fa
Feedback
Sportii Afaan oromo

Sportii Afaan oromo

رفتن به کانال در Telegram

🎯Isportii Jalalaafi🎯 ⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee 💶 Jijjirraa taphatotaa 📒 Seenaa taphatotaa 🖥️ Tamsasaa kallattii 🔊 Oduu bashanasisaa 📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardana Promotion:@Crypto333666999

نمایش بیشتر
999
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-27 روز
-2330 روز
آرشیو پست ها
Ivaan Ferguson kaleessa tapha jalqabaa Roomaatiin taphachuun goolii 4 galchuun 1 kubbaawwan mijeessee kennuudhaan Roomaan Uni
Ivaan Ferguson kaleessa tapha jalqabaa Roomaatiin taphachuun goolii 4 galchuun 1 kubbaawwan mijeessee kennuudhaan Roomaan Unipomezza 9-0n injifate. @httpNati @httpNati

Kaleessa Istaadiyeemii Kaayi Taak Hoong Koongitti namoonni kuma 25 ol baabura Liivarpuul ilaaluuf hirmaatan🤯(tnt) @httpNati
Kaleessa Istaadiyeemii Kaayi Taak Hoong Koongitti namoonni kuma 25 ol baabura Liivarpuul ilaaluuf hirmaatan🤯(tnt) @httpNati @httpNati

Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara gidduu Aston Viilaa Amii Maartineez liqiidhaan fudhachuuf gaaffii dhiyeessee ture, gar
Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara gidduu Aston Viilaa Amii Maartineez liqiidhaan fudhachuuf gaaffii dhiyeessee ture, garuu gaaffiin kun fudhatama dhabamuu isaa Fabrizio Romano gabaaseera. @httpNati @httpNati

Juuveentus jijjiirraa Cheelsiin Yuuroo miiliyoona 65 Kenan Yildiz fudhachuuf dhiheesse kuffisuu isaa Gazzetta dello Sport gab
Juuveentus jijjiirraa Cheelsiin Yuuroo miiliyoona 65 Kenan Yildiz fudhachuuf dhiheesse kuffisuu isaa Gazzetta dello Sport gabaaseera. @httpNati   @httpNati

Fuulhaam karoora jijjiirraa ganna kanaa keessatti taphataa sarara fuulduraa Cheelsii Raahim Isteerling kan hammate yoo ta'u,
Fuulhaam karoora jijjiirraa ganna kanaa keessatti taphataa sarara fuulduraa Cheelsii Raahim Isteerling kan hammate yoo ta'u, Raahim Isteerling gara kilabii Landan kan biraattis akka ce'uuf banaadha. (mcgrathmike) jedhamuun beekama. @httpNati @httpNati

yes

nēyimari junīyeri tilaniti betederegewi yebirazīli sērī ē wedidiri be 94tenyawi dek’īk’a lesanitosi ye’āchanetwani goli bīyas
nēyimari junīyeri tilaniti betederegewi yebirazīli sērī ē wedidiri be 94tenyawi dek’īk’a lesanitosi ye’āchanetwani goli bīyasik’ot’irimi ye‘iletu danya golwa mulu lemulu yegibuni mesimeri ālalefechimi bemaleti shirewitali. sanitosi lēlītī betederegewi ch’ewata minimi inikwani yesefa yech’ewata bilich’a bīnorachewimi be īniterinashī’onali 2-1 behone wit’ēti teshenifewali bezīhimi be 15 ch’ewatawochi 19 net’ibi sebisibewi yeweraji k’et’ara sifira layi yigenyalu @httpNati @httpNati

✅Spoortiing bakka bu'aa Yookoreesh gochuun taphataa sarara fuundura Almeeriyaa Luwis Jaaviyeer Suwaareez fudhachuuf waliigalt
✅Spoortiing bakka bu'aa Yookoreesh gochuun taphataa sarara fuundura Almeeriyaa Luwis Jaaviyeer Suwaareez fudhachuuf waliigalteerra gahaniiru. Sportiing Yuroo miliyoona 25 fi gatii gurgurtaa gara fuundura irraa parsantii 10 kaffaluuf waligaleera. ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

✅Sa'aatii 48 darban keessatti Naapooliin Raahim Starliing akka fudhatuuf gaafatameera. Naapooliin iddoo sarara fuulduraa hark
✅Sa'aatii 48 darban keessatti Naapooliin Raahim Starliing akka fudhatuuf gaafatameera. Naapooliin iddoo sarara fuulduraa harka bitaa iratti filannoo heedduu ilaalaa jira. Cheelsiin Starliing dhaabbiin kilabii isaanii akka gadhiisu barbaadu. ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

LET'S GO MONEY IN THE BANK! 💪 TP1 +15 pips achieved! 😎
LET'S GO MONEY IN THE BANK! 💪 TP1 +15 pips achieved! 😎

$500 GTMO WEEKEND GIVEAWAY, This Sunday I‘ll pick randomly 2 winners and send them each $250🎁 How to increase your winning chance 1. Be a subscriber of @GTMOFx 2. Be a follower of my instagram https://instagram.com/goldtradermo 3. Be a subscriber of GTMOVIP You can also win by only being a member here but to increase your winning chances do make sure you got 1-3 done! ✔️ 🥇Every new member that wants to join the VIP for free text me your country ✉️ @GoldTraderInfo

thanks god for such a beautiful nature 🙏🏽 feels good be to be here Not on the charts I‘ll take a rest & try to recover energy and get back next week maybe, and beside that I also don’t have really good internet here, so I’ll take a break I need this now🙏🏽❤️

I‘ll have to fix this and we will recover still early in the day

We went up 20 pips next to TP I was gonna set BE and tell you to do so and my internet didnt work

Took the loss here, I‘m sorry I have such a bad internet here

Gold buy now 3375.5 - 3372 SL: 3369 TP: 3378 TP: 3380 TP: 3382 TP: open

Gold buy now

🔔Ready Signal this is no financial advice. Trade at your own risk

The work you do at night… Becomes the reason they notice you in daylight 🔦 ✅ Trading Signals here: @GTMOFX