabne, kanaa mannaa gara fuulduraatti rakkoowwan si mudatan moʼuuf carraaqqii hunda gochuu akka qabdu hubachuun barbaachisaadha. Maal gochuu qabna? 🐾Miira kee hubadhu 🐾Miirri kee hundi baay'ee fudhatama akka qabu hubadhu 🐾Hafuura dheeraa baafadhuu hamma danda'ametti madaalawaa ta'uuf yaali 🐾Waan duraan ta'e jijjiiruu akka hin dandeenye of yaadachiisi 🐾Kufaatii dhuunfaa ittisuu dadhabuu dandeessa, garuu waan ta'eef deebii akkamii akka kennitu to'achuu dandeessa 🐾Wanti gaariin battalumatti hin hubanne jiraachuu fi dhiisuu isaa yaadi 🐾Of irratti hin murteessin. Kufaatiin kutaa jireenyaa akka ta’e fudhadhu. Namoonni yeroo hunda kufaatiin ni mudata, haala adda ta'een qofa ilaali. Taateewwan kanaan dura raawwataman irratti hin xiyyeeffatin, kanaa mannaa yeroo itti aanutti haala wal fakkaatu keessatti wanti sirrii taʼe maal gochuu akka qabdu irratti xiyyeeffachuuf yaali ━━━━━━━━━━━ 🖋️@Jechamoota🖌️
نمایش همه...
Repost from Mi'aa Jaalalaa
Photo unavailableShow in Telegram
Erga sanaa Ani... Nagaan dhaame waloomatti, lagaafi gandi wal goomatti. Wal qusadhee, banuu'n jiilu, qaawwa balaa, badii booddee, boo'uun... iyyuun, naaf amala! Erga sanaa... Ofan dhiiba cinaachaani, obbolummaan ilaalchaani. kan mannaagu, xiqqoo ciisnaan, cinaachisaa, daban raaga, bakka'n jirren, jiraachisa! Doofaan gurrisaa arraba, afaan fuggisoo lallaba. Hayyuun kiyyas, hin soroorsu oduu doofaa, jibbamuurra, birkii baasee, waliin oofa! Erga sanaa... Billaa qaraan wal eeggachaa, jal'aaf karra banee galchaa, Wal soqolee, majaa ripheef, yoon akeeku, sitti duuluun, bu'aa dhufe, yaadee'n beeku! Eeyyee... Wal laalessuu, utuu'n dhiisin, waariif guyyaa, waggaakeetti, dungoo ibseen, waliin iyya, nan taajjabin, argii dhiisi, qaalii kiyya! Aga Guda NL ✍️🙏 @Jaalaladhugaa
نمایش همه...
Repost from JECHOOTA HAYYOOTAA
Ofii keetiif kabaja qabaadhu. Ilaalcha wantoota irratti qabdu jijjiiruu fi jireenya kee jijjiiruuf bilisa taata. Wantoota dhuguma si ykn kaayyoo kee wajjin wal hin simne irratti maxxanuu hin qabdu. Guyyaan guyyaan carraa waan haaraa barachuuf fi wantoota si waliin wal hin simne sana dhiisuudha. GORSA JIREENYAA✅️ ━━━━━━━━━━━ 🖋️@Jechamoota🖌️
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.